onm_abo11 | Unsorted

Telegram-канал onm_abo11 - Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

35953

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, miidiyaa Agartuu Oromoo!

Subscribe to a channel

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምስራቅ ሀረርጌ የአዳሬ ከተማ ነዋሪዎች ምርታቸውን በመንገድ ላይ እንዳይሸጡ መከልከላችው ተገለፀ።


ታህሳስ 20 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የንጉሠ ነገሥቱ አምባገነን አገዛዝ ሕዝቡ በምስራቅ ኦሮሚያ ዙሪያ ጫት እና ምርቶቹን በሙሉ እንዳይሸጥ በማድረግ ኢኮኖሚው እንዲጎዳ እያደረገ ነው።

በዚህም መሰረት በምስራቅ ሀረርጌ የአዳሬ ከተማ ነዋሪዎች ምርታቸውን በመንገድ ላይ እንዳይሸጡ በመደረጉ ለከፍተኛ ችግር እየዳረጋቸው መሆኑን ምንጮቻችን ገልጸዋል።

በከተማው መንገዶች ሁሉ እንደ ጫት፣ ብርቱካን፣ ሎሚ እና ሌሎችም ምርቶች የሚሸጥበት ቦታ ባለመኖሩ ቡናና ሻይ ቤቶች እየፈረሱ ነው።

በከተማዋ ያለው የብሄረሰብ ክፍፍልም ጠንከር ያለ ሲሆን በሺዎች እንኳን የማይቆጠሩ ቡድኖች በኦሮሚያ በብልፅግና አካላት ታግዘው የበላይነታቸውን ለማሳይት እያስቸገሩ መሆናቸውን ነዋሪዎች ለኦኤንኤም ተናግረዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Finfinnee kutaa magaalaa Buraayyuu keessatti manneen jiraattotaa irratti diiguun cimee itti fufe

ONM-ABO Muddee 20,2024 Impaayera Itiyoophiyaa keessatti mirga lubbuun jiraachuu sarbamuun akka waan alaa dhufeetti biyya abbaa isaa irratti ilmaan habashootaan dararamaa kan jiru ummanni Oromoo yakka tokko malee lubbuuf qabeenya isaa goolessitoota murna Bilxiginnaan dhabaa jira.

Magaalaa fi baadiyyaa osoo hin jenne qe'ee uummata Oromoo mara keessatti kan bobbaafaman kaadiroonnii fi waraanni bilxiginnaa gochoota dabaa saba nagaa irratti hammeessuun jiraattotatti yaaddoo hamaa ta'ee jira.

Haaluma kanaan magaalaa Buraayyuu keessatti manneen jiraattotaa irratti diiguun abbootii qabeenyaa jechuun kaabinootuma isaa irratti ijaaree Induustir Safar jechuun Shiimallis Abdiisaa eebbisiisee jiraachuu maddeen eeran.

Haa ta'u malee waa'ee manni diigamee hiyyeessi mana kiraatti galuu osoo raajeffannuu amma immoo Kooriiderii jedhanii ammas cittoo irratti fanxoo akkuma jedhan kallattii hundumaan manni jireenyaa kan kaartaa qabus kan hin qabnes dukkaanota dabalatee diiganii balleessuun namni sochii danqamee dararamaa jiraachuu jiraattoonni magaalichaa ONM dubbise ifoomsaniiru.

Kana malees magaalicha keessatti namoota rifeensa guddifatan walitti qabuun Waraanni Bilisummaa Oromoo walii galtee mallatteessee galaa jira jechuun uummata burjaajessuuf diraamaa isaanii hojjechaa akka jiranis maddeen dabaluun ONM'tti himan.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Walloo Aanaa Baatee keessatti bulchitoonni sirnichaa tokko tokkoo gandootaa irraa namoota 70, leenjiif fidaa jechuun jiraattota doorsisuu hammeessan

ONM-ABO Muddee 20,2024 Lukkeeleen Bilxiginnaa gam-tokkoon sabboontota ilmaan Oromoo maqaalee adda addaa isaan hin qabne itti maxxansuun ajjeesaa, hidhaa fi qe'ee irraa buqqisaa osoo jiranii, kallattii biraan ammoo fedhii isaanii malee dirqiin butuun Impaayera Itiyoophiyaa akka utubaniif dirree waraanaatti guuruun qoraan ibiddaaf qophaa'e gochaa jiru.

