በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ዞን በአማራ ታጣቂዎች ቆስሎ በአዳማ ህክምና ላይ የሚገኙት የ4 ልጆች አባት በብልፅግና ጦር በቁጥጥር ስር ውሎዋል።
ታህሳስ 9፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በሀርጡማ ፉርሴ ወረዳ የሀሩቄ መንደር ነዋሪ የሆኑት አቶ ኡመር የ4 ልጆች አባት ሲሆኑ የአማራ ፋኖ ታጣቂዎች በጮቆርሶ አካባቢ በሰላማዊ ሰዎች ላይ በከፈቱት ጦርነት ከሩቅ ከባድ መሳሪያ በመወርወር ገሪ እግራችው መቁሰሉ ነዋሪዎች ገልፀዋል።
የግራ እግራቸው ሙሉ በሙሉ የተሰበረ እና ሽባ የሆነበት አቶ ኡመር ለህክምና ወደ አዳማ ከተማ ሄዶ ከአንድ ወር በላይ በአዳማ ህክምና ሲደረግለት ከቆየ በኋላ ወደ ወሎ ዞን ልጆቹ ጋር ተመልሶ በክራንች እየተጓዘ ነበር። ነገር ግን ዳግመኛ እግሩን ስለታመመ ወደ አዳማ በመሄድ ላይ ሳለ በፋሽስቱ ጦር በቁጥጥር ስር ውሎል።
የት እንደቆሰለ ሲናገር በፋኖ ታጣቂዎች በጨቆርሶ ጦርነት ከሩቅ በተወረወረ ከባድ መሳሪያ መቁሰሉን እና አሁን እንደምታዩት ቁስሌን ለማከም ወደ አዳማ እየሄድኩ ነው ሲለ ተናግሯል።
ኢ-ሰብአዊው ታጣቂዎች ለህክምና ሲሄዱ የነበሩትን አቶ ኡመርን በጦር ኃይላቸው መኪና ውስጥ አስገብተው ወደ ካሚሴ ከተማ መልሰዋቸው ያለ ምንም አይነት የህግ ጥያቄ እያሰቃይዋችው መሆኑን ነዋሪዎች አክለው ገልጸዋል።
Hoogganaan paartii mormituu Israa’el erga Asaad kufee booda tumsi naannoo akka ta’u gaafate
ONM-ABO Muddee 9,2024 Hogganaan mormituu Israa’el Yayir Lapid kufaatii sirna Bashar al-Asad Siiriyaa keessatti hordofee tasgabbii dhabuu naannoo sanaa furuuf tumsi naannoo akka uumamu Dilbata kaleessaa gaafate.
Asaad gareewwan farra sirnichaa Dilbata ganama magaalaa guddoo Damaasqoo erga to’atanii booda gara bakka hin beekamnetti kan baqate yoo ta’u, kunis kufaatii sirna Paartii Baath kan bara 1963 irraa eegalee Siiriyaa keessatti aangoo irra ture agarsiisa.
Gareen farra sirnichaa magaalaa guddittii kaaba Siiriyaa Aleeppoo erga to’atanii torban tokko booda jechuun ni danda’ama.
“Taateewwan Siiriyaa keessatti mudatan keessatti, tasgabbii dhabuu naannoo waliin wal’aansoo qabuuf, Sa’uudii Arabiyaa fi biyyoota waliigaltee Abrahaam waliin, gamtaa naannoo cimaa uumuun yeroo kamiyyuu caalaa barbaachisaa dha,” jechuun Lapid akkaawuntii X isaa irratti dubbateera.
Waliigaltee Abrahaam kan Ameerikaan gidduu galeessa godhate yoo ta’u, biyyoonni Arabaa afur Emireetota Arabaa Gamtoomanii (UAE), Baahireen, Sudaan fi Morookoo bara 2020tti Israa’el waliin hariiroo dippilomaasii uumuun isaanii ni yaadatama.
Qondaaltonni Israa’el yeroo dheeraaf hariiroo Sa’uudii waliin qaban idileessuuf yaalaa kan turan yoo ta’u, Riyaad garuu hariiroo kan uumtu erga Israa’el waggoota kurnaniif lafa Falasxiin qabattee turte xumurtee booda qofa jetteetti.
“Gareen Iraan haalaan laafaa dhufeera, Israa’el bu’aa siyaasaa bal’aa kan Gaazaa,Yihudaa fi Samaariyaa (West Bank) keessattis ishee gargaaru argachuuf carraaquu qabdi,” jedhan Lapid jechuun associated Press gabaaseera.
Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Begii keessaa ergamtoonni Bilxiginnaa jiraattota ukkaamsuun gara leenjii waraanaatti guuruu jabeessanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 9,2024 Impaayera Itiyoophiyaa jiguuf raafama irra jirtu suphuuf ergamtoonni Bilxiginnaa yeroo adda addaatti fedhii tokko malee dirqamaan ilmaan hiyyeessaa ukkaamsanii gara adda waraanaatti geessuun irbaata rasaasaa taasisuu itti fufanii jiru.
Muddee 5,2024 waraanni faashistii sirnichaa aanaa Begii ganda Oofaa Koobbaree jedhamu keessaa namoota maqaan isaanii:
• Takiluu Kaasee,
• Nasirallaa Ittaanaa,
• Burruusee Abdiisaa,
• Abdullaayi Carraquu,
• Faqqadaa Bookaa fi
• Taarikuu Ejjetaa jedhaman maqaa leenjii waraanaa jedhuun ukkaamsanii deemuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.
Haaluma walfakkaatuun guyyaadhuma kana Muddee 5,2024 ganda Billee Biqiltuu jedhamu keessaa namoota maqaan isaanii:
• Mohaammad Idiriis,
• Jaafar Bashir,
• Mirallaa Muusaa,
• Tamaam Bashir,
• Baacaa Asaffaa,
• Raamatallaa Shaanqoo,
• Raamatallaa Abbabee,
• Tabirii Bashir,
• Miizanaa Bookaa,
• Abiraahim Shaambaa,
• Amuumee Ittaanaa fi
• Saadiq Ahimad jedhaman reebicha hamaa erga irraan ga'anii booda waajjira poolisii aanaa Begiitti walitti qabuun gara mooraa leenjii waraanaatti erguuf qophii irra jiraachuu maddeen itti dabaluun eeraniiru.
Godina Baalee Lixaa Aanaalee adda addaatti saamichi humnoota waraanaa kan murni garboomfataan PP qindeesseen jiraattota irratti jabaachuun dhagaa'ame
ONM-ABO Muddee 9,2024 Jibba Waraana Bilisummaa Oromoof qabu agarsiisuuf murni garboomfataan PP, akkaataa ittiin waraana Bilisummaa Oromoo fi uummata Oromoo addaan fageessan guyyuu bocanii gadi baasuun uummata hiraarsuu cimsanii itti fufaniiru.
Bifuma kanaanis godinaalee Oromiyaa hundaatti sochii Waraanni Bilisummaa Oromoo taasisuun humnoota waraanaa impaayerattii irratti haleellaa geggeessuun du'aa fi madoon adabuun injifannoo galmeessutti baaraaganii kan jiran murni gabroomfataan PP maqaa sochiileen WBO godinaalee Baalee lamaanitti mul'achaa jira kan jedhuun akkaataa ittiin maqaa WBO xureessan qabatanii saamicha hawaasa irratti jabeessuun himameera.
Sochiilee waraanichaatti danqaa uumuuf ajandaa dabaa qabatanii guyyuu gadi kan bahan murnoonni faashistii PP sochiilee isaanii hamoo jabeessanii itti fufuun, waraana isaanii rifeensa namtolcheen faayanii godina Baalee Lixaa bulchiinsota magaalaa fi aanaalee godinichaa kan akka Sinaanaa, Gaasaraa, Agarfaa fi kanneen birootti ajaja murna PP'n saamichi jiraattota irratti jabaachuun beekameera.
Loltoonni Bilxiginnaa hojiilee hamminaa taasisaa jiran kunneenis maqaa namoota gosaan addaan qooduu, lola amantii kaasuu fi kanneen biroo hojjechuun daba irratti xiyyeeffatanii uummata miidhaa jiru jechuunis jiraattonni godinaalee Baalee ONM dubbise yaada isaanii nuuf qoodaniiru.
Oduu Galgala ONM=ABO Muddee 9-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Pirezidaantiin Gaanaa duraanii Mahaamaan paartiin biyya bulchaa jiru erga mo'amee booda gara aangootti deebi'uuf jiru
ONM-ABO Muddee 9,2024 Pirezidaantiin Gaanaa duraanii Joon Diraamaanii Mahaamaa filannoo Sanbata darbe gaggeeffameen itti aanaan prezidaantii Gaanaa Mahamudu Bawumiya mo’amuu isaanii erga amananiin booda gara aangootti deebi’uuf jiru.
Kaadhimamaa Paartii Sabboonummaa Haaraa (NPP) biyya bulchaa jiru Bawumiya Dilbata ganama tilmaama wiirtuu walitti qabaa paartii isaanii irraa kaasuun mo’amuu isaanii amananiiru.
“Daataa kutaa walitti qabaa keenya irraa argameen, Pirezidaantiin duraanii Joon Mahaamaa filannoo kana injifataniiru,” jechuun Bawumiya haasaa kennuu isaanii irratti dubbataniiru.
Joon Diraamaa Mahaamaatti bilbiluun Pirezidaantii filatamoo Rippabiliika Gaanaa ta’uun baga gammaddan jedheera,” jechuun fedhii filattootni jijjiiramaaf qaban beeksisuudhaan ce’umsi mootummaa haala salphaan akka ta’u gargaaruuf waadaa galaniiru.
Miidiyaaleen biyya keessaa jeequmsa filannoo waliin walqabatee lubbuu namoota afur kan gabaasan yoo ta’u, kunis filannoo Gaanaa bara 2020 kan yaadachiisu yoo ta’u, waldhabdee humnoota nageenyaa loogiitiin himataman hirmaachise gidduutti lubbuun namoota saddeetii darbeera.
Qormaatni kun jiraatus, Komishiniin Filannoo iftoominaaf kutannoo qabu eegeera, bu’aa yeroo isaa eeggate wiirtuuwwan walitti makamuu aanaa irraa abdachiiseera.
Mahaamaan gara aangootti deebi’uun isaanii siyaasa biyya Afrikaa Dhihaa keessatti jijjiirama guddaa kan agarsiisu yoo ta’u, waggoota kurnan darban keessatti rakkoo dinagdee biyyattii hamaa ta’e keessatti filattootni jijjiirama barbaadaa jiru jechuun Rooyiters gabaaseera.
Godina Lixa Wallagga Aanaa Qondaalaa keessatti waraanni faashistii PP dargaggeessa tokko ajjeesuun himame
ONM-ABO Muddee 9,2024 Goleewwan Oromiyaa cufa keessaa waraanni impaayera Itiyoophiyaa maqaa garaa garaa itti maxxansuun uummata Oromoo irratti duula duguuggaa sanyii raawwatan jabeessanii ittuma fufuun, godina Lixa Wallaggaa aanaa Qondaalaa keessatti dargaggeessa tokko irratti ajjeechaa suukkanneessaa ta'e raawwatanii jiraachuun himamee jira.
Aanaa Qondaalaa ganda Geemii Gaabbaa bakka addaa Masjiida Guddaa jedhamu keessaa Muddee 07,2024 waraanni goolessituun PP dargaggoo maqaan isaa Jiboo Sheek Kadir jedhamu badii tokko malee rasaasa itti roobsuun haala suukkanneessaa ta'een ajjeesanii deemuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Akka maddeen himanitti, dargaggoon kun siyaasa kam irraa walaba ta'uu himuun, sababa sobaa maqaa "hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jedhuun manuma maatii isaatti ajjeefamuu dubbatu.
Gubaatiin manneenii, hidhaa fi saamichi jiraattota irratti loltoota impaayerattiin raawwatu godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaalee hedduu keessatti cimee itti fufe
ONM-ABO Muddee 9,2024 Gara jabummaa loltoonni impaayera Itiyoophiyaa uummata Oromoo irratti raawwachaa jiran kan baroota sirna mootii gonfoo bulchiinsa minilik irraa eegalee bulchitoonni abbootii irree impaayerattii bulchaa turan hundi uummata Oromoo irratti raawwatan dachaan kan caaluudha.
Akka kanaanis aanaa Amuuruu ganda Hundee Guddinaa jedhamu keessaa Muddee 04,2024 kaabinoonnii fi waraanni sirnichaa waliin ta'uun badii tokko malee namoota maqaan isaanii:
- Geetaachoo Yisaraa,
- Baddiluu Yisaraa fi
- Firrisaa Giddumaa jedhaman bakka hojii isaaniitii ukkaamsuun hidhaatti darbatanii dararaa jiraachuu jiraattonni ONM'tti himan.
Godinuma kana aanaa Guduruu ganda Biqiltuu Fayyinee irraa ammoo Muddee 01,2024 nama Tolasaa Dabalaa jedhamu jalaa mana jireenyaa isaa qabeenya hunda waliin ibidda itti shiduun yoo guban, Aadde Xuruu Dhufeeraa jalaa ammoo qotiyyoo 1 qalatanii nyaachuu maddeen itti dabaluun eeraniiru.
Namoonni kunneen badii tokkollee kan hin qabnee fi maqaa "WBO deggertu" jedhuun dararamaa kan jiran ta'uun ibsameera.
In the Western Shagar district of Dire Incini, the criminal regime forces have inhumanly executed one innocent man.
ONM-ABO December 09, 2024. The barbaric and callous Ethiopian security forces have continued human rights violations across Oromia, which includes extrajudicial executions of innocent civilians.
In the Western Shagar district of Dire Incini, the government forces have brutally executed a man without any wrongdoing.
This criminal execution was conducted on November 18, 2024, in the district of Dire Inicini in a village called Kara in the locality of Garjeda. The name of the man who was executed by the regime forces is Dhaba Warqu. They rained bullets on this innocent man and dumped his body in a ditch without any explanation.
According to the locals, who have known Dhaba Warqu for a long time, he had no political affiliation with any party or groups. The regime forces accused him of having ties with the Oromo Liberation Army, which, according to informats, was totally false. After the killing of this innocent man, the security forces took to unknown detention centers 20 more innocent civilians whose names are not yet known.
Turkiin bulchiinsa haaraan Siiriyaa hunda hammate ta’uu qaba jette
ONM-ABO Muddee 9,2024 Ministirri Dhimma Alaa Turkiyaa Hakaan Fidaan Dilbata kaleessa akka jedhanitti, bulchiinsi haaraan Siiriyaa amma egeree isaa kan murteessu waan ta’eef, erga humnoota mormitootaan prezidaant Bashar al-Asad aangoo irraa kaafamanii booda, bulchiinsi haaraan Siiriyaa hunda hammate ta’uu qaba jedhe.
Mormitoonni Siiriyaa Dilbata kaleessaa Damaasqoo erga to’atanii booda al-Asaad aangoo irraa ari’amuu labsuun, waggoota 13 oliif waraana biyya keessaa waggoota 13 oliif gaggeeffameen booda bulchiinsa maatii isaanii kan sibiilaan guutame xumuraniiru.
Fidaan ibsa gaazexeessitootaaf Dohaatti kennaniin, uummanni Siiriyaa ofii isaatiin deebi’ee ijaaruuf haala akka hin qabnee fi qooda fudhattoonni idil-addunyaa fi humnoonni naannoo of eeggannoodhaan socho’uu fi qulqullina naannoo ishee eeguu akka qaban ibsuun, dhaabbileen shororkeessummaa akka itti fayyadaman hayyamamuu akka hin qabne akeekkachiisaniiru.
Bakka Al-Asaad jiru gaafatamanii, Fidaan dhimmicha irratti yaada kennuu akka hin dandeenye garuu biyyaa ala ta’uu isaa amanuu dubbataniiru. Turkiin marii idileessuu akka gaggeessuuf waamicha pirezidaantii Recep Tayyip Erdogaan gaafatanis al-Asaad waliin qunnamtii akka hin qabne dubbataniiru.
Fidaan lammiileen Sooriyaa waggootaaf waraana biyya keessaatiin buqqa’an amma gara biyyaatti deebi’uu danda’u jedhan.
“Lammiileen Sooriyaa miliyoonaan lakkaa’aman qe’ee isaanii gadhiisanii ba’uuf dirqaman gara lafa isaaniitti deebi’uu danda’u” kan jedhan Fidaan marii idil-addunyaatiif Waltajjii Doha Kaataar keessatti gaggeeffame irratti, “yeroon tokko ta’anii biyyattii deebisanii ijaaran amma” jedhan jechuun Miidiyaaleen Baha Gidddu Galeessaa gabaasaniiru.
Lixa Wallaggaa Aanaalee hundaatti sarbamiinsi mirgoota namoomaa waraana faashistii PP'n jabaate
ONM-ABO Muddee 9,2024 Waggoota dhufaa darbaa qe'een ilmaan Oromoo bo'icha, wawwaannaa, gidirfamuu, abdii murannaa fi qaamaa qalbiin miidhamoo ta'anii akka jiraataniif humnoonni waraanaa itti bobbaafamuun miidhaa gurguddaa irraan ga'uun dacheen Oromiyaa akka dirree dhiigaa taatu godhanii jiru.
Akkuma kanaanis waraanni faashistii PP humnoota milishootaa fi qaamolee sirnichaaf amanamoo ta'an of dura hiriirsanii holola Waraanni Bilisummaa Oromoo guutummaatti galaa jira jedhuun hawaasa magaalaa jiraatu goyyomsuuf guyyuu osoo hojjetanii, lolaa fi hololli isaan adeemsisan furmaata isaaniif fiduu hanqannaan namoota dirqiin guuruu jabeessanii itti fufuun godina Lixa Wallaggaa aanaa Begiitti abbootii warraa fi dargaggoonni ukkaamfamaa jiraachuun dhagaa'ameera.
Akkuma Oromiyaatti jaarmiyaa guddicha abdii fi gaachana uummata Oromoo kan ta'e ABO-WBO lolaa fi hololli balleessuu akka hin dandeenye sirnaan kan hubate murni Bilxiginnaa, jaalalaa fi kabajaa uummanni Oromoo WBO'f qabu addaan kutee barcuma aangoo isaa irras bubbuluuf karaalee miidiyaa, qarshiin namoota bituu, humnaa fi aangoo isaatiin ajjeesee, hidhee, saamee fi gondaansisee hojiilee farrummaas humnoota qabu gama kamiinuu bobbaasee Oromoo balleessuuf ijjibbaata isa dhumaa irratti argama.
Oduu hidhaa fi saamichaan wal qabatuun ammoo aanaa Sayyoo Noolee ganda Qoree Koobir jedhamu keessaa loltoonni impaayerattii Sadaasa 30,2024 nama maqaan isaa Obbo Taarikuu Asaffaa jedhamu maqaa "meeshaa waraanaa manaa qabda" jedhuun qarshii kuma dhibba lama (200,000) adabuun, dukkaana isaa illee cabsanii seenuun qabeenya qarshii 250,000 olitti tilmaamamu erga saamanii booda, Obbo Asaffaa ammoo fudhanii deemuun hanga gabaasni kun qindaa'etti achi buuteen faana isaa dhabamee jiraachuu jiraattonni ONM'tti himanii jiru.
Ganduma kana keessaa Sadaasa 29,2024 Obbo Shuggux Tamasgeen nama jedhamu ammoo badii tokko malee mana isaatii ukkaamsuun haala suukkanneessaa ta'een rasaasa itti roobsuun ajjeessuu maddeen himan.
Bifuma wal fakkaatuun aanichuma ganda Guutee Jiidhaa jedhamu keessaa guyyaadhuma kana Sadaasa 29,2024 nama maqaan isaa Obbo Caalaa Moosisaa jedhamu jalaa mana qorichaa isaa guutummaan saamuun, manichas ibiddaan barbadeessanii jiraachuu maddeen itti dabaluun ONM'f eeraniiru.
Kana malees Lixuma Wallaggaa aanaa Ganjii ganda Lalisaa Ganjii jedhamu keessaa Mudde 05,2024 jiraattota maqaan isaanii:
- Inninawuu Abboomaa,
- Mulunash Ittafaa,
- Tasfaayee Tashoomaa,
- Guddinaa Guutamaa,
- Ittaanaa Kabaa,
- Dirribaa Waggaa,
- Taammiruu Ittafaa,
- Yoseef Dhugumaa,
- Abduu Taarikuu,
- Gammadaa Oljirraa,
- Dabalaa Oljirraa
- Fayyeeraa Hambisaa fi kanneen biroo hedduu ta'an ergamtoonni sirna nama nyaataa badii tokko malee jumlaan ukkaamsuun waajjira poolisii aanaa Ganjiitti hidhanii dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.
Namoonni hidhaman kunneen baay'inni isaanii 25 ol ta'uu himuun, maqaa kaffaltii xaawoo fi gibiraa kan waggaa 10 duraa hin kaffalin jirtu jedhuun halkan keessaa toora sa'a 9:00'tti ergamtoonni sirnichaa mana isaaniitii ukkaamsuun hidhaatti darbachuu ibsaniiru.
Godina Gujii Lixaa Aanaa-Bulee Horaa keessatti uummanni dararaa hamtuu argaa jiraachuun beekame
ONM-ABO Muddee 9,2024 Impaayera Itiyoophiyaa keessatti uummanni Oromoo gidiraa takkaa argee hin beekne keessummeessaa kan jiru yoo ta'u, gaafatama nama tokkoo qaama biraatti maxxansuun gocha silaa hawaasa keessatti baratamaa hin taane, heerri fi seerri impaayerattii hin keenyeen namoota gidirsuu jabeessanii jiru.
Aanaa Bulee Horaa ganda Mirgoo Qorrobbaatti namoota maqaan isaanii Bunee Guyyee, Soorsaa Halakee, Asaffaa Baanataa, Asteerii Adeemaa, Quxee Adulaa, kanneen jedhaman warreen mana hidhichaa keessatti dararaa hamaan irra ga'aa jiru keessaa muraasa ta'uu dubbatu.
Dabalataan aanichuma ganda Roophii Baadiyyaa keessaas namoonni maqaa WBO gargartu jedhuun hidhamuun yakkamanii jiran maqaan isaanii; Shawwaayyee Jiloo, Ayyaantuu Waaqoo, Boneyyaa Bariisoo, Mi'eessaa Soorsaa, Kabadaa Jaggoo, Addunyaa Tukuu, Jaalannee Galmaa fi Nageyoo Sherekaa kanneen jedhaman manneen hidhaa sana keessatti reebichi hamaan irratti geggeeffamaa jiraachuun beekamee jira.
Aanichuma ganda Dogoo jedhamu keessaas namoota maqaan isaanii; Dursituu Sallii, Caaltuu Bariisoo, Duubee Teroo, Dukkaallee Nugusee, Bulee Tunnuu fi Dukkaallee Tunnuu kanneen jedhaman yoo ta'an akka ganda Muurtuuttis namoonni maqaan isaanii Ayyalee Guyyee, Dhaddacha Toondhaa, Daraartuu Soorsaa, Xeennuu Soorsaa, Helelloo Soorsaa kanneen jedhaman hidhaa yeroo dheeraan dararamaa akka jiran beekamee jira.
Qophii Dilbii Dilbataa ONM-ABO Muddee 8-2024 itti dhiyaadhaa!
Waltajjii Gumii Sabaa ABO-WBO, Tarkaanfii Gooticha Waraana Bilisummaa Oromoon, Holola Bilxiginnaa, Impaayerattii fi Gaanfa Afrikaa Ilaalchisuun Turtii Jaal Niimoonaa Sabaa fi Daandii Elemoo Waliin Taasisan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
በምእራብ ወለጋ ዞን ቤጊ አውራጃ ውስጥ ለውትድርና ስልጠና ብዙ ሰዎች ተሰብስበዋል።
ታህሳስ 8 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ባለፉት አመታት የኦሮሚያን መሬት ወደ ደም መፋሰስ ለመቀየር ወታደራዊ ሃይል በማሰማራት የሀገሪቱን ታሪክ ለማፈን እና የሴራ አጀንዳ ለመንደፍ ሲንቀሳቀስ ቆይቷል።
በተመሳሳይ የፋሽስቱ ጦር ከፊት ለፊቱ የሚሊሻ ሃይሎችንና ለአገዛዙ ታማኝ የሆኑ አካላትን በማሰባሰብ የከተማውን ማህበረሰብ ለማታለል የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በቤጊ ወረዳ ሙሉ በሙሉ እየገባ ነው በሚል ፕሮፓጋንዳ በየቀኑ እየነዛ ነው።
ይህን በማስመልከት የፋሽስቱ አንጃ በዛው ወረዳ በርካታ ንፁሀን ዜጎችን በማፈን በግዳጅ ወደ ጦር ሜዳ ለመላክ መሆኑን ምንጮቻችን ገልፆዋል።
የቤጊ ወረዳ ነዋሪዎች እንደተናገሩት መንግስት ኦሮሞን ለማጥፋት እያደረገ ያለው ጥረት የመጨረሻ ደረጃ ላይ ነው ሲሉ ተደምጦዋል።
በምስራቅ አርሲ ዞን ሙኔሳ ወረዳ የብልፅግና ወታደሮች በኦሮሞ ልጃገረዶች ላይ የሚደርሰው መደፈር ተባብሶ መቀጠሉን ነዋሪዎች ለኦኤንኤም ተናግረዋል።
ታህሳስ 8 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በአብይ አህመድ ትእዛዝ ወደ ሲቪል ማህበረሰቡ የተሰማሩት ወታደሮች በየቀኑ በኦሮሚያ የሰብአዊ መብት ረገጣና የጦር ወንጀላቸውን እያጠናከሩ ይገኛሉ።
ሞራል የሌላቸው፣ ለአባትና እናት እንዲሁም ለትውልዱ ክብር የሌላቸው ወታደሮች በህብረተሰቡ ውስጥ ከሰራዊቱ የማይጠበቅ ተግባር በማስፋፋት የህብረተሰቡን ስነ ምግባር በመናድ ላይ ተሰማርተዋል።
በማህበራዊ ጉዳይ ስማቸውን መግለጽ ያልፈለጉ ሁለት ልጃገረዶች ታህሳስ 4 ቀን 2024 ዓ.ም በሙኔሳ ወረዳ ጮጳ መንደር ከወላጆቻቸው ተወስደው በግዳጅ መደፈራቸውን ነዋሪዎት ለኦኤንኤም ተናግሯል።
እንደ ነዋሪዎቹ ገለጻ ልጃገረዶችን እናጣራለን በሚል በውሸት ስም ከቤተሰባችው ከወሰዷችው ብኋላ በዙም ሳይርቁ መድፈራችውን ነዋሪዎች አክለው ገልጸዋል።
ልጃገረዶቹ በወታደሮች ተደፍረው ህብረተሰቡ ሲወጣ ወንጀለኞች ናችው እያጣራን ነው በማለት በወጣው ህብረተሰብ ላይ ድብደባ ፈፅሞዋል።
በተጨማሪም ሰዎች በድብደባው ከፍተኛ ጉዳት እንደደረሰባቸውና የተደፈሩ ልጃገረዶችን ጨምሮ ተጎጂዎቹ በአሁኑ ወቅት በሆስፒታል ውስጥ በህክምና ላይ እንደሚገኙም አክለዋል።
በምዕራብ ጉጂ ዞን በቡሌ ሆራ ወረዳ ንፁሀን ዜጎች እየተሰቃዩ ይገኛል።
ታህሳስ 9፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የኦሮሞ ህዝብ በኢትዮጵያ ኢምፓየር ታይቶ በማይታወቅ ሁኔታ ስቃይ እየደረሰበት ሲሆን በህገ መንግስቱና በህግ ያልተደነገገው በህብረተሰቡ ዘንድ ያልተለመደ እና ባልተደነገገው ተግባር የአንድን ሰው ሃላፊነት ወደ ሌላ አካል በማዘዋወር በሰዎች ላይ የሚደርሰውን ስቃይ አጠናክሮ ቀጥሏል።
ተጎጂዎቹ በእስር ቤት ውስጥ እየተሰቃዩ የሚገኙት ቡኔ ጉዬ ፥ ሶርሳ ሀለኬ ፥ አሰፋ ባነታ ፥ አስቴሪ አዴማ እና ቁጤ አዱላ ይባላሉ።
በተጨማሪም በዚሁ ወረዳ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን ትደግፋላችሁ በሚል ስም የታሰሩ ሰዎች ይገኛሉ ። የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል:- ሸዋዬ ጂሎ ፥ አያንቱ ዋቆ ፥ ቦነያ በሪሶ ፥ ሚኤሳ ሶርሳ ፥ ከበደ ጀጎ ፥ አዱኛ ቱኩ ፥ ጃለኔ ገልማ እና ነገዮ ሸሪኮ በእስር ቤት ከፍተኛ ድብደባ ደርሶባቸዋል።
በዚያው አውራጃ ውስጥ ዱርሲቱ ሳሊ ፥ ጫልቱ በሪሶ ዱቤ ቴሮ ፥ ዱከሌ ኑጉሴ ፥ ቡሌ ቱኑ እና ዱከሌ ቱኑ የሚባሉ ንፁሀን እየተሰቃዩ ይገኛል።
Godina Baha Wallaggaa Aanaa Waamaa Hagalootti loltoota Abiy Ahimediin ajjeechaa, reebichaa fi hidhaan dargaggoota irratti raawwatamu itti fufe
ONM-ABO Muddee 9,2024 Ergamtoonni Bilxiginnaa sababa tokko malee maqaa "hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jedhu itti maxxansuun hawaasa nagaa sobaan yakkanii reebuu, saamuu, ajjeesuu, hidhuu fi qe'ee irraa buqqisuu amaleeffachuun dararaa hamaa raawwachaa kan jiran ta'uun ni beekama.
Aanaa Waamaa Hagaloo ganda Baataa Waamaa jedhamu keessaa dargaggoo maqaan isaa Miidhagsaa Tashoomaa jedhamu Muddee 6, 2024 magaalaa Naqamtee keessaa qabuun gara bakka dhaloota isaa aanaa Waamaa Hagaloo ganda Baataa Waamaatti geessanii haala suukkaneessaa ta'een badii tokko malee rasaasa itti roobsuun ajjeesanii gatuu jiraattonni gandichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.
Kana malees, guyyaadhuma kana ganda kana keessaa obboleessa isaa ammoo dargaggoo maqaan isaa Baacaa Tashoomaa jedhamu reebicha hamaa irraan gahuun maqaa "hariiroo Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jedhu itti maxxansuun yakkanii waajjira poolisii aanichaatti darbachuun garmalee dararaa jiraachuu maddeen itti dhiheenyaan beekan himan.
Akka maddeen himanitti, dargaggoonni kunneen garee siyaasaa tokkollee kan hin hordofnee fi hojii dhuunfaa isaanii irraa kan qabaman ta'uu addeessu.
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Horroo Bulluqitti loltoonni PP hawaasa nagaa hidhaatti darbachuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 9,2024 Bara Oromoo ta'anii dhalachuu qofti yakka ta'etti goleewwan Oromiyaa cufa keessaa ergamtoonni sirna nama nyaataan mootummaa abbaa irree loltoonni Abiy Ahimed sabboontota ilmaan Oromoo balleessaa tokko malee sobaan yakkuun mana hiraarsaatti darbachuu jabeessanii itti fufanii jiru.
Aanaa Horroo Bulluq bulchiinsa magaalaa Saqalaa ganda 01 irraa maqaa adda addaa itti maxxansuun jiraattota hidhaatti guuraa kan jiran loltoonni Bilxiginnaa Muddee 2,2024 namoota maqaan isaanii:
- Saalii Bashir,
- Dhaabaa Lammeessaa,
- Abdiisaa Birruu,
- Fayyeeraa Kabbadaa,
- Habtaamuu Tamasgeen,
- Taarikuu Tolasaa,
- Taayyee Tolasaa,
- Darguu Mararaa,
- Darajjee Abdiisaa fi Gonfaa Duuffisaa jedhaman badii tokko malee hidhuun dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.
Akka maddeen himanitti, namoonni dirqamaan maqaa "milishaa taatu" jedhuun qabaman baay'inni isaanii kanneen 32 ol ta'an magaalichaa qabamanii hidhaman keessaa harki caalaan maanguddootaa fi dhukkubsattoota ta'uu dubbatu.
ታህሳስ 9-2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Qophii Addaa ONM-ABO Muddee 9-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Godina Baha Wallaggaa Aanaa Saasiggaatti ergamtoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa saamuu fi reebuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 9,2024 Miseensotaa fi ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo karaa nagaa akka qabsa'aaniif galchineerra jechuun murni afaaniin nagaa labsaa hololaan uummata burjaajessaa oolu Bilxiginnaan, goleewwan Oromiyaa mara keessatti waraana isaa safuu hawaasaa fi saayinsii waraanummaa hin beekne bobbaasuun hawaasa nagaa irratti miidhaa hangana hin jedhamne raawwachisuu jabeessee itti fufee jira.
Muddee 6,2024 waraanni sirnichaa aanaa Saasiggaa ganda Baloo Bareedaa bakka addaa 4'ffaa Bareedaa jedhamu keessaa nama maqaan isaa Obbo Ukkaashaa Abii jedhamu jalaa midhaan ardaba 2, madaala hangaa 1 fi baabura midhaan daaku 1 jalaa saamuun, nama maqaan isaa Obbo Jamaal Jibiroo jedhamu ammoo reebicha hamaa irraan gahuun miidhaa qaamaa ulfaataaf saaxiluu maddeen ONM'tti himan.
Namoonni kunneen siyaasa kam irraa walaba ta'uu himuun, ergamtoonni sirnichaa ammoo badii tokko malee sababa Oromummaa isaanii qofaaf yakkuun miidhaa kanneen kan irraan ga'an ta'uu maddeen dubbatan.
Magaalaa Finfinnee keessaa ergamtoonni Bilxiginnaa holola WBO'tu karaa nagaa gale jedhu oofuuf dargaggoota walitti qabaa jiraachuun himame
ONM-ABO Muddee 9,2024 Murni Waraana Bilisummaa Oromoo lolaan injifachuu dadhabee hololaan lafa ciruun uummata burjaajessu Bilxiginnaan, tibba kana akka waan WBO'n harka kennachaa jiruutti deggertootaa fi miseensota ABO-WBO abdii kutachiisuuf Oromiyaa bakkeewwan adda addaatti miidiyaa of harkaa qaban hundaan diraamaa garaa garaa hojjechuu itti fufanii jiru.
Murni Bilxiginnaa hawwii fi fedhii garaa isaanii guuttachuu qofaaf jiraatan tibba kana magaalaa Finfinnee naannoo Mojoo jedhamuun beekamu keessaa dargaggoota rifeensi isaanii dhedheeraa ta'e walitti qabuun maallaqaa fi mana jireenyaa isiniif kenninaa nuti WBO'dha rakkoo uummata keenyaa karaa nagaa furaachuuf mootummaa waliin walii galeerra jettanii miidiyaa irratti baatanii haasoftu jechuun dirqamaan walitti qabaa kan jiran ta'uu maddeen keenya magaalaa Finfinnee irraa Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.
Kana malees murni Bilxiginnaa kufaatii karaa hundaan itti dhufe jalaa of baraaruuf jecha diraamaa sobaa maqaa walii galtee nageenyaa WBO waliin taasifnee jirra jedhuun soba isaanii uummatatti buufuu ittuma fufuun, torban darbe keessa Baha Shaggar aanaa Booraa bakkoota adda addaa keessatti uummata waltajjii baasuun, "hoogganni WBO galeera, ijoollee keessan bosonaa galfadhaa jechuun doorsisaa kan turan ta'uu maddeen itti dabaluun eeraniiru.
Oduu Waaree ONM-ABO Muddee 9-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
"Bilxiginnaan Araara Jechuun Afaan Siyaasaa ti" Jaal Bilisummaa Guutaa
Galgala sa'a 11:00tti nu eegaa❗
Godina Walloo Aanaa Harxummaa Fursee keessatti abbaan maatii 4 hidhattoota Finxaaleeyyii Amaaraan madaa'ee Adaamaatti yaalamaa ture tokko waraana faashistii PP'n qabamuun hidhame
ONM-ABO Muddee 9,2024 Obbo Umar kan jedhamu jiraataa aanaa Harxummaa Fursee ganda Harruqqee abbaa ilmaan 4 yoo ta'u, baatii ja'an darban ji'a Adoolessaa keessa lola hidhattootni Finxaaleeyyii Amaaraa Faannoon aanaa Harxummaa Fursee iddoo Coqorsoo jedhamutti uummata nagaa irratti bananiin meeshaalee gurguddaa fageenya irraa darbatteen miilla bitaa isaa irra rukutamuun madaa'ee lafeen isaas kan caccabeedha.
Obbo Umar miilli isaa kan bitaa guutummaatti lafeenis caccabuun kan naafate yoo ta'u, innis yaalaaf magaalaa Adaamaa deemee baatii tokkoo ol Adaamaatti yaalamaa erga turee booda, gara godina Walloo ijoollee isaa biratti deebi'uun kiraanchiin okkolaa osoo jiraatuu madaan isaa deddeebi'ee dhukkubee waan itti cimeef Adaamaa deemeen wal'aannadha jedhee baatii darbe Sadaasa 28,2024 ijoollee isaa biraa deeme.
Akkuma deemeenis karaan Shawaa Roobiiti sochii hidhattootni Finxaaleeyyii Amaaraa Faannoon daandii irratti ba'uun imaltoota irratti yeroo adda addaatti taasisaniin waan danqameef karaa Loogiyaan Adaamaa deemuuf godina Walloo magaalaa Baatee yeroo seenutti hidhattootni sirnichaa konkolaataa keessaa buusuun eessa deemta? eessatti madoofte jedhanii yeroo gaafatanitti, innis lola Coqorsootti meeshaalee gurguddaa fageenya irraa darbatameeniin Faannoodhaan madaa'e, yeroo ammaa ammoo madaan koo akkuma argitan kana natti cimnaan wal'aannachuuf Adaamaan deemaa jira jechuun itti himuu hiriyoonni isaa ONM'tti himan.
Gareen ilma namaaf naasuu hin qabne hidhattootni murna bilxiginnaa kun Obbo Umar'n konkolaataa waraanaa isaanii keessa buusuun gara magaalaa Kamiseetti yoo deebisan, guyyuma sana magaalaa Kamisee irraa gara aanaa Harxummaa Fursee magaalaa Caffaa Roobititti fe'anii waajjira poolisii magaalichaatti hidhuun hanga gabaasni kun qindaa'etti gaaffii seeraa tokko malee gidirfamaa akka jiru hiriyootni isaa dubbisne dabaluun dubbataniiru.
Godina Baha Wallaggaa Aanaalee hedduu keessatti hidhaa, saamichaa fi gubaatiin manneenii loltoota PP'n hawaasa nagaa irratti raawwatu cimee itti fufe
ONM-ABO Muddee 9,2024 Baha Wallaggaa aanaa Waamaa Hagaloo ganda Goossanii Baabboo keessaa loltoonni Koloneel Abiy Ahimed Muddee 04,2024 jiraattota maqaan isaanii:
- Dabalaa Baqqalaa,
- Mitikkuu Dooyyoo,
- Habtaamuu Tasgaraa,
- Habtaamuu Shaanqoo,
- Gammachuu Oljirraa,
- Tamasgeen Saddeetaa fi
- Qinaaxxii Caalii jedhaman badii tokko malee bulchaa gandichaa kan ta'e namni maqaan isaa Tasfaayee Bantii jedhamu guyyaa kana ganama obboroo sa'a 12:00'tti milishoota waliin ta'uun gara mana jireenyaa isaanii deemuun ukkaamsanii hidhaatti darbatanii dararaa jiraachuu maddeen ONM'tti himan.
Kana malees godinuma kana aanaa Guutoo Giddaa ganda Jireenyaa iddoo addaa Boolloo jedhamu keessaa Muddee 05,2024 haadha ijoollee 5 kan taate dubartii maqaan ishee Warqee Tarrafaa jedhamtu sababa tokko malee hidhaatti yoo darbatan, Obbo Eebbisaa Taaffasaa kan jedhamu jalaa ammoo mana Jireenyaa qabeenya hunda waliin ibidda itti shiduun barbadeessanii jiraachuu maddeen itti dabaluun eeraniiru.
Aanaa Guutoo Giddaa magaalaa Horroo Alaltuu jedhamu keessaa ergamtoonni Bilxiginnaa kan isaan maatii barattootaa saaman hanqannaan, yeroo ammaa kana ammoo maqaa gosa kaffaltii garaa garaa itti dhahuun barattoota irraa qarshii guuraa kan jiran ta'uu maddeen magaalaa Horroo Alaltuu irraa Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.
Haaluma kanaanis barataa tokko irraa:
- Kaffaltii Boondii qarshii 100,
- Kaffaltii Ispoortii qarshii 50,
- Kaffaltii Fannoo Diimaa qarshii 50 fi
- Kaffaltii Buusaa Gonofaa jechuun qarshii 100 dirqamaan guuraa kan jiranii fi barataan yeroon kaffalee ofirraa hin xumurre daree seenee barachuu fi qormaata irra taa'uu hin danda'u jechuun doorsisaa jiraachuu maddeen himan.
Itti fufuunis hanga Muddee 10,2024'tti namni kaffalee hin xumurre dachaa kaffala jechuun akeekkachiisaa jiraachuu fi jiraattonni kaffaltii jedhame hunda yeroon ofirraa kaffaluu dadhaban ammoo yeroof ammuma qaban kaffaluun, kan hafu ammoo yeroo jedhame kanaa asitti kaffaluun nagahee isaanii akka fudhataniif akeekkachiifamaa kan jiran ta'uun ibsameera.
Oduudhuma saamichaan wal qabatuun ammoo godinuma Baha Wallaggaa aanaa Gudayyaa Biilaatti impaayerrattiin dinagdeen zeeroo ta'uu dhaabbiileen biyyoota adda addaa ibsaa turaniin, galii guddifachuuf waan cufa irratti gibira buusuun funaanaa kan jiran yoo ta'u, tibba kana aanichatti gatii mana jiraattotaatti qarshii 1500 gaafachuun dirqamaan akka kaffalan taasisaa akka jiran beekameera.
Akka jiraattonni godina Baha Wallaggaa aanaa Gudayyaa Biilaa ONM'tti himanitti, hawaasni baadiyyaa fi magaalicha keessa jiraatan deggertoota paartii Badhaadhinaa ta'uudhaa baannaan shakkii hojiilee farra paartii keenyaa hojjechaa jirta jedhuun manneen hidhaatti darbatamuun qarshii 30,000 kaasee hanga 50,000'tti gaafatamuun kaffalanii ba'u, yoo qarshii dhaban wagggoottaniif hidhamuun isaan mudachaa akka jirus itti dabaluun ibsaniiru.
Oduu Ganama ONM-ABO Muddee 9-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
የደቡብ ኮሪያው ፕሬዝዳንት ወታደራዊ ሕግ በመደንገጋቸው ይቅርታ ጠየቁ።
ታህሳስ 8 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በዚህ ሳምንት መጀመሪያ ላይ ወታደራዊ ህግ ያወጁት የደቡብ ኮሪያው ፕሬዝዳንት ዩን ሱክ ዮል ለተግባራቸው ይቅርታ ጠየቁ።
ፕሬዝዳንቱ አክለውም ሌላ እንደዚህ ዓይነት ድንጋጌ እንደማይኖር ቃል ገብተዋል.
የማክሰኞ ምሽት መግለጫቸውን የአገሪቱ ብሔራዊ ምክር ቤት በፍጥነት የቀለበሰው ሲሆን፣ እርሳቸውም ከስልጣን ሊነሱ ይችላሉ ተብሎ ይጠበቃል።
የፕሬዚዳንቱ ንግግር ምላሽ ተከትሎ የገዥው ፓርቲ ፣ ፒፕል ፓወር ፓርቲ መሪ ለጋዜጠኞች እንደተናገረው ዩን መደበኛ ስራቸውን ማከናወን ከብዷቸዋል.
ሃን ዶንግ-ሁን "ከሥልጣናቸው ቀድመው መልቀቃቸው የማይቀር ነው" ብለዋል።
"በጣም አዝናለሁ እናም የተደናገጡትን ሰዎች ከልብ ይቅርታ መጠየቅ እፈልጋለሁ" ሲሉ ዩን በቴሌቪዥን በተላለፈ አጭር ንግግራቸው ይቅርታ ጠይቀዋል።
"አገሪቱ በወታደራዊ ዕዝ ስር እንድትሆን ማወጄን በተመለከተ፣ ራሴን ከማንኛውም የሕግ ወይም እና ፖለቲካዊ ኃላፊነቶች አላሸሽም"
ፕሬዝዳንቱ አገሪቱ በወታደራዊ ዕዝ ሥር እንድትሆን ከደነገጉ በኋላ ለመጀመርያ ጊዜ ለሕዝባቸው ንግግር ሲያደርጉ ከሥልጣን እንደሚወርዱ ያሳውቃሉ ተብሎ ቢጠበቅም ይህንን አላደረጉም፤ ይልቁንም ሁኔታውን የማረጋጋት ስራ ለገዥው ፓርቲያቸው አሳልፈው መስጠታቸውን ገልጸዋል።
ከስልጣን እንዲነሱ ክስ ስለመቅረቡም ያሉት ነገር የለም.
ቅዳሜ ዕለት ተቃዋሚዎች ዮንን ከስልጣን ለማውረድ በቀረበው ጥያቄ ላይ ድምጽ እንዲሰጥ ግፊት እያደረጉ ነው።
300 መቀመጫዎች ባሉት ፓርላማ ውስጥ፣ ጥያቄው ሁለት ሶስተኛ ድምጽ ማግኘት ያለበት ሲሆን፣ ቢያንስ ስምንት የዩን ፓርቲ አባላት ድጋፋቸውን መስጠት ይጠበቅባቸዋል።
የተቃዋሚ ፓርቲ መሪ ሊ ጄ ሚዩንግ አርብ ዕለት የፕሬዚዳንት ዩን አስተያየት በጣም እንዳሳዘናቸው እና የሕዝቡን የቁጣ እና የክህደት ስሜት እንደሚጨምሩ ተናግረዋል።
ሊ አክለውም ፕሬዚዳንቱን ከስልጣን ለማውረድ የተቻላቸውን ሁሉ እንደሚያደርጉ ተናግረዋል።
"በአሁኑ ወቅት ደቡብ ኮሪያን የገጠማት ትልቁ ስጋት የፕሬዚዳንቱ በስልጣን ላይ መኖር ነው።"
በዩኦን ድርጊት የተበሳጩት ፖለቲከኞች ብቻ አይደሉም።
የ50 ዓመቷ ያንግ ሶንሲል በደቡብ ኮሪያ ዋና ከተማ ሴኡል በሚገኘው የናምዳሚን ገበያ የምግብ ቤት ባለቤት ነች።
አገሪቱን በወታደራዊ ዕዝ ስር የሚያስቀምጠው ሕግ ሲታወጅ ፍርሃትና አለማመን እንደተሰማት ለቢቢሲ ተናግራለች።
"በእሱ [ዮን] እንደ ፕሬዝዳንት ሙሉ እምነት አጥቼበታለሁ፣ እሱ ከእንግዲህ የእኔ ፕሬዝደንት ነው ብዬ አላስብም" ስትል ተናግራለች።
"እስከ መጨረሻው ድረስ መታገል አለብን፤ የፕሬዚዳንትነቱን ቦታ እንዲይዝ መፍቀድ አንችልም።"
በዚያው ገበያ ላይ የተገኘው ሸማቹ ሃን ጁንግሞ ደግሞ፣ ፕሬዝዳንት ዮን ይቅርታ መጠየቁ በቂ አይደለም ብሏል።
ፕሬዚዳንቱ ከሕዝቡ ጋር ያላቸውን አመኔታ በማፍረሳቸው "ወይ በገዛ ፈቃዳቸው ስልጣናቸውን መልቀቅ አልያም በሕግ እንዲወርዱ ሊደረግ ይገባል" ብሏል.
"በፕሬዝዳንትነቱ ለመቀጠል ፍላጎት ካሳየ በጣም ተስፋ ቢስ ሁኔታ ይሆናል፤ ምክንያቱም ይህ ፕሬዝዳንት የፈጸመው በደል የወታደራዊ ሕጉ ብቻ አይደለም።"
ደቡብ ኮሪያ ማክሰኞ ምሽት ላይ ዩን አስደንጋጩን ወታደራዊ ሕግ ማወጃቸውን ተከትሎ በፖለቲካዊ ቀውስ እና ትርምስ ውስጥ ገብታለች።
ፕሬዚዳንቱ ከሰሜን ኮሪያ ኮሚኒስት ኃይሎች አገራቸውን ለመጠበቅ ወታደራዊ ሕጉ አስፈላጊ ነው ሲሉ ተናገረው ነበር።
ነገር ግን ወታደራዊ ሕጉ በታወጀ ሁለት ሰዓት ባልሞላ ጊዜ ውስጥ የፓርላማ አባላቱ ፕሬዚዳንቱን ተቃውመው በምክር ቤት ከተሰበሰቡ በኋላ አስቸኳይ ድምጽ በመስጠት ውሳኔውን አግደዋል።
ፕሬዚዳንቱ ይህንን ሕግ እንዲያውጁ ምክንያት የሆናቸው እሳቸው እንዳሉት የውጭ ኃይሎች ስጋት ሳይሆን ውስጣዊ የፖለቲካ ችግሮች እንደሆኑ ግልጽ የሆነው ብዙም ሳይቆይ ነበር።
አንዳንድ የሕግ አውጭዎች ፓርላማ ውስጥ ለመሰብሰብ እና የዮንን ድንጋጌ ለመሻር ለማድረግ የጸጥታ ኃይሎችን ለማለፍ አጥር ሲዘሉ፣ የተቀመጡ መከላከያዎችን ሲሾልኩ ታይተዋል።
የፓርላማ አባላት የዮን ድንጋጌ ከሻሩ በኋላ፣ ሌላ አዋጅ ያወጣሉ ተብሎ ተሰግቶ ነበር።
አንዳንድ የሕግ አውጭዎች ሌላ ሕግ ቢወጣ በፍጥነት ለመሻር በብሔራዊ ምክር ቤት አቅራቢያ ቆይተው ነበር ተብሏል።
ወታደራዊ ሕግ (ማርሻል ሎው) የሲቪል ባለሥልጣናት ሥራቸውን በአግባቡ ማከናወን እንደማይችሉ በሚቆጠርበት ጊዜ ወታደራዊ ባለሥልጣናት እንዲመሩ የሚደረግበት ጊዜያዊ አገዛዝ ነው።
አንዲት አገር በወታደራዊ ሕግ ስር በምትሆንበት ወቅት የሲቪል መብቶች መታደግ እንዲሁም ወታደራዊ ሕጉ ሊራዘም የሚችልበት ሁኔታ ይፈጠራል።
በደቡብ ኮሪያ ለመጨረሻ ጊዜ ወታደራዊ ሕግ የታወጀው በአውሮፓውያኑ 1979 ሲሆን፣ ወቅቱም አገሪቱን ለበርካታ ዘመናት የገዙት አምባገነኑ ፖርከ ቹንግ ሂ በመፈንቅለ መንግሥት መገደላቸውን ተከትሎ ነው ሲል አሶሼትድ ፕረስ አስነብቦዋል።
በምስራቅ ሀረርጌ ዞን በበደኖ ወረዳ የአገዛዙ ተላላኪዎች በነዋሪዎች ላይ እያደረሰ ያለው ድብደባ፣ ዘረፋ እና እስራት እንደቀጠለ ነው።
ታህሳስ 8 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በኦሮሞ ህዝብ ላይ ያለ ምንም ምክንያት በጅምላ በመወንጀል ከፍተኛ ኢኮኖሚያዊ እና አካላዊ እና አእምሯዊ ስቃይ እያደረሱ ነው።
በዚህም መሰረት በምስራቅ ሃረርጌ ዞን በደኖ አውራጃ በነዋሪዎች ላይ እየደረሰ ያለው ድብደባ፣ ዘረፋ እና እስራት ተጠናክሮ ቀጥሏል።
ብዙ ሰዎችን ከያዙ በኋላ ወደ እስር ቤት ወርውረው ከፖሊስ ጣቢያ እያወጡዋቸው እና ለእስር ቤቱ የኪራይ ገንዘብ” እየከፈሉ መሆናቸውን ምንጮች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
በተጨማሪም፣ ከዚያው መንደር የብልፅግና ሚሊሻዎች የሲቪል ማህበረሰቡ ላይ ማሰቃየታችውን ቀጥለው በታህሳስ 3 ቀን 2024 ዓ.ም ባለ ትዳር ያልሆኑ ሴቶችን አፍነው መውሰዳቸውን ነዋሪዎች ገልፆዋል።
በግብር ሽፋን የተለያዩ አይነት ያልተከፈሉ ክፍያዎችን በመንደር እየሰበሰቡ ያሉ የስርዓቱ ተላላኪዎች ከጊዜ ወደ ጊዜ በዋጋ ንረት እየተሰቃዩ ካሉ ዜጎች ላይ እየዘረፉ እንደሚገኙም አክለዋል።
የብልፅግና ተላላኪዎች በቄለም ወለጋ ዞን ጊዳሚ እና ሃሮ ሰቡ አውራጃዎች ሰላማዊ ዜጎችን መዝረፍ እና ማሰር ቀጥለዋል።
ታህሳስ 8 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ያለ አንዳች ህጋዊ እውቅና እና ህዝባዊ ምርጫ መንግስት ነኝ የሚለው ብልፅግና ወታደሮቹን በሁሉም የኦሮሚያ ማዕዘናት በማሰማራት ሰላማዊውን ማህበረሰብ በተለያየ ስም ማሰቃየቱን ቀጥሏል።
በታህሳስ 6፣ 2024 ዓ.ም የገዥው አካል ወኪሎች በግዳማ አውራጃ ባታ ሙካርባ መንደር ውስጥ አቶ አለማየሁ አያና ከተባሉት 20 የቀንድ ከብቶች መዝረፋችውን ገልፆዋል።
እንደ ምንጮቻችን ገለፃ አቶ አላማየሁ በየትኛውም ፓርቲ ውስጥ ምንም አይነት የፖለቲካ ተሳትፎ እንደሌለው እና ጥቃት እየደረሰበት ያለው በኦሮሞነታቸው ምክንያት ብቻ መሆኑን ገልጸዋል።
በተጨማሪም ከመስከረም 11 ቀን 2024 ዓ.ም ጀምሮ በሃሮ ሰቡ ወረዳ በሁሉም መንደሮች የአገዛዙ ተላላኪዎች በተለያዩ ክፍያዎች ስም በሰላማዊ ዜጎች ላይ የሚፈጸመው ዝርፊያ እየተጠናከረ መምጣቱን አክለው ገልፀዋል።