onm_abo11 | Unsorted

Telegram-канал onm_abo11 - Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

-

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, miidiyaa Agartuu Oromoo!

Subscribe to a channel

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Ganama ONM-ABO Onkololessa 17-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Galgala ONM-ABO Onkololessa 16-2024 itti dhiyaadhaa!
Oromoonni Lixa Gojjaam Aanaa Buree Jiraatan yaaddoo nageenya Guddaa qabaachuun dhaga'amee.
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ጥቅምት 16፣ 2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በሆሎታ ከተማ የ ፒፒ ካቢኔዎች እርስ በርሳቸውን እየተሳሰሩ መሆናቸው ታውቋል::


ጥቅምት 16 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የፒፒ ካቢኔዎች በተለያዩ ጊዜያት በስም ማጥፋትና በውስጥ ችግሮች እርስ በርስ እያሰሩ፣ እየገደሉ፣ እየተደበደቡና እየተሰቃዩ እንደሆነ ይታወቃል::

በሆሎታ ከተማ አስተዳደር የፖለቲካ ፓርቲ ሃላፊ የሆነውን ደጀኔ ተረፈ የተባለውን ግለሰብ በጥቅምት 10 ቀን 2024 ዓ.ም በአምቦ ከተማ ከኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ጋር ትስስር አለህ በሚል ሰበብ አስረው እያሰቃዩዋቸው መሆናቸውን ምንጮቻችን ተናግሯል።

በተጨማሪም ጥቅምት 4 ቀን 2024 ዓ.ም በሆሎታ ከተማ ቱጁባ ገዳ እና ዲሮ ቱራን ጨምሮ በርካታ ሰዎች ለእስርና ለእንግልት መዳረጋቸውን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ አክለዋል።

እንደሚታወቀው የአገዛዙ ካቢኔዎች ከኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ጋር ግንኙነት አላችሁ በሚል ስም በሰላማዊ ዜጎች ላይ ዘረፋ ሲያካሂዱ ቆይቶ እና በክፍፍል ላይ በመጨቃጨቅ እርስ በርሳቸው ላይ ከእስራት እስከ ግድያ እየፈጸሙ ይገኛሉ::

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Galgala ONM-ABO Onkololessa 16-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በወሎ ዞን ጂሌ Dhummuuggaa ወረዳ አንድ ወጣት በአገዛዙ ታጣቂዎች በአሰቃቂ ሁኔታ ስገደል እናም በሰላማዊ ሰዎች ላይም እስራት ተፈጽሟል::

ጥቅምት 16 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ( ONM - ABO).

ኮሎኔል አብይ አህመድ ወደ ስልጣን የመጡት ዘመናቸዉ በህዝቡ ዘንድ ታማኚነት እና ፍቅርን ለማግኘት አፉን ቅቤ ቀብቶ ሳንመረምር አናስርም ብሎ የተናገረ ስሆን ነገር ግን በተቃራኒው ለህዝብ የገባውን ቃል አፈርሶ በኦሮሞ ህዝብ ላይ ከፍተኛ ጉዳት አድርሷል።

ጥቅምት 14፣ 2024 ዓ.ም በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ዞን በጂሌ Dhummuuggaa ወረዳ ማታ ሆራ መንደር ውስጥ የአገዛዙ ታጣቂዎች መሀመድ አህመድ ሼክ አሊ የተባለ ንፁህ ወጣትን ያለምንም ጥፋት ተኩሰው በአሰቃቂ ሁኔታ መግደላቸው ታውቋል::

በአገዛዙ ታጣቂዎች በአሰቃቂ ሁኔታ የተገደለው ወጣት የየትኛውም ፓርቲ ደጋፊ ሳይሆን በግብርና ስራ ላይ የተሰማራውና ቤተሰቡን የሚያስተዳድር ነው ብሏል።

የኦሮሞ ልጆችን ደም የማፍሰስ ሱስ ያለባችው የስርዓቱ ሚሊሻዎች በኦሮሞነቱ በመወንጀል የወጣቱ ቤት ገብተው እናቱ እያለቀሰች በጥይት ተኩሰው ተገድለው መሄዳቸውን የመንደሩ ነዋሪዎች ለኦኤንኤም ተናግሯል::


በእስር ዜና መሰረት በጥቅምት 1,2024 ዓ.ም የአገዛዙ ታጣቂዎች በማታ ሆራ መንደር መሀመድ ኡማሮ ባጤ የተባለውን ሰው በቁጥጥር ስር አውለው ክፉኛ ድብደባ ፈጽመውበት ወደ እስር ቤት ወርውሮ እያሰቃዩት እንድሆነ ታውቋል::


ግለሰቡ የታሰረው በምንም አይነት ወንጀል ሳይሆን በአካባቢው ማህበረሰብ ዘንድ ተወዳጅ በመሆኑ እና ህዝቡ ስለሚሰማው ህብረተሰቡን በኛ ላይ ያነሳሳል በሚል ሰበብ እያሰቃዩት መሆኑን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዯሌሳ ኦሮሚያ ዘግቧል::

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Baabboo Gambeelitti loltoonni bilxiginnaa dargaggoota lama haala suukkaneessaa ta'een ajjeesan

ONM-ABO Onkoloolessa 16,2024 Godinaalee Oromiyaa adda addaatti waraanni garaa fi dantaa dhuunfaa isaanii qofaaf jiraatan loltoonni Kolonel Abiy Ahimed haala duraan barameen olitti hawaasa nagaa ajjeesuun lubbuu namoota qaqqaalii ta'an danuu lafa irraa fixee duguuggaa sanyii (genocide) raawwachaa kan jiru waraanni impaayerattii Koloneel Abiy Ahimediin durfamu ammallee gara jabina guddaan uummata irratti bobba'ee jira.


Aanaa Baabboo Gambeel ganda Koomboo jedhamu keessaa guyyaa kaleessaa Onkoloolessa 15,2024 ganama barii dargaggoota maqaan isaanii Gaaddisaa fi Bahaaruu jedhaman sababa tokko malee Oromummaa isaanii qofaaf rasaasa itti roobsuun ajjeesanii gatuu namoonni itti dhiyeenyaan beekan dubbatu.

Akka namoonni kun himanitti, namoonni kunneen siyaasa kam keessa kan hin jirre ta'uun badii tokko malee sababa Oromummaa isaanii qofaaf ajjeesuu isaanii namoonni kun itti dabaluun ibsaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Dhalattoonni Oromoo Lixa Gojjam Aanaa Buree jiraatan yaaddoo nageenyaa guddaa qabaachuun dhagaa'ame

ONM-ABO Onkoloolessa 16,2024 Aanaa Buree gandoota Baqqoo Xaaboo fi Sontomaa jedhaman irraa kanaan dura humnoota finxaaleeyyii faannootiin ilmaan Oromoo buqqa’uun Baha Wallaggaa fi Horroo Guduruu Wallaggaatti baqatanii kan turan deggarsa qaamolee garaa garaan qe’ee isaaniitti deebi'anii turan.