Bu'uuruma kanaan, Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Baatee keessatti caasaaleen Bilxiginnaa Muddee 17,2024 as bifa adda ta'een bulchitoota sirnichaa gandoota garaa garaa keessa jiranitti qajeelfama kennuun ganda tokko irraa namoota 70, leenjii milishaa fi waraanummaaf qabdanii fiduu qabdu ittiin jechuun, bulchitoonni bilxiginnaa kunneenis qe'ee hawaasaa keessa deemanii namoota dirqiin ukkaamsanii dirree waraanaatti guuraa jiraachuu jiraattotni aanaa Baatee gandoota adda addaa irraa ONM dubbise ifoomsaniiru.

Akka jiraattotni kun dabaluun dubbatanitti, bulchitoonni sirnichaa kun gandoota irra deemanii namoota ukkaamsuun mooraa leenjiitti fe'aa waan jiraniif abbootiin warraa hedduun maatii isaanii qabachuun ooyiruu qarqaratti galanii jiraachuu fi dargaggoonni danuunis nuti Itiyoophiyaaf hin duullu, osoo dhumaatii ilmaan Oromoo yeroo TPLF Abiyyiin loltuu sana arginee jirruu jechuun biyyaa ba'aa akka jiran barameera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ታህሳስ 20-2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ONM-ABO Muddee 20,2024

Godina Lixa Shaggar aanaa Meettaa Roobii bakka adda Hara'a Surree jedhamutti gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Zoonii Giddu Galeessaa Birgeedii Tufaa Munaa fi Birgeedii Magarsaa Barii waliin ta'uun tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhataniin loltoota 15 irraa ajjeesanii 12 madeessuun injifannoo boonsaa galmeessanii jiru.



Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

https://www.facebook.com/OromiaNationalMedia/videos/604948298657222/?app=fbl

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Walloo Aanaa Harxummaa Fursee keessatti milishoonni sirnichaa qotiyyoo jiraattotaa saamanii qalatanii nyaachuun himame

ONM-ABO Muddee 20,2024 Milishoonni sirnichaa uummata Oromoo akka dararaniif murna bilxiginnaan baay'inaan qe'ee hawaasa nagaatti bobbaafaman gochaa badii isaanii raawwatan jabeessuun qabeenyaa jiraattotaa saamuu cimsanii itti fufaniiru.

Muddee 16,2024 Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee keessatti milishoonni sirnichaa hawaasa nagaa dararuuf magaalaa Qiciicoo irraa gara ganda Awwaaraatti bobba'an maanguddoo maqaan isaanii Obbo Abdallaa Asaabaa jedhaman jalaa qatiyyoo cimdii tokko ooffatanii magaalaa Qiciicootti galfachuun qalatanii nyaachuun ibsameera.

Akka jiraattotni jedhanitti Obbo Abdallaan jaarsa biyyaa fi deggaraa paartii dhaaba kamiiyyuu akka hin taane ibsuun, milishoonni sirnichaa maqaalee namni hin qabne namoota nagaatti maxxansuun dararan kun gocha isaanii malee maqaa hidhata waraana Bilisummaa Oromoo qabdu jedhuun Obbo Abdallaa qabanii deemuuf wayita mana isaanii dhaqanitti isaan waan manaa dhabaniif maatii isaanii doorsisuun qotiyyoo isaanii cimdii tokko ooffatanii deemuu itti dabaluun addeessaniiru.

