Oduu Galgala ONM-ABO Muddee 10-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
WBOn Godina Gujii Lixaa Keessatti Diina Du'aa fi Madoon Adabe
ONM-ABO Muddee 10,2024 Irree fi gaachana uummata Oromoo kan ta'e WBOn Zoonii Kibbaa Konyaa Gujii Lixaa aanaa Malkaa Sooddaa ganda Kuroo Negellee jedhamu keessatti kaleessa Muddee 9,2024 waraana faashisti Abiy Ahimed irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen loltoota 20 ol yemmuu ajjeessu 14 madoon adabe jira.
Halkan eda diinni doqdoqqee kudhaniin dhuftee bakka lolaa irraa madoo yoo kaastu, ganama har'aa ammoo konkolaataadhaan reeffa guuraa akka turan barameera.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
በሆሮ ጉዱሩ ወለጋ ዞን በአሙሩ ወረዳ የአማራ ታጣቂዎች ንፁሀንን እየገደሉ ይገኛል።
ታህሳስ 10 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በሆሮ ጉዱሩ ወለጋ ዞን አሙሩ ወረዳ በኦሮሞ ተወላጆች ላይ እየተፈጸመ ያለው አሰቃቂ ግድያን ጨምሮ የአማራ ታጣቂዎች በተለያዩ የኦሮሚያ አካባቢዎች የዘር ማጥፋት ዘመቻቸውን ቀጥለዋል።
ይህን በማስመልከት ታህሳስ 8 ቀን 2024 ዓ.ም ራሳቸውን 'ፋኖ' ብለው የሚጠሩ የአማራ ታጣቂዎች በአሙሩ ወረዳ ከዋሊ መንደር መልካሙ ደሴ የተባለውን ሰው በአሰቃቂ ሁኔታ ገድለው እንደጣሉት የመንደሩ ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚ ተናግረዋል።
እንደ ምንጮቻችን ገለጻ እስክ አፍንጫ ድረስ የታጠቁት የአማራ ታጣቂዎች ከፍተኛ ችግር በኦሮሞ ህዝብ ላይ እያደረሱ ሲሆን በተለያዩ ጊዜያት በወረዳው በኦሮሞ ተወላጆች ላይ ዘግናኝ ድርጊት እየፈጸሙ ነው።
በሰሜን ሸገር ዞን በወረ ጃርሶ አውራጃ የፒፒ ጦር የህዝቡን ሰብል ማቃጠሉ ተገለፀ።
ታህሳስ 10 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የፒፒ ፋሺስት ጦር አርሷ አደሮች አዝመራቸውን በዘሩበት እያደኑ፣ እያሰሩ፣ እየገደሉና ንብረታችውን እያቃጠሉ ይገኛሉ።
በዚህም መሰረት በሰሜን ሸገር ዞን ወረ ጃርሶ ወረዳ ሉጉ መንደር ነዋሪዎች የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን ትምግባላችሁ በሚል ስም የእምርሷ አደሮችን ሰብል ማቃጠልን አጠናክረው ቀጥለዋል።
ህዝቡ ከድህነት ለመውጣት ጥረት እያደረገ ባለበት ወቅት የብልፅግና ቡድን በአገር ላይ እንቅፋት ለመፍጠር ሌት ተቀን እየሰራ ነው።
በሰሜን ሸገር ዞን የብልፅግና አንጃ በተለያዩ ወረዳዎች የሚኖሩ ሰዎችን በድሮን ጥቃት ቤታቸውን እና ንብረታቸውን እያቃጠሉ ሲሆን ፥ በመዳፍ ፥ ታንኮች እና ዙ-23 በመሳሰሉ ከባድ መሳርያዎች በሰላማዊ ዜጎች ላይ በተተኮሰው ግድያና የንብረት ውድመትን አስከትሎል ሲሉ ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
በባሌ ዞን በሮቤ ከተማ የአብይ አህመድ የፋሽስት ወታደሮች ወጣቶችን ወደ እስር ቤት መወርወራቸውን ቀጥለዋል።
ታህሳስ 10 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በሁሉም የግዛቱ ክፍሎች የብልፅግና ወኪሎች በኦሮሞ ወጣቶች ላይ ያለ ምንም ምክንያት ማሰራቸውን ቀጥለዋል።
በዚህም መሰረት በባሌ ዞን የሮቤ ከተማ ነዋሪ የሆነው አረቡ አብደላ የተባለ ወጣት ባለፈው ሳምንት በአገዛዙ ተላላኪዎች ያለምንም ምክንያት ተይዞ ከፍተኛ ስቃይ እየደረሰበት መሆኑን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
እንደ ምንጮቻችን ገለጻ፣ ወጣቱን ያለምንም ጥፋት ያሰሩት እነዚሁ ወታደሮች ምንም አይነት ፖለቲካ የማይከተለውን ግለሰብ ከኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ጋር ግንኙነት አለህ በሚል ስም ነው የጥቃቱ ሰለባ የሆነው ሲሉ ምንጮቻችን አክለዋል።
Taanzaaniyaan guyyaa walabummaa isheetti hidhamtoota 1,548f dhiifama goote
ONM-ABO Muddee 10,2024 Pirezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluhuu Hasan kabaja waggaa 63ffaa walabummaa Taanzaaniyaa guddittii kabajuuf Wiixata kaleessaa hidhamtoota 1,548'f dhiifama pirezidaantii kennaniiru.
Namoota dhiifamni godhame keessaa 22 hatattamaan kan gadhiifaman yoo ta’u, kanneen hafan 1,526 ammoo adabbii hir’ifame kan raawwatan ta’uu ibsameera.
Ministeerri Dhimma Biyya Keessaa ibsa Wiixata kaleessaa baaseen namoonni dhuunfaa dhiifama argatan milkaa’inaan hawaasa keessatti deebi’anii ijaarsa biyyaa keessatti gumaacha gaarii akka taasisan abdii qabaachuu ibseera.
"Mootummaan hidhamtoonni har'a gadi lakkifaman gara hawaasaatti akka deebi'an, saba keenya ijaaruuf lammii isaanii waliin akka tumsan, gocha gara mana hidhaatti isaan deebisu irraa akka fagaatan ni eegnaa," jedha ministeerichi.
Ayyaanni walabummaa waggaa waggaan kabajamu, Taanzaaniyaan bulchiinsa koloneeffataa irraa bilisa ta’uu ishee calaqqisiisuu qofa osoo hin taane, gatiiwwan bara baraa tokkummaa, haqaa fi guddina ishee cimsa. Dhiifamni pirezidaantii bara kanaa saba hunda hammatee fi walsimsiisaa ta’e guddisuu keessatti madaallii gara laafinaa fi itti gaafatamummaa gidduu jiru yaadachiisa ta’ee tajaajila.
Walabummaan kun bara 1964tti gamtaa Zaanzibaar waliin taasifamuufis waltajjii kan taasise yoo ta’u, kunis Rippabiliika Tokkummaa Taanzaaniyaa akka ijaaramtu taasiseera jechuun Arabs news gabaaseera.
Godina Arsii Bahaa Aanaa Martiitti Waraanni Bilxiginnaa hawaasa nagaa saamuu, hidhuu fi reebuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 10,2024 Dantaa dhuunfaa isaaniif jecha hawaasa nagaa ba'uuf galuu kan dhorkatan loltoonni Abiy Ahimed, goleewwan Oromiyaa cufa keessaa maqaa garaa garaa itti maxxansuun miidhaa hangana hin jedhamne jiraattota irratti raawwachuu itti fufanii jiru.
Aanaa Martiitti jiraattota ganda Wataroo Diinoo kan ta'an Tamaam Eda'oo fi Borshaa Eda'oo kanneen jedhaman ergamtoonni sirnichaa Muddee 7,2024 sababa tokko malee hidhaatti darbachuun qarshii 4800 tokko tokkoon isaanii irraa fudhatanii gadi lakkisanii jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.
Akka maddeen himanitti, namoonni kunneen siyaasa kam irraa walaba kan ta'anii fi guyyaa sana ammoo gandicha irraa gara magaalaa Abboomsaa jedhamu deemuu himuun, ergamtoonni sirnichaa badii tokko malee maqaa garaa garaa itti maxxansuun namoota hedduu gandoota baadiyyaa adda addaa irraa gara magaalichaa deeman reebicha hamaa irraan gahuun dararaa turuu dubbataniiru.
Lixa Wallaggaa Aanaalee adda addaatti saamichi fi dararaan waraana garboomfataa PP'n jabaate
ONM-ABO Muddee 10,2024 Murni fedhii mataa isaa malee kan uummataaf dursa hin laanne Bilxiginnaan Oromiyaa bakkeewwan garaa garaatti saamicha raawwatu cimsee itti fufuun maqaalee kaffaltii gibiraa, inshuraansii fayyaa fi kaffaltii buusaa gonofaatiin adeemsa saamichaa taasisan haalaan cimsanii itti fufaniiru.
Godina Lixa Wallaggaa aanaa Qilxuu Kaarraa gandoota baadiyyaa fi magaalichaa hunda keessatti abbootii qabeenyaa, qonnaan bultoota, hojjattoota mootummaa fi kanneen biroon hiraarfamuun haalaan itti jabaatee kan jiru yoo ta'u, waraanni sirna dhablummaan keessatti dagaage kunneen bakkeewwan socho'an hundaatti maallaqa callaa hawaasa irraa guuruu, manneen maatii qabsaa'otaa fi namoota deggertoota Waraana Bilisummaa Oromoo jedhamuun shakkaman cufa irratti manneen gubuu fi hidhuus cimsaniiru.
Muddee 9,2024 waraanni faashistii PP bulchiinsa magaalaa Qilxuu Kaarraa irraa gara ganda Buukee Akkachee, Baabboo Buundii fi Waandii Daalleetti sochii taasisan reebichaa fi saamicha qonnaan bultoota irratti taasisuun kan himamu yoo ta',u, dargaggoo maqaan isaa Israa'eel Margaa jedhamu jiraataa ganda Buukee Akkachee qabanii qarshii 3000 fi bilbila harkaa tokko saamuun isa irraanis miidhaa cimaa geessisuu jiraattonni ONM'tti himaniiru.
Godina Baalee Lixaatti sarbamiinsi mirgoota namoomaa waraana faashistii PP'n raawwatu cimee itti fufe
ONM-ABO Muddee 10,2024 Akkuma guutuu onoota Baalee Lixaa fi Bahaatti loltoonni murna faashistii PP murna Bilxiginnaan ijaaramuun meeshaalee waraanaa hidhatanii maqaa jaarmiyaa ABO-WBO balleessuuf rifeensa namtolcheen faayamuun namoota ajjeesuu fi saamuu cimsanii itti fufaniiru.
Waraanni garboomfataan PP kaadiroota PP'n bobbaafamuun WBO maqaa balleessuuf saamichaa fi dararaa taasisuun miidhaa erga qaqqabsiisanii, boodarra waraanni biroon kan ajajni waajjira paartii murna Bilxiginnaa irraa isaaniif kenname ammoo bakka sana deemuun hawaasa jalqaba saamame isintu Waraana Bilisummaa Oromoo seensisaa jira jechuunis saamichaa fi hidhaa irratti geggeessaa jiraachuu jiraattotni himan.
Taateen Jaarmiyaa ABO-WBO maqaa balleessuuf raawwachaa jiru: horii hawaasaa qaluu, jiraattota saamuu fi ajjeesuu akka ta'e kan himamu yoo ta'u, irra jireessaan halkan sochiin saamichaa bulchiinsa magaalaa Roobeetti jabaachuun halkan namnuu osoo hin ajjeefamin bulaa akka hin jirres ibsameera.
Magaalaa Roobee, aanaa Sinaanaa, Goobbaa, Haroo Duumaal ( aanaa Barbaree) fi kanneen birootti jabaatee jiraachuun kan ibsamu torban darbes hoteela bulchiinsa magaalaa Roobee kan ganda Caffee Doonsaa keessatti argamu maqaan hoteelichaa " Saambee" jedhamutti qarshii qabaan hoteelichaas shiftoota kanneeniin saanjaaan waraanamee ajjeefamuun ibsameera.
Baha Shaggar Aanaalee hedduu keessatti ergamtoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa saamuu hammeessan
ONM-ABO Muddee 10,2024 Ajaja Abiy Ahimediin itti kenname hordofuun ergamtoonni Bilxiginnaa goleewwan Oromiyaa cufa keessaa lammiilee nagaa irratti saamicha daangaa darbe raawwachuu jabeessanii itti fufanii jiru.
Baha Shaggar aanaalee adda addaa keessatti ergamtoonni maafiyaan impaayerattii saamicha daangaa darbe maqaa gosa kaffaltii garaa garaan raawwachuu ittuma fufuun, yeroo ammaa kanas aanaa Dugdaa gandoota hundaa keessaa maqaa kaffaltii gibiraa jedhuun nama tokko irraa gadaanaan qarshii 5000, ol-aanaan ammoo hanga qarshii 40,000'tti naga'ee tokko malee afaan qawwee itti qabuun saamaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Kana malees aanicha keessatti maqaa deggersa jedhuun midhaan ardaba lama lama jiraattota irraa guurrachaa kan jiranii fi wayita hawaasni baadiyyaa oomisha isaa gara magaalaa geeffatus daandii gubbaa dhaabbachuun saamicha ulfaataa raawwachaa kan jiran yoo ta'u, sababa kanaanis hawaasni rakkoo hamaaf saaxilamaa jiraachuu maddeen itti dabaluun ibsaniiru.
Oduu Waaree ONM-ABO Muddee 10-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Qophii Walaloo ONM-ABO Muddee 10-2024 dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Baankiin giddu galeessaa Siiriyaa, baankonni daldalaa Kibxata har'aa hojii isaanii akka jalqaban himame
ONM-ABO Muddee 10,2024 Baankiin giddugaleessaa fi baankonni daldalaa Siiriyaa Kibxata har'aa hojii isaanii kan jalqaban yoo ta’u, hojjettoonni hojiitti akka galan gaafatamaniiru jechuun maddi baankii giddugaleessaa fi baankota daldalaa lama Wiixata kaleessaa Rooyitarsiif kan himaniiru. Kunis erga humnoonni mormitootaa hidhatan prezidaant Bashar al-Asad kuffisanii booda.
Kuufamni lammiilee Siiriyaa baankota Siiriyaa hojiirra jiran keessatti qaban nageenya akka qabu Baankiin Giddugaleessaa Siiriyaa kanaan dura barreeffama Feesbuukii irratti baaseen ibseera.
Kun kanaan osoo jiru Waraanni Libaanos akka jedhetti Wiixata kaleessaa haleellaa Israa’el kibba biyyattii keessatti konkolaataa irratti raawwateen namni tokko du’uu fi loltoonni afur madaa’uu isaanii ibsuun, dhukaasa dhaabuu dadhabaan Hizbullaah fi Israa’el gidduutti Sadaasa 27 hojiirra ooleera.
Kun kanaan osoo jiru ergamaan Doonaald Tiraamp Baha Giddu Galeessaa Wiixata kaleessaa daawwannaa naannichaa irratti taasisaniin, namoonni booji’amtoonni Gaazaatti qabaman osoo eebbi pirezidaantiin filatamoo Ameerikaa hin geggeeffamne hin gadhiifaman taanaan “guyyaa bareedaa hin ta’u” jechuun akeekkachiisaniiru.
Bulchiinsi Tiraamp yeroo jalqabu ejjennoo kana sirnaan kan fudhatan Isteev Witkoof, Traamp Amajjii 20 aangoo qabachuu isaanii dura garee hidhattoota Falasxiin Hamaas fi Israa’el gidduutti Gaazaatti dhukaasni akka dhaabatu abdachuu fi kadhachuu isaanii dubbataniiru jechuun Rooyiters gabaaseera.
Godinaalee Oromiyaa cufa keessaa lukkeeleen Bilxiginnaa hawaasa nagaa irratti saamicha raawwachuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 10,2024 Goleewwan Oromiyaa cufa keessatti waraanni goolessituun PP sababoota garaa garaa wabeefachuun ilmaan Oromoo badii tokko malee maqaa "hariiroo Waraana Bilisummaa Oromoo waliin qabdu" jedhuun akka bineensa bosonaatti adamsee ajjeesuu, hidhuu fi saamichaan dararaa jiru.
Godina Lixa Shaggar aanaa Baakkoo Tibbee ganda Facaasee Kooraa jedhamu irraa ergamtoonni sirnichaa Muddee 5,2024 nama maqaan isaa Tsaggaayee Caalii jedhamu "Qeerroo Bilisummaa Oromooti" jechuun loon 8 jalaa ooffatanii deemuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Haaluma wal fakkaatuun, ergamtoonni kunneen saamicha isaanii ittuma fufuun godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Jimmaa Raaree ganda Babal'aa jedhamu irraa badii tokko malee nama maqaan isaa Misgaanuu Bonnoqaa jedhamu maqaa "hariiroo Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jedhuun horii 20 jalaa ooffatanii deemuu maddeen itti dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Baha Shaggar Magaalaa Adaamaa irraa ergamtoonni Bilxiginnaa jiraattota hidhaatti guuruun qarshii hedduu irraa saamaa jiraachuun himame
ONM-ABO Muddee 10,2024 Loltoonni sirnichaa yeroo adda addaatti ilmaan Oromoo sobaan yakkuun ukkaamsanii mana hidhaatti darbatanii qarshii hedduu gaafataa kan jiranii fi dararaa hamaa irraan gahaa kan jiran ta'uun ni beekama.
Magaalaa Adaamaa keessaa dargaggoo maqaan isaa Ibraahim Mahaammad jedhamu maqaa "hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jedhuun yakkanii "si ajjeefna" jedhanii doorsisuun qarshii 50,000 irraa fudhatanii gargar qooddatanii jiraachuu maddeen itti dhiheenyaan beekan Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.
Akka maddeen himanitti, dargaggoon kun jiraataa godina Buunnoo Beddellee aanaa Cawwaaqaa kan ta'ee fi guyyoota 21'f waajjira poolisii magaalaa Adaamaatti dararamaa turuun torban darbe keessa qarshii 50,000 kaffalee mana hidhaa keessaa kan gadi lakkifame ta'uun barameera.
Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Muddee 9-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Qophii Humna Weelluu ONM-ABO Muddee 10-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
እስራኤል በሶሪያ የኬሚካል ጦር መሣሪያ ይገኝባቸዋል ባለቻቸው ቦታዎች ላይ የአየር ጥቃት ፈጸመች።
ታህሳስ 10 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
እስራኤል በሶሪያ የኬሚካል ጦር መሣሪያ እና ሚሳዔሎች ይገኙባቸዋል ባለቻቸው አካባቢዎች ላይ የአየር ጥቃት እየፈጸመች መሆኑን አስታወቀች።
የእስራኤል የመከላከያ ሚኒስትር ጌድዮን ሳር ጥቃቱ እየተፈጸመ ያለው "የጦር መሣሪያዎቹ በጽንፈኞች እጅ ላይ እንዳይወድቁ ነው" ብለዋል።
የእስራኤል መከላከያ አባል በእስራኤል ይዞታ ሥር ካለው የጎላን ተራራማ አካባቢ ተነስቶ የተባበሩት መንግሥታት ሰላም አስከባሪዎች ወደሚገኙበት ሥፍራ ሲሻገር የሚያሳይ ምሥልም አጋርቷል።
የእስራኤል ጠቅላይ ሚኒስትር ቤንያሚን ኔታንያሁ ወታደሮቻቸው በጎላን ተራራ የሚገኘውን እና ከወታደራዊ እንቅስቃሴ ነጻ የሆነውን አካባቢ በጊዜያዊነት እንደተቆጣጠሩ መናገራቸው ይታወሳል።
የሶሪያ አማጽያን አገሪቱን በመቆጣጠራቸው ምክንያት በአውሮፓውያን 1974 ከሶሪያ ጋር የተደረሰው ስምምነት "ተቀልብሷል" ሲሉም ተደምጠዋል።
የጎላን ተራራማ አካባቢ ከዋና ከተማዋ ደማስቆ በ60 ኪሎሜትር ርቀት ይገኛል።
እስራኤል የጎላን ተራራማ አካባቢን ከሶሪያ የወሰደችው እአአ በ1967 በተካሄደው የስድስቱ ቀናት ጦርነት ወቅት ነበር።
በይፋ የግዛቷ አካል ያደረገችው ደግሞ በ1981 ሲሆን፣ ዓለም አቀፉ ማኅበረሰብ ግን ዕውቅና አልሰጣትም።
አሜሪካ ግን በ2019 የጎላን ተራራማ አካባቢ በእስራኤል ለመያዙን ዕውቅና ሰጥታለች።
የእስራኤል መከላከያ ሚኒስትር ጌድዮን ሳር "የእስራኤል መከላከያ ኃይል የተወሰነ እና ጊዜያዊ እንቅስቃሴ እያደረገ ያለው በደኅንነት ምክንያት ነው" ብለዋል.
እስራኤል በሶሪያ ውስጣዊ ጉዳይ ጣልቃ የመግባት ፍላጎት እንደሌላት እና ዋነኛ ግባቸው ዜጎቻቸውን መከላከል እንደሆነም አክለዋል።
እስራኤል ወረራ የፈጸመችው የሶሪያ አማጽያን መዲናዋ ደማስቆን ተቆጣጥረው ፕሬዝዳንት በሻር አል አሳድን ካስወገዱ በኋላ ነው።
የአማጺ ቡድኑ ሃያት ታሕሪር አል-ሻም እሁድ ዕለት ደማስቆን ሲቆጣጠር በብሔራዊ ቴሌቭዢን ባስተላለፈው መልዕክት ሶሪያ "ነጻ ወጥታለች" ማለቱ ይታወሳል።
እሁድ የእስራኤሉ ጠቅላይ ሚኒስትር ኔታኒያሁ የአሳድ መንግሥት የወደቀበትን ዕለት "በመካከለኛው ምሥራቅ ታሪካዊ ቀን" ብለውታል።
የአሳድ መንግሥት ለዓመታት በተካሄደው ደም አፋሳሽ የእርስ በርስ ጦርነት ወቅት ዋነኛውን ድጋፍ ከሄዝቦላህ እና ከሩሲያ ሲያገኝ ቆይቷል።
ሆኖም ባለፈው አንድ ዓመት ሄዝቦላህ ሐማስን ደግፎ በጋዛው ጦርነት መሳተፉ እንዲሁም በሊባኖስ በኩል ከእስራኤል ጋር በገባው ጦርነት ሲዳካም፣ በተጨማሪ ደግሞ ሩሲያ ያላትን ሀብት በዩክሬን ወደምታደርገው ጦርነት ስታዞር የአሳድ ድጋፍ ተመናምኖ ነበር።
ይህንን አጋጣሚ የተጠቀመው አማጺው ቡድን በፍጥነት የሶሪያን ዋና ዋና ከተሞች በመቆጣጠር በሳምንታት ውስጥ አሳድን ለመገልበጥ ችሏል።
በአውሮፓውያኑ 2011 በበሻር አል አሳድ ላይ ሕዝባዊ አመጽ ሲቀሰቀስ እስራኤል ሶሪያ ምንም እንኳን የዋነኛ ጠላቶቿ የኢራን እና የሄዝቦላህ አጋር ብትሆንም ከአሳድ ቀጥሎ ሊመጣ ከሚችለው መንግሥት ይሻሉኛል ብላ በዝምታ ቆይታ ነበር።
የአሳድ አስተዳደር መውደቅን ተከትሎ ኔታኒያሁ እሁድ ዕለት ባደረጉት ንግግር ከእስራኤል ጋር በሰላም ለመኖር ለሚፈልጉ ሶሪያውያን አገራቸው "የሰላም እጇን ትዘረጋለች" ብለዋል።
ጨምረውም በሶሪያ ውስጥ በሚገኘው የመከላከያ ቀጣና ውስጥ ወታደሮቻቸው የተሰማሩት "ተስማሚ የደኅንነት ሁኔታ እስኪመቻች ድረስ ጊዜያዊ የመከላከያ ይዞታ ለመፍጠር ነው" በማለት ጦራቸው ከሶሪያ ግዛት እንሚወጣ አሳውቀዋል።
"በሶሪያ ሥልጣን ከሚይዙት ኃይሎች ጋር የመልካም ጉርብትና እና የሰላም ግንኙነት መፍጠር ከቻልን፣ ያ የእኛ ፍላጎት ነው። ያ ካልሆነ ግን የእስራኤል አገረ መንግሥትን እና ድንበሯን ለመከላከል አስፈላጊውን ሁሉ እናደርጋለን" ብለዋል።
አሳድን የገለበጠው አማጺ ቡድን መሪ የአቡ ሞሐመድ አል ጃውላኒ ቤተሰቦች መሠረታቸው ለዘመናት በእስራኤል ወረራ ስር ከሚገኘው የጎላን ተራራማ ስፍራ በመሆኑ በእስራኤል በኩል ስጋት መፈጠሩ አይቀርም። በድንበር አካባቢ ያለው ስፍራ በእስራኤል ከተያዘ በኋላ በሺዎች የሚቆጠሩ እስራኤላውያን ሰፋሪዎች 20 ሺህ ከሚሆኑ ሶሪያውያን ጎን ለጎን ይኖራሉ።
እስራኤል አሁን በሶሪያ ውስጥ የፈጸመችው ጥቃት አዲስ ነገር አይደለም። ከዚህ ቀደምም ከኢራን እና ከሄዝቦላህን ጨምሮ ከሌሎች ታጣቂ ቡድኖች ጋር ግንኙነት ያላቸው ናቸው ባለቻቸው ዒላማዎች ላይ በመቶዎች የሚቆጠሩ የአየር ድንደባዎችን ሶሪያ ውስጥ አካሂዳለች።
በተለይ በጋዛ ውስጥ ጦርነት ከተቀሰቀሰ በኋላ በሶሪያ እና በሊባኖስ ያሉ ሄዝቦላህ እና ሌሎች ታጣቂ ኃይሎች በሰሜን እስራኤል የሚፈጽሙትን ድንበር ዘለል ጥቃት ለመበቀል ተደጋጋሚ የአየር ድብደባዎችን ስትፈጽም ቆይታለች።
የአብይ አህመድ የፋሽስት ወታደሮች በምስራቅ ወለጋ ዞን ኪራሙ ወረዳ አንድን ወጣት በአሰቃቂ ሁኔታ ገድለው ጥለውታል።
ታህሳስ 10 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ለራሳቸው ጥቅም ብቻ የሚኖሩት የኮሎኔል አብይ አህመድ ወታደሮች በሁሉም የኦሮሚያ ስፍራዎች ሰላማዊ ዜጎችን መግደላቸውን ቀጥለዋል።
ይህን በማስመልከት ታህሣሥ 7፣ 2024 ዓ.ም ለታ ለሜሳ የተባለ ወጣት በኪራሙ ወረዳ በጉዲና ጂሬንኛ መንደር በፋሺስት ወታደሮች በጥይት ተገድሏል።
እንደ ህዝቡ ገለጻ፣ ለታ በየትኛውም ፖለቲካ ውስጥ ምንም አይነት ተሳትፎ የሌለው ወጣት ሲሆን፣ ወጣቱ የተገደለው በመንደሩ የጸጥታ ጉዳይ ሃላፊ በሆነው ትርፌሳ አጋ ነው ።
በምስራቅ ሸገር ዞን የአዳማ ከተማ ነዋሪዎች ከፍተኛ ገንዘብ እየተዘረፉ ነው።
ታህሳስ 10 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የአገዛዙ ወታደሮች የኦሮሞ ልጆችን በተለያዩ አጋጣሚዎች እያሰሩ ከፍተኛ ገንዘብ በመጠየቅና በማሰቃየት ላይ ናቸው።
“እንገድልሃለን” ብለው ዛቻ ኢብራሂም መሃመድ ከሚባል ወጣት 50,000 ብር ዘርፎዋል። ምክንያቱም ከኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ጋር ግንኙነት አላችሁ በሚል ስም ነው ሲሉ ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
በቡኑ በድሌ ዞን የጨዋቃ ወረዳ ነዋሪ የሆነው ይህ ወጣት በፖሊስ ጣቢያ ለ21 ቀናት ሲሰቃይ ከቆየ በኋላ ባለፈው ሳምንት 50ሺ ብር ከፍሎ ከእስር መፈታቱን ምንጮቻችን አክሎል።
Godina Lixa Shaggar Aanaa Baakkoo Tibbeetti waraanni sirnichaa namoota 2 ajjeesuun himame
ONM-ABO Muddee 10,2024 Ajjeechaan guyyuun uummata Oromoo irratti loltoota Bilxiginnaan raawwatu qoor-qalbii hawaasichaa miidhuun, Oromoo ta'anii dhalachuu isaanii qofatti leeyya'uun sabboontonni ilmaan Oromoo hedduun tarkaanfii hadha'aa of irratti fudhachaa oolu.
Aanaa Baakkoo Tibbeetti jiraattota ganda Odaa Gudayyaa kan ta'an kanneen maqaan isaanii Dinqaa Bookaa Dirribaa fi Geddefaa Waaqtolaa Waggaarii jedhaman Muddee 4,2024 loltoonni impaayera Itiyoophiyaa naasuu tokko malee rasaasa itti roobsuun haala suukkanneessaa ta'een ajjeesanii deemuu maddeen ONM'tti himan.
Akka maddeen himanitti, namoonni kunneen hirmaannaa siyaasa dhaaba kamiiyyuu kan hin qabnee fi daldaaltota bushaayee ta'uu himuun, ergamtoonni sirnichaa badii tokko malee osoo isaan gabaatii galaa jiranii daandii gubbaatti qabuun qarshii kuma 30,000 illee irraa fudhatanii ajjeesuu itti dabaluun himaniiru.
Godina Kaaba Shaggar Aanaa Warra Jaarsootti midhaan uummataa ooyiruu irraa waraana garboomfataa PP'n gubate
ONM-ABO Muddee 10,2024 Waraanni faashistii PP waqtiilee qonnaan bultoonni ooyiruu isaaniitti bobba'uun midhaan isaanii facaafatanitti adamsanii hidhuu, ajjeesuu fi manneen gubuu akkuma geggeessaa turan, yeroo ammaa kana immoo midhaan bilchaataa ooyiruu irraa guuruun bakka tokkotti walitti qabuun ibidda itti shiduun jalaa gubuun haalaan jabaatee itti fufee jira.
Godina Kaaba Shaggar aanaa Warra jaarsoo ganda Luugoo jedhamutti midhaan qonnaan bultootaa maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo nyaachiftu jedhuun jalaa gubuu jabeessanii kan jiran yoo ta'u, Obbo Aadarree Tulluu nama jedhamu jalaa ooyiruu irratti ibidda itti shidanii gubuu jiraattonni ONM'tti himan.
Kana malees murni Bilxiginnaa osoo uummanni Rakkoo hiyyummaa keessaa of baasuuf ifaajjii taasisaa jiruu danqaa sabichatti fiduuf halkanii fi guyyaa gochoota qorqalbii sabichaatti bu'u raawwachuun, uummanni Oromoo siyaasa, dinagdee fi hawaasummaan kufaa akka ta'uuf yakkoonni namoomaas daran geggeeffamuun jabaateera.
Tibba kana uummanni Kaaba Shaggar aanaalee adda addaa haleellaa diroonii, dhukaasa meeshaalee gurguddaan deggerame madfii, Taankii fi ZU-23'n qe'ee fi qabeenyaan isaa gubachaa jiraachuu isiniif gabaasaa akkuma turre, har'as hanga gabaasni kun qindaayetti qabeenyaan lammiilee qulqulluu jumlaan gubachuu fi namoonni nagaanis loltoota raayyaa ittisa impaayerattii kanneen lafoo sochii taasisaniin ajjeefamaa fi meeshaalee gurguddaanis dhumaatiin raawwachaa jiraachuu jiraattonni ONM'tti himaniiru.
Godina Baha Wallaggaa Aanaa Billoo Bosheetti loltoonni Abiy Ahimed nama tokko irratti ajjeechaa raawwatan
ONM-ABO Muddee 10,2024 Waraabessichi aduu saafaa dhiiga ilmaan Oromoo dhuguuf hamuummatu waraanni faashistii PP, sabboontota ilmaan Oromoo sababa tokko malee adamsee ajjeesuun soora bineensaa taasisaa jiraachuun ni beekama.
Aanaa Billoo Bosheetti jiraataa ganda Gala-Gurree kan ta'e nama maqaan isaa Asaffaa Aangessaa Haroo jedhamu loltoonni faashistii PP Muddee 7,2024 badii tokko malee haala suukkanneessaa ta'een rasaasa itti roobsuun ajjeesanii gatuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.
Akka maddeen himanitti, namni kun sababa tokko malee torban lamaa oliif waajjira poolisii aanaa Billoo Bosheetti hidhamee dararamaa turuu himuun, ergamtoonni sirnichaa mana hidhaatii baasanii konkolaataa paatirooliitti fe'uun aanichuma ganda Boshee Timbaakkoo magaalaa Doonoo jedhamu geessuun ajjeesanii gatuu dubbatu.
Kana malees armaan dura abbaa isaa Obbo Aangessaa Haroo maqaa "hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jedhuun reebicha qaama laalessu reebuun du'aaf jireenya gidduutti kan argamu ta'uu maddeen itti dabaluun eeraniiru.
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti hidhattoonni Amaaraa hawaasa Oromoo irratti ajjeechaa raawwatan
ONM-ABO Muddee 10,2024 Finxaaleeyyiin Amaaraa godinaalee Oromiyaa bakkeewwan adda addaatti duula duguuggaa sanyii raawwatan ittuma fufuun, godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Amuruutti ajjeechaa suukkanneessaa ilmaan Oromoo irratti raawwatanii jiraachuun himamee jira.
Gara jabeeyyiin ilmaan namootaaf gara laafina tokko illee hin qabne finxaaleeyyiin Amaaraa maqaa 'Faannoo' jedhuun of waaman Muddee 8,2024 aanaa Amuruu ganda Waallii jedhamu irraa nama maqaan isaa Malkaamuu Dassee jedhamu haala suukkanneessaa ta'een ajjeesanii gatuu jiraattonni gandichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.
Akka maddeen himanitti, yeroo adda addaatti finxaaleeyyiin Amaaraa hanga funyaaniitti hidhachuun aanicha keessaa ilmaan Oromoo irratti gochoota suukkaneessoo tilmaama hin qabne raawwachaa kan jiran ta'uu fi yeroo ammaa kanas naannoo Amaaraa irraa gara naannoo Oromiyaatti baay'inaan seenuun dararaa geggeessaniin hawaasni Oromoo aanaa Amuruu keessa jiru rakkoo ulfaataa keessa jiraachuu dubbatu.
Qophii Addaa ONM-ABO Muddee 10-2024 itti dhiyaadhaa!
Haala yeroo irraatti miseensonni waraana Bilisummaa Oromoo Mal jedhuu? itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Drone Strikes and Extrajudicial Killings in Oromia Under Abiy Ahmed's Regime
Drone Attacks in Northern Shagar
ONM-ABO, December 10, 2024
The Prosperity Party regime led by Abiy Ahmed continues its use of drone strikes and heavy weapons against civilian populations in Oromia. On November 7, 2024, drone attacks were ordered in the districts of Kuyu and Hidhabu Abote. In Kuyu, schools were targeted, while in Hidhabu Abote, the strikes destroyed local plantations.
These actions are part of an ongoing campaign of repression aimed at impoverishing and subjugating the Oromo people. Despite widespread hunger and economic instability, the regime has invested heavily in acquiring advanced drones such as the TB2 and Akinci from Turkey. The attacks on civilians and public property, including livestock, are an attempt to crush dissent and enforce control over Oromia.
Districts like Dhara and others have faced frequent bombardments, making drone and heavy weapon usage a daily reality in Oromia. These actions reflect a broader strategy of repression by a regime determined to suppress opposition and cement Abiy Ahmed's power.
Extrajudicial Killing in Western Shagar
ONM-ABO, November 8, 2024
The regime's forces in Oromia have also escalated their campaign of extrajudicial killings. On November 5, 2024, in the Western Shagar district of Danoo, a young man named Gamachis Takala was executed without cause. According to sources, Takala had no political affiliations and was falsely accused of having ties to the Oromo Liberation Army (OLA).
This extrajudicial execution is part of a growing pattern in Oromia, where civilians are targeted under the pretext of supporting the OLA or other opposition groups. Regime forces often resort to such acts after suffering defeats at the hands of the OLA. These heinous crimes underscore the regime’s increasing reliance on violence to maintain its hold over Oromia.
The continued use of drones, heavy weapons, and extrajudicial killings highlights the brutal measures employed by the Prosperity Party to suppress the aspirations of the Oromo people. These acts of violence against civilians further expose the oppressive nature of the regime under Abiy Ahmed.
Oduu Ganama ONM-ABO Muddee 10-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Godina Baha Wallaggaa Aanaa Kiiramuutti loltoonni faashistii Abiy Ahimed dargaggoo tokko haala suukkaneessaa ta'een ajjeesanii gatan
ONM-ABO Muddee 10,2024 Godinaalee Oromiyaa cufa keessaa waraanni garaa fi dantaa dhuunfaa isaanii qofaaf jiraatan loltoonni Kolonel Abiy Ahimaed haala duraan barameen olitti hawaasa nagaa ajjeesuu jabeessanii itti fufanii jiru.
Muddee 7,2024 aanaa Kiiramuu ganda Guddina Jireenyaa jedhamu irraa gara jabeeyyiin loltoota faashistii Bilxiginnaa dargaggoo maqaan isaa Lataa Lammeessaa jedhamu osoo inni gabaadhaa galuu rasaasa itti roobsuun ajjeesanii gatuu namoonni ijaan argan Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Akka namoonni kun jedhanitti, dargaggoo Lataan nama nagaa siyaasa kam keessaayyuu qooda kan hin qabne ta'uu himuun, dargaggoo kana kan ajjeese itti gaafatamaa dhimma nageenyaa gandichaa kan ta'e nama maqaan isaa Tirfeessaa Aagaa jedhamu ta'uu dubbataniiru.
Godina Baalee Magaalaa Roobee irraa loltoonni faashistii Abiy Ahimed dargaggoota hidhaatti darbachuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 10,2024 Kutaalee impaayerattii cufa keessaa ergamtoonni Bilxiginnaa dargaggoota Oromoo irratti xiyyeeffatanii sababa tokko malee ukkaamsuun hidhaatti darbachuu jabeessanii itti fufanii jiru.
Magaalaa Baalee Roobee irraa torban darbe keessa dargaggoo maqaan isaa Arabuu Abdillaa jedhamu ergamtoonni sirnichaa sababa tokko malee Oromummaa isaa qofaaf hidhaatti darbatanii garmalee dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.
Akka maddeen himanitti, loltoonni Bilxiginnaa naamusa hin qabne kunneen dargaggoo kana badii tokko malee kan hidhan ta'uu himuun, dargaggoon kun siyaasa tokkollee kan hin hordofnee fi hojii dhuunfaa isaa irraa maqaa "hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jedhu itti maxxansuun yakkanii waajjira poolisii magaalichaatti hidhanii jiraachuu maddeen itti dabaluun dubbataniiru.
Qophii Bakkalcha Oromiyaa ONM-ABO Muddee 9-2024 itti dhiyaadhaa!
ABO Keessatti Hennaa Adda Addaa Gantummaan Maaliif Mataa Irraa Jaqaba? Maree Hayyoota Oromoo Jaal Karoorsaa Bosonaa fi Jaal Jamaal Miidhagaa waliin Turtii taasifna!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
ከስልጣን የተወገዱት የሶሪያው ፕሬዚዳንት በሻር አል አሳድ ወደ ሞስኮ አቀኑ።
ታህሳስ 9 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ከስልጣን በኃይል የተወገዱት የሶሪያው ፕሬዚዳንት በሻር አል አሳድ እና ቤተሰባቸው በሩሲያ ባለስልጣናት ጥገኝነት ከተሰጣቸው በኋላ ሩሲያ መግባታቸውን የክሬምሊን ምንጭን ዋቢ አደርገው የሩሲያ መገናኛ ብዙኃን ዘግበዋል።
ሩሲያ ለአሳድ እና ለቤተሰባቸው "በሰብዓዊነት" በመመርኮዝ ጥገኝነት ሰጥታለች ሲሉ የሩሲያዎቹ የዜና ወኪሎች ኢንተርፋክስ፣ ቲኤስኤስ እና ሪያ ኖቮስቲ ስማቸው ያልጠቁሱትን ምንጭ በመጥቀስ ዘግበዋል።
እሁድ ማለዳ የሩሲያ ታጣቂዎች መዲናዋን ደማስቆን ተቆጣጥረው የአሳድ መንግሥት መገርሰሱን ከገለጹ በኋላም የቀድሞው ፕሬዚዳንት ያሉበት ለማወቅ አልተቻለም ነበር። ታጣቂዎቹ ከሁለት ሳምንት ባነሰ ጊዜ ውስጥ ነው ባልተጠበቀ ሁኔታ ግስጋሴያቸውን ጨምረው መብረቃዊ በሆነ ሁኔታ ሶሪያን የተቆጣጠሯት።
የቢቢሲ የሩሲያ አገልግሎትን ጨምሮ በርካታ ምንጮች እንደዘገቡት አል አሳድ በሶሪያ ከሚገኘው ላታኪያ ከተባለው የሩሲያ የጦር ሰፈር በተነሳ የሩሲያ አውሮፕላን ከአገር ሳይወጡ እንዳልቀሩ መዘገባቸውን አልጀዚራ አስፍሯል።
የአሜሪካው ፕሬዚዳንት ጆ ባይደን አል አሳድ የት እንዳሉ እርግጠኛ እንዳልሆኑ ነገር ግን "ሞስኮ ውስጥ አለ ይባላል" ሲሉ በዋይት ሃውስ ንግግር ባደረጉበት ወቅት ገልጸዋል።
"የአገዛዙ ውድቀት መሰረታዊ የፍትህ እርምጃ ነው። ለረጅም ጊዜ በጭቆና ሲሰቃዩ ለነበሩ የሶሪያ ህዝቦች በሚኮሩበት አገራቸው የተሻለ የወደፊትን ለመገንባት ታሪካዊ እድል ነው" ብለዋል ባይደን።
የሩሲያ የውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር እሁድ ዕለት ቀደም ብሎ አልአሳድ ስልጣን መልቀቃቸውን እና ከሶሪያ መውጣታቸውን አስታውቆ ነበር።
ታጣቂዎቹ አልአሳድ ፈርጥጠዋል ብለዋል ካወጁ በኋላ ህዝቡ የቀድሞውን መሪያቸውን ቤት ዘርፈዋል።
አማጺያኑ 'የደማስቆ ከተማ ነጻ ነች" ማለታቸውን ተከትሎም በርካቶች ደስታቸውን በጎዳናዎች ላይ ሲገልጹ እና ጭፈራም ሲያሰሙ ታይተዋል።
የሩሲያ የዜና ወኪሎች በተጨማሪም ስልጣን የተቆጣጠሩት የሶሪያ ታጣቂ አመራሮች በአገራቸው በሚገኙ የሩሲያ ጦር ሰፈሮች እና ዲፕሎማሲያዊ ሚሲዮኖች ደህንነት ዋስትና መስጠታቸውን ዘግበዋል።
"የሩሲያ ባለስልጣናት ከታጣቂዎቹ የሶሪያ ተወካዮች ጋር እየተነጋገሩ ነው። የታጣቂዎቹ አመራሮች በሶሪያ ግዛት በሚገኙ በሩሲያ ወታደራዊ ማዕከላት እና የዲፕሎማቲክ ተቋማት ደህንነት ዋስትና ሰጥተዋል" ሲል ታስ የተሰኘው የዜና ወኪል የክሬምሊንን ምንጭ ዋቢ አድርጎ ዘግቧል።
ሩሲያ በሶሪያ ጦርነት በንቃት የተሳተፈች ሲሆን ለአልሳድ ወግና በታጣቂዎቹ ይዞታዎች ላይ ተደጋጋሚ የቦምብ ጥቃቶችን ፈጽማለች እንዲሁም ለሰላማዊ ሰዎች ሞት ምክንያት ሆናለች።
ታጣቂዎቹ በአውሮፓውያኑ 2015 የአልአሳድን ስልጣን ስጋት በጣሉበት ወቅት የሩሲያ ድጋፍ የጦርነቱን አቅጣጫ ቀይሮታል። በፍጥነት እየገሰገሱ የነበሩትን ታጣቂዎችን በመግፋት በአገሪቱ ሰሜናዊ ክፍል እንዲወሰኑ አድርጓቸው ነበር።
እሁድ የተከሰተው ክስተት ከ13 ዓመታት የእርስ በርስ ጦርነት በኋላ ሲሆን ለአምሳ ዓመታት የቆየውን የአልአሳድ ቤተሰብ አገዛዝ እንዲያከትም አድርጎታል።
የሶሪያ ጦርነት በአውሮፓውያኑ 2011 ሲነሳ በአልአሳድ ላይ በአብዛኛው ያልታጠቀ ህዝባዊ አመጽ ሆኖ ነበር የጀመረው። ነገር ግን በመጨረሻም ከእርስ በርስ ጦርነት አልፎ የተለያዩ የውጭ አገራት ኃይሎች የተሳተፉበት እንዲሁም በመቶ ሺዎችን ህይወት የቀረጠፈ እና ሚሊዮኖችን ወደተለያዩ አገራት እንዲሰደዱ አድርጓል።