Haa ta'u malee yeroo ammaa rakkoon akkasii irra deebiin nutti deebi'aa jira jechuun Oromoonni Lixa Goojjam sodaa qaban ibsataa jiraachuutu ifoome.

Inumaayyuu yeroo ammaa kana Oromoonni naannoo Amaaraa godina Lixa Goojjam aanaa Buree keessa jiraatan kun haleellaa hidhattoonni Faannoo irratti raawwataniin namoonni hedduun yoo ajjeefaman, jiraattonni kuma sadii ol ta’an Laga Abbayyaa ce’uun naannoo Oromiyaa aanaa Amuuruutti baqatanii akka jiran dhagaa'ameera.

Bara darbe halleellaa fi saamicha humnoonni finxaaleeyyii faannoo nu irratti taasisaniin gara baatii afuriitiif achirraa baqannee aanaa Amuruu keessa qubannee, Oromoonni gara Oromiyaatti baqatanii turan kunneen gargaarsa qaamolee garaagaraan gara qe'ee isaaniitti akka deebi'an taasifame, yeroo dhihoo asitti immoo hidhattoota finxaaleeyyii Faannoo irraa haleellaan irratti taasifamaa jiraachuu himatan.

Haalli sochiin hidhattoota Faannoo gara bakka jireenya isaaniitti babal’achaa dhufuu irraan kan ka’e sodaa keessa nu galche jira jedhan.

Raayyaa Ittisa Impaayerattii naannoo keessan turee nageenya keessan tiksa jedhames yeroo ammaa achii kaasuun nageenyi keenya daranuu yaaddoo keessa akka galu ta'eera jedhan.

Aanaa Bureetti gandoonni Sontomaa 01, Faxxaan Sontom fi Baqqoo Xaaboo addatti humnoota hidhataniin xiyyeeffannoo keessa kan seenaniif eenyummaa Oromoo fi Oromummaatiif akkasumas qabeenya nuti horannee jirruun wal qabatee lafa keenya irra nu buqqisuufi jechuun ibsan.

Gandoota sadan kana keessatti armaan dura namoonni 350 ol ta’an ajjeefamuu eeranii, akkasumas qabeenyi baay’een nurraa saamamee ture jechuun jiraattonni yaadatu.


Ganda keenya irratti du’aa jirra rakkoo guddaa keessa jirra Oromoo waan taaneef, eenyummaa keenya qofaan miidhaan nu irra ga'aa jira jedhu.


Mootummaan akka nageenya isaanii tiksu waadaa galeefii gara qe’ee isaaniitti deebisuu kan himan jiraattonni, ammas akkuma bara darbeetti haalli jiru gaarii akka hin taanee fi hawaasni gandoota kanneenii sodaa nageeyaa keessa galuun gara firoota isaanii Oromiyaa jiranitti baqachaa kan jiran ta'uus himaniiru.

Humnoonni kun erga baatii Hagayyaatii kaasee dhawata dhawataan saamichaa fi ajjeechaa nurratti gaggeessaa jiru kan jedhan ilmaan Oromoo Lixa Goojjam aanaa Bureeti.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ONM-ABO
14th October 2024
Tole District
South-West Shaggar
PP Militia Accused of Harassment and Looting.

The PP administration at all levels has been frequently characterized by numerous misconducts and human rights violations. Developing news from Gololee location in Tole District confirms the government's constant pattern of criminal activities. There were reports of forceful government exercises under the pretext of decentralizing government services. The sham exercise by PP mouthpieces in Gololee location in Tole District was merely a PP policing scheme that has heightened tension in the area. The OLA wing (Harsadde zone), which has a deep-rooted presence in the area, was forced to swing into action and tame the wanton activities by PP forces. The gun battle engagement was severe for the PP forces, with a reported death toll of 18 and 22 injuries.

OLA confirmed that the goal to protect our people from the brutality of the PP administration will continue.

Victory to the Oromo People

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት በሰሜን ሸገር በደራ እና በኩዩ ወረዳ ውስጥ የፋሺስት አብይን ዙፋን ጠባቂ ጦር መቆሚያና መቀመጫ እያሳጣ ነው

ጥቅምት 16፣ 2024 አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM-ABO)

የኦሮሞ ህዝብ ክንድ እና ጋሻ የሆነው የመካከለኛው ዞኖ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት በሰሜን ሸገር ዞን የሚወሰደውን የማያዳግም እርምጃ አጠናክሮ ቀጥሏል።

አንበሶቹ የመካከለኛው ኦሮሚያ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት ጥቅምት 9 እና 11፣ 2024 በርካታ የፋሺስት ብልፅግናን ወታደሮችን ወደማይመለሱበት ሲሸኝ ብዙዎችን በማይሽር ቁስል ሸኝቷል። በርካታ የጦር መሳሪያዎችም ማርኮ አኩሪ ድል አስመዝግቧል።

ጥቅምት 9፣ 2024 በሰሜን ሸገር ዞን፣ በደራ ወረዳ በፋሺስት የብልፅግና ጦር ላይ በወሰደው የማያዳግም እርምጃ 35 ወዲያውኑ ሲገድል፣ 17ቱን በማቁሰል የተለያዩ የጦር መሳሪያዎችን ከላያቸው ላይ ፈትቶ ለነፃነት ትግሉ ገቢ አድርጓል።

የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት በሰሜን ሸገር ኩዩ ወረዳንም ጨምሮ የሚወሰደውን እርምጃ የኢንተርኔት እና የስልክ መገናኛ በመዘጋቱ ልናቀርብ አልቻልንም። የተገኘው የድል ውጤት እንደደረሰን በቴሌግራም፣ በፌስቡክ፣ በX-ገፃችን እና rumble ላይ እንዘግባለን።

የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት የሚወስደው እርምጃ ተጠናክሮ ይቀጥላል!

ቡቱቱዋ ኢምፓየር ትፈርሳለች!

ድል ለኦሮሞ ህዝብና ለጭቁን ብሔር ብሔረሰቦች!

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Walloo magaalaa Kamisee keessaa hidhamtoonni siyaasaa 192 konkolaataa 7'n baafamuun bakki isaan geeffaman hin baramin jiraachuun ibsame

ONM-ABO Onkoloolessa 16,2024 Ganama har'aa sa’a 2:00tti hidhamtoonni siyaasaa baay'inni isaanii 192 ta'an konkolaataa Isuzu 3, paatroolii 3 fi suphamaa 1'n waraanaa fi poolisoota sirnichaan magaalaa Kamisee mooraa hidhamtootaa irraa baafamuun maqaa Hawaas Arbaa geessina jedhaniin magaalicha keessaa ukkaamsanii yoo baasan, yeroo sa’a 5:30tti aanaa Jiille Dhummuuggaa daangaa irratti kan argamtu magaalaa xiqqoo Baalcii jedhamtu cinaatti buusuun namoota 192 kana humna waraanaan eegsisaa turuu fi ergamtootni bilxiginnaa kun yeroo ammaa deemuuf jirra waan ta'eef humni waraanaa duubaan akka nu dhaqqabu eegaa jirra jedhanii dubbachaa turuun ibsameera.