Dabalataan akkuma aanaa Harxummaa Furseetti milishootaa fi waraana faashistii PP'n jiraattotni nagaan ajjeefamuu, hidhamuu, saamamuu fi doorsifamuu dabalatee dhiittaan mirgoota namoomaa daangaa darbe geggeeffamaa jiraachuu maddeen onichaa irraa ONM qulqulleeffachuu danda'eera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Kibba Lixa Shaggar Aanaa Toleetti hidhaan jiraattota irratti jabaachuun beekame

ONM-ABO Muddee 20,2024 Bara dhufaa darbaan qe'een uummata Oromoo gaddaa fi gadadoon akka jiraatuuf tarsimoo ittiin hawaasa sakaalan guyyuu bocuun bifa jijjiiratanii nagaa lammiilee kan booressan murni Bilxiginnaa har'as kan duraan olitti maatii qabsaa'otaa fi namoota hariiroo WBO qabu jechuun shakkii irraa qaban saamuu, hidhuu fi ajjeesuu jabeessanii itti fufaniiru.

Muddee 17,2024 godina Kibba Lixa Shaggar aanaa Tolee magaalaa Baantuutti namoota maqaan isaanii Qananii Simaa Danboobaa, Tolasaa Urgaa'aa haadha manaa isaa waliin, Girmaa Dachaasaa, Almaazee Hayiluu kanneen jedhaman ganda Armuufoo Soolee irraa qabuun hidhanii dararaa jiraachuun ibsameera.

Kana malees guyyuma kana namoota hedduus gandoota aanaa Toleetti argaman hedduu keessaa waraanni faashistii PP maqaa isin maatii qabsaa'otaatii fi hojiilee loojistikii WBO'f hojjettuun qabanii reebuun bulchiinsa magaalaa Baantuutti hidhanii doorsisa irratti raawwachaa jiraachuus jiraattonni dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Waaree ONM-ABO Muddee 20-2024 itti dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

MSF Israa’el Gaazaa keessatti ‘duguggaa sanyii raawwatte’ jechuun himuun dhukaasni hatattamaan akka dhaabbatu gaafate


ONM-ABO Muddee 20,2024 Doktooronni Daangaa Malee (MSF) gabaasa waldhabdee ji’oota 14f ture galmeessee Kamisa kaleessaa maxxanseen Israa’el Gaazaa keessatti “duguuggaa sanyii” raawwatte jechuun himate.

Gabaasni kun haleellaan hojjettoota MSF irratti raawwatame 41 kan galmeesse yoo ta’u, kunis haleellaa qilleensaa dhaabbilee fayyaa irratti raawwatamuu fi dhukaasa kallattiin konkolaattota gargaarsa namoomaa irratti raawwatame dabalateeti.

Dhaabbanni miti mootummaa kun yeroo 17 hospitaalotaa fi buufataalee fayyaa keessaa baasuuf akka dirqame ibseera.

“Flasxiinoonni humnaan buqqa’anii, kiyyootti galfamanii fi boombii darbatamuun miidhaman mallattoolee saba tokko qulqulleessuu ifa ta’an argaa jirra,” jedhan barreessaan olaanaa MSF Kiristoofer Lookyiir.

Israa’el duula Gaazaa keessatti raawwatte duguuggaa sanyii waliin wal gita jechuun himannaa dhiyaate irra deddeebitee kuffifteetti.

Gabaasni MSF mata duree “Gaazaa: Jireenya Kiyyoo Du’aa Keessatti” jedhuun baaseen goolamni naannoo Falasxiin gargaarsa namoomaa haalaan hir’isee jira, Onkoloolessa bara 2024tti guyyaatti konkolaattota fe’umsaa 37 qofa hayyamameef, waldhabdee dura 500 akka ture ibseera. Gabaasa addaa kaleessaa maxxanfame keessatti , Teessoon isaa Niiw Yoorkitti kan argamu Human Rights Watch Israa’el “gocha duguuggaa sanyii” itti yaadanii Falasxiinonni bishaan akka hin arganne daangessuudhaan naannoo Gaazaatti raawwachuuakeekeera.

