onm_abo11 | Unsorted

Telegram-канал onm_abo11 - Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

35953

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, miidiyaa Agartuu Oromoo!

Subscribe to a channel

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Lixa Wallaggaa Aanaalee hundaatti sarbamiinsi mirgoota namoomaa waraana faashistii PP'n jabaate

ONM-ABO Muddee 9,2024 Waggoota dhufaa darbaa qe'een ilmaan Oromoo bo'icha, wawwaannaa, gidirfamuu, abdii murannaa fi qaamaa qalbiin miidhamoo ta'anii akka jiraataniif humnoonni waraanaa itti bobbaafamuun miidhaa gurguddaa irraan ga'uun dacheen Oromiyaa akka dirree dhiigaa taatu godhanii jiru.



Akkuma kanaanis waraanni faashistii PP humnoota milishootaa fi qaamolee sirnichaaf amanamoo ta'an of dura hiriirsanii holola Waraanni Bilisummaa Oromoo guutummaatti galaa jira jedhuun hawaasa magaalaa jiraatu goyyomsuuf guyyuu osoo hojjetanii, lolaa fi hololli isaan adeemsisan furmaata isaaniif fiduu hanqannaan namoota dirqiin guuruu jabeessanii itti fufuun godina Lixa Wallaggaa aanaa Begiitti abbootii warraa fi dargaggoonni ukkaamfamaa jiraachuun dhagaa'ameera.


Akkuma Oromiyaatti jaarmiyaa guddicha abdii fi gaachana uummata Oromoo kan ta'e ABO-WBO lolaa fi hololli balleessuu akka hin dandeenye sirnaan kan hubate murni Bilxiginnaa, jaalalaa fi kabajaa uummanni Oromoo WBO'f qabu addaan kutee barcuma aangoo isaa irras bubbuluuf karaalee miidiyaa, qarshiin namoota bituu, humnaa fi aangoo isaatiin ajjeesee, hidhee, saamee fi gondaansisee hojiilee farrummaas humnoota qabu gama kamiinuu bobbaasee Oromoo balleessuuf ijjibbaata isa dhumaa irratti argama.

Oduu hidhaa fi saamichaan wal qabatuun ammoo aanaa Sayyoo Noolee ganda Qoree Koobir jedhamu keessaa loltoonni impaayerattii Sadaasa 30,2024 nama maqaan isaa Obbo Taarikuu Asaffaa jedhamu maqaa "meeshaa waraanaa manaa qabda" jedhuun qarshii kuma dhibba lama (200,000) adabuun, dukkaana isaa illee cabsanii seenuun qabeenya qarshii 250,000 olitti tilmaamamu erga saamanii booda, Obbo Asaffaa ammoo fudhanii deemuun hanga gabaasni kun qindaa'etti achi buuteen faana isaa dhabamee jiraachuu jiraattonni ONM'tti himanii jiru.

Ganduma kana keessaa Sadaasa 29,2024 Obbo Shuggux Tamasgeen nama jedhamu ammoo badii tokko malee mana isaatii ukkaamsuun haala suukkanneessaa ta'een rasaasa itti roobsuun ajjeessuu maddeen himan.

Bifuma wal fakkaatuun aanichuma ganda Guutee Jiidhaa jedhamu keessaa guyyaadhuma kana Sadaasa 29,2024 nama maqaan isaa Obbo Caalaa Moosisaa jedhamu jalaa mana qorichaa isaa guutummaan saamuun, manichas ibiddaan barbadeessanii jiraachuu maddeen itti dabaluun ONM'f eeraniiru.

Kana malees Lixuma Wallaggaa aanaa Ganjii ganda Lalisaa Ganjii jedhamu keessaa Mudde 05,2024 jiraattota maqaan isaanii:
- Inninawuu Abboomaa,
- Mulunash Ittafaa,
- Tasfaayee Tashoomaa,
- Guddinaa Guutamaa,
- Ittaanaa Kabaa,
- Dirribaa Waggaa,
- Taammiruu Ittafaa,
- Yoseef Dhugumaa,
- Abduu Taarikuu,
- Gammadaa Oljirraa,
- Dabalaa Oljirraa
- Fayyeeraa Hambisaa fi kanneen biroo hedduu ta'an ergamtoonni sirna nama nyaataa badii tokko malee jumlaan ukkaamsuun waajjira poolisii aanaa Ganjiitti hidhanii dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Namoonni hidhaman kunneen baay'inni isaanii 25 ol ta'uu himuun, maqaa kaffaltii xaawoo fi gibiraa kan waggaa 10 duraa hin kaffalin jirtu jedhuun halkan keessaa toora sa'a 9:00'tti ergamtoonni sirnichaa mana isaaniitii ukkaamsuun hidhaatti darbachuu ibsaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Gujii Lixaa Aanaa-Bulee Horaa keessatti uummanni dararaa hamtuu argaa jiraachuun beekame

ONM-ABO Muddee 9,2024 Impaayera Itiyoophiyaa keessatti uummanni Oromoo gidiraa takkaa argee hin beekne keessummeessaa kan jiru yoo ta'u, gaafatama nama tokkoo qaama biraatti maxxansuun gocha silaa hawaasa keessatti baratamaa hin taane, heerri fi seerri impaayerattii hin keenyeen namoota gidirsuu jabeessanii jiru.

Aanaa Bulee Horaa ganda Mirgoo Qorrobbaatti namoota maqaan isaanii Bunee Guyyee, Soorsaa Halakee, Asaffaa Baanataa, Asteerii Adeemaa, Quxee Adulaa, kanneen jedhaman warreen mana hidhichaa keessatti dararaa hamaan irra ga'aa jiru keessaa muraasa ta'uu dubbatu.


Dabalataan aanichuma ganda Roophii Baadiyyaa keessaas namoonni maqaa WBO gargartu jedhuun hidhamuun yakkamanii jiran maqaan isaanii; Shawwaayyee Jiloo, Ayyaantuu Waaqoo, Boneyyaa Bariisoo, Mi'eessaa Soorsaa, Kabadaa Jaggoo, Addunyaa Tukuu, Jaalannee Galmaa fi Nageyoo Sherekaa kanneen jedhaman manneen hidhaa sana keessatti reebichi hamaan irratti geggeeffamaa jiraachuun beekamee jira.


