onm_abo11 | Unsorted

Telegram-канал onm_abo11 - Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

35953

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, miidiyaa Agartuu Oromoo!

Subscribe to a channel

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ዞን ሀርጡማ ፉርሴ ወረዳ ነፍሰ ጡር እና የአምስት ልጆች አባት በአገዛዙ ታጣቂዎች በአሰቃቂ ሁኔታ ሲገደል እና አንድ ቆስለዋል

ታህሳስ 6 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

ከኮሎኔል አብይ አህመድ ግዳጅ ወስደው ወደ ኦሮሞ ማህበረሰብ ቤት የተሰማሩት የብልፅግና ቡድን ታጣቂዎች የኦሮሞን ህዝብ በአባታቸው ሀገር የመኖር መብቱን እየነፈጉ እንደ እንስሳ እያደኑና እየገደሉ ይገኛሉ።


በዚህም መሰረት በታህሳስ 3 ቀን 2024 ዓ.ም በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ዞን ሀርጡማ ፉርሴ ወረዳ በሲዳ ፣መሰሌታ ፣ሃራ እና ወዳዳር መንደሮች የአብይ አህመድ የፋሺስት ጦር በሰላማዊ ሰዎች ላይ ተኩስ በመክፈት የመስሌት ወረዳ ነዋሪ የሆነችው የ7 ወር ነብሰ ጡር የአራት ልጆች እናት ከዲጃ ሃሰኑን በጥይት በመምታት በአሰቃቂ ሁኔታ መግደላችውን የመንደሩ ነዋሪዎች ለኦኤንኤም ተናግረዋል።

በታህሳስ 4 ቀን 2024 ዓ.ም የአገዛዙ ወታደሮች በዚሁ ወረዳ በሲዳ መንደር በሰላማዊ ሰዎች ላይ ተኩስ በመክፈት የአምስት ልጆች አባት የሆነውን ሀሰን አደም አባጋርን በአሰቃቂ ሁኔታ ገድለዋል። እናም ስሙ ያልተጠቀሰ አንድ ግለሰብ በመቁሰሉ በሞት እና በህይወት መካከል እንዳለ ነዋሪዎች አክለው ገልጸዋል።

የሃርጡማ ፉርሴ ወረዳ ነዋሪዎች ለኦኤንኤም እንደተናገሩት በፒፒ ሰራዊት እነዚህ አሳዛኝ ድርጊቶች የተፈጸመባቸው ሰዎች ምንም አይነት ወንጀሎች እንደሌለባችው ገልፆዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Walloo Aanaa Harxummaa Fursee keessaa hidhattoota sirnichaan maatiin Qeerroo Bilisummaa Oromoo tokko qe'ee irraa buqqifamuun, oomishni isaanii ammoo guutummaatti mancaafame


ONM-ABO Muddee 6,2024 Qeerroon Bilisummaa Oromoo harka isaanii qullaa diina taankii fi baankii qabu jala dhaabbachuun sirna Wayyaanee aangoo irraa yoo buusan, murni bilxiginnaa ammoo carraa sanatti dhimma ba'uun dhiiga qeerroon dirree siyaasaa bal'ateen aangoo Impaayerattiitti ol ba'uun deebi'ee faallaa isaa miidhaa hanga kana hin jedhamne geggeessaa jira.


Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee ganda Coqorsoo keessatti hidhattootni sirnichaa Muddee 1,2024 irraa eegaluun gandichatti bobbaafamanii turan maatii Qeerroo Bilisummaa Oromoo tokko qe'ee irraa reebanii buqqisuun oomisha isaanii illee akka hin galfanneef mancaasaa jiru.

Maatiin Qeerroo Bilisummaa Oromoo yeroo ammaa reebamaa jiran kunneenis muraasni maqaan nu ga'e hawwan 3 Hayaat Ahimed Muusee,
Hajiraa Dabboo fi
Aminaa Mahammad kanneen jedhaman maqaa ilma keessantu qeerroo Bilisummaa Oromooti jedhuun reebanii qe'ee isaanii irraa buqqisuun oomishas jalaa barbadeessaniiru.

Akkuma beekamu yeroon kun qonnaan bultootaaf yeroo addaa, firii dadhabbii isaanii waggaa tokkoo kan ta'e oomisha ooyruu irraa walitti qabatan yoo ta'u, hawwan kunneenis erga shiftoota murna PP'n manaa fi qabeenyaa isaanii irraa reebamanii ari'amuun firoottan isaanii biratti galaniis oomisha isaanii itti dadhaban kana loltootni sirnichaa mancaasuu fi loon namootaa nyaachisaa jiru.


Maatiin kun yeroo deemanii oomisha isaanii ooyiruuma tokkollee haammachuuf deemanitti hidhattoota Koloneel Abiy Ahimediin reebamuun of booda deebi'anii yeroo ammaa midhaan isaanii kunneenis loltoota murna bilxiginnaan mancaafamaa jiraachuu miira gaddaan ibsaniiru.



Sababa kanaan maatiin kun ijoolleen keenya yeroo muraasa keessatti beelaan nu jalaa miidhamu jechuun yaaddoo qaban jiraataan gandicha irraa dubbisne tokko ibseera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Baha Shaggar Aanaa Booraa keessatti lukkeeleen maafi'aa PP qonnaan bultoota hidhuu fi saamuu cimsanii yoo itti fufan, Aanaa Dugdaa keessatti daa’ima ganna Saddeetii ajjeesan


ONM-ABO Muddee 6,2024 Ergamtoonni maafi'aa PP gandoota baadiyyaa Oromiyaa cufa keessatti maqaa sakattaa WBO'n bobba'uun qonnaan bultoota irratti miidhaa hangana hin jedhamne raawwachaa jiru.

Aanaa Booraa ganda Tuqaa Laangannoo jedhamu keessaa Sadaasa 24,2024 ergamtoonni sirna nama nyaataa loltoonni Koloneel Abiy Ahimed qonnaan bultoota maqaan isaanii:
- Obbo Kormee Bulaa,
- Obbo Waarii Goobanaa,
- Obbo Booruu Xaafaa fi
- Obbo Ilaalaa Galaan kanneen jedhaman badii tokko malee hidhaatti darbatanii dararaa jiraachuu jiraattonni gandichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.


Akka jiraattonni himanitti, namoonni kunneen siyaasa kam irraa walaba ta'uu himuun, ergamtoonni sirnichaa ammoo "adda durummaan Waraana Bilisummaa Oromoo deggertu" maqaa jedhu itti maxxansuun hidhuu dubbatu.

Ergamtoonni kunneen gocha badaa raawwatan kana ittuma fufuun, ganduma kana keessaa nama tokko irraa midhaan nyaataa kiilo giraama 50 dirqamaan guuraa jiraachuu maddeen itti dabaluun eeraniiru.


Oduu ajjeechaan wal qabatuun ammoo godinichuma aanaa Dugdaa ganda Waldaa Qal'inaa jedhamutti daa'ima maqaan isaa Abdii Dhugaa Bulaa jedhamu Muddee 4,2024 waraanni Bilxiginnaa gara laafina tokko malee rasaasa itti roobsuun ajjeesuu fi namoota hedduu ammaaf maqaan isaanii adda hin baane reebicha hamaa irratti raawwatanii jiraachuu jiraattonni Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.

Akka jiraattonni kun jedhanitti ajeechaan eenyummaa keenya irratti geggefamaa jiru duguuggaa sanyii ta'uu himuun, daa'ima waa'ee siyaasaa adda baafatee hin beekne rasaasaan ajjeesuun bilxiginnaa, maraataa ta'uu isaa adda baafanne jechuun miira gaddaan dubbatu.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Qophii Qorqortii Siyaasaa

Hundeeffama PP fi Miidhaa Oromoo, Goolama Maqaa Araaraan PPn Uumuuf Yaaddee, Daandiin Haqaa Cufamuu fi Haala Waliigalaa Impaayerattii Irratti Turtii Dr. Tsaggaayee Araarsaa Waliin Taasisnee Jirra.

Har'a Galgala Sa'atii 12:00 Irratti Nu Eegaa ❗

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa irraan hordofaa ❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Ministirri ittisa Chaayinaa hoggantoota humna galaanaa Afrikaa irraa dhufan waliin wal argan

ONM-ABO Muddee 6,2024 Ministirri Ittisaa Chaayinaa Dong Jun Kamisa kaleessaa hoggantoota humna galaanaa biyyoota Afrikaa waliin wal arguun“yaad-rimee hiree waliinii” cimsanii dubbatan.

Dong ajajoota humna galaanaa Naayijeeriyaa, Gaaboon fi saboota biroo irraa daawwannaa dhufan Shaangaayitti akka wal argan Ministeerri Ittisa Chaayinaa beeksiseera.

Hoggantoonni jila biyyoota 18 daawwatan kunneen Seminaara 2ffaa Haala Nageenyaa Galoo Galaana Giinii, kan humna galaanaa Chaayinaatiin qophaa’e irratti hirmaachaa jiru.

“Galoo Galaana Giinii qe’ee waloo biyyoota naannichaa yoo ta’u, Chaayinaa fi Afrikaaf jijjiirraa fi tumsa cimsuu fi hawaasa galaanaaf egeree waliinii qabu ijaaruuf walitti hidhamiinsa barbaachisaa dha,” jedhan Doong.

Chaayinaan “yaad-rimee hiree waliinii cimsuuf, itti gaafatamummaa waloo nageenya eeguu, tumsa galaanaa sirna qabeessa ta’e guddisuuf, fi michummaa aadaa gamtaa garaa qulqulluu itti fufuuf humna waraanaa biyyoota naannichaa waliin hojjechuuf fedhii qabdi” jedhan.

“Qaamoleen hundi waliin ta’uun ummata naannichaa fayyadamoo taasisuu, akkasumas bara haaraa keessatti hawaasa Chaayinaa-Afriikaa haala qilleensaa hundaaf ta’u kan egeree waliinii qabu ijaaruuf dammaqinaan gumaachuu akka danda’an abdatama,” jedhan hogganaan ittisa Chaayinaa.

Dong seminaara kana irratti kan mul’ate erga torban darbe gaazexaan guyyaa guyyaan UK keessatti argamu Faayinaanshiyaal Taayims ministeerri ittisa Chaayinaa qorannoo jala akka jiru gabaasee booda ta'uu al Jazeeraan gabaaseera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Kibba Lixa Shaggar Aanaa Bachootti haadhi tokko waraana faashistii PP'n gudeedamte

ONM-ABO Muddee 6,2024 Qabsoo uummanni Oromoo impaayera kana keessatti gochaa jiru daranuu abdii kutannaa keessa kan galche murna Bilxiginnaa, akeeka uummataa cabsanii mootummaa abbaa irree kan hacuuccaa fi roorrifama geggeessu ijaaruuf ifaajjii isaanii cimsanii itti fufaniiru.


Akkuma kanaanis Muddee 1,2024 jiraattuu godina Kibba Lixa Shaggar aanaa Bachoo bakka addaa Riiqatee kan taate haadha ilmaanii kan rakkoo nageenya isheef jecha maqaan ishee hin eeramin tokko irratti waraanni garboomfataan PP 4 ta'uun itti wal darbuun gudeeddii irratti taasisuu jiraattonni ONM'tti himaniiru.

Galma dabaa ijaaruu, Oromoo fi Oromiyaa dhabamsiisanii impaayera Itiyoophiyaa dulloomtuu ishee afaan, aadaa, eenyummaa fi hawaasummaa tokkicha irratti ijaaramte ol dhaabuun uummata Oromoo afaan qabachiisuuf murni garboomfataan Bilxiginnaa maqaa Oromoon of himaa uummaticha irratti garbummaa dachaan dabalaa jiraachuun sarbamiinsa mirgoota namoomaa raawwatan kan durii irra jabeessanii jiraachuu jiraattotni ona Bachoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Gujii Lixaa Aanaa Galaanaa keessatti saamichi loltoota sirnichaan qabeenyaa hawaasaa irratti raawwatamu jabaatee itti fufe

ONM-ABO Muddee 6,2024 Maqaa WBO'tu gale jedhuun holola sobaa miidiyaalee of harkaa qabaniin facaasaa karaa biraan ammoo saamicha qabeenyaa uummataa irratti loltoota isaanii bobbaasuun taasisan daran jabeessanii jiraachuu fi uummannis rakkoo cimaa keessa galanii jiraachuun beekamee jira.

Godina Gujii Lixaa aanaa Galaanaa ganda Wodoo Darbaa, Odaa, Hiituu fi Golboo ykn Ardaa Guddinaa jedhamu keessatti hidhattoonni baay'inaan gara gandoota kanneenitti bobbaafaman qabeenya hawaasaa kanneen akka Muuzaa, Dinnichaa, Moogoo, maxaaxasha , Shaanaa fi Boqqolloo dabalatee halkanii fi guyyaa saamaa jiraachuu jiraattonni gandichaa dubbatan.

Dabalataan qabeenyaa hawaasaa re'ee fi loon dabalatee gaaffii seeraa tokko malee harkaa saamuu jabeessuun, hawaasa hiyyummaan rukutaa akka jiranis himatu.

Sirni afaan mi'eeffachaa akka waan aantummaa uummataa qabuu of fakkeessuun hawaasa goyyomsuuf dubbatu, keessoon ammoo egeree sabichaatti yaaddoo jabaa ta'ee jiraachuu uummanni Oromoo keessaayyuu baadiyyaa Oromiyaa keessa jiran ragaa bahu.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Ganama ONM-ABO Muddee 6-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Qophii oobdii yaadaa ONM-ABO Muddee 5-2024 itti dhiyaadhaa!
Faannoon Ajjeechaa Raawwachuu Itti Fufe, Qabsoo Irraa Maaltu Si Galcha fi Abbootii Gadaa Bilxiginnaa Irratti Turtii Jaal Niimoonaa Sabaa fi Daandii Elemoo Taasisan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Harargee Lixaa Aanaa Malkaa Balloo keessatti loltoonni PP reebichaa fi saamicha hawaasa nagaa irratti raawwachuu cimsanii itti fufan.


ONM-ABO Muddee 6,2024 Loltoonni bilxiginnaa uummata Oromoo dararuu kaayyoo jalqabaa godhachuudhaan kutaalee Oromiyaa cufa keessatti haala duraan barameen olitti hiraarfama hammeessuun, godina Harargee Lixaa aanaa Malkaa Balloo keessatti reebichaa fi saamicha hawaasa nagaa irratti raawwachuu cimsanii itti fufanii jiraachuun ibsameera.

Muddee 01,2024 waraanni nama nyaataan PP aanaa Malkaa Balloo Araddaa Firii Qabsoo jedhamu keessaa namoota maqaan isaanii:
• Jamaal Nadhii,
• Aammad Alii,
• Muusaa Mohaammad fi namoota hedduu kanneen yeroof maqaan isaanii adda hin baane irratti reebicha hamaa raawwachuun miidhaa qaamaa ulfaataaf saaxiluu maddeen ONM'tti himan.

Haaluma wal fakkaatuun aanichuma araddaa Qorkee jedhamu keessaas maanguddoo ganna 70 olii kan maqaan isaanii adda hin baane irrattis badii tokko malee reebicha hamaa raawwachuun miidhaa qaamaa ulfaataa irraan gahuu maddeen himan.

Kana malees araddoota kanneen keessatti qabeenya hawaasaa hedduu illee maqaa "hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabdu" jedhuu fi maqaa kaffaltii gosa adda addaa itti dhahuun saamaa kan jiran ta'uu maddeen itti dabaluun eeraniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Kibba Lixa Shaggaritti dargaggoota ukkaamsuun jabaatee itti fufe.

ONM-ABO Muddee 6,2024 Waggoottan dheeraadhaaf sochii waraanni Bilisummaa Oromoo mirga hiree murteeffannaa uummata Oromoof taasisaa jirutti gufuu ta'uuf humnoonni waraanaa impaayerattii, milishotaa fi poolisoonni dirqiin ijaaramaa akka turan kan beekamuudha.

Humnoonni waraanaa impaayerrattii meeshaalee gurguddaa biyyoota addunyaa irraa kadhatee lolaaf of qopheesuun cinattis waraanni ergifannaan daangaa qaxxaamuruun sakattaa taasisaa turanii fi jiran milkii kan isaaniif hin finne murni garboomfataan Bilxiginnaa, har'as tajaajilli hawaasummaa tokkollee kan uummataaf ta'u keessa kan hin jirre impaayerri Itiyoophiyaa dinagdeen ishee kufte kun humna waraanaan of ijaaruuf jecha dargaggoonni, daa'immanii fi jaarrolleen mooraa waraanaatti guuramuun cimee itti fufeera.

Keessattuu Onoota godina Kibba Lixa Shaggar kanneen akka Tolee, Tullu-Boolloo, Sooddoo Daaccii fi kanneen biroo keessaa halkaniif guyyaa waraanni garboomfataan PP manneen jiraattotaa irra deemuun jumlaan namoota guuraa akka jiran jiraattonni ONM'tti himaniiru.


Haalli kaleessa uummanni Oromoo keessa ture har’a illee hawaasa Oromoo wajjin kan jiru rakkoon abbaa irruummaa hiddi isaa gad fagoo ta'e kun, yeroo baay'ee gaaffii malee jilbeenfatanii warra aangoo qabuuf abboomamuun sammuu namaa keessatti maxxanee akka jiraatus loltoota murna Bilxiginnaan taasifamaa jira jechuunis itti dabaluun jiraattonni dubbatu.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Injifannoo WBO Zoonii Harsadee


Tarkaanfii guyyaa har'aa Muddee 5,2024 Baha Shaggar aanaa Liiban Cuqaalaa ganda Agamsaa Roggichaa keessatti milishoota irratti fudhatamuun 2 irraa ajjeesuun kilaashii 2 irraa hiikuun mooraa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira.


Injifannoon Uummata Oromoof!

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምዕራብ ሸገር ዞን ባኮ ቲቤ ወረዳ የአብይ አህመድ ወታደሮች በሰላማዊ ዜጎች ላይ እየደረሰ ያለው አሰቃቂ ግድያ ተጠናክሮ ቀጥሏል።


ታህሳስ 5 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የኢትዮጵያን ኢምፓየር ለመጠገን የኦሮሞ ልጆችን ደም እያፈሰሱ ያሉት የብልፅግና ወታደሮች በየቀኑ በሰላማዊ ዜጎች ላይ የሚፈጽሙትን አስደንጋጭ ግድያ አጠናክረው ቀጥለዋል።

በዚህም መሰረት በታህሳስ 3 ቀን 2024 ዓ.ም የአገዛዙ ጦር በባኮ ቲቤ ወረዳ ኦዳ ጉዳያ መንደር በሚከተሉት ሰዎች ላይ ጥቃት ሰንዝሮዋል።
• ዲንቂሳ ቦካ እና
• ገደፋ ዋቅቶላ "ከኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ጋር ግንኙነት አላችሁ በሚል ሰበብ ጥፋተኛ ሳይሆኑ እንደ አውሬ በጥይት ተመትተው ተገድለዋል ሲል ድርጊቱን የተመለከቱት የገጠር ነዋሪዎች ለኦኤንኤም ተናግሯል።

እነዚህ ሰዎች ከየትኛውም ቡድን ጋር ምንም አይነት የፖለቲካ ግንኙነት የሌላቸው እና በአሰቃቂ ሁኔታ ከገደሏቸው በኋላ በአከባቢው ማህበረሰብ ዘንድ ከፍተኛ ተወዳጅነት ያተረፉ በመሆናቸው የሰው በላ ገዥ ሰራዊት ቤተሰቦቻቸውን በመንፈግ አስከሬናቸውን ወደ ጫካ በመወርወር ለአውሬ ማስበላታችው ተገልፆዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

የብልፅግና ተላላኪዎች በምስራቅ አርሲ ዞን መርቲ ወረዳ በሰላማዊ ዜጎች ላይ ዘረፋቸውን ቀጥለዋል።

ታህሳስ 5 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የብልፅግና ቡድን የኢትዮጵያን ኢምፓየር ኢኮኖሚያዊ ውድቀት በማንሳት የኦሮሞን ህዝብ በብዙ አይነት ሰላማዊ ያልሆነ ክፍያ ማሰቃየቱን ቀጥሏል።

የመርቲ ወረዳ የፒፒ ማፍያ ወኪሎች ከመጠን ያለፈ ዘረፋ እየፈፀሙ ሲሆን በአሁኑ ሰአት በካቢሮ ቃቲ መንደር በተለያዩ የክፍያ አይነቶች ስም ከእያንዳንዱ 4500ብር እያስከፈሉ ይገኛል።

ኦኤንኤም ያነጋገራቸው ነዋሪዎች እንደገለፁት ህብረተሰቡ በዋጋ ንረት እና በረሃብና በውሃ ጥም እየተሰቃየ ባለበት ወቅት የገዥው አካል ተላላኪዎች የንፁሀንን መሬት ለባለሀብቶች እያስመለሱ ይገኛል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምዕራብ ሽገር ዞን አቡነ ግንደበረት አውራጃ ከ250 በላይ ሰዎች መታሰራችው ተገለፀ።


ታህሳስ 5 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ለእራሱ ምግብ በልቶ ያልጠገበው ህዝብ እንድዚሁም የኑሮ ውድነት ግራ ያጋባው እራሱን እና ቤተሰቡን መመገብ ሲገባው በተቃራኒው ለህብረተሰቡ ምንም ግድ የሌለው የራሳችውን ስልጣን ብቻ የሚመለከቱት የብልፅግና አንጃ ንፁሀንን እያንገላቱ ይገኛል።

ለደህንነት ሲባል ስማቸውን መግለጽ ያልፈለጉ የአከባቢው ነዋሪ እንዳሉት በአካባቢው ታይቶ የማይታወቅ ስቃይ እየደረሰባቸው ያለ ሲሆን ፥ የከተማው አካባቢ ትንሽ የተሻለ ነው ሲሉ ነገር ግን የገጠሩ ህዝብ ከአላንዳች ጥፋት በቁጥጥር ስር በማዋል ወደ እስር ቤት እየተወረወረ ይገኛል።


አክለውም እነዚህን ሰዎች ከቤተሰቦቻቸው ለወራት ካሰሩ በኋላ ከ20ሺ እስከ 50ሺ በመጠየቅ በዋስ እንዲለቀቁ እያደረጉ ነው።


ታሳሪዎቹ በመጠለያ እጦት እና በሜዳ ላይ በብርድና ፀሀይ እየተሰቃዩ መሆናቸውን ገልፀው በህክምና እጦት ህይወታቸውን ያጡ ሰዎች እንዳሉም ተናግረዋል።

ነዋሪዎች አክለውም እንዳስታወቁት በየቀኑ የሰዎች ንብረት እየተቃጠለና እየተዘረፍ እንደሚገኝ አክለው ገልጸዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምዕራብ ሸገር ዞን አቡነ ግንደበረት እና አዳ በርጋ ወረዳዎች የፒፒ ወታደሮች ዘረፋ እና ማሰርን ቀጥሎል።

ታህሳስ 6 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የተንቀጠቀጠውን ኢምፓየር ለመታደግ የተሰማሩ የብልፅግና ወታደሮች የኦሮሞን ህዝብ እየዘረፉና እያሰሩ ነው።

በአቡነ ግንደበረት ወረዳ የብልፅግና ወኪሎች ዘረፋውን አባብሰዋል። ይህን በማስመልከት ታህሳስ 3,2024 ዓ.ም በዶጎማ ዬቦት መንደር የፋሽስቱ ጦር የቀንድ ከብቶችን ዘርፎዋል። የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት ሰዎች:-
• ከታመነ ፓለማ ስር 18 የቀንድ ከብቶች
• ከቦቼ አባ ሂሬ ስር 14 የቀንድ ከብቶች
• ከታበሳ አኑማ ስር 4 የቀንድ ከብቶችን መዝረፋችውን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።

በተጨማሪም ህዳር 27፣ 2024 ዓ.ም በዚያው መንደር ውስጥ ንፁሀን በቁጥጥር ስር ውሎል።


የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል:-
-ኡርጌሳ ቃንቁሬ
-ኦብሴ ሹሚ
-ሹሬ ገደፋ
-ብርቂ ተለማ
-ጠጂ ቶሌራ
-አለሚ ገደፋ
-ሹካሬ አራርሳ እና ባትሩ ኦብሳ የተባሉ ንፁሀን በቁጥጥር ስር በማዋል በእስር ቤት እየተሰቃዩ ይገኛል።

በተመሳሳይ ህዳር 28፣ 2024 ዓ.ም በአዳ በርጋ ወረዳ ኢሉ ዳንሴ እና ኢሉ ሙጤ መንደሮች ውስጥ ከሚከተሉት ሰዎች ዘርፎዋል።
• ከተክሉ ዲባባ እና
• ከሰለሞን ቢርቢርሳ ስር 5 የቀንድ ከብቶች እና 1 ፈረስ ያለምክንያት መዘረፋችውን ምንጮቻችን ገልፀዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Baha Wallaggaa Aanaa Sibuu Sireetti loltoonni Bilxiginnaa jiraattota hidhaatti guuruu hammeessan


ONM-ABO Muddee 6,2024 Lukkeeleen maafiyaa PP Sabboontota ilmaan Oromoo adamsuun hidhaatti guuruu ittuma fufuun, yeroo ammaa kanas hawaasni nagaan ba'ee galuuf iyyuu yaaddoo hamaa keessa jiraachuun ibsameera.

Aanaa Sibuu Siree ganda Baddeessaa Abbaa Garmaamaa jedhamu keessaa Muddee 04,2024 namoonni maqaan isaanii:
- Barsiisaa Tamee Fiixee fi
- Eliyaas Fiqaaduu jedhaman badii tokko malee ergamtoota sirnichaan ukkaamfamuun hidhamanii jiraachuu jiraattonni Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Jiraattonni akka eeranitti, namoonni kunneen siyaasa kam irraa walaba ta'uu himuun, sababa tokko malee maqaa obboleeyyan keessantu bosona jira fi hidhata WBO qabdu jechuun hidhuu dubbataniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Kaaba Shaggar Aanaa Kuyyuu keessatti hidhattoonni sirnichaa dhukaasa meeshaa gurguddaa fageenya irraa hawaasatti darbataniin lubbuun namaa darbuun, qabeenyaanis barbaada'e


ONM-ABO Muddee 6,2024 Meeshaa gurguddaa ZU-23, Madfii, Taankii fi Moortera kan silaa daangaa irratti dhimma itti bahamu uummata harka qullaatti deebisuun gareen faashistii PP jumlaan ajjeesuu fi madeessuu akkasumas mancaatii qabeenyaa raawwachuu jabeessee jira.

Gaaga'ama hamaa keessattuu Kaaba Shaggar keessatti uummata harka duwwaa irratti qaqqabsiisaa jiruun hawaasni balaa guddaa keessummeessaa jira.


Muddee 5,2024 godina Kaaba Shaggar aanaa Kuyyuu ganda Jallisaa Luuxuu keessatti sirni faashistii PP meeshaa gurguddaa kanneen armaan olitti eeraman kana fageenya irraa qe'ee hawaasaa, lafa hojii fi iddoowwan adda addaatti tilmaaamaan darbachuun lubbuun namaa darbuu fi qabeenyaan manca'uu jiraattonni himan.

Namoonni lubbuun darban kunneenis maqaan isaanii;

Bushee Ayyaantee,
Warquu Bushee haadha fi ilma,
Taaddasaa Amantee,
Kursituu Amantee Obbolaa,
Bilisummaa Shaashoo,
Walabummaa Shaashoo obbolaa
Masqaluu Girmaa fi
Dirribee Tafarii kanneen jedhaman battalumatti lubbuun yoo darban Darajee Tacaan kan jedhamu ammoo madoo jabaa taasisuu jiraattonni himu.

Namoonni kunneenis battala midhaan bakkee irraa sassabachaa jiranitti Madfii fageenya irraa irra bu'een lubbuun isaanii kan darbe ta'uu dabaluun dubbatu.

Akkasumas Girmaa Mootii jalaa horii 4, Dinquu Dalalii jalaa horii 4 ajjeesanii jiraachuus ibsuun, uummanni ganda sanaa gadda guddaa keessa akka jiruu fi yaaddoo jabaa keessa kan jiran ta'uu dabaluun ibsaniiru.


Bakka tokkotti nama hanga kana dhabuun ni ulfaata kan jedhan jiraattonni kuni ta'e jedhamee uummaticha dachee irraa balleessuuf kan itti yaadameedhas jechuun ONM'tti himan.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Weelluu Qabsoo Ajajaa WBO Zoonii Kaabaa Jaal Qeeransoo Waayyuutiin yeroo dhiyootti

Mata Duree: Ifee Itti Fufee!👇

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Buunnoo Beddeelle Aanaa Cawwaaqaa fi Daaboo Haannaatti waraanni faashistii PP saamicha, hidhaa fi ajjeechaa geggeessaa jiraachuun ibsame

ONM-ABO Muddee 6,2024 Seenaadhuma addunyaa kanaa keessatti abbootiin irree heeraa fi seera, murtii seeraa fi yaada ummataa irra ejjechuun ajjeesuu, ukkaamsuu, reebuu, dararuu fi ukkaamsanii dhabamsiisuun seenaa fokkisaa raawwachuun beekamu.

Bifuma kanaanis impaayerri Itiyoophiyaa uummata isheetiif goonkumaa aara galfii jireenyaa taateefii kan hin beekne godinaalee Oromiyaa hundaatti waraana ishee bobbaasuun maqaa gibiraan saamuu, hidhata WBO qabdaan namoota nagaa ajjeesuu, hidhuu fi saamicha raawwatan jabeessanii itti kan itti fufan yoo ta'u, akka kanaanis jiraattonni godina Buunnoo Beddellee aanaa Cawwaaqaa fi Daaboo Haannaa hiraarfamaa jiraachuu ONM'tti himan.

Onoota lamaan armaan olitti caqafaman keessatti uummanni maqaa kaffaltii gibiraan; qarshii guddaan 10,000 ol, giddu galeessi 7000 fi inni gad-aanaan qarshii 4000 gaafatamaa kan jiran yoo ta'u; namni qabeenya qabu kanneen akka lukkuu irraa eegalee hanga horii gaanfaa, akkasumas gosoota biqiltuu mana cina dhaabee jiruttis kaffalaa jiraachuu dubbatan.

Maatiin qabsaa'otaas akeekkachiisni guddaan kan irra jiru Dilbata dhufu irraa kaastanii ilmaan keessan hin galchitan taanaan aanaa kana keessa jiraachuu hin dandeessan jechuun kaabinoonni onoota kanneen akeekkachiisuun ibsameera.

Oduu ajjeechaa fi hidhaan wal qabatuun ammoo jiraataa aanaa Cawwaaqaa buufata 7'ffaa kan ta'e namni maqaan isaa ammaaf ifa hin taane tokko Muddee 3,2024 waraana faashistii PP'n yoo ajjeefamu, dhalattuu aanaa Cawwaaqaa kan taate bakki jireenya ishee aanaa Daaboo Haannaa ganda Cittuu Cooree kan ta'e namni maqaan ishee Faamiyaa Jamaal Saanii jedhamtu ammoo Muddee 4,2024 qabamuun dararamaa jiraachuunis beekameera.

Aanaadhuma Cawwaaqaa irraa namoota maqaan isaanii; Adam Aliyyii ganda Burqaa Barakaa irraa, Kadir Aammee, Ibraahim Ahimed, Mohaammed Bushuraa, Faaxumaa Aliyyii fi Jamaal Aammee kanneen jedhaman qabanii kan hidhan yoo ta'u, Jamaal Aammee ammoo isa erga qabaniin booda horii isaa 7 jalaa ooffachuun ibsameera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Lixa Oromiyaa godinaalee garaa garaa keessatti saamichi ergamtoota sirnichaan hawaasa nagaa irratti raawwatu akkaan cimee itti fufe

ONM-ABO Muddee 6,2024 Murni afaan qawweetiin uummata meesha- maleeyyii cafaqee bulchuu barbaadu Bilxiginnaan, kaabinee fi kaadiroota isaa goleewwan Oromiyaa cufa keessatti bobbaasuun saamicha daangaa darbe geggeessaa jira.

Haaluma kanaan Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Jimmaa Raaree ganda Ibsaa Allaammuu jedhamu keessatti murni garboomfataan PP sababa caasaa gandaa ijaaruu jedhuun hawaasa gandichaa guutummaa irraa qarshii 2500 dirqamaan saamaa jiraachuu jiraataan gandichaa tokko ONM'tti himanii jiru.

Haaluma wal fakkaatuun godina Lixa Wallaggaa aanaa Begii ganda Eegoo Girmoos keessatti jiraattota gandichaa guutummaa irraa sababa tokko malee qarshii 500 dirqamaan saamaa jiraachuu jiraataan kun itti dabaluun eereera.

Yeroo ammaa kanas akkuma guutuu Oromiyaatti ergamtoonni Bilxiginnaa maqaa kaffaltii gosa adda addaa hawaasatti tarreessuun hawaasa ofiifuu qaala'iinsa jireenyaan waxalamaa jiru ba'uu fi galuu dhorkachuun dararaa hamaa irraan gahaa kan jiran ta'uun ni beekama.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Waaree ONM-ABO Muddee 6-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gabaasa Tarkaanfii ONM-ABO Muddee 5-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Hogganaan mormituu hidhate Siiriyaa Iraaq humnoota Iraan deggaruu keessa akka hin seenne gaafate


ONM-ABO Muddee 6,2024 Hogganaan mormituu hidhatee Siiriyaa Abu Mohaammad al-Jolani ibsa viidiyoo Kamisa darbe maxxansaniin, Muummichi Ministira Iraaq Mohaammad Shi’aa al-Sudaaniin Humni Sochii Ummataa biyyattii Iraan waliin hidhata qabu Siiriyaa keessa akka hin seenne gaafataniiru.

Afaan Arabaatiin al-Hashd al-Shaabi jedhamuun kan beekamu PMF gareewwan hidhattoota Iraan deggaraman hedduu kan of keessaa qabu yoo ta’u, kanaan dura Pirezidaantiin Siiriyaa Bashar al-Asad naannoo waggoota jalqabaa waraana Siiriyaa keessatti gareewwan mormitoota hidhatee harkatti kufe deebisee akka fudhatu gargaaruuf Siiriyaa keessatti lolan of keessaa qaba.

“Namoonni siyaasaa Iraaq, jalqabaa fi hunda caalaa Mohammed Shiyaa al-Sudaanii... Hashd al-Shaabi Iraaq waan Siiriyaa keessatti ta’aa jiru keessa akka hin seenne dirqama isaanii akka bahan ni gaafanna, abdiis qabna,” jedhan al-Jolaniin.


Rooyitars jalqaba torban kanaa akka gabaasetti loltoonni milishaa Iraaq dhibbaan lakkaa’aman gara Siiriyaatti bobbaasuun mootummaan loltoota mormitoota hidhatee torban darbe Aleeppoo qabatan loluuf gargaaraniiru.

Al-Jolaniin lola Siiriyaa keessatti geggeeffamaa jiru gara Iraaqitti akka hin babal’anne ibsuun, humnoonni mormitootaa mootummaa amma jiru erga kuffisanii booda Bagdaad waliin hariiroo tarsiimoo dinagdee fi siyaasaa akka barbaadan dubbataniiru jechuun Rooyitars gabaaseera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Lixa Shaggar Aanaa Liiban Jaawwii keessatti ergamtoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa hidhaatti guuruu cimsanii itti fufan.

ONM-ABO Muddee 6,2024 Impaayerri afaan qawween ijaaramte afaanuma qawweetiin uummata meesha maleeyyii cafaqtee bulchuuf dhamaatu Itiyoophiyaan, dursummaa Abiy Ahimediin goleewwan Oromiyaa cufa keessaa hawaasa nagaa irrratti yakkoota garaa garaa raawwachuu itti fuftee jirti.

Muddee 03,2024 waraanni PP aanaa Liiban Jaawwii ganda Agal Gobboo Basaallee jedhamu keessaa namoota maqaan isaanii:
• Aadde Tolashii Qaabataa,
• Aadde Xajjuu Warquu fi
• Obbo Ajjamaa Begii kanneen jedhaman sababa tokko malee hidhanii dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Akka maddeen himanitti, namoonni kunneen siyaasa kam keessa kan hin jirree fi hojii dhuunfaa isaanii qofatti bobba'uun kan jiraatan ta'uu himuun, Lukkeeleen PP ammoo badii tokko malee ilmaan keessantu bosona jira jechuun hidhuu dubbatu.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Wallagga Lixaa Aanaa Qondaalaa keessatti waraanni maafiyaan PP nama tokko ajjeesuun reeffa isaas maatii dhorkachuun himame.

ONM-ABO Muddee 6,2024 Sirni nama nyaataan impaayera Itiyoophiyaa kan ilma ajjeesee haadha irra teessisuu baree fi maallaqaan illee reeffa gurguratu ammallee goleewwan Oromiyaa cufa keessatti gochoota suukkanneessoo dhageettiifuu hin tolle raawwachuu cimsee itti fufee jira.

Muddee 2,2024 aanaa Qondaalaa ganda Faargaashii jedhamu keessaa nama maqaan isaa Siraaj Mohaammad Adinoo jedhamu badii tokko malee mana jireenyaa isaatii ukkaamsuun bakka addaa Laga Ajooftuu jedhamu geessuun akka bineensaatti rasaasa itti roobsanii haala suukkanneessaan ajjeesuu maddeen ONM'tti himan.

Akka maddeen himanitti, namni kun siyaasa kam irraa walaba ta'uu himuun, waraanni maafiyaan impaayerattii ammoo sababa Oromummaa isaa qofaaf haala nama gaddisiisuun ajjeesanii reeffa isaa illee maatii dhorkachuun, maatiin akka gadda hin teenye taasisanii jiraachuu dubbataniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

አወዛጋቢው ማኅበራዊ ሚዲያ ቴሌግራም የተጠቃሚዎችን ደኅንነት በተመለከተ የአቋም ለውጥ አደረገ።


ታህሳስ 5 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO)

ተጠቃሚያቸው እያደገ ከሚገኙት የማኅበራዊ ሚዲያ የትስስር መተግበሪያዎች መካከል አንዱ የሆነው ቴሌግራም ሲወቀስበት የነበረውን የተጠቃሚዎች ደኅንነት ጥበቃን በተመለከተ የአቋም ለውጥ አደረገ።


በዚህም ቴሌግራም ከዓለም አቀፍ ተቋም ጋር በመተባበር የሕጻናት የወሲብ ብዝበዛ ይዘቶች በገጹ ላይ እንዳይዘዋወሩ ለመገደብ ተስማምቷል።

ቴሌግራም ለሕጻናት ጥበቃ የሚያደርግ አሠራርን እንዲከተል ለዓመታት ጫና ሲደረግበት ቢቆይም፣ ይህንን ተግባራዊ ለማድረግ ፈቃደኛ ሳይሆን ቀርቶ ነበር።

ቴሌግራም አብሮት ለመሥራት የተስማማው ‘ዘ ኢንተርኔት ዋች ፋውንዴሽን’ ወይም አይደብሊውኤፍ ተቋም የበይነ መረብ አገልግሎት ሰጪዎች ለሕጻናት ጥበቃ የሚገለገሉበት ነው።


የቴሌግራም መሥራች ፓቫል ዱሮቭ ፓሪስ ውስጥ ከታሰረ በኋላ ቴሌግራም ይዘቶች ላይ ቁጥጥር ለማድረግ ተስማምቷል።




ተቋሙ የቴሌግራም ውሳኔ “ለውጥ የሚያመጣ ነው” ብሏል። ሆኖም ግን ቴሌግራም አሁንም ረዥም ጉዞ እንደሚጠብቀው አክሏል።

የተቋሙ ተጠባባቂ ኃላፊ ዴሬክ ሬይሂል “አይደብሊውኤፍን በመቀላቀል ቴሌግራም በዓለም ቀዳሚ ቦታ ያላቸው የጥንቃቄ አካሄዶች በመከተል ይዘቶችን መገደብ ይችላል” ብሏል።

ቴሌግራምን ከ950 ሚሊዮን በላይ ሰዎች ይጠቀማሉ። ሌሎች ዓለም አቀፍ ማኅበራዊ ሚዲያዎች ከሚከተሉት ፖሊሲ በተለየ የተጠቃሚዎችን የግል መረጃን የሚጠብቅ መተግበሪያ እንደሆነም በመግለጽ ራሱን ያስተዋውቃል።

ቢቢሲ እና ሌሎችም መገናኛ ብዙኃን የሠሩት ምርመራ እንደሚያሳየው ግን በቴሌግራም ላይ አደንዛዥ ዕፅ ዝውውርን ጨምሮ የሕጻናት ወሲባዊ ይዘት ያላችወ ይዘቶች ይዘዋወራሉ፤ የበይነ መረብ ምዝበራም ይፈፀማል።


ከዚህም የተነሳ አንድ ባለሙያ “በኪሳችን ያለው ጨለማ ማኅበራዊ ሚዲያ” ሲሉ ነው ቴሌግራምን የገለጹት።


ነሐሴ ላይ የቴሌግራም መሥራች በፓሪስ አውሮፕላን ማረፊያ በቁጥጥር ሥር መዋሉ ይታወሳል.


ከአደንዛዥ ዕፅ ዝውውር እና የሕጻናት ወሲባዊ ይዘት ያላችወ ይዘቶችን በተመለከተ ከሕግ አስከባሪዎች ጋር ትብብር ባለማድረግ ነበር መሥራቹ የተከሰሰው።

ተጨማሪ ምርመራ እስከሚደረግ ድረስ ከፈንሳይ እንዳይወጣም ውሳኔ ተላልፏል።

ቴሌግራም በበኩሉ መሥራቹ መታሰሩ ፍትሐዊ እንዳልሆነ ገልጿል። ተጠቃሚዎች በገጹ በሚያከናውኑት ነገር ተጠያቂ መሆን አንደሌለበትም አስታውቋል።


ቴሌግራም አብሮት ለመሥራት የተስማማው ‘ዘ ኢንተርኔት ዋች ፋውንዴሽን’ የሕጻናት የወሲብ ብዝበዛ ይዘቶችን ማስጠፋት የሚችል ተቋም ነው።

ቴሌግራም እንደ ዋትስአፕ እና እንደ ሲግናል በተጠቃሚዎች መካከል ያለን የመረጃ ልውውጥ በምሥጢር የሚይዝ መተግበሪያ ነው።


መሥራቹ የተወለደው ሩሲያ ሲሆን ነዋሪነቱ ዱባይ ውስጥ ነው። የሩሲያ፣ የፈረንሳይ፣ የተባበሩት አረብ ኤምሬትስ እንዲሁም የካረቢያን ደሴቶቹ ሴንት ኪትስ እና ኒቫስ ዜግነትም አለው።


ቴሌግራም በተለይም በሩሲያ፣ በዩክሬን እና በኢራን ውስጥ በስፋት ጥቅም ላይ ይውላል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በጅማ ዞን በሶቃ ጨቆርሳ ወረዳ ውስጥ የብልፅግና ተላላኪዎች ወጣቶችን በጥይት መግደል እና ማቁሰላችውን ቀጥሎል።


ታህሳስ 5 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን በጦርነት ማሸነፍ ያልቻሉት አረመኔው የአብይ አህመድ የፋሽስቱ ወታደሮች ወደ ሲቪል ማህበረሰቡ በመመለስ በሁሉም የኦሮሚያ አካባቢዎች በኦሮሞ ህዝብ ላይ ዘግናኝ ሰቆቃ እየፈጸሙ ነው።

በታህሳስ 2 ቀን 2024 ዓ.ም የተሰማሩበትን አላማ ያልተረዱ እና በህብረተሰቡ ላይ የጭካኔ እርምጃ ለመውሰድ ያሰቡ ወታደሮች ሴፊ አባ ተማም የተባለውን ወጣት በጥይት ተኩሰው ሲገድሉት እና ስማቸው በውል የማይታወቅ ሌላ ሰው ደግሞ ክፉኛ ቆስሏል። ጉዳት የደረሰበት ግለሰብ በአሁኑ ጊዜ ለህክምና በሆስፒታል ውስጥ እንደሚገኝ ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።

እንደ ምንጮቻችን ገለጻ፣ ወጣቶቹ ሞተር ሳይክል እያሽከረኩሩ እንደነበረ እና ሶስት ሰው ማሽከርከር የተከለከለ ነው" በሚል ስም በጥይት ተኩሰው መግደልና ማቁሰላችው ታውቆዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

የፒፒ ታጣቂዎች በምዕራብ ወለጋ ዞን በቆንዳላ ወረዳ አንድን ሰላማዊ ሰው ተኩሰው ገድለዋል።


ታህሳስ 5 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).


አምባገነኑ አገዛዝ መላውን ኦሮሚያ ወደ ደም አፋሳሽ ሜዳ ቀይሮ ከመሬት ተነስቶ የሰላማዊ ዜጎችን እልቂት አጠናክሮታል።

ታህሳስ 3 ቀን 2024 ዓ.ም ኡስማን ተስፋዬ የተባለ ንፁህ ወጣት በምዕራብ ወለጋ ዞን በቆንዳላ ወረዳ ጉማ ጋራ አርባ መንደር በጥይት ተገድሎ ሜዳ ላይ እንደተጣለ የአካባቢው ምንጮቻችን ገልጸዋል።


እንደ ብሄረሰብ እየደረሰብን ያለው ጫና ከጊዜ ወደ ጊዜ የኦሮሞን ህዝብ እያደነና እየገደለ እንደሚገኝ የአካባቢው ነዋሪዎች ተናግረዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምዕራብ ሽገር ዞን አቡነ ግንደበረት አውራጃ ከ250 በላይ ሰዎች መታሰራችው ተገለፀ።


ታህሳስ 5 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ለእራሱ ምግብ በልቶ ያልጠገበው ህዝብ እንድዚሁም የኑሮ ውድነት ግራ ያጋባው እራሱን እና ቤተሰቡን መመገብ ሲገባው በተቃራኒው ለህብረተሰቡ ምንም ግድ የሌለው የራሳችውን ስልጣን ብቻ የሚመለከቱት የብልፅግና አንጃ ንፁሀንን እያንገላቱ ይገኛል።

ለደህንነት ሲባል ስማቸውን መግለጽ ያልፈለጉ የአከባቢው ነዋሪ እንዳሉት በአካባቢው ታይቶ የማይታወቅ ስቃይ እየደረሰባቸው ያለ ሲሆን ፥ የከተማው አካባቢ ትንሽ የተሻለ ነው ሲሉ ነገር ግን የገጠሩ ህዝብ ከአላንዳች ጥፋት በቁጥጥር ስር በማዋል ወደ እስር ቤት እየተወረወረ ይገኛል።


አክለውም እነዚህን ሰዎች ከቤተሰቦቻቸው ለወራት ካሰሩ በኋላ ከ20ሺ እስከ 50ሺ በመጠየቅ በዋስ እንዲለቀቁ እያደረጉ ነው።


ታሳሪዎቹ በመጠለያ እጦት እና በሜዳ ላይ በብርድና ፀሀይ እየተሰቃዩ መሆናቸውን ገልፀው በህክምና እጦት ህይወታቸውን ያጡ ሰዎች እንዳሉም ተናግረዋል።

ነዋሪዎች አክለውም እንዳስታወቁት በየቀኑ የሰዎች ንብረት እየተቃጠለና እየተዘረፍ እንደሚገኝ አክለው ገልጸዋል።

Читать полностью…
Subscribe to a channel