Lolli Israa’el Gaazaa irratti geggeessite yoo xiqqaate namoota 45,097 kan ajjeese yoo ta’u, harki caalaan isaanii dubartootaa fi daa’imman akka ta’e lakkoofsi ministeera fayyaa naannoo sanaa kan Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii amanamaa jedhee fudhatu ni mul’isa.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Baha Harargee magaalaa Adaree irraa jiraattonni akka daandii irratti oomisha isaanii hin gurguranneef dhorkaman


ONM-ABO Muddee 20,2024 Murni garboomfataan impaayerattii Baha Oromiyaa cufa keessatti haala daldala jimaa fi oomisha uummanni qabu hunda akka itti gurguratu dhorkuun dinagdeen quucaree akka miidhamu gochaa jira.

Harargee Bahaa magaalaa Adaree irraa jiraattonni akka daandii irratti oomisha isaanii hin guguranneef dhorkamanii rakkoo cimaa ta'e argaa kan jiran yoo ta'u, bulchaan magaalaa Adaree namni maqaan isaa Oordin Badirii jedhamu dararaa hamaa irraan gahaa jiraachuu jiraattonni Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf ibsan.

Daandii magaalichaa hunda keessatti oomisha akka jimaa, burtukaana, loomii fi kanneen biroo hedduu akka itti gurguratan dhabuu fi manneen bunaa fi shaayii diigamuun hawaasni hedduun waan nyaatee bulu dhabee rakkataa jiraachuunis itti dabaluun ibsaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Arsii Bahaa Aanaa Muneessaa fi Aanaa Sirkaa keessatti waraanni murna Bilxiginnaa ummata nagaa hiraarsuu jabeessan


ONM-ABO Muddee 20,2024 Murni abbaa irree uummata nagaa badii tokko malee hidhee, ajjeesee, qe'ee fi qabeenya isaa barbadeessuun Oromoo kabajaa fi aadaa isaa irraa fudhee gochaa gara jabummaan duguuggaa sanyii irratti rawwachaa kan jiru yoo ta'u, aanaa Muneessaa ganda Heeban Dhubboo, Heeban Laaqichaa fi Kallachaa keessatti jumlaan uummata mana hidhaatti guuranii qabeenya isaaniis saamaa jiraachuu jiraattonni naannichaa dubbatan.


Muddee 17,2024 aanaa Munessaa ganda Gujichaa irraa namoota hedduu halkan sa'atii 5:40 irratti mana itti cabsuun ukkaamsanii mana hidhaatti galchanii reebaa kan turan ogguu ta'u, isaan keessaa namootni maqaan isaanii nu gahe;
1 Kaliil Jiloo
2 Muddiin Jiloo
3 Kadir Jiloo
4 Obbo Jiloo Galgaluu fi
5 Obbo Gadaa Kojii kanneen jedhaman ta'uun ibsameera.

Kana malees ganda Heeban Laaqichaa irraas namoota hedduu reebanii qaama isaanii kan miidhan yoo ta'u, isaan keessaa kan maqaan nu qaqqabe;
1 konkolaachisaa Obbo Huseen Badhaasoo
2 Huseen Badhaasoo
3 Woyyeessoo Jaarsoo fi
4 Tashoo kanneen jedhaman erga reebanis mana yaalaas dhorkuun mana isaanii keessatti miidhama hamaa keessa jiraachuu jiraattonni naannicha irraa dubbisne Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.

Haaluma wal fakkaatuun aanaa Sirkaa ganda Galabee Amajaa jedhamu keessatti Muddee 14,2024 bilxiginnaan waraana uummatatti bobbaasuun qawween sodaachisanii horii isaanii garii isaa qalachuun kaan ammoo qabuun bulchiinsa magaalaatti kan geessan ogguu ta'u, namoota horiin jalaa fudhamtee fi qalamte keessaa muraasni maqaan nu ga'e Adam Kaabir Mohaammad fi Surraa Huseen ta'uun barameera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Qophii Addaa ONM-ABO Muddee 202024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ሩሲያ በሶሪያ የጦር ሰፈር ያላትን መሣሪያ ማንቀሳቀስ ጀመረች።

ታህሳስ 19 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ONM -ABO).