Aanichuma ganda Dogoo jedhamu keessaas namoota maqaan isaanii; Dursituu Sallii, Caaltuu Bariisoo, Duubee Teroo, Dukkaallee Nugusee, Bulee Tunnuu fi Dukkaallee Tunnuu kanneen jedhaman yoo ta'an akka ganda Muurtuuttis namoonni maqaan isaanii Ayyalee Guyyee, Dhaddacha Toondhaa, Daraartuu Soorsaa, Xeennuu Soorsaa, Helelloo Soorsaa kanneen jedhaman hidhaa yeroo dheeraan dararamaa akka jiran beekamee jira.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Qophii Dilbii Dilbataa ONM-ABO Muddee 8-2024 itti dhiyaadhaa!
Waltajjii Gumii Sabaa ABO-WBO, Tarkaanfii Gooticha Waraana Bilisummaa Oromoon, Holola Bilxiginnaa, Impaayerattii fi Gaanfa Afrikaa Ilaalchisuun Turtii Jaal Niimoonaa Sabaa fi Daandii Elemoo Waliin Taasisan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምእራብ ወለጋ ዞን ቤጊ አውራጃ ውስጥ ለውትድርና ስልጠና ብዙ ሰዎች ተሰብስበዋል።


ታህሳስ 8 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

ባለፉት አመታት የኦሮሚያን መሬት ወደ ደም መፋሰስ ለመቀየር ወታደራዊ ሃይል በማሰማራት የሀገሪቱን ታሪክ ለማፈን እና የሴራ አጀንዳ ለመንደፍ ሲንቀሳቀስ ቆይቷል።

በተመሳሳይ የፋሽስቱ ጦር ከፊት ለፊቱ የሚሊሻ ሃይሎችንና ለአገዛዙ ታማኝ የሆኑ አካላትን በማሰባሰብ የከተማውን ማህበረሰብ ለማታለል የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በቤጊ ወረዳ ሙሉ በሙሉ እየገባ ነው በሚል ፕሮፓጋንዳ በየቀኑ እየነዛ ነው።

ይህን በማስመልከት የፋሽስቱ አንጃ በዛው ወረዳ በርካታ ንፁሀን ዜጎችን በማፈን በግዳጅ ወደ ጦር ሜዳ ለመላክ መሆኑን ምንጮቻችን ገልፆዋል።

የቤጊ ወረዳ ነዋሪዎች እንደተናገሩት መንግስት ኦሮሞን ለማጥፋት እያደረገ ያለው ጥረት የመጨረሻ ደረጃ ላይ ነው ሲሉ ተደምጦዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምስራቅ አርሲ ዞን ሙኔሳ ወረዳ የብልፅግና ወታደሮች በኦሮሞ ልጃገረዶች ላይ የሚደርሰው መደፈር ተባብሶ መቀጠሉን ነዋሪዎች ለኦኤንኤም ተናግረዋል።


ታህሳስ 8 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

በአብይ አህመድ ትእዛዝ ወደ ሲቪል ማህበረሰቡ የተሰማሩት ወታደሮች በየቀኑ በኦሮሚያ የሰብአዊ መብት ረገጣና የጦር ወንጀላቸውን እያጠናከሩ ይገኛሉ።


ሞራል የሌላቸው፣ ለአባትና እናት እንዲሁም ለትውልዱ ክብር የሌላቸው ወታደሮች በህብረተሰቡ ውስጥ ከሰራዊቱ የማይጠበቅ ተግባር በማስፋፋት የህብረተሰቡን ስነ ምግባር በመናድ ላይ ተሰማርተዋል።

በማህበራዊ ጉዳይ ስማቸውን መግለጽ ያልፈለጉ ሁለት ልጃገረዶች ታህሳስ 4 ቀን 2024 ዓ.ም በሙኔሳ ወረዳ ጮጳ መንደር ከወላጆቻቸው ተወስደው በግዳጅ መደፈራቸውን ነዋሪዎት ለኦኤንኤም ተናግሯል።

እንደ ነዋሪዎቹ ገለጻ ልጃገረዶችን እናጣራለን በሚል በውሸት ስም ከቤተሰባችው ከወሰዷችው ብኋላ በዙም ሳይርቁ መድፈራችውን ነዋሪዎች አክለው ገልጸዋል።

ልጃገረዶቹ በወታደሮች ተደፍረው ህብረተሰቡ ሲወጣ ወንጀለኞች ናችው እያጣራን ነው በማለት በወጣው ህብረተሰብ ላይ ድብደባ ፈፅሞዋል።


በተጨማሪም ሰዎች በድብደባው ከፍተኛ ጉዳት እንደደረሰባቸውና የተደፈሩ ልጃገረዶችን ጨምሮ ተጎጂዎቹ በአሁኑ ወቅት በሆስፒታል ውስጥ በህክምና ላይ እንደሚገኙም አክለዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምስራቅ አርሲ ዞን ሱዲ ወረዳ የብልፅግና ጦር የነዋሪዎችን ሱቆች እየዘረፉ መሆኑን ተገለፀ።

ታህሳስ 8 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).


የፒፒ የማፍያ ተላላኪዎች ኢኮኖሚው በሁሉም ዘርፍ የፈራረሰውን የኢትዮጵያ ኢምፓየር ለመጠገን በተለያዩ ምክንያቶች የኦሮሞን ህዝብ መዝረፋቸውን ቀጥለዋል።

ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ እንደገለፁት ከታህሳስ 5 ቀን 2024 ዓ.ም ጀምሮ የሰው በላ አገዛዝ ወኪሎች በየመንደሩ የሚገኙትን ሱቆች በፍቃድ ስም እየዘረፉ ነው።

እንደ ምንጮቻችን ገለጻ በአሁኑ ወቅት ከእያንዳንዱ ሰው 20ሺ ብር እየወሰዱ ሲሆን ብዙ ነጋዴዎችም በክፍያ እጦት ከስራ ገበታቸው ተጉላልቶዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Horroo Bulluqii fi Sulula Fincaa'aa keessatti dubartii tokko rasaasaan madeessuu dabalatee oomisha midhaanii hawaasa jalaa mancaasan

ONM-ABO Muddee 8,2024 Saayinsii waraanaa kan hin kabajnee fi naasuu tokkollee uummata Oromoof kan hin qabne waraanni impaayera Itiyoophiyaa, goleewwan Oromiyaa adda addaatti bakka saayinsiin waraanaa nama hin dhaabne hunda dhaabbachuun ilmaan Oromoo dhiiraa fi dubartii osoo hin jenne uummata cufa irratti dararaa ulfaataa qaqqabsiisaa kan jiran yoo ta'u, godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Horroo Bulluqitti dubartii tokko rasaasaan madeessuun ibsameera.

Aanaa Horroo Bulluq ganda Haroo Aagaa jedhamu irraa ergamtoonni bilxiginnaa hawaasa nagaa dararuuf bobbaafaman Muddee 4,2024 dubartii maqaan ishee Aadde Daggee Abdiisaa jedhamtu ''nyaata nu dhowwatte; ergama biroo qabda" jechuun badii tokko malee sababa Oromummaa ishee qofaaf rasaasaan mataa ishee keessa rukkutuun madeessuu namoonni itti dhiheenyaan beekan Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf ibsanii jiru.

Akka namootni kun himanitti, Aadde Daggeen oomisha midhaanii irra ooltee dadhabdee mana fuuldura osoo taa'aa jirtuu loltoonni faashistii bilxiginnaa gara jabina hamaan buqqee mataa keessa dhahuu himuun, yeroo ammaa kanas du'aaf jireenya gidduu kan jirtuu fi lubbuun illee hafuun baay'ee kan nama shakkisiisu ta'uu dubbatu.


Godinuma Suluula Fincaa'aa gandoota adda addaa keessatti qonnaan bulaan lafa isaa irra qamadii qofa akka oomishuuf lukkeeleen Bilxiginnaa oomisha gosa kan biroo ooyiruu irra jiru mancaasaa jiraachuu fi kanumaan walqabatee qonnaan bultoota waan lafti keenya baase qotanna jechuun morman illee hidhaatti guuraa kan jiran yoo ta'u, ganda Ganjii Qeexalaa jedhamu irraa Muddee 04,2024 qonnaan bultoonni hidhaman maqaan isaanii:
- Dabalaa Gaaddisaa,
- Gonfaa Gamaa,
- Waggaarii Inkoosaa,
- Kabbabaa Dhugumaa fi kanneen biroo hin eeramne hedduu ta'uu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Aanichuma ganda Jaree jedhamu keessaas haaluma walfakkaatuun nama maqaan isaa Cimdeessaa Waaqasaa jedhamu dhimmuma kanaan walqabatee waltajjii irratti "waan lafti keenya baase qotanna" jechuun wayita yaada isaa ibsatutti, ati WBO'dha jechuun isas hidhaatti darbatanii dararaa jiraachuu maddeen himan.

Kana malees gandoota kanneen keessaa baargamoo jiraattotaa fi biqiloota kanneen biroos sababa tokko malee ciranii mancaasaa jiraachuu itti dabaluun ibsaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gubaatii manneenii qabee gidiraa hawaasa nagaa irratti loltoota Bilxiginnaan Godina Lixa Wallaggaa irratti geggeeffamu itti fufuu jiraattonni himan

ONM-ABO Muddee 8,2024 Ajaja qaama olii irraa itti kenname hordofuun loltoonni Bilxiginnaa goleewwan Oromiyaa cufa keessatti lammiilee nagaa irratti saamicha daangaa darbe raawwachuu jabeessanii itti fufanii jiru.

Aanaa Qondaalaa ganda Boojjii Gaara Arbaa jedhamu keessaa Muddee 4,2024 waraanni goolessituun impaayera Itiyoophiyaa dargaggoo maqaan isaa Bariisoo jedhamu irratti reebicha raawwachuun, qabeenya mana isaanii keessa jirus tokko osoo hin hambisin guutummaan saamanii deemuu jiraattonni gandichaa ONM'tti himaniiru.

Bifuma walfakkaatuun aanichuma ganda Macabaraa jedhamu keessaas Muddee 3,2024 Obbo Yuunis Xunee nama jedhamu ammoo maqaa "ilma keetu bosona jira" jedhuun hattoonni Bilxiginnaa loon 9 jalaa ooffatanii deemuu maddeen itti dabaluun ONM'f eeranii jiru.

Akkuma aanichaatti maqaa hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabduu fi maatii qabsaa'otaati jedhuun yakkoonni gara jabinaa loltoota sirnichaan hawaasa nagaa irratti raawwatu daran jabaatee jiraachuu itti dabaluun eeranii jiru.

Aanichuma ganda Geemii Gaabbaa bakka addaa Dashii jedhamu keessaa hawaasa nagaa kanneen maqaan isaanii
• Bashir Burruusee fi
• Abdurhamaan Abarraa jedhaman jalaa qabeenya hunda waliin mana jireenyaa isaanii ibiddaan barbadeessuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.

Oduu saamichaan ammoo guyyuma kana ganda Lophii Qarbaachoo jedhamu keessaa nama maqaan isaa Beekumaa jedhamu jalaa ammoo loon 35 saamanii jiraachuu maddeen itti dabaluun eeraniiru.

Aanicha keessatti yakkoonni farra namoomaa guyyuun hawaasa nagaa irratti raawwatamu cimee itti fufee jiraachuu yeroo adda addaatti irra deddeebiin isiniif gabaasaa turuun keenya ni yaadatama.


Oduu ajjeechaan ammoo aanaa Baabboo Gambeelitti jiraataa ganda Daamota Mana Jaartee kan ta'e nama maqaan isaa Duulaa Guddinaa jedhamu ergamtoonni sirna dhiiga namaa sooratu waraanni PP Muddee 6,2024 rasaasa itti roobsuun haala suukkanneessaa ta'een ajjeesanii deemuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Namni kun siyaasa kam irraa bilisa ta'uu maddeen himuun, loltoonni sirnichaa guyyootaan dura badii tokko malee mana jireenyaa isaatii ukkaamsuun dararaa hamaa erga irraan gahaa turanii booda Muddee 06,2024 deebisanii gara mana isaatti fiduun ija maatii fi ollaa isaa duratti ajjeesanii deemuu dubbatu.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gabaasa tarkaanfii ONM-ABO Muddee 8-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Galgala ONM-ABO Muddee 8-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

OLF-OLA Central Committee Resolutions(OLF-OLA press release)

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Arsii Bahaa Aanaa Suudee keessatti ergamtoonni Bilxiginnaa manneen daldalaa jiraattotaa jalaa saamsaa jiraachuun himame

ONM-ABO Muddee 8,2024 Impaayera Itiyoophiyaa dinagdeen ishee gama maraan kufe suphuuf lukkeeleen maafiyaa PP sababoota garaa garaa wabeefachuun uummata Oromoo saamuu cimsanii itti fufanii jiru.

Aanaa Suudee magaalaa Arrabbaa ganda 01 keessaa Muddee 05,2024 irraa eegaluun ergamtoonni sirna nama nyaataa PP maqaa "heyyama daldalaa" jedhuun manneen daldalaa gandicha keessatti argaman hunda jiraattota jalaa saamsaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Akka maddeen himanitti, yeroo ammaa kana nama tokko irraa qarshii 20,000 matta'aa fudhachuun bansiisaa jiraachuu himuun, daldaltoonni hedduunis waan kaffalan dhabuun hojii hiikanii jireenya gadadoof saaxilamaa jiraachuu itti dabaluun dubbatu.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaalee hedduu keessatti dararamni ilmaan Oromoo irratti raawwatamu jabaatee itti fufee jiraachuun beekamee jira.

ONM-ABO Muddee 8,2024 Uummanni dur jireenyi irraa hafee ormayyuu nyaachisee obaasee beela baasu uummanni Oromoo, yeroo ammaa kana saamicha hamaa ergamtoonni Bilxiginnaa guyyuun irratti raawwachaa jiraniin dinagdeen isaa mataan gadi baduun ofiifuu sadarkaa harka namaa ilaaluu irra gahee jira.


Muddee 03,2024 waraanni sirna nama nyaataan PP aanaa Guduruu ganda Biqiltuu Fayyinee keessaa namoota maqaan isaanii:
• Hordofaa Xiiqii fi
• Guddataa Goobanee jedhaman jalaa loon 2 saamuun qalatanii nyaachuu jiraattonni gandichaa ONM'tti himaniiru.

Haaluma wal fakkaatuun guyyuma kana godinichuma aanaa Jimmaa Raaree ganda Ceekuu Kaalloo jedhamu keessaas Obbo Dajanee Olaanaa nama jedhamu jalaa Loon 7 saamuu maddeen itti dabaluun eeraniiru.

Namoonni loltoota sirnichaan saamaman kunneen siyaasa kam irraa walaba kan ta'anii fi yeroo ammaa kanas akkuma guutuu Oromiyaatti saamichi qabeenya hawaasa nagaa irratti raawwatu daran jabaatee itti fufee jiraachuun ibsameera.


Magaalaa Agamsaa keessaa Muddee 3,2024 daldaaltota maqaan isaanii:
- Aadde Yaadashii,
- Shambaal,
- Waaqoo,
- Caalaa jedhamaniif kanneen biroo hedduu ta'an badii tokko malee ukkaamsuun hidhanii dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.

Namoonni kunneen siyaasa kam irraa walaba kan ta'anii fi sababa Oromummaa isaanii qofaaf hidhamanii hiraarfamaa kan jiran ta'uun ibsameera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Waaree ONM-ABO Muddee 8-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Ajajaan garee mormitoota Siiriyaa ‘gosummaa’f bakki hin jiru jedhan

ONM-ABO Muddee 8,2024 Ajajaan garee mormitoota hidhannoon socho'anii Siiriyaa Hasan Abd al-Gaanii Sanbata kaleessaa loltoonni isaanii magaalota ijoo fi naannoo bal’aa to’annoo mootummaa jalaa erga qabatanii booda namoota amantiin lakkoofsi isaanii xiqqaa tasgabbeessuuf yaalaniiru.

Yaadni isaa kun kan kenname yeroo finciltoonni gara magaalaa sadaffaa Siiriyaa Hoomsitti tarkaanfachuuf barbaadanitti yoo ta’u, gamtaan isaanii Bulchiinsa Hojii Waraanaatiin durfamu torban darbe haleellaa jalqabee guyyoota muraasa booda magaalaa lammaffaa Aleppoo fi Hamaa dhuunfatee booda. Abd al-Gaani naannoolee “ gareen amantaa adda addaa fi namoonni xiqqaan” jiraatan erga dhuunfatee booda ibsa Telegiraamii irratti kenneen akkas jedhe: “Gareewwa hundi akka tasgabbaa’an gaafanna... sababiin isaas barri garee fi gabroomfataa bara baraan waan badeef” jechuun dubbatan.

Qaama gamtaa Bulchiinsa Hojii Waraanaatiin hogganamu kan ta’an Abd al-Gaaniin, “Humnoonni keenya naamusa isaanii qajeelfamaa fi ajaja hoggansa keenyaan dirree irratti mirkaneessee akka jiru hundaaf ifa ta’eera” jedhan.

Hordoffiin waraanaa Siriyaatti Observatory for Human Rights akka jedhetti humnoonni mootummaa loltoonni mormitootaa hidhatanii gara magaalaa Homs erga qarqara ishee ga’anii booda akka hin tarkaanfanne dhorkuu danda’aniiru.

Sanbata ganama waraanni Siiriyaa “dhaabbilee shororkeessummaa fuulduratti bulchiinsa Homs fi Hamaa keessatti deebi’ee to’achuu eegaleera” jedheera.

Observatory'n kan Biriteen keessatti argamu kan hoogganan Rami Abd al-Rahman akka jedhanitti humnoonni mootummaa naannoo magaalaa Homs “humna cimsaa guddaa” kan fidan yoo ta’u, Raashiyaa fi Siiriyaan ammoo finciltoota baadiyyaa kaaba Homs keessatti haleellaa fi dhukaasa meeshaa waraanaa bananiiru AFPn gabaaseera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Baha Wallaggaa Aanaalee hedduu keessatti hidhaa, saamichaa fi gubaatiin manneenii loltoota PP'n hawaasa nagaa irratti raawwatu cimee itti fufe

ONM-ABO Muddee 9,2024 Baha Wallaggaa aanaa Waamaa Hagaloo ganda Goossanii Baabboo keessaa loltoonni Koloneel Abiy Ahimed Muddee 04,2024 jiraattota maqaan isaanii:
- Dabalaa Baqqalaa,
- Mitikkuu Dooyyoo,
- Habtaamuu Tasgaraa,
- Habtaamuu Shaanqoo,
- Gammachuu Oljirraa,
- Tamasgeen Saddeetaa fi
- Qinaaxxii Caalii jedhaman badii tokko malee bulchaa gandichaa kan ta'e namni maqaan isaa Tasfaayee Bantii jedhamu guyyaa kana ganama obboroo sa'a 12:00'tti milishoota waliin ta'uun gara mana jireenyaa isaanii deemuun ukkaamsanii hidhaatti darbatanii dararaa jiraachuu maddeen ONM'tti himan.

Kana malees godinuma kana aanaa Guutoo Giddaa ganda Jireenyaa iddoo addaa Boolloo jedhamu keessaa Muddee 05,2024 haadha ijoollee 5 kan taate dubartii maqaan ishee Warqee Tarrafaa jedhamtu sababa tokko malee hidhaatti yoo darbatan, Obbo Eebbisaa Taaffasaa kan jedhamu jalaa ammoo mana Jireenyaa qabeenya hunda waliin ibidda itti shiduun barbadeessanii jiraachuu maddeen itti dabaluun eeraniiru.

Aanaa Guutoo Giddaa magaalaa Horroo Alaltuu jedhamu keessaa ergamtoonni Bilxiginnaa kan isaan maatii barattootaa saaman hanqannaan, yeroo ammaa kana ammoo maqaa gosa kaffaltii garaa garaa itti dhahuun barattoota irraa qarshii guuraa kan jiran ta'uu maddeen magaalaa Horroo Alaltuu irraa Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Haaluma kanaanis barataa tokko irraa:
- Kaffaltii Boondii qarshii 100,
- Kaffaltii Ispoortii qarshii 50,
- Kaffaltii Fannoo Diimaa qarshii 50 fi
- Kaffaltii Buusaa Gonofaa jechuun qarshii 100 dirqamaan guuraa kan jiranii fi barataan yeroon kaffalee ofirraa hin xumurre daree seenee barachuu fi qormaata irra taa'uu hin danda'u jechuun doorsisaa jiraachuu maddeen himan.

Itti fufuunis hanga Muddee 10,2024'tti namni kaffalee hin xumurre dachaa kaffala jechuun akeekkachiisaa jiraachuu fi jiraattonni kaffaltii jedhame hunda yeroon ofirraa kaffaluu dadhaban ammoo yeroof ammuma qaban kaffaluun, kan hafu ammoo yeroo jedhame kanaa asitti kaffaluun nagahee isaanii akka fudhataniif akeekkachiifamaa kan jiran ta'uun ibsameera.

Oduudhuma saamichaan wal qabatuun ammoo godinuma Baha Wallaggaa aanaa Gudayyaa Biilaatti impaayerrattiin dinagdeen zeeroo ta'uu dhaabbiileen biyyoota adda addaa ibsaa turaniin, galii guddifachuuf waan cufa irratti gibira buusuun funaanaa kan jiran yoo ta'u, tibba kana aanichatti gatii mana jiraattotaatti qarshii 1500 gaafachuun dirqamaan akka kaffalan taasisaa akka jiran beekameera.

Akka jiraattonni godina Baha Wallaggaa aanaa Gudayyaa Biilaa ONM'tti himanitti, hawaasni baadiyyaa fi magaalicha keessa jiraatan deggertoota paartii Badhaadhinaa ta'uudhaa baannaan shakkii hojiilee farra paartii keenyaa hojjechaa jirta jedhuun manneen hidhaatti darbatamuun qarshii 30,000 kaasee hanga 50,000'tti gaafatamuun kaffalanii ba'u, yoo qarshii dhaban wagggoottaniif hidhamuun isaan mudachaa akka jirus itti dabaluun ibsaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Ganama ONM-ABO Muddee 9-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

የደቡብ ኮሪያው ፕሬዝዳንት ወታደራዊ ሕግ በመደንገጋቸው ይቅርታ ጠየቁ።


ታህሳስ 8 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

በዚህ ሳምንት መጀመሪያ ላይ ወታደራዊ ህግ ያወጁት የደቡብ ኮሪያው ፕሬዝዳንት ዩን ሱክ ዮል ለተግባራቸው ይቅርታ ጠየቁ።

ፕሬዝዳንቱ አክለውም ሌላ እንደዚህ ዓይነት ድንጋጌ እንደማይኖር ቃል ገብተዋል.


የማክሰኞ ምሽት መግለጫቸውን የአገሪቱ ብሔራዊ ምክር ቤት በፍጥነት የቀለበሰው ሲሆን፣ እርሳቸውም ከስልጣን ሊነሱ ይችላሉ ተብሎ ይጠበቃል።



የፕሬዚዳንቱ ንግግር ምላሽ ተከትሎ የገዥው ፓርቲ ፣ ፒፕል ፓወር ፓርቲ መሪ ለጋዜጠኞች እንደተናገረው ዩን መደበኛ ስራቸውን ማከናወን ከብዷቸዋል.


ሃን ዶንግ-ሁን "ከሥልጣናቸው ቀድመው መልቀቃቸው የማይቀር ነው" ብለዋል።

"በጣም አዝናለሁ እናም የተደናገጡትን ሰዎች ከልብ ይቅርታ መጠየቅ እፈልጋለሁ" ሲሉ ዩን በቴሌቪዥን በተላለፈ አጭር ንግግራቸው ይቅርታ ጠይቀዋል።

"አገሪቱ በወታደራዊ ዕዝ ስር እንድትሆን ማወጄን በተመለከተ፣ ራሴን ከማንኛውም የሕግ ወይም እና ፖለቲካዊ ኃላፊነቶች አላሸሽም"

ፕሬዝዳንቱ አገሪቱ በወታደራዊ ዕዝ ሥር እንድትሆን ከደነገጉ በኋላ ለመጀመርያ ጊዜ ለሕዝባቸው ንግግር ሲያደርጉ ከሥልጣን እንደሚወርዱ ያሳውቃሉ ተብሎ ቢጠበቅም ይህንን አላደረጉም፤ ይልቁንም ሁኔታውን የማረጋጋት ስራ ለገዥው ፓርቲያቸው አሳልፈው መስጠታቸውን ገልጸዋል።

ከስልጣን እንዲነሱ ክስ ስለመቅረቡም ያሉት ነገር የለም.

ቅዳሜ ዕለት ተቃዋሚዎች ዮንን ከስልጣን ለማውረድ በቀረበው ጥያቄ ላይ ድምጽ እንዲሰጥ ግፊት እያደረጉ ነው።

300 መቀመጫዎች ባሉት ፓርላማ ውስጥ፣ ጥያቄው ሁለት ሶስተኛ ድምጽ ማግኘት ያለበት ሲሆን፣ ቢያንስ ስምንት የዩን ፓርቲ አባላት ድጋፋቸውን መስጠት ይጠበቅባቸዋል።

የተቃዋሚ ፓርቲ መሪ ሊ ጄ ሚዩንግ አርብ ዕለት የፕሬዚዳንት ዩን አስተያየት በጣም እንዳሳዘናቸው እና የሕዝቡን የቁጣ እና የክህደት ስሜት እንደሚጨምሩ ተናግረዋል።

ሊ አክለውም ፕሬዚዳንቱን ከስልጣን ለማውረድ የተቻላቸውን ሁሉ እንደሚያደርጉ ተናግረዋል።

"በአሁኑ ወቅት ደቡብ ኮሪያን የገጠማት ትልቁ ስጋት የፕሬዚዳንቱ በስልጣን ላይ መኖር ነው።"

በዩኦን ድርጊት የተበሳጩት ፖለቲከኞች ብቻ አይደሉም።

የ50 ዓመቷ ያንግ ሶንሲል በደቡብ ኮሪያ ዋና ከተማ ሴኡል በሚገኘው የናምዳሚን ገበያ የምግብ ቤት ባለቤት ነች።

አገሪቱን በወታደራዊ ዕዝ ስር የሚያስቀምጠው ሕግ ሲታወጅ ፍርሃትና አለማመን እንደተሰማት ለቢቢሲ ተናግራለች።

"በእሱ [ዮን] እንደ ፕሬዝዳንት ሙሉ እምነት አጥቼበታለሁ፣ እሱ ከእንግዲህ የእኔ ፕሬዝደንት ነው ብዬ አላስብም" ስትል ተናግራለች።

"እስከ መጨረሻው ድረስ መታገል አለብን፤ የፕሬዚዳንትነቱን ቦታ እንዲይዝ መፍቀድ አንችልም።"

በዚያው ገበያ ላይ የተገኘው ሸማቹ ሃን ጁንግሞ ደግሞ፣ ፕሬዝዳንት ዮን ይቅርታ መጠየቁ በቂ አይደለም ብሏል።

ፕሬዚዳንቱ ከሕዝቡ ጋር ያላቸውን አመኔታ በማፍረሳቸው "ወይ በገዛ ፈቃዳቸው ስልጣናቸውን መልቀቅ አልያም በሕግ እንዲወርዱ ሊደረግ ይገባል" ብሏል.


"በፕሬዝዳንትነቱ ለመቀጠል ፍላጎት ካሳየ በጣም ተስፋ ቢስ ሁኔታ ይሆናል፤ ምክንያቱም ይህ ፕሬዝዳንት የፈጸመው በደል የወታደራዊ ሕጉ ብቻ አይደለም።"

ደቡብ ኮሪያ ማክሰኞ ምሽት ላይ ዩን አስደንጋጩን ወታደራዊ ሕግ ማወጃቸውን ተከትሎ በፖለቲካዊ ቀውስ እና ትርምስ ውስጥ ገብታለች።


ፕሬዚዳንቱ ከሰሜን ኮሪያ ኮሚኒስት ኃይሎች አገራቸውን ለመጠበቅ ወታደራዊ ሕጉ አስፈላጊ ነው ሲሉ ተናገረው ነበር።


ነገር ግን ወታደራዊ ሕጉ በታወጀ ሁለት ሰዓት ባልሞላ ጊዜ ውስጥ የፓርላማ አባላቱ ፕሬዚዳንቱን ተቃውመው በምክር ቤት ከተሰበሰቡ በኋላ አስቸኳይ ድምጽ በመስጠት ውሳኔውን አግደዋል።

ፕሬዚዳንቱ ይህንን ሕግ እንዲያውጁ ምክንያት የሆናቸው እሳቸው እንዳሉት የውጭ ኃይሎች ስጋት ሳይሆን ውስጣዊ የፖለቲካ ችግሮች እንደሆኑ ግልጽ የሆነው ብዙም ሳይቆይ ነበር።

አንዳንድ የሕግ አውጭዎች ፓርላማ ውስጥ ለመሰብሰብ እና የዮንን ድንጋጌ ለመሻር ለማድረግ የጸጥታ ኃይሎችን ለማለፍ አጥር ሲዘሉ፣ የተቀመጡ መከላከያዎችን ሲሾልኩ ታይተዋል።

የፓርላማ አባላት የዮን ድንጋጌ ከሻሩ በኋላ፣ ሌላ አዋጅ ያወጣሉ ተብሎ ተሰግቶ ነበር።

አንዳንድ የሕግ አውጭዎች ሌላ ሕግ ቢወጣ በፍጥነት ለመሻር በብሔራዊ ምክር ቤት አቅራቢያ ቆይተው ነበር ተብሏል።

ወታደራዊ ሕግ (ማርሻል ሎው) የሲቪል ባለሥልጣናት ሥራቸውን በአግባቡ ማከናወን እንደማይችሉ በሚቆጠርበት ጊዜ ወታደራዊ ባለሥልጣናት እንዲመሩ የሚደረግበት ጊዜያዊ አገዛዝ ነው።


አንዲት አገር በወታደራዊ ሕግ ስር በምትሆንበት ወቅት የሲቪል መብቶች መታደግ እንዲሁም ወታደራዊ ሕጉ ሊራዘም የሚችልበት ሁኔታ ይፈጠራል።

በደቡብ ኮሪያ ለመጨረሻ ጊዜ ወታደራዊ ሕግ የታወጀው በአውሮፓውያኑ 1979 ሲሆን፣ ወቅቱም አገሪቱን ለበርካታ ዘመናት የገዙት አምባገነኑ ፖርከ ቹንግ ሂ በመፈንቅለ መንግሥት መገደላቸውን ተከትሎ ነው ሲል አሶሼትድ ፕረስ አስነብቦዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምስራቅ ሀረርጌ ዞን በበደኖ ወረዳ የአገዛዙ ተላላኪዎች በነዋሪዎች ላይ እያደረሰ ያለው ድብደባ፣ ዘረፋ እና እስራት እንደቀጠለ ነው።


ታህሳስ 8 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

በኦሮሞ ህዝብ ላይ ያለ ምንም ምክንያት በጅምላ በመወንጀል ከፍተኛ ኢኮኖሚያዊ እና አካላዊ እና አእምሯዊ ስቃይ እያደረሱ ነው።


በዚህም መሰረት በምስራቅ ሃረርጌ ዞን በደኖ አውራጃ በነዋሪዎች ላይ እየደረሰ ያለው ድብደባ፣ ዘረፋ እና እስራት ተጠናክሮ ቀጥሏል።


ብዙ ሰዎችን ከያዙ በኋላ ወደ እስር ቤት ወርውረው ከፖሊስ ጣቢያ እያወጡዋቸው እና ለእስር ቤቱ የኪራይ ገንዘብ” እየከፈሉ መሆናቸውን ምንጮች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።

በተጨማሪም፣ ከዚያው መንደር የብልፅግና ሚሊሻዎች የሲቪል ማህበረሰቡ ላይ ማሰቃየታችውን ቀጥለው በታህሳስ 3 ቀን 2024 ዓ.ም ባለ ትዳር ያልሆኑ ሴቶችን አፍነው መውሰዳቸውን ነዋሪዎች ገልፆዋል።


በግብር ሽፋን የተለያዩ አይነት ያልተከፈሉ ክፍያዎችን በመንደር እየሰበሰቡ ያሉ የስርዓቱ ተላላኪዎች ከጊዜ ወደ ጊዜ በዋጋ ንረት እየተሰቃዩ ካሉ ዜጎች ላይ እየዘረፉ እንደሚገኙም አክለዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

የብልፅግና ተላላኪዎች በቄለም ወለጋ ዞን ጊዳሚ እና ሃሮ ሰቡ አውራጃዎች ሰላማዊ ዜጎችን መዝረፍ እና ማሰር ቀጥለዋል።


ታህሳስ 8 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

ያለ አንዳች ህጋዊ እውቅና እና ህዝባዊ ምርጫ መንግስት ነኝ የሚለው ብልፅግና ወታደሮቹን በሁሉም የኦሮሚያ ማዕዘናት በማሰማራት ሰላማዊውን ማህበረሰብ በተለያየ ስም ማሰቃየቱን ቀጥሏል።

በታህሳስ 6፣ 2024 ዓ.ም የገዥው አካል ወኪሎች በግዳማ አውራጃ ባታ ሙካርባ መንደር ውስጥ አቶ አለማየሁ አያና ከተባሉት 20 የቀንድ ከብቶች መዝረፋችውን ገልፆዋል።

እንደ ምንጮቻችን ገለፃ አቶ አላማየሁ በየትኛውም ፓርቲ ውስጥ ምንም አይነት የፖለቲካ ተሳትፎ እንደሌለው እና ጥቃት እየደረሰበት ያለው በኦሮሞነታቸው ምክንያት ብቻ መሆኑን ገልጸዋል።

በተጨማሪም ከመስከረም 11 ቀን 2024 ዓ.ም ጀምሮ በሃሮ ሰቡ ወረዳ በሁሉም መንደሮች የአገዛዙ ተላላኪዎች በተለያዩ ክፍያዎች ስም በሰላማዊ ዜጎች ላይ የሚፈጸመው ዝርፊያ እየተጠናከረ መምጣቱን አክለው ገልፀዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምዕራብ ጉጂ ዞን ዱግዳ ዳዋ ወረዳ አንድ የኢምፓየር መከላከያ ሰራዊት አባል ለጀግናው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት እጅ ሰጠ።


ታህሳስ 8 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የኦሮሞን ህዝብ እያፈራረሰ እና እያሰቃየ የሚገኘውን የብልፅግና አገዛዝን ውድቅ በማድረግ የሚታወቁት የአገዛዙ ሀይላት በተለያዩ የኦሮሚያ ስፍራዎች የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን እየተቀላቀሉ ይገኛል።

ይህን በማስመልከት በምዕራብ ጉጂ ዞን በዱግዳ ዳዋ ወረዳ አንድ የብልፅግና ጦር አባል ታህሳስ 5 ቀን 2024 ዓ.ም የአገዛዙን ካምፕ ውድቅ በማድረግ የኦሮሞ ነጻነት ትግልን ተቀላቅሎል።


የፋሽስቱ አንጃ ትክክለኛ ስራና መንገድ ከማድረግ ይልቅ የኦሮሞን ማህበረሰብ እና የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን የመለያየት መንገዶችን እየሰራ እና ንፁሀንን ከለጠፋታችው እያንገላታችው መሆኑን አባሉ ገልፆዋል።


ወታደሩ አያይዘውም በኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት ደማቅ አቀባበል እንደተደረገለት ገልፆ ሁሉም የኦሮሞ ህዝብ አምባገነናዊ አሰራርን ለመቆጣጠር አዳዲስ ስልቶችን በመቀየስ የአምባገነኑን መንግስት ውዥንብር ሊረዳ ይገባል ብሏል።

ይህ አባል 1 የኤኬም ክላሽ እና 90 ጥይቶችን በመያዝ ለኦሮሞ ህዝብ ትግል አበርክቶዋል።

በመጨረሻም ይህ አባል በአገዛዙ ካምፕ እያገለገሉ ያሉት የኦሮሞ ልጅች አገዛዙን ውድቅ በማድረግ የህዝባችውን ትግል እንዲቀላቀሉ ሲል መልክቱን አስተላልፎዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Walloo Aanaa Harxummaa Furseetti caasaaleen Bilxiginnaa uummata dirqiin walga'ii baasuun nama hidhata WBO qaba jedhamuun shakkame ni ajjeefna, ni hiinaa fi manneen irratti gubna jechuun jiraattota akeekkachiisuu itti fufan

ONM-ABO Muddee 8,2024 Maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo daldala siyaasa isaa ol'aanaa kan taasifate lukkeeleen abbootii irree Koloneel Abiy Ahimed, gooticha waraana Bilisummaa Oromoo lolaa fi hololaan mo'achuu dadhabuun of booda deebi'ee hawaasa nagaatti roorrisaa jira.

Muddee 6,2024 Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee ganda Luxee keessatti caasaaleen Bilxiginnaa sadarkaa olii hanga gadiitti jiran bakka argamanitti milishoonni sirnichaa balbala namootaa irra deemuun uummata oomisha isaa alaa galfachaa jiru dirqiin walga'ii baasanii ganama sa'a 2:00 hanga galgala sa'a 11:00'tti doorsisaa ooluu jiraattotni himan.

Walga'ii lukkeeleen Bilxiginnaa ganda Luxee keessaa hawaasa dirqiin baasan kanaanis namni tokko hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabaatee mul'achuu mitii, xiqqooma yoo shakkame ni ajjeefama, ni hidhama, qabeenyaan isaa ni saamamaa fi manneen irratti gubachuun barbada'a jedhanii akeekkachiisaa turuu fi maatii qabsaa'otaatiin ammoo yoo WBO'n tarkaanfii nu irratti fudhate nuti isinuma lubbuu keessan waliin gubna ittiin jechuun sodaachisaa akka turan maddeen keenya onichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf himaniiru.

Dabalataan guyyaadhuma sana Muddee 6,2024 ganduma Luxeetti caasaaleen bilxiginnaa Adam Wadaddar dabalatee hawaasichuma doorsisaa jiran kanaan namni kamuu paartii Bilxiginnaa deggaruuf mirga qofa osoo hin taane dirqama qaba, kanaaf WBO yoo argitan rukutaa, humnaa ol isanitti ta'a yoo ta'e ammoo qaama nageenyaa keenya waammadhaa waliin rukutaa ittiin jechuun dirqama itti kennaa turan.

Jiraattotnis haasaa caasaaleen sirnichaa muddama keessa galanii dubbachaa turan irraa waanti hubanne yoo jiraate sodaa Bilxiginnaan WBO'f qabuu fi sababa kanaanis teessoo irratti raafamaa jira jechuun dabataan ibsaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Gujii Lixaa Aanaa Dugdaa Daawwaatti miseensi loltuu raayyaa ittisa impaayerattii tokko gooticha Waraana Bilisummaa Oromootti harka kennate

ONM-ABO Muddee 8,2024 Humna waraanaa fi poolisii abbaan irree Bilxiginnaa uummata Oromoo dhabamsiisuuf ijaaramuun aangoo nam-tokkeen hoogganamu goonkumaa cina dhaabbannee hawaasa irraa dhalanne, kan dhiigaa fi lafeen tokko taane irratti daba raawwachuu hin qabnu jechuun gooticha Waraana Bilisummaa Oromootti harka kennachuu cimsanii itti fufaniiru.


Aangoon siyaasaa maal akka ta'e hubachuun guddoo rakkisaa nutti ta'e kan jedhu miseensi raayyaa ittisa impaayerattii godina Gujii Lixaa aanaa Dugdaa Daawwaa ganda Biyyoo Qundhii keessaa Muddee 5,2024 mooraa waraana Bilxiginnaa keessaa miliquun WBO'tti makame kun, murni Bilxiginnaa uummata Oromoo akka nuti ajjeesnuu fi hacuuccaa irratti raawwannuuf nu bobbaase jechuunis ONM'tti himeera.

Ummatni kan mootummaadhaaf ajajamu ykn abboomamuuf waan mootummaan sun sirnaawwaa/ seerawwaa dha jedhee amanuuf ta'uu osoo beekanii murni Bilxiginnaa, hojiilee qajeeltoo fi daandii sirrii ta'e dalaguu irra karaalee ittiin hawaasa Oromoo fi Waraana Bilisummaa Oromoo adda baasan dalagaa oolu jechuunis miseensi raayyaa ittisa impaayerattii kun dabaluun yaada isaas dubbata.

Kana malees gama Waraana Bilisummaa Oromootiinis simannaa hoo'aan isaaf taasifamuu kan dubbatu loltuun kun, uummanni Oromoo hunduu burjaajii murni garboomfataan Bilxiginnaa tooftaa haaraa kallaattii ittiin hojiilee garboomfatanii bulchu kalaquun gadi bahu sana irratti hubatee, shiraa fi xaxaa sirnichaa yeroon goolaba itti gochuuf WBO cinaa akka hiriiruufis dhaamsa isaa dabarfateera.

Dabalataanis miseensonni loltoota murna Bilxiginnaa bakka kamiinuu jirtan egeree fi abdii saba Oromoo WBO waliin qabsoo finiinsinee yeroon gabrummaatti xumura godhanis amma jechuun dhaamsa kan dabarfate ogguu ta'u, mooraa sirnichaa keessaas meeshaa waraanaa qawwee AKM 1 fi rasaasa 90 akkasumas gumbii baasuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasiseera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ታህሳስ 8-2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Qophii Addaa ONM-ABO Muddee 8-2024 itti dhiyaadhaa!
Haala Yeroo Irratti Miseensotni Waraana Bilisummaa Oromooti maal jedhu kan jedhu irratti Gaazexeessituun Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Jaal Sabaanboon Aliyyii turtii jaala tokko waliin goote qabannee isiniif dhiyaanne.
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gidaamii fi Haroo Sabbuu keessatti ergamtoonni Bilxiginnaa uummata nagaa saamuu fi hidhuu cimsanii itti fufan

ONM-ABO Muddee 8,2024 Murni beekamtii seeraa fi filannoo uummataa tokko malee ani mootummaadha ofiin jedhu Bilxiginnaan, goleewwan Oromiyaa cufa keessatti loltoota isaa bobbaasuun hawaasa nagaa maqaa garaa garaa itti maxxansuun dararuu itti fufee jira.

Aanaa Gidaamii ganda Baataa Mukarbaa jedhamu keessaa Muddee 06,2024 ergamtoonni sirnichaa nama maqaan isaa Obbo Alamaayyoo Ayyaanaa jedhamu jalaa loon 20 saamuun, isas badii tokko malee ukkaamsanii deemuun hidhanii dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Akka maddeen himanitti, Obbo Alamaayyoon hirmaannaa siyaasa dhaaba kamiiyyuu kan hin qabnee fi sababa Oromummaa isaa qofaaf yakkamuun miidhaan kunneen irratti raawwatamuu dubbataniiru.

Kana malees godinuma kana aanaa Haroo Sabbuu gandoota hunda keessatti Fulbaana 11,2024 irraa eegaluun maqaa kaffaltii gosa garaa garaan saamichi ergamtoota sirnichaan hawaasa nagaa irratti raawwatamu jabaatee itti fufee jiraachuunis itti dabaluun ibsaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Walloo Aanaa Dawwee Harawaa keessatti ergamtoota maafiyaa PP'n namoonni nagaan hidhamuu, reebamuu fi saamamuu dabalatee dhiittaan mirgoota namoomaa daangaa darbe raawwatame

ONM-ABO Muddee 8,2024 Murni hawaasa qulqulluu hidhaa, saamicha, gubaatii fi ajjeechaa irratti raawwachuun akka waan nagaa buusaa jiruutti fudhatu Bilxiginnaan, guutuu Oromiyaa keessatti ilmaan Oromoo irratti gochoota hammeenyaa raawwachaa jiru daran jabeessee itti fufeera.

Muddee 3,2024 Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Dawwee Harawaa keessatti loltootni impaayera Itiyoophiyaa maqaa sakattaa WBO jedhuun gandoota akka Hilloo, Hariiroo, Adaaloo fi Manduuboo keessatti torban lamaa oliif bobbaafamanii jiran jiraataa ganda Hilloo kan ta'e nama maqaan isaa Hasan Xoyib jedhamu ooyruu isaa keessaa qabuun reebicha irratti raawwachuun yoo hidhan, jiraataa ganda Jajjabaa kan ta'e dargaggoo Abduu Mahaammad jedhamu ammoo obbolaa keetu bosona jira ittiin jechuun uleedhaan tumanii erga laaffisanii booda bakkeetti gatanii biraa deemuun maatiin bakkeedhaa kaafatanii hospitaala geeffachuu dhorkamuun du'aa fi jireenya gidduutti argamas jedhan.

Guyyaama kana Muddee 3,2024 aanichuma ganda Qurqurootaa keessaa mana Obbo Huseen Mohaammad Abduu mi'a mana keessaa tokko osoo hin baafatin ibidda itti shiduun jalaa gubanii yoo barbadeessan, midhaan inni galfates kuusaa keessaa baasisuun biyyoon jalaa makanii midhaan isaa guutummaatti jalaa mancaasanii isas garmalee reebuu jiraattotni gandichaa ONM'tti himaniiru.

Loltootni sirnichaa kun aanichuma keessaa maqaa maatii qabsaa'otaati jedhuun jiraattota danuu qe'ee irraa kan buqqisan yoo ta'u, torban lamaa oliif qe'ee hawaasaa gandoota akka Adaaloo, Qurquroota, Hilloo, Manduuboo, Buukkoo fi Ajoo keessa buufachuun balbala namootaa caccabsanii nama maqaan isaa Sa'iduu Yasee jedhamu jalaa damma nyaachuun kan hafe saamanii deeman. Dhadhaa baksaa jiraattotni mana keessaa qaban gandoota maqaan isaanii olitti eerame kanneen keessaa jalaa saamanii achumatti nyaachaa jiraachuu fi poolisootaaf jedhanii ammoo magaalaa Harawaa fi Booraatti erguun qabeenyaa hawaasaan garaa isaanii furdifachaa jiraachuu dabaluun dubbatan.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Atrocities in Western Guji Zone: 4 Civilians Executed, 2 Wounded

ONM-ABO, December 8, 2024

On November 19, 2024, Ethiopian regime forces brutally killed four civilians and critically injured two others in Dango Huro, a town in the Galan district of Western Guji Zone. The attack occurred at approximately 4:00 AM local time.

Those executed were:
1. Fayisa Mushu
2. Xuge Ture Oda
3. Gisso Morma
4. Eliyas Bilbili Bonaya
The wounded individuals are:
1. Tamiru Fayisa
2. Bashadu Kabada

This incident adds to a series of atrocities committed by the Ethiopian regime under Prime Minister Abiy Ahmed, who has spent the past six years promoting a façade of peace while turning Oromia into a site of systematic violence. The Ethiopian military continues to commit these atrocities with impunity, targeting innocent Oromo civilians under the guise of maintaining order.

In other news, despite claims by the Ethiopian government that the Oromo Liberation Army (OLA) has disarmed and joined the regime, the OLA has intensified its military operations across Oromia. These assertions, part of the regime's propaganda campaign, aim to sow confusion and undermine the liberation movement.

On December 5, 2024, the OLA's Nadhi Gamada Brigade conducted a surprise operation in the Mitana Gado area of the Sirka district, Eastern Arsi Zone. The OLA neutralized 10 enemy combatants and inflicted severe injuries on 15 others during the attack. The remaining government forces abandoned their camp and sought refuge among local residents.

The OLA asserts that the defections of a few members will not derail its mission to liberate Oromia and secure the rights of the Oromo people. The movement remains steadfast in its commitment to fighting against the oppressive Prosperity Party regime.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Haala Yeroo Irratti Miseensotni Waraana Bilisummaa Oromooti maal jedhu kan jedhu irratti Gaazexeessituun Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Jaal Sabaanboon Aliyyii turtii jaala tokko waliin goote galgala sa'a 12:00 irratti qabannee isiniif dhiyaanna.

Arraata Biyyoolessa Oromiyaati ❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Baha Harargee Aanaa Baddannootti reebicha, saamichaa fi hidhaan jiraattota irratti ergamtoota sirnichaan raawwatamu jabaatee itti fufe

ONM-ABO Muddee 8,2024 Godina Baha Harargee aanaa Baddannootti reebicha, saamichaa fi hidhaan jiraattota irratti raawwatu murna Bilxiginnaan jabaachuun uummatni Oromoo dararaa guddaa argaa jira.

Aanaa Baddannoo araddaa Gooroo Wadoo jedhamu irraa ergamtoonni Bilxiginnaa ilmaan Oromoo jumlaan sababa tokko malee yakkuun gama dinagdee fi qaamaaf qalbiin gidiraa ulfaataa irraan gahaa jiru. Namoota hedduus hidhaatti darbachuun erga hidhanii ammoo waajjira poolisii keessaa hoggaa baasan "qarshii mana kiraa" jechuun gatii mana hidhaa illee irraa fudhachaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.

Kana malees, araddaadhuma kana irraa milishoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa irratti dararaa raawwachuu jabeessanii kan itti fufan yoo ta'u, Muddee 03,2024 dubartoota abbaa manaa hin qabne hunda walitti qabanii ukkaamsanii deemanii jiru.

Araddicha keessatti kaffaltii gosa adda addaa nagahee hin qabne gibira da'oo godhachuun walitti qabachaa kan jiran ergamtoonni sirnichaa haala duraan barameen olitti yeroo yeroon qarshii hedduu uummata qaala'iinsi jireenyaa dararaa jiru kana irraa saamaa kan jiran ta'uu itti dabaluun ibsaniiru.

Читать полностью…
Subscribe to a channel