Akka odeessi keessoo PP ba'u ibsutti kaayyoon murnoonni bilxiginnaa kun hidhamtoota kana hidhaa irraa baasanii ukkaamsaa jiraniif inni ijoon akkuma 2021 namoota nagaa Intalee fi Kaarriphootti konkolaataan guuruun haala suukaneessaan ajjeesaa turan sana, yeroo ammaas gochootuma akkasii hawaasa qulqulluu irratti raawwachuuf akka ta'e tilmaamuun nama hin dhibu kan jedhu dubbatamaa jira.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Najjootti dargaggeessi tokko waraana faashistii PP'n ajjeefamuun yoo fannifamu aanaa Gimbii keessatti saamichi hammaate.

ONM-ABO Onkoloolessa 16,2024 Hidhamtoonni siyaasaa godina Lixa Wallaggaa aanaa Najjoo waraana gabroomfataa PP fi lukkeelee sirnichaan manneen hidhaa keessatti ajjeefamuu fi reebicha hammaataan irratti geggeeffamaa jiraachuun ifoomeera.

Dargaggeessi maqaan isaa Galaanaa Sanbataa jedhamu Onkololeessa 10,2024 ganda Bishaanii Alaltuu jedhamuu waraana gabroomfataa PP'n qabamuun guyyoota lamaaf mana hidhaa ganda 03'tti darbatamuun hiraarfamaa kan ture reebicha irratti raawwateen lubbuun isaa Sanbata xiqqaa darbe Onkoloolessa 12,2024 obba'uun beekameera.

Dargaggeessi kun waraana naatoo namaaf hin qabneen erga ajjeefamees haada morma isaatti kaa'uun lukkeeleen PP akka fannisan kan himamu yoo ta'u, adda durummaan namoonni ajjeefamuu dargaggeessa kanaa keessatti shoora isaanii ba'aatan dhimma nageenyaa maqaan isaa Daawwit Sobboqaa fi milishoota lama kan maqaa isaa Darasuu jedhamuu fi kanneen biroo ammaaf maqaan isaa nu hin qaqqabne keessatti akka argaman beekameera.

Daawwit nama umurii 25 yoo ta'u, hirmaannaa siyaasaa kam irraa walaba kan ta'ee fi hojii gaarii hojjechuun hawaasa isaa keessatti akka beekamus jiraattonni himuun, yakka isa ajjeesisus akka hin hojjenne dabaluun ONM'tti himaniiru.

Akkasumas oduu saamichaan wal qabatuun ammoo godina Lixa Wallaggaa aanaa Gimbii Bulchiinsa Magaalaa Gambeela iddoo addaa Bowwaa keessaa Onkololessa 13,2024 nama maqaan isaa Bariyaa Addunyaa jedhamu daldalaa bunaa kan ta'e sababa tokko malee saamicha maallaqaa qarshii 127,000 irratti raawwachuun kunis ga'aa miti qarshii 400,000 qopheeffadhu marsaa lammaffaatti yeroo dhufnu, hin qopheessitu yoo ta'e lubbuu kee akka si dhabamsiifnu beeki jechuun itti dhaadatanii deemuu Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa odeeffateera.

Akka ONM maddeenii fi jiraattota bakkichatti dhiyoo jiran odeeffatetti murni maqaa mootummaan aangoo irra jiru argaa uummata Oromoo jibbuun ta'e jedhee xiyyeeffatee uummata nagaa hiraarsuu irratti hojjechaa jira malee namni kun balleessa tokkollee hin qabu ilaalcha siyaasaa biroo keessaallee akka hin qabne kaasuun maqaa hin malle itti maxxansuun waan qorannoon dhugaan isaa hin beekamneen namoota hanga lubbuuttillee dhabamsiisaa jiraachuu ONM'tti himan.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Magaalaa Hoolotaatti Kaabinoonni PP walii isaaniin wal hidhaa jiraachuun barame

ONM-ABO Onkoloolessa 16,2024 Kaabinoonni PP yeroo adda addaatti maqaa wal balleessuu fi rakkoo keessoo isaaniitti dhalatuun walii isaaniitiin wal hidhaa, wal ajjeesaa, wal reebaa fi dararaa hamaa wal irratti raawwachaa jiraachuun ni beekama.

Nama maqaan isaa Dajanee Tarrafaa jedhamu itti gaafatamaa paartii siyaasaa bulchiinsa magaalaa Hoolotaa kan ta'e maqaa "hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jedhuun Onkoloolessa 10,2024 magaalaa Ambootti hidhanii dararaa jiraachuu maddeen himan.

Kana malees, Onkoloolessa 4,2024 magaalaa Hoolotaatti namoonni hedduun hidhamanii dararamaa kan jiran yoo ta'u, namootni maqaan isaanii Tuujubaa Gadaa fi Diroo Turaa jedhaman hidhamanii dararamaa jiraachuu maddeen itti dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Akkuma beekamu maqaa WBO jedhu qabata godhachuun kaabinoonni sirnichaa saamicha hawaasa nagaa irratti kan geggeessanii fi addaan qooddachuu irratti wal dhabanii hidhaa hanga ajjeechaatti wal irratti raawwachaa jiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት በምስራቅ አርሲ ዞን በሄጦሳ ወረዳ ውስጥ ጠላትን በሙት እና በቁስለኛ መቅጣቱን የዞኑ ጦር ቃል አቀባይ አስታወቀ

ጥቅምት 16፣ 2024 አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM-ABO)

የህዝብ ክንድ እና ጋሻ የሆነው የደቡብ ምስራቅ ዞን የጃል ነdhii ገመዳ ጭብራ "የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትን እናስሳለን!" በሚል ስም ተሰማርቶ ሰላማዊውን የኦሮሞ ማህበረሰብ ሲያሰቃይ በቆየው የፋሺስት ብልፅግና ጦር ላይ ጥቅምት 9፣ 2024 በምስራቅ አርሲ ዞን፣ በሄጦሳ ወረዳ፣ ጉሪ ቀበሌ ውስጥ በወሰደው የማያዳግም እርምጃ በጥይት ቆልቶ በባሩድ በማስከር አንፀባራቂ ድል አስመዝግቧል።

በዚህ አመርቂ እርምጃም 48 የጠላትን ወታደሮች ገድሎ 39 በከባድ ቁስል ሲቀጣ የተረፈውም የጠላት ኃይል ለስምሪት ወደ መጣበት ከተማ አስከሬኑን እና ቁስለኛውን ለቃቅሞ እግሬ አውጭኝ ብሎ ፈርጥጦ ተመልሷል።

የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት በዞኑ ወረዳዎች ውስጥ በሚያደርገው የማጥቃት እርምጃ የፋሺስቱ ብልፅግና ጦር መብረክረክ እየታየበት ሲሆን መሪዎቹም “የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት ብዙ ከተሞችን ከእጃችን እየወሰደ ይገኛል!” እያሉም እንደሆነ ከውስጥ ምንጫችን የደረሰን መረጃ ይገልፃል።

የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት የሚወስደው እርምጃ ተጠናክሮ ይቀጥላል!

ቡቱቱዋ ኢምፓየር ትወድቃለች!

ድል ለኦሮሞ ህዝብና ለጭቁን ብሔር ብሔረሰቦች!

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Waaree ONM-ABO Onkololessa 16-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Onkololessa 16-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Tarkaanfii ONM-ABO Onkololessa 16-2024 itti dhiyaadhaa
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Jiille Dhummuuggaa keessatti diina du'aa fi madoon adabe

ONM-ABO Onkoloolessa 16,2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBO'n sirna gabroomsaa Oromoorraa hundeen buqqisee Oromiyaa walaboomte ijaaruuf tarkaanfii guggubduu diinaa fi lukkeelee diinaa irratti fudhatu Oromiyaa bakkeewwan adda addaatti jabeessee itti fufeera.

Akkuma kanaanis Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Jiille Dhummuuggaa ganda Yaatuu bakka addaa Arja'oo jedhamtutti guyyaa har'aa Onkoloolessa 16,2024 waaree booda sa'atii 7:00 irraa eegaluun lola jajjabduu humni Furgaatuun Biiftuu Barii Bilisummaa ergamtoota murna bilxiginnaa waliin taasiseen loltoota faashistii PP irraa 10 battalatti ajjeesuun 16 ammoo madoo dandammii hin qabneen geggeesseera.

Tarkaanfii jajjabeen Zoonii Kaabaa humni Furgaatuun Biiftuu Barii Bilisummaa waraana weerartuu Abiy Ahimed irratti fudhatu ittuma fufuun, guyyama har'aa Onkoloolessa 16 aanuma Jiille Dhummuuggaa iddoo addaa Mataa Horaa jedhamutti waaree booda sa'atii 5:00 qabee tarkaanfii waraana gabroomfattuu Bilxiginnaa irratti taasiseen loltoota maafiyaa PP garaa ishee qofaaf fiigdu hedduu ishee du'aa fi madoon adabuun of booda deebiseera.

Haleellaa jabaa warqiileen Zoonii Kaabaa humni Furgaatuun Biiftuu Barii Bilisummaa ergamtoota Koloneel Abiy Ahimed du'aa fi madoon adabee kan hafte faffaca'uun of booda deebise kanaanis, loltootni sirnichaa kun qe'ee hawaasaa keessa naanna'uun manneen uummataa ganda 2 Yaatuu fi Dhaddacha jedhamu gubanii barbadeessaa turuun ibsameera.

Oromiyaan dhiiga ilmaan isheen ni Bilisoomti ❗️

Impaayerri bututtuun afaan ni kufti ❗️

Injifannoon Uummata Oromoof❗❗❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምስራቅ ወለጋ ዞን የተለያዩ ወረዳዎች የሰላማዊ ዜጎች እስራት እና ዘረፋ ተጠናክሮ ቀጥሏል።

ጥቅምት 16 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የስልጣን ዘመኑን ለማራዘም በቃላት ሰላም ያወጀው ሰው በላ ፒፒ ወኪሎቹን በሁሉም የኦሮሚያ ማዕዘናት በማሰማራት የኦሮሞ ብሄርተኞችን እያሰረና እየዘረፈ ይገኛል።

በዚህም መሰረት ጥቅምት 7,2024 ዓ.ም በጅማ አርጆ ወረዳ በBadhaas መንደር ውስጥ የአገዛዙ አማፂ ጦር ጥቃት ከፈጸመባቸው ሰዎች መካከል-:
-ኢብራሂም አብዱላህ
• መሀመድ ሲላ
• ጫላ ሻኖ እና
• ሻዶ ሻኖ የተባሉትን ያለ ምንም ጥፋት ከቤታቸው አፍኖ በማሰር እያሰቃያቸው መሆናቸውን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግሯል::

በዘረፋ ዜና በዚሁ ወረዳ ከሜታ መንደር በጥቅምት 8,2024 ዓ.ም የሰው በላ አገዛዝ ጦር
- ከኢማና ተረፈ ሃያ ሺህ ብር እና በግምት አስር ኪሎ ግራም ማር ሲዘርፉ
- ከጫና ቤኩማ ስር አስር ሺህ ብር ዘርፎ መሄዳቸውን ምንጮቻችን ገልጸዋል::

እነዚህ ነዋሪዎች የተጎዱት ወንጀለኛ ሆኖ ሳይሆን በኦሮሞነታቸው ብቻ ጥቃት እንደተፈጸመባቸው ገልጿል::

ጥቅምት 12፣ 2024 ዓ.ም በዚሁ ወረዳ በቢሎ ቦሼ ወረዳ በጨፌ ኮንቺ መንደር ውስጥ ከሚከተሉት ሰዎች መካከል-:
ገላና ቡሻ
ሹማ Badhaasaa
መልካሙ አበበ
ሹማ ጉዲሳ
ናስር ሁሴን
ባትሬ አያና
ጭምዴሳ ጉቱ፣
ጀማል አልቃድር፣
ምስጋኑ ኢራና፣
ጃለታ ቶሌራ እና ሌሎች በርካታ ሰዎች ያለ ምንም ጥፋት "ለኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት መረጃ ሰጥተዋል" በሚል ስም በቢሎ ቦሼ ወረዳ ፖሊስ ጣቢያ እየተሰቃዩ መሆናቸውን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ገልጸዋል።


በተጨማሪም በዚያው ቀን ጥቅምት 12 ቀን 2024 ዓ.ም በዋዩ ቱቃ ወረዳ ከሃሮ ጫልቺስ መንደር -:
- ወ/ሮ ቹቼ ተመስጌን የሁለት ልጆች እናት, - ወ/ሮ አታቱ ሚሬሳ, የሁለት ልጆች እናት እና,
- የአራት ልጆች እናት የሆነችው ወ/ሮ ባጩ ሊኪሳ ልጆቻቸው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት አባል ናቸዉ በማለት ከመኖሪያ ቤታቸው በስርአቱ ወታደሮች ተይዘው በወረዳው ታስሮ እየተሰቃዩ መሆናችውን ምንጮቻችን ገልጿል::

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምዕራብ ወለጋ ዞን በናጆ አውራጃ አንድ ወጣት በፒፒ የፋሺስት ጦር ተገድሎ ሲሰቀል በጊምቢ ወረዳ ደግሞ ዘረፋ ተባብሷል።


ጥቅምት 16 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ( ONM - ABO).

በምእራብ ወለጋ ዞን በናጆ አውራጃ የሚገኙ የፖለቲካ እስረኞች በፒፒ አምባገነን ሰራዊት እና በአገዛዙ ተኩላዎች በእስር ቤቶች እየተገደሉ እና እየተደበደቡ መሆናቸው ታውቋል::

በጥቅምት 10 ቀን 2024 ዓ.ም በቢሻን አላልቱ መንደር በፒፒ አምባገነን ሰራዊት ተይዞ በ03 መንደር እስር ቤት ለሁለት ቀናት የተወረወረው ገላና ሰንበታ የተባለ ወጣት በደረሰበት ከፍተኛ ድብደባ ቅዳሜ ጥቅምት 12 ቀን 2024 ዓ.ም. ህይወቱ ማለፉ ተገልጿል::


ወጣቱ በአረመኔው ጦር የተገደለ ሲሆን የፒፒ ተኩላዎች በአንገቱ ላይ ገመድ አድርገው የሰቀሉት ሲሆን ፥ በዋናነት በወጣቱ ግድያ ውስጥ ሚና የተጫወቱ ሰዎች ዳዊት ሶቦቃ የተባለ የጸጥታ ኦፊሰር እና ሁለት ሚሊሻዎች ደረሱ የተባለ እና ሌሎች ስማቸው እስካሁን ያልደረሰን እንደተሳተፉበት ታውቋል::

ዳዊት የ25 አመቱ ወጣት ሲሆን ከየትኛውም የፖለቲካ አቋም የፀዳ እና በማህበረሰቡ ዘንድ ጥሩ ስራ በመስራት የሚታወቅ መሆኑን የገለጹት ነዋሪዎቹ ምንም አይነት ወንጀል እንዳልፈፀሙ ለኦኤንኤም ጠቁመዋል።

በተጨማሪም በዘረፋ ዜና በምዕራብ ወለጋ ዞን በጊምቢ ወረዳ በጋምቤላ ከተማ አስተዳደር ልዩ ቦታ ቦዋ ውስጥ ጥቅምት 13,2024 ዓ.ም
የቡና ነጋዴ የሆነውን በርያ አዱኛ የተባለ ሰው ያለምክንያት 127,000 ብር ተዘርፎ ይህ በቂ አይደለም በሁለተኛው ዙር ስንመጣ 400,000 ብር አዘጋጁ ካልዘጋጀህ ህይወትህን እንደሚንአጠፋ እወቅ በማለት አስፈራርተው መሄዳቸውን ለአራታ ቢዯሌሳ ኦሮሚያ ዘግቧል::


የኦኤን-ኤም ምንጮቻችን እና ከስፍራው አቅራቢያ ያሉ ነዋሪዎች እንደገለፁት በገዢው መንግስት ስም ያለው ቡድን የኦሮሞን ህዝብ በመጥላት ሆን ብሎ ሰላማዊ ዜጎችን ማሰቃየት ላይ እየሰራ ነው እንጂ ይህ ሰው ምንም ጥፋት አላደረገም ሌላ የፖለቲካ አመለካከት እንደሌለው እንዲሁም ባልታወቀ ምርመራ ሰዎችን እየገደሉ እንደሚገኝ ለኦኤንኤም ተናግሯል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

እስራኤል የጋዛን እርዳታ የማታሳድግ ከሆነ ወታደራዊ ድጋፍ እንደምትቀንስ አሜሪካ አስጠነቀቀች።

ጥቅምት 16 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

እስራኤል ወደ ጋዛ የሚገባውን የሰብዓዊ እርዳታ ተደራሽነት በአንድ ወር ውስጥ የማታሳድግ ከሆነ አሜሪካ ወታደራዊ ድጋፏን እንደምትቀንስ አሜሪካ አስጠነቀቀች።

እስራኤል በጋዛ በምታደርገው ጦርነት የጀርባ አጥንት የሆነችው አሜሪካ ይህንን ለማስተካከከል የ30 ቀናት ቀነ ገደብ ማስቀመጧን በደብዳቤ ገልጻለች።

እስራኤል በሰሜናዊ ጋዛ እንደገና በጀመረችው የተቀናጀ እና የማያባራ ጥቃት በርካታ ፍልስጤማውያን መሞታቸው እየተዘገበ ባለበት ወቅት ነው አሜሪካ ይህንን ጠንከር ያለ ነው የተባለውን ደብዳቤ ለአጋሯ እና ወዳጇ እሰራኤል የጻፈችው።
አሜሪካ በጋዛ እያሽቆለቆለ ያለው የሰብዓዊ ሁኔታ ክፉኛ እንደሚያሳስባት የገለጸው ደብዳቤው አክሎም እስራኤል በሰሜን እና በደቡባዊ ጋዛ 90 በመቶ የሚሆነውን ሰብዓዊ እንቅስቃሴ መከልከሏን እንዲሁም ማገዷን  ጥቅምት 13/ 2024 ዓ.ም የተጻፈው ደብዳቤ አስፍሯል።

እስራኤል የደረሳትን ደብዳቤ እየገመገመችው እንደሆነ አንድ ባለስልጣኗ አስታውቀው አገራቸው “ይህንን በቁም ነገር እንደምትመለከተው” እና ከአሜሪካ አቻዎቻቸው ጋር “የተነሱባቸውን ስጋቶች” ለመፍታት አቅደናል ብለዋል።

ለፍልስጤማውያን ሰብዓዊ እርዳታን ሆን ብላ እያገደች ነው ተብሎ የሚቀርብባትን ክስ የማትቀበለው እስራኤል የምታደርገው የተቀናጀ ጥቃት የሐማስ መሰረተ ልማቶች ላይ ያነጣጠረ ነው ስትል በተደጋጋሚ ትሰማለች።

ወደ ጋዛ የሚገቡ እርዳታዎችን እንዲገቡ የመፍቀድ እና የማስተዳደር ኃላፊነት ያለው የእስራኤል ወታደራዊ አካል ኮጋት ከአለም የምግብ ፕሮግራም የተላኩ እርዳታ የጫኑ 30 መኪኖች ወደ ሰሜናዊ ጋዛ ገብተዋል ብሏል።

የተባበሩት መንግሥታት ምግብ ድርጅት ለባለፉት ሁለት ሳምንታት ወደ ሰሜናዊ ጋዛ ምንም አይነት እርዳታ እንዳልገባ ማስታወቁን ተከትሎ ነው ኮጋት ይህንን ያለው። የመንግሥታቱ ድርጅት 400 ሺህ ፍልስጤማውያን ለመኖር የሚያስፈልጋቸው መሰረታዊ ፍጆታዎች እየተመናመነ ነው ብሎ ነበር።

አሜሪካ ለእስራኤል ዋነኛ የጦር መሳሪያ አቅራቢ ስትሆን የእስራኤል ጦር በጋዛ በሚያደርገው የተቀናጀ ጥቃት ከአሜሪካ የሚደርሰውን የጦር አውሮፕላኖች፣ ሚሳኤሎች እና ሌሎች መሳሪያዎችን ይዞ ነው።


አሜሪካ ለእስራኤል መንግሥት የላከው እና በአገሪቱ የውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር የተረጋገው ደብዳቤ በመጀመሪያ ሪፖርት የተደረገው አክሲዮስ በተሰኘ ድረ ገጽ ነው። ደብዳቤው ተፈርሞ የወጣው በውጭ ጉዳይ ሚኒስትሩ አንቶኒ ብሊንከን እና በመከላከያ ሚኒስትሩ ሎይድ ኦስቲን ስም ሲሆን የሰብዓዊ ቀውሱን በዚህ ወር እንድትቀለብስ ቀነ ገደብ አስቀምጧል።

እስራኤል በከበባ ውስጥ ባስገባቻት ጋዛ በምታደርገው ጥቃት ከ42 ሺህ 340 ሰዎች በላይ መገደላቸውን የጋዛ ጤና ሚኒስትር አስታውቋል። ከነዚህም ውስጥ አብዛኛዎቹ ህጻናት እና ሴቶች መሆናቸውን በሐማስ ስር ካለው የጤና ሚኒስትሩ የተገኘው መረጃ ያስረዳል ሲል ሲኤንኤን አስነብቦዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Arsii lamaan keessatti dararaan uummata nagaa irratti geggeeffamu daran jabaatee jiraachuun himame

ONM-ABO Onkoloolessa 16,2024 Egeree uummata Oromoos ta'e Oromiyaaf yaaddoo guddaa kan ta'e gareen maxxantoota PP mootummaa ofiin jechuun of waaman akkasuma warreen ulaagaa mootummaa hin guunnee fi uummatas bakka hin buune gochoonni isaan guyyuu afaan qawwee fayyadamuun hawaasa nagaa keessattuu qonnaan bulaa Oromoo irratti geggeessan kun uummatni akka ol hin jennee fi kufaatii hamaa kufan taasisaa jiru.


Waggootaa asitti qe'ee boo'ichaa fi gaddaa kan taasifatan akkasumas dirree saamichaa fi seer-dhablummaan keessatti dagaagsan keessaa godinaaleen Arsii lamaan tokko yoo ta'an, Onkoloolessa 12,2024 godina Arsii Bahaa aanaa Martii magaalaa aanichaa Abboomsaa keessaa uummata maqaa sakkatta’insa maallaqaa kaasee hanga bilbila iddoo tokkotti sassaabuun harkaa saamanii jiraachuun beekameera.

Akkasumas namoota maqaan isaanii Tamaman Kadiroo fi Tolaa Jamaal dabalatee namoota hedduu hidhaatti darbachuun gidirsaa jiraachuunis beekamee jira.

Bifuma wal fakkaatuun Onkolooleessa 12,2023 Arsii Lixaa magaalaa Shaashamannee fi Arsii Nageellee keessatti ergamtoonni bilxiginnaa biqiltuu mooraa isaanii keessatti argame hunda gibira kaffaluu qabdu ittiin jechuun manneen namoota qe’ee isaanii keessatti biqiltuu argan galmeeffachaa turuu jiraattotni himan.

Erga galmeeffatanii boodas guyyaa koottaa girbira isaa kaffalaa isiniin jenne dhuftanii kaffaltu jechuun akkeekkasiisanii yoo deeman, namoonni hedduunis cirree balleessina malee gibirri nuti mukaaf kaffallu hin jiru jechuun finciluu isaanii dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Waraanni faashistii PP 10 godina Baha Wallaggaa Aanaa Haroo Limmuu, Giddaa Ayyaanaa fi Galiilaa irraa WBO'tti harka kennatan

ONM-ABO Onkoloolessa 16,2024 Ilmaan Oromoo humnaa fi goyyomsaan qe’ee isaanii irraa qabamuun aangoo murna Bilxiginnaa akka tiksaniif bobbaafaman badii sirnichi lubbuu fi qabeenyaa uummata Oromoo irraan ga’aa oolu jibbuun qawwee gurguratanii fi qawwee kaa’anii badaa akkasumas qawwee waliin mooraa waraana Bilxiginnaa gananii WBO'tti makamaa jiru.

Haaluma kanaan Onkoloolessa 15,2024 waraanni faashistii 7 qawwee fi hidhannoo waliin godina Baha Wallaggaa aanaa Haroo Limmuu keessaa mooraa Bilxiginnaa ganuun WBO'tti makamanii jiru.

Itti dabaluun guyyuma kaleessaa aanaa Giddaa Ayyaanaa irraa loltootni Bilxiginnaa 2, aanaa Galiilaa irraas loltuun 1 mooraa Bilxiginnaa jibbuun WBO'tti makamaniiru.

Loltootni Bilxiginnaa kurnan kun qawwee AKM 10, hidhannoo 10, boombii fi rasaasa hedduu qabatanii ba'uun mooraa waraana bilisummaa Oromoof galii taasisanii jiru.

Loltootni Bilxiginnnaa duraanii kun erga nagaan WBO bira ga’anii booda dubbii taasisaniin, murni Bilxiginnaa aangoo isaa dheeressuuf qofa lola isaan hin ilaallannnetti hirmaachisee lubbuu isaanii dabarsaa jiraachuu himuun, hawaasa irraa dhalannetti deebinee gocha farra dhala namaa ta’an akka raawwannuuf dirqisiifamuun keenya yeroo ammaa abdii nu kutachiisee akka dhaabbannee of ilaaluun keessaa baanu nu taasiseera jedhan.

Simannaa WBO'n taasiseefittis gammaduun ilmaan Oromoo qawwee diinaa baatanii jiran qawwee fi hidhannoo waliin WBO'tti akka makaman dhaamsa dabarsaniiru.

Murni Bilxiginnaa waraanni kiyya miliyoonatti lakkaa’ama jechuun tokkummaa fi naamusa qabaachuu isaanii dhaadatus gocha badii achi keessatti raawwatamu jibbuun Oromiyaa keessatti guyyaatti loltootni Bilxiginnaa 10 ol WBO'tti harka kennachaa akka jiran ni beekama.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በሆሮ ጉድሩ ወለጋ ዞን፣ ጅማ ገነቲ ወረዳ፣ የፋሺስቱ ብልፅግና ወታደሮች ዘረፋ መፈፀማቸውን አጧጡፈው ቀጥለዋል

ጥቅምት 16፣ 2024 አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM-ABO)

የብልፅግናው ወታደሮች የኢምፓየርዋ ኢኮኖሚ መኮላሸቱ ስለገባቸው በኦሮሞ ልጆች ላይ የጠመንጃ አፈሙዝ በመደገን ዘረፋቸውን አጧጡፈዋል። ይህም በሆሮ ጉድሩ ወለጋ ዞን፣ ጅማ ገነቲ ወረዳ በሰፊው እየፈፀሙ ይገኛሉ።

የብልፅግና ወታደሮች የፋሺስት አብይን የስልጣን ዘመን ለማራዘም ህይወታቸውን ቢሰጡትም ምግብ እንኳን ለማቅረብ ስለተሳነው ዘርፈህ ዙፋኔን ጠብቅ ያለው ይመስል ከቀን ወደ ቀን የኦሮሞን ህብረተስብ በኤኮኖሚ እያራቆቱት ይገኛሉ። ይህንንም ተመርኩዘው በሀገያ ቀበሌ ጥቅምት 6፣ 2024 ዘረፋ አካሂደዋል። ከተዘረፉትም ሰዎች መሃከል ስማቸውን ለጊዜው ያገኘነው፦

ኦቦ ወንድሙ ተረፈ አንድ የቀንድ ከብት፣
ኦቦ በላይ ፈርጃ አንድ የቀንድ ከብት፣
ኦቦ ከተማ ሁለት የቀንድ ከብቶች፣
ኦቦ ገመቹ ተርፋ ሁለት በጎች፣
እቦ ፀጋዬ ከተማ አራት የቀንድ ከብቶች፣
ኦቦ ቡሳ ጉተማ አንድ የቀንድ ከብት፣
ኦቦ መሬሳ ወንድሙ ሁለት የቀንድ ከብቶች፣
እንዳለ በላይ አምስት የቀንድ ከብቶች እና
Dhaባ ሞቲ ሁለት የቀንድ ከብቶች ናቸው።

ከዘረፉትም በርካቶቹን አርደው መብላታቸውንና የቀሩትንም ወደ ወረዳው ከተማ ይዘው መሄዳቸውን የሀገያ ቀበሌ ነዋሪዎች ለአቢኦ ተናግረዋል።

የቀበሌው ነዋሪዎች አክለውም የተዘረፉት ግለሰቦች ምንም ዓይነት ጥፋት የሌለባቸው ቢሆኑም ልጃችሁ "ልጅህ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት አባል ነው።” በሚል የወንጀል ስያሜ በጦር ሜዳ መቋቋም ያልቻሉትን ፅኑ ሰራዊት በቤተሰቦቻቸው ላይ ቁጭታቸውን እየተወጡ መሆኑንም ገልፀዋል።

ፋሺስት አብይ አህመድ አሊ በታሪክ ማህደር የሚታወሰው፦

"የኦሮሞን ህዝብ ንብረትና በመዝረፍ ለረሃብ እና ለእርዛት አጋልጦ ለመግዛት መንበር የተሰጠው የፋሺስታዊ መንግስት መሪ።"

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Kabajamtoota TV Arraata Biyyoolessa Oromiyaa xumura torbee darbee kaasee murni garboomsaa Bilxiginnaa tamsaasni ONM-ABO akka qilleensa irraa bu'u taasisee ture.
Yeroo ammaa tattaaffii taasifameen amma tooratti deebi'uu dhaabbata kireessaa irraa dhageenyee jirra.

Kanaaf TV keessan irratti

Satellite Ku Y1A
Frequency 11843
Polarization V

Guuttadhaa keessan nu beeksisaa ❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii waraana Israa’elii fi Hizboollaa gidduutti Libaanos keessatti balaa namoomaa akka mudatu akeekkachiise

ONM-ABO Onkoloolessa 16,2024 Dhaabbileen Mootummoota Gamtoomanii waraanni Israa’el haleellaa Hizboollaa irratti raawwate itti fufee waan jiruuf, rakkoo namoomaa Libaanos keessatti mul’achaa jiru furuuf maallaqni hatattamaan akka dabalu gaafataniiru.

UNICEF fi Sagantaan Nyaataa Addunyaa (WFP) ibsa waloo Kibxata darbe kennaniin, lola Libaanos keessatti kuma dhibbaan lakkaa’aman qe’ee isaanii irraa buqqise kun “balaa guddaa kaase” jechuun akeekkachiisaniiru. ''Dhugaa jiru fedhiin dabalaa dhufuuf qophaa'aa jirra,'' jedhan ejensiiwwan kunneen. “Maallaqa dabalataa nu barbaachisa, haal-duree malee.”

Qondaaltonni Libaanos akka jedhanitti, waldhabdee kanaan Israa’el Beerut fi kutaalee Libaanos hedduu irratti haleellaa qilleensaa raawwachuu, akkasumas loltoota lafa irraa gara kibbaatti erguu isheetiin namoonni miiliyoona 1.2 miidhamuu himaniiru.

“Namoonni gara miliyoona 1.2 ta’an miidhamaniiru, hawaasa saaxilamoo ta’an irratti dhiibbaa guddaa geessiseera,” jechuun ibsichi akeekkachiiseera. “Yeroo ammaa kana namoonni dhuunfaa buqqa’an gara 190,000 ta’an dhaabbilee 1,000 ol keessatti gaaddisa kan qaban yoo ta’u, kuma dhibbaan lakkaa’aman ammoo maatii fi hiriyoota isaanii gidduutti nageenya barbaadaa jiru.”

Kana malees, kanneen kuma dhibbaan lakkaa’aman gara Siiriyaa ce’uu isaanii ibsichi hubachiisa. Kunis deebii namoomaa daran walxaxaa taasiseera. Dhaabbileen Mootummoota Gamtoomanii deggarsa murteessaa ta’e kennuuf hojjechaa akka jiran dubbatu. WFPn fedhii namoota tilmaamaan 200,000 guyyaa guyyaan nyaata qophaa’ee fi maallaqaan guutaa jira.

UNICEF mootummaa Libaanos waliin ta’uun kunuunsa fayyaa sadarkaa duraa, meeshaalee bishaanii fi qulqullinaa, waaan irra bulan, akkasumas tajaajila deggarsa xiinsammuu dabalatee daa’immanii fi maatiidhaaf deggarsa barbaachisaa ta’e kennaa jira jedheera.

Ejensichi Libaanos keessatti “dhaloonni badaa” akka jiru akeekkachiisuun erga diinummaan guddaan ka’ee torban sadan keessatti daa’imman 400,000 ta’an qe’ee isaanii irraa buqqa’aniiru jechuun Al Jazeeraan gabaaseera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Walloo Aanaa Jiillee Dhummuuggaa keessatti milishoota sirnichaan dargaggoon tokko haala suukkaneessaan yoo ajjeefamu, hidhaanis namoota nagaa irratti raawwatame.

ONM-ABO Onkoloolessa 16,2024 Koloneel Abiy Ahimed bara gara aangoo Impaayerattiitti dhufe namoota biratti amanamummaa argachuu fi of jaallachiisuuf jecha afaan dhadhaa dibatee qorannu malee hin hiinu jechuun yoo dubbatu, garuu faallaa isaa ammoo waadaa uummataaf gale dagachuun uummata Oromoo gaaga'ama hamaa keessa galchee jira.


Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Jiillee Dhummuuggaa ganda Mata Horaa keessatti Onkoloolessa 14,2024 milishoonni sirnichaa dargaggoo maqaan isaa Mohaammad Ammad Sheek Alii jedhamu badii tokko malee haala suukkaneessaa ta'een rasaasa itti roobsuun ajjeesanii gatuun ibsameera.

Dargaggoon milishoota sirnichaan haala suukkaneessaa ta'een ajjeefame kun hojii qonnaa hojjechuun kan maatii isaa jiraachisu malee deggaraa paartii dhaaba kamiiyyuu akka hin taane dubbatu.

Milishoonni sirnichaa dhiiga ilmaan Oromoo dhangalaasuun araada itti ta'e kun Oromummaa isaa qofaan yakkuun dargaggoo kana mana isaatti itti seenanii osoo harmeen isaa boossuu rasaasa itti roobsuun ajjeesanii biraa deemuu jiraattotni gandichaa dabaluun ONM'tti himaniiru.

Oduu hidhaatiin ammoo ganduma Mata Horaa keessaa Onkoloolessa 1,2024 milishoonni sirnichaa nama maqaan isaa Mahaammad Umaroo Baxxee jedhamu qabuun reebicha ulfaataa ta'e irraan ga'anii mana hidhaatti darbachuun dararaa jiraachuun beekame.

Namni kunis badii dalageef osoo hin taane waan hawaasa naannichaa biratti jaallatamaa ta'ee fi uummanni isa dhaga'uuf hawaasa nu irratti kakaastee dammaqsaa jirta maqaa jedhuun hidhanii hiraarsaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf gabaasaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Baha Wallaggaa Aanota garaa garaa keessatti hawaasa nagaa hidhaatti guuruu fi saamichi akkaan jabaatee itti fufe.

ONM-ABO Onkoloolessa 16,2024 Bara aangoo isaa dheereffachuuf jecha afaaniin nagaa labsaa uummata nagaa ba'uuf galuu kan dhorkatu murni nama nyaataan PP, golee Oromiyaa cufa keessatti ergamtoota isaa bobbaasuun sabboontota ilmaan Oromoo irratti hidhaa fi saamicha raawwachuu cimsanii itti fufanii jiru.

Onkoloolessa 7,2024 waraanni goolessaan sirnichaa aanaa Jimmaa Arjoo ganda Badhaas jedhamu keessaa namoota maqaan isaanii:
• Ibiraahim Abdallaa,
• Mohaammad Silaa,
• Caalaa Shanoo fi
• Shaddoo Shanoo kanneen jedhaman badii tokko malee mana isaaniitii ukkaamsuun hidhaatti darbatanii hiraarsaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.

Oduu saamichaan ammoo, aanaadhuma kana ganda Meettaa jedhamu irraa Onkoloolessa 8,2024 waraanni sirna nama nyaataa kun namoota maqaan isaanii:
- Imaanaa Tarfaa jalaa qarshii kuma digdamaa fi damma tilmaamaan kiiloogiraama kudhan ta'u yoo saaman,
- Cannaa Beekumaa nama jedhamu jalaas qarshii kuma kudhan (10,000) saamanii deemuu maddeen keenya itti dabaluun eeraniiru.

Jiraattonni kunneen yakka dalaganiif osoo hin taane, badii tokko malee sababa 'Oromummaa' isaanii qofaaf miidhaan kun akka irratti raawwatames ibsameera.

Godinichuma aanaa Billoo Boshee ganda Caffee Konchii jedhamu keessaa Onkoloolessa 12,2024 namoota maqaan isaanii:
Galaanaa Bushaa,
Shuumaa Badhaasaa,
Malkaamuu Abbabaa,
Shuumaa Giddiisaa,
Naasir Huseen,
Baatiree Ayyaanaa,
Cimdeessaa Guutuu,
Jamaal Alqaadir,
Misgaanuu Irranaa,
Jaallataa Toleeraa jedhamanii fi kanneen biroo hedduu ta'an badii tokko malee "Waraana Bilisummaa Oromoof odeessa kennitu" jechuun waajjira poolisii aanaa Billoo Bosheetti hidhanii dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.

Dabalataan, godinuma kana aanaa Waayyuu Tuqaa ganda Haroo Caalchis jedhamu irraa guyyuma kana Onkoloolessa 12,2024 namoota maqaan isaanii:
- Aadde Chuuchee Tamasgeen haadha daa'ima lamaa, - Aadde Ataatuu Mirreessaa haadha daa'ima lamaa akkasumas,
- Aadde Baaccuu Likkaasaa haadha daa'ima afurii "ilmaan keessantu miseensa WBO'ti" jechuun waraanni sirnichaa mana jireenyaa isaaniitii qabuun onichatti hidhanii dararaa jiraachuu maddeen keenya eeranii jiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምስራቅ ሸገር ዞን፣ በዱግዳ ወረዳ ውስጥ የፋሺስቱ ብልፅግና ጦር አንድ ቄሮን በአሰቃቂ ሁኔታ 6 ጥይት አርከፍክፈው ገድለውታል

ጥቅምት 16፣ 2024 አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM-ABO)

“የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትን እናስሳለን!” በሚል ስም የሚሰማሩት የፋሺስት ብልፅግና ወታደሮች በኦሮሚያ ውስጥ በኦሮሞ ልጆች ላይ የተለያየ የሃሰት ወንጀል በመመስረት እየገደሉ፣ እያሰሩ እና እየዘረፉ እንደሆነ ይታወቃል።

በዚሁ ሁኔታ በምስራቅ ሸገር ዞን፣ በዱግዳ ወረዳ ውስጥ በነዋሪዎች ላይ የሚፈፀመው ግድያ ተጠናክሮ መቀጠሉ ምንጮች ለአቢኦ ጠቁመዋል።

በዱግዳ ወረዳ፣ ቢርቢርሳ ጉዳ ሳቦሌ ቀበሌ ውስጥ ጉታ በdhoo የተባለውን ቄሮ የኢምፓየርትዋ ወታደሮች ጥቅምት 4፣ 2024 በመያዝ ወደ መቂ ከተማ ወስደው አንድ ቀን በከተማው ውስጥ በሚገኘው የጦር ካምፓቸው ካቆዩት በኋላ ጥቅምት 5፣ 2024 ወደ ቢርቢርሳ ጉዳ ሳቦሌ ቀበሌ መልሰውት ከለሊቱ 9:00 ሰዓት ላይ በ6 ጥይት እና በአሰቃቂ ሁኔታ መግደላቸውን ምንጮች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።

ፋሺስት አብይ አህመድ አሊ በታሪክ ማህደር የሚታወሰው፦

"የኦሮሞን ሕዝብ ያለምንም የፍርድ ቤት ትዕዛዝ ማሳሰር፣ በእስር ቤት ውስጥ እንዲሰቃዩ ለማድረግ፣ ከዚህም እልፎ በአሰቃቂ ሁኔታ እንዲገደሉ ትዕዛዝ እንዲሰጥ መንበር የተሰጠው የፋሺስታዊ መንግስት መሪ።"

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

WBOn Lixa Wallaggaa aanaa Boojjii Coqorsaa keessatti waraana faashistii PP adabuun tokko booji'e

ONM-ABO Onkoloolessa 16,2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu jabeessuun har'a Onkoloolessa 16 godina Lixa wallaggaa aanaa Boojjii Coqorsaa ganda Innaangoo Koobbaraa jedhamutti Cibraan Gumaa Guddaa Buttaan Dubbataa tarkaanfii waraana faashistii PP irratti fudhateen injifannoo boonsaa galmeessee jira.

Tarkaanfii jajjabduu kanaanis hedduu du'aa fi madoon adabuun qawwee AKM 3 irraa hiikee tokko booji'eera.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Читать полностью…
Subscribe to a channel