ሩሲያ ከሶሪያ ከፍተኛ መጠን ያለው ወታደራዊ መሣሪያ እያዘዋወረች ሲሆን ይህም ከአገሪቱ በከፊል ለመውጣት መዘጋጀቷን ያሳያል ሲሉ ተንታኞች ገልጸዋል።


የሳተላይት ምስሎች እንደሚያሳዩት ከሆነ በሩሲያ በምትቆጣጠረው ወደብ እና በምዕራብ ሶሪያ የአየር ኃይል ወታደራዊ ተሽከርካሪዎች መከማቸታቸውን ያሳያሉ።

ባለፉት ቀናትም የትራንስፖርት አውሮፕላኖች ወደ አገሪቱ ገብተው የወጡ ይመስላል።

ቢቢሲ ቬሪፋይ ወደ እነዚህ የጦር ሰፈር የሚሄዱ የሩሲያ ወታደራዊ መኪናዎች ረዣዥም ሰልፍ ይዘው የሚያሳዩ ቪዲዮዎችን ቦታ ለመለየት ችሏል።

ይህ ሩሲያ ኃይሏን ለመቀነስ ወይም ሙሉ ለሙሉ ለማስወጣት መዘጋጀቷን ያመለክታል ሲል የጦርነት ጥናት ተቋም ገልጿል።


መቀመጫውን በዋሽንግተን ያደረገው ተቋም አክሎም ወታደራዊ ተሽከርካሪዎችን ወደ ጦር ሰፈራቸው ማዛወር ሞስኮ ከአዲሱ መንግስት ጋር በደማስቆ እስክትደራደር የተወሰደ የጥንቃቄ እርምጃ ሊሆን ይችላል ብሏል።

በበሽር አል አሳድ የግዛት ዘመን ሩሲያ በሶሪያ ውስጥ ከፍተኛ ወታደራዊ ተሳትፎ የነበራት ሲሆን በ2011 የእርስ በእርስ ጦርነት ከተቀሰቀሰ በኋላም መሪው በሥልጣን ላይ እንዲቆዩ አግዛለች።

ሁለቱ ዋና ዋና የጦር ሰፈሮችም አሏት። በታርቱስ የሚገኘው ወደብ በ1970ዎቹ በሶቭየት ኅብረት የተቋቋመ እና ከዚያም በ2012 በሩሲያ የተስፋፋው እና ዘመናዊው እና ከ2015 ጀምሮ አገልግሎት ላይ የዋለው እና ህሜሚም የሚገኘው የአየር ማረፊያ አሳድን በመደገፍ በመላው ሶሪያ የአየር ጥቃት ለመሰንዘር ተጠቅማበታለች።

ሁለቱም ለሩሲያ ቁልፍ ስትራቴጂካዊ መሠረት ሆነዋል። ይህንን ተጠቅማ ወደ መካከለኛው ምሥራቅ፣ ሰሜን አፍሪካ እና የሜዲትራኒያን ባሕር በቀላሉ መድረስ ችላለች።


የአሳድ ውድቀት ግን ሩስያ በሶሪያ ስለሚኖራት የወደፊት ዕጣ ፈንታ ላይ ጥያቄ አስነስቷል። ሞስኮ ከአዲሱ አገዛዝ ጋር ለመደራደር እያሰበች ነው።

ሰኞ ዕለት የክሬምሊን ቃል አቀባይ ዲሚትሪ ፔስኮቭ "የመጨረሻ ውሳኔ" አልተደረሰም። ሩሲያ "አሁን በሶሪያ ውስጥ ያለውን ሁኔታ ከሚቆጣጠሩት ