onm_abo11 | Unsorted

Telegram-канал onm_abo11 - Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

35953

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, miidiyaa Agartuu Oromoo!

Subscribe to a channel

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Waaree ONM-ABO Sadaasa 21-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Yuuniversitii Wallaggaa keessatti obboleessi Faannoo waraanni Bilxiginnaa barattootni akka hiriira sagalee uummata Oromoo dhumaa jiraniif akka hin baane ari'aa jira.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Yuuniversitii Kotobee

Mormii Barattootaa 👇

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Barattoota Oromoo Yuunivarsiitii adda addaa irraa dhumaatii ilmaan Oromoo Dharraa fi bakkoota biroo ilaalchisuun hiriira mormii geggeessan.

ONM-ABO Sadaasa 21, 2024 Hiriira mormii guyyaa har'aa jechuun Sadaasa 21, 2024 barattoonni Oromoo Yuunivarsiitii adda addaa geggeessan irratti barattoonni Oromoo diddaa geggeessuun sagalee isaanii dhageessifachaa jiraachuu barattoonni ONM dubbise himan.

Hiriira guyyaa har'aa kana irratti ajjeechaan jumlaan uummata Oromoo irratti geggeeffamu akka dhaabbatu addatti immoo ajjeechaan Kaaba Shaggar Darraa fi naannoo isheetti gara jabinaan raawwatamaa jiru akka dhaabbatuuf sagalee dhageessifachuun nyaata illee lagachuun itti dabaluun ibsameera.

Yuunivarsiitii Arsii, Jimmaa, Wallaggaa, Amboofi kanneen biroo hedduu keessatti hiriira diddaa geggeeffameen barattoota Oromoo irratti reebicha, hidhaafi ajjeechaan raawwatamee jiraachuun ibsameera.

Barattoonni Oromoo dhaabbilee barnoota olaanaa baratan bara dhufaa darbaa mootummoota impaayerattii irratti fincila diddaa geggeessuun harka duwwaa dhagaa qofaan iddootti galchaa kan turan, har'as haaluma kanaan Yuunivarsiitiilee garaagaraa irraa fincila barattoonni Oromoo geggeessanis loltoonni PP miidhaa ulfaataa irraan ga'aa turuun ibsameera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Update

Waraanni faashistii PP Yuuniversitii Amboo keessaa hiriira baatan jechuun barattoota karaa nagaa mormii dhageessifatan 15 qabanii reebuun fuudhanii deemanii jiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Ammee
Ajjeechaan ummata keenya irraa haa dhaabbatu jechuun baratoonni Yunivarsiitii Jimmaa sagalee mormii dhageessisan.

Hiriira mormii ganama sa'aatii 12:30- 2:00 tti adeemsifame irratti ajjeechaa finxaaleyyiidhaan ummata Oromoo irratti xiyyeeffate dhaabsisuuf Mootummaan gahee isaa akka bahu gaafatan.

Bal'ina oduu kana hordofnee isinii dhiheessina.

ONM-ABO Sadaasa 21,2024

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Ganama ONM-ABO Sadaasa 21-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Qophii Adddaa ONM-ABO Sadaasa 20-2024 itti diyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ህዳር 20-2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Waraanni faashistii PP godina Gujii Lixa aanaa Galaanaa keessatti namoota 4 ajjeesuun 2 madeessan

ONM-ABO Sadaasa 20,2024 Waraanni goolessituu PP kaleessa Sadaasa 19,2024 godina Gujii Lixaa aanaa Galaanaa ganda Dangoo bakka addaa Hurroo jedhamutti halkaan keessa sa'a 4:00tti namoota nagaa 4 rasaasaan rukuchuun yoo ajjeesan 2 madeessan.

Ilmaan Oromoo rasaasa waraana faashistii PP kanaan ajjeefaman
1. Fayyisaa Mushuu
2. Xuggee Turee Odaa
3. Gissoo Mormaa fi
4. Eliyaas Bilbilii Boneyyaa ta'uun barameera.

Namoota ajjeefaman kana malees kanneen mada'an lamaan maqaan isaanii:
1. Taammiruu Fayyisaa
2. Bashaaduu Kabbadaa akka ta'e jiraattotni Arraata Biyyoolessa Oromiyaa himaniiru.

Koloneel Abiy Ahimed waggoottan ja'an aangoo irra jiru keessatti ilmaan Oromoo rasaasaan duguugaa, gama biraan ammoo nagaa buusaa jechuun ofii qulqulluu of taasisee mul'achuu barbaadus har'as dacheen Oromoo loltoota inni bobbaaseen dhiigaa jirti.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Muummittiin Ministeeraa Taayilaand Pirezidaantii Ameerikaa filataman Tiraamp waliin bilbilaan dubbatan

ONM-ABO Sadaasa 20,2024 Muummittiin ministeeraa Taayilaandi Payetongtarn Shinawatraa pirezidaantii Ameerikaa filatamaa Doonaald Tiraamp waliin bilbilaan akka dubbatan waajjirri ishee Kibxata ibsuun yeroo kana lamaan isaanii iyyuu bulchiinsa walii isaanii akka deggaran waadaa galaniiru.

Ji’a Fulbaanaa keessa aangoo kan qabattee fi muummittii ministeeraa Taayilaandi ishee quxisuu kan taate Payetongtarn, biyyi ishee Ameerikaa waliin hojjechuuf qophii ta’uu ishee irra deebitee yoo ibsitu, akka ibsi ba’etti, Tiraamp hojii ishee jajachuu isaa agarsiiseera.


Taayilaandi Eeshiyaa keessatti michuu waliigaltee Waashingitan ishee durii yoo taatu, bakka dippilomaasii guddaa naannichatti qabdu keessaa tokko dha l. Biyyoonni lamaan waggaa waggaan shaakala waraanaa waloo kan gaggeessan yoo ta’u, seera kabachiisuu dabalatee waljijjiirraa dachaa irratti hirmaatu.

Taayilaandi fi biyyoonni Kibba Baha Eeshiyaa biroo warshaalee konkolaataa fi elektirooniksii kan akka Veetnaam qaban imaammata Tiraamp galtee Chaayinaa irratti taarifa dabaluu danda’u irraa fayyadamoo ta’uuf dhaabbatu.


Ministirri daldalaa kun Taayilaandi oomisha Chaayinaa bakka buusuuf caalaatti gara Ameerikaatti erguuf barbaaduu qabdi jedhan.

Al-ergiin dinagdee kanaaf sochoosaa ijoo yoo ta’u, Ameerikaan bakka al-ergii Taayilaandi olaanaa yoo taatu, Chaayinaan itti aantee jirti Rooyiters gabaaseera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Lukkeeleen Bilxiginnaa Godina Walloo Aanaa Jiillee Dhummuuggaatti maqaa qaraxa jedhuun daldaltoota humnaa ol saamuu fi jiraattota dirqiin wal ga'ii baasuun maallaqa waliin isaa hin beekamne akka kaffalaniif dirqamsiisaa jiru

ONM-ABO Sadaasa 20,2024 Impaayera gama maraan jigaa jirtu Itiyoophiyaa deebisanii suphuuf uummata Oromoo afaan qawween doorsisanii saamuu filannoo isaanii isa jalqabaa kan taasifatan hidhattootni Bilxiginnaa saamicha daangaa hin qabne hawaasa nagaa irratti geggeessuu jabeessanii itti fufaniiru .

Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Jiillee Dhummuuggaa gandoota aanicha keessatti argaman cufa keessatti Sadaasa 18,2024 lukkeeleen Bilxiginnaa hulaa namootaa irra deemuun walga'ii dirqiin uummata baasanii konkolaachiftoota, daldaltootaa fi qonnaan bultoota ilaallata maqaa jedhuun kaffaltii waliin isaa hin beekamne namni tokko qarshii 5000-10,000 kaffaluu qabdu ittiin jechuun yeroo namoonni nuti qarshii hangasii isiniif kaffaluu mitii ofii keenyaafuu hagabuu bulaa jirra jedhanii wawwaatanitti guyyaa isiniif qabna, torbee dhuftu Wiixata akka fiddan; hin fiddan yoo ta'e waan isin taatan walumaan arguuf jirra jechuun akeekkachiisanii jiraachuu jiraattotni dubbatan.

Akka hirmaataan waltajjii sanaa maqaan isaa rakkoo nageenyaaf jecha dha'amuu hin feene tokko ONM dubbise jedhutti, nuti keessattuu jiraattotni aanaa Jiillee Dhummuuggaa weerara hidhattootni Finxaaleeyyii Amaaraa Faannoon irra deddeebiin nu irratti bananii jiraniin mana ala taanee qe'eerraa buqqa'aa jirra, ooyiruu keenyallee qotannee galfachaa hin jirru, ijoolleen keenya yeroo dhiyootti beelaan akka saaxilaman eegamaa osoo jiruu waan nuti hin dandeenye nutti ramaduun fedhiin lafa abbootii keenya irraa dhaalle nu gadhiisisuuf karoora qophaa'eedha jechuun dubbate.


Itti dabaluunis kun osoo kanaan jiruu murni Bilxiginnaa akkuma qaama impaayerattii bulchu tokkootti hawaasa kanaaf deggarsa taasisuufii osoo qabuu, hulaa keenya irra deemuun dirqiin walga'ii ba'aa jedhu, namni walga'ii isaanii kana hafe deggartoota WBO'ti jedhamee hidhamee ajjeefama waan ta'eef sodaa lubbuu keenyaa baane jedha.

Yeroo baanetti kaffaltii waliin isaa hin beekamne konkolaachiftoota, daldaltootaa fi qonnaan bultootni tokko tokkoon keessan qarshii 5000-10,000 fidaa nuun jedhan, nuti garuu maallaqa sana hin qabnu, hin kaffallu yoo ta'e hidhata WBO qabda jedhamuun ni ajjeefamnaa fi ni hidhamna, kanaaf torbee dhuftutti nuuf qabaniiru, warri hin qabnes namoota irraa liqeeffannee kaffaluuf jirra jechuun rakkoo keessa jiran Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti hime.

Magaaluma Sanbatee keessatti guyyaan Dilbataa gabaa magaalichaa waan ta'eef hidhattootni sirnichaa maqaa qaraxa jedhuun saamicha geggeessaa kan turan yoo ta'u, gaalli tokko qarshii 20 kan ture qarshii 70, qatiyyoon qarshii 15 ture qarshii 50, re'een qarshii 5 kan turte gara qarshii 30-35'tti ol guddisuu fi warroota qullubbii, buna, burtukaanaa fi kkf'n gurguran ammoo guyyaa guyyaatti qarshii 50 -100 kaffaltii waliin isaa hin beekamneen harkaa saamaa jiraachuu jiraattotni kun miira abdii kutannaan ONM'tti himaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Shaggar Siitii kutaa Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu keessatti maqaa naga'ee sakatta'uu jedhuun saamaa jiraachuu daldaltoonni gabaa lagatan

ONM-ABO Sadaasa 20,2024 Sirni faashistii ilma namaa dararee gidiraa fi rakkoo ilmaan namaatiin badhaadhuuf uummata impaayerattii keessa jiran irratti yakkaa fi daba dorgomaa hin qabne deddeebiin raawwataa jiru maqaa naga'ee sakatta'uu jedhuun saamicha humnaa olii geggeessaa jiraachuun daldaltoonni lagannaa gabaa Telegram'n wal beeksisuun guyyaa dheengaddaa irraa kaasuun geggeessaa jiru.

Baatii darbe Gabaa Guddaa Impaayerattii 'Markaatoo' jedhamuun beekamu keessatti manni daldalaa hedduun gubachuu hordofee mootummaa fi kaadirootni mootummaa hanga Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti akka waan balaan abiddaa ofiin uumameetti ibsuuf yeroo yaalan argamaa turus, yeroo booda shira sana qindeessuun kan giddu galli gabaa sun akka barbadaa’u taasise qaama mootummaa ta’uun qabatamaatti ifatti ba’ee jira.


Ammas irra deebiin Dilbata Darbe Sadaasa 17,2024 bakka ''Shaammaa Taraa" bakka Dinnichaa kan jedhamu guutummaan guutuutti barbadaa’uun guyyaa Wiixataa Sadaasa 18,2024 ammoo dhimmicha keessaa (Gubachuu giddu gala gabaa ) kana keessaa akka harka qabu Bilxiginnaan ifatti agarsiise.

Walumaa galatti dhimmi Giddu Gala gabaa impaayerattii kun namoota hojii humnaan jiraatan hedduu balaaf kan saaxiluuf waan ittiin jiraatan kan dhabsiisu ta’uu daldaltootni dubbachaa jiru.

Gubannaan bakka gabaa kanaa irra guddeessaan Bilxiginnaan leeccalloon qabsaa'otaa achii deemaa kan jedhu yoo ta'u, kanas tikoota hedduu siiviiliin bobbaasee to'achuun dadhabe kan jedhu irraa ka'uun tarkaanfii badiisaa akkasii fudhachaa akka jiru barameera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee keessatti diina adabe

ONM-ABO Sadaasa 19,2024 Abdii fi gaachanni uummata Oromoo WBO'n sirna gabroomsaa Oromoorraa hundeen buqqisee sabicha gara rarraga bilisummaatti ceesisuuf irree isaa jabeeffatee tarkaanfii guggubduu diinaaf lukkeelee diinaa irratti fudhatu Oromiyaa bakkoota adda addaatti jabeessee itti fufe.

Bifuma kanaanis Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee magaalaa Qiciicootti Cibraan Hasan Ammee ganama har'aa Sadaasa 19,2024 barii barraaqa sa'a 1:00tti loltoota sirnichaa magaalicha keessa buufattee jirtu magaalaa Qiciicootti ol itti seenee rasaasaan akaa'ee baarudaan macheessuun tarkaanfii fudhateen loltoota maafiyaa PP 4 battalatti ajjeesuun 9 madoo dandammii hin qabneen adabeera.

Tarkaanfii laalessaa WBO'n Zoonii Kaabaa Cibraan Hasan Ammee waraana weerartuu PP irratti fudhatee du'aa fi madoon adabuun yeroof magaalicha keessaa gugsee yaaseen humni faashistii Bilxiginnaa baaragdee humna dabalataa magaalaa Caffaa fi Kamisee irraa yaammachuun reeffaa fi madoo ishee ambulaansii 2'n fe'achuun barameera.


Tarkaanfii WBO'n fudhatu jabaatee itti fufa ❗️

Impaayerri bututaan afaan qawween ni kufa❗️

Injifannoon Uummata Oromoof ‼️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምእራብ ሸገር ዞን በኢሉ ገላን እና በሊባን ጃዊ ወረዳዎች የነዋሪዎች እስራት እና ዘረፋ ቀጥሏል።

ህዳር 19 ፥ 2024 ዓ .ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የግዛቱ የማፍያ ሰራዊት በኮሎኔል አብይ አህመድ ትእዛዝ በሁሉም የኦሮሚያ አከባቢዎች ተሰማርቷል በተለይ በገጠር መንደሮች ከኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ጋር ግንኙነት አላችሁ በሚል በቁጥጥር ስር እየዋሉ ይገኛል.

በዚህም መሰረት ህዳር 12 ቀን 2024 ዓ.ም የአገዛዙ ወታደሮች "ልጃችሁ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት አባል ናቸው በሚል ሰበብ በሊባን ጃዊ ወረዳ አጋልጎቦ በሳሌ መንደር ውስጥ አቶ በንቲ ነጋ ከተባለ ሰው 2 ፈረሶችን መዝረፋችው ተገለፀ።

በኢሉ ገላን አውራጃ በሚገኘው የአበኩ አኖ መንደር ነዋሪ የሆነችው ወይዘሮ ቶሊኒ ዴሲሳ የተባለችውን የ8 ልጆች እናት እና Miidhaaksaa ደስታ እና ታከለ ከበደን አክሎ ልጆቻችሁ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት አባል ናቸው በሚል ስም በቁጥጥር ስር በማዋል በእስር ቤት እያሰቃይዋችው ይገኛል።

እነዚህ ሰዎች ከየትኛውም ፖለቲካ ነፃ የሆኑ ሲሆኑ የሚሰቃዩት በኦሮሞነታቸው ብቻ ነው።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

#Yuuniversitii Haramayaa 👇

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Yuuniversitii Mattuu 👇

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Lixa Wallaggaa aanaa Qilxu Kaarraa keessatti Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo lukkeelee Diina irratti tarkaanfii fudhate

ONM-ABO Sadaasa 21,2024 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Oromiyaa Zooniilee Lola cufa keessatti tarkaanfii lukkee diinaa irratti fudhatu jabeessee itti fufee jira.

Haaluma kanaan barii barraaqaan jajjabeen WBO Zoonii Lixaa keessa sosso’u godina Lixa Wallaggaa ona Qilxu Kaarraa Bulchiinsa Magaalaa Agamsaa keessatti Sadaasa 21, 2024 tarkaanfii mooraa waraana faashistii PP irratti fudhateen hedduu ishee du’aa fi madoon adabuun loltuu Bilxiginnaa 1 harkaan qabee mooraashee keessa guutumaan guutuutti qulqulleessuun gubee barbadeessee jira.

Tika Bilxiginnaa ganda Lalisaa Agamsaatti ramadame Girmaa Faqqadee kan duraan gaafatamaa paartii aanaa Qilxu Kaarraa ture fi namni Bilxiginnaa Ifaa Shaafee jedhamu lola kana keessatti ajjeefamuun kan barame yoo ta'u, madoo 7 ammoo hospitaala Najjootti geessuun kaan ammoo achuma magaalaa Qilxu Kaarraatti yaalchifachaa jiraachuun barameera.

Lola kanarratti qabeenya hedduus dugda diinaarraa hiikuun moonaa qabsoof galii tolchee jira.

Aanaa Lataa Sibuu ganda Somboo Sadan bakka addaa Gabaa Facaasee keessattis gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii jajjabduu fudhachuun loltoota Bilxiginnaa irraa hedduu du'aa fi madoon geggeessuun mooraa keessaa baasee jira.




Lolli hanga Bilisummaa itti fufa❗

Injifannoon dhiigaa ni dhufaa❗

Horaa bulaa deebana ❗

Injifannoon Uummata Oromoof❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Yuuniversitii Wallaggaa 👇

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Amboo

Barattootni Yuuniversitiif Amboo ganama kana sagalee uummata isaanii Salaalee Dharraa fi Oromiyaa guutuu keessatti ajjeechaa raawwataa jiru mormuun geggeessan.

Falmiin itti fufa ❗
Ka'i Qeerroo❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Defection of Ethiopian Soldiers to OLA Highlights Growing Discontent

ONM-ABO, November 21, 2024 – Members of the Ethiopian National Defense Forces, primarily conscripted involuntarily, are defecting to the Oromo Liberation Army (OLA) after recognizing the oppressive and discriminatory nature of the current Ethiopian regime. The OLA has repeatedly called for all ethnic groups within the Ethiopian military to abandon the regime and join the people's resistance movement. It appears that some members from the Southern Nations and Nationalities have heeded this call.

On October 24, 2024, two Ethiopian soldiers from the Southern Shagar district of Bako Tibe defected to the OLA. They reported being forcibly conscripted into the military against their will. These soldiers defected from a military camp in Amarti Gibe, bringing with them their full military gear, including two automatic rifles and ammunition.

The defectors expressed gratitude for the warm reception by the OLA and refuted the Prosperity Party's propaganda, which falsely claims that the OLA would kill defectors from the regime's forces. After joining the OLA, the defectors realized that the regime's allegations were baseless.

The defectors have called on other Ethiopian National Defense Force members to abandon the regime's oppressive camp and join the OLA. They criticized the Ethiopian security forces for prioritizing the suppression of opposition political groups and suspected supporters over ensuring public safety. They condemned the military's deployment against innocent civilians to maintain the ruling party's power, emphasizing that the national defense force should be neutral and protect the people, not commit atrocities. This is why they chose to join the OLA, which is fighting to liberate the Oromo people and others from the current brutal regime.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Sadaasa 20-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gabaasa tarkaanfii ONM-ABO Sadaasa 20-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Galgala ONM-ABO Sadaasa 20-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Waaree ONM-ABO Sadaasa 20-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Cawwaaqaatti ergamtoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa hidhaatti darbachuu cimsanii itti fufan

ONM-ABO Sadaasa 20,2024 Loltoonni marartoo tokkollee ilmaan Oromoof hin qabne kutaalee Oromiyaa cufa keessatti dararaa hamaa ta'e raawwachuu cimsanii itti fufanii kan jiran yoo ta'u, godina Buunnoo Beddellee aanaa Cawwaaqaatti hawaasa nagaa badii tokko malee hidhaatti darbachuu cimsanii itti fufanii jiraachuun ibsameera.

Aanaa Cawwaaqaa araddaa Caffee Magartuu bakka addaa Bacanqee jedhamu irraa ergamtoonni sirnichaa kanneen impaayera bututtuu suphuuf ifaajan Sadaasa 16,2024 namoota maqaan isaanii:
- Saadiyaa Ibraahim,
- Firoomsaa Hasanoo,
- Hasanoo Adam,
- Adam Muusee fi kanneen biroo hedduu ta'an badii tokko malee hawaasa araddichaa walga'ii waamuun jiraattota kanneen sobaan yakkuun "deggertoota Waraana Bilisummaa Oromooti" jedhanii hawaasa keessaa qofaatti baasuun qabanii mana hidhaa waajjira poolisii aanichaatti hidhanii garmalee dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.

Lukkeeleen bilxiginnaa kunneen hawaasa nagaa gama isaaniif danda'ame maraan hacuucuun gammachuu cimaa argatan jiraattota araddichaa sobaan maqaa adda addaa itti maxxansuun manneen isaanii afoosha 3 guutummaatti ibiddaan barbadeessanii gubuu irra deddeebiin isiniif gabaasaa turuun keenya ni yaadatama.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Raareetti loltoonni PP dubartii ulfaa tokko irratti reebicha raawwachuun ulfa irraa baasuun dhagaa'ame

ONM-ABO Sadaasa 20,2024 Ergamtoonni safuu fi safeeffannaa hawaasichaa hin kabajne loltoonni Koloneel Abiy Ahimed akkuma argan bobbaafamuun uummata Oromoo irratti harka isaanii adaba hin qabne kaasaa kan oolanii fi hawaasa nagaa jireenya dhuunfaa isaa jiraatuu fi waa'ee dhimma qabsoo Bilisummaa Oromoon wal qabatu homaa tokko illee quba hin qabne maqaa "hidhata WBO qabdu" jedhuun daa'imman xixiqqoo hanga dubartii ulfaatti yakkoota gara jabinaa tilmaama hin qabne garaa garaa irratti raawwachuu itti fufanii jiru.

Aanaa Jimmaa Raaree ganda Misooma Dhangaggoo irraa loltoonni sirnichaa Sadaasa 17,2024 dubartii maqaan ishee Faantuu Torban jedhamtu badii tokko malee reebicha hamaa ta'e irratti raawwachuun ulfa ji'a 8 irraa kan baasan yoo ta'u, hanga guyyaa gabaasni kun qindaa'eetti dubartiin kun hospitaala ciisuun du'aa fi jireenya gidduu kan jirtu ta'uu maddeen ONM'tti himan.

Dubartiin kun hirmaannaa siyaasa dhaaba kamiiyyuu kan hin qabnee fi ergamtoonni sirnichaa ammoo sababa abbaa warraa keetu hidhata Qeerroo Bilisummaa Oromooti jedhuun gocha suukkanneessaa kana irratti raawwachuun cinatti qotiyyoo tokkos jalaa saamanii deemuu maddeen dabalataan ibsaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Ganama ONM-ABO Sadaasa 20-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ዩክሬን የአሜሪካን የረዥም ርቀት ሚሳኤል ብትጠቀም ሩስያ ‘ተጨባጭ’ እርምጃ እንደምትወስድ አስጠነቀቀች።

ህዳር 19 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ዩክሬን የአሜሪካን የረዥም ርቀት ሚሳኤል ብትጠቀም፣ ሩስያ “ተጨባጭና ተገቢ” እርምጃ በመውሰድ ምላሽ እንደምትሰጥ አስጠነቀቀች።

በሩስያ ግዛት እንዲህ ያለ ጥቃት ማድረስ የሚያሳየው “አሜሪካና አጋሮቿ በሩስያ ላይ ቀጥተኛ ጥቃት እንደሰነዘሩ” ነው ብላለች።​የአሜሪካ ፕሬዝዳንት ጆ ባይደን ዩክሬን የአሜሪካን የረዥም ርቀት ሚሳኤሎች ተጠቅማ ሩሲያ ውስጥ ዒላማዎችን እንድትመታ መፍቀዳቸው ተገልጿል።

ተመራጩ ፕሬዝዳንት ዶናልድ ትራምፕ ይህንን ውሳኔ ስለመከተላቸው ግልጽ መረጃ የለም።


ትራምፕ ከሁለት ወራት በኋላ ዋይት ሐውስ በመግባት የአሜሪካንን የመሪነት መንበር ይረከባሉ።


የዩክሬንን ጦርነት በአፋጣኝ እንደሚያቆሙ ደጋግመው ተናግረዋል።


እንዴት ጦርነቱን እንደሚያስቆሙ ትራምፕ በዝርዝር አልተናገሩም። ሚሳኤልን ጥቅም ላይ የማዋል ውሳኔን ሊቀለብሱ ይችላሉ።


ዩክሬን ትጠቀምበታለች የተባለው የረዥም ርቀት ሚሳኤል እስከ 300 ኪሎ ሜትር ርቀት መጓዝ ይችላል።
የዩናይትድ ኪንግደምና የፈረንሳይ መሣሪያዎችንም ዩክሬን ትጠቀማለች።

የዩክሬን ጦርነት ከተጀመረ 1,000 ቀናት ተቆጥረዋል።

ሩስያ በዩክሬን መሠረተ ልማት ላይ ጥቃት ያደረሰች ሲሆን፣ አሁን ሩስያና ዩክሬን በጦር ሜዳ ፍጥጫ ውስጥ ገብተዋል።

በቅርቡ ሰሜን ኮርያ ከ10,000 በላይ ወታደሮቿ በዩክሬን ጦርነት ከሩሲያ ጦር ጋር ተሰልፈው በኩርስክ ግዛት ውስጥ እንዲዋጉ መላኳ ይታወሳል።

የዩክሬን ፕሬዝዳንት ቮሎድሚር ዜሌንስኪ ስለ ጉዳዩ በቀጥታ አስተያየት ባይሰጡም “ጥቃት የሚሰነዘረው በቃላት አይደለም። ሚሳኤሎቹ መልዕክቱን ያስተላልፋሉ” ብለዋል።
የሩሲያው ፕሬዝዳንት ቭላድሚር ፑቲን እስካሁን ምንም አላሉም።

ከዚህ ቀደም ግጭቱ እንዳይባባስ በሚል አሜሪካ በሚሳኤሎቿ ሩሲያ ውስጥ ጥቃት እንዲፈጸም አልፈቀደችም ነበር።

ፕሬዝዳንት ቭላድሚር ፑቲን ዩክሬን የምዕራባውያንን የረዥም ርቀት ሚሳኤሎች እንድትጠቀም መፈቀድ እንደሌለበት አስታውቀዋል።


ፈቃድ ከተሰጠ ግን “ሩሲያ በኔቶ አባላት እንደተቃጣ ቀጥተኛ የጦርነት ተሳትፎ” ትቆጥረዋለች ሲሉ ፑቲን አስጠንቅቀው ነበር።
የፑቲን ቃል አቀባይ አሜሪካ “ጦርነቱ ላይ ጋዝ እያርከፈከፈች ነው” ብለዋል።


የአሜሪካ ምክትል ብሔራዊ ደኅንነት አማካሪ ጆን ፋይነር፣ “ለሩስያ ምላሽ እንደምንሰጥ ግልጽ ነበር። የሰሜን ኮርያ ጦር መሠማራትና ሩስያ የዩክሬንን መሠረተ ልማት መምታቷ ግጭቱን አባብሷል” ብለዋል።

ሩስያ ባለፉት ቀናት የዩክሬን ኤሌክትሪክ መስመሮች ላይ ጥቃት አድርሳለች። በዚህ ምክንያት መብራት የጠፋ ሲሆን፣ በርካታ ሰዎችም ተገድለዋል።

ሩስያ ከሰሞኑ በኦዳሳ ባደረሰችው ጥቃት ተጨማሪ 10 ሰዎች ሲገደሉ፣ 50 ቆስለዋል።

እስካሁን አቋማቸው ምን እንደሆነ ያልተገለጸው ትራምፕ ከሁለት ወራት በኋላ ዋይት ሐውስ ይገባሉ።
አሜሪካ በውጭ አገራት ጦርነት መሳተፍ እንደማትቀጥል መናገራቸው ይታወሳል።

የባይደንን ውሳኔ የፈረንሳዩ ፕሬዝዳንት ኢማኑኤል ማክሮን አድንቀዋል።

እስካሁን ፈረንሳይም ይሁን ዩናይትድ ኪንግደም ዩክሬን መሣሪያቸውን እንድትጠቀም በመፍቀድ የአሜሪካን መንገድ ስለመከተላቸው በይፋ አልተገለጸም።

የቻይናው ፕሬዝዳንት ዢ ዢፒንግ የዓለም መሪዎች “የዩክሬንን ቀውስ እንዲያረግቡ” ጠይቀዋል።

ቻይና ዋነኛ የሩስያ አጋር ናት። መሣሪያ ለሩስያ ሰጥታለች መባሉን ግን በተደጋጋሚ አስተባብላለች።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምስራቅ ሸገር ዞን በቢሾፍቱ እና በአዳማ ከተማ ንፁሀንን በማፈን ወደ ወታድራዊ ስልጠና እየመለመሉ ይገኛል።


ህዳር 19 ፥ 2024 ዓ .ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የኢትዮጵያን ኢምፓየር ከማይቀረው ውድቀት ለመታደግ ምን ማድረግ እንዳለበት ግራ የገባው ብልፅግና ሰላማዊ ዜጎችን በየኦሮሚያ፣ በከተማና በገጠር ያለፍላጎቱ በማሰር ወደ ኢምፔሪያል ወታደራዊ ማሰልጠኛ ካምፖች እየመለመለ ይገኛል።

በዚህም መሰረት በቅርቡ በፊንፊኔ ዙሪያ ልዩ ወረዳዎች፣ ምስራቃዊ ሸገር ፣ ቢሾፍቱ እና አዳማ ከተማ አስተዳደሮች እንደ ሆቴሎች፣ ቡና ቤቶች፣ መዝናኛ ቦታዎች፣ የጫማ ማጽጃ ቦታዎች እና ከጎዳናዎች ታዳጊ ህፃናትን ጨምሮ የዕድሜ እና የፆታ ልዩነትን ሳያማክል ንፁሀንን በማፈን በቢሾፍቱ ኢምፔሪያል አየር ሃይል ካምፕ በከፍተኛ ሁኔታ ተይዘው ስልጠና እየወሰዱ መሆኑን ምንጮቻችን ለኦኤንኤም ተናግረዋል።

እንደ ምንጮቻችን ገለጻ የብልፅግና ወኪሎች በሁሉም ወረዳዎች ሰላማዊ ዜጎችን እያሰሩ ወደ ወታደራዊ ስልጠና እየወሰዱ ነው ሲሉ አክሎል።

Читать полностью…
Subscribe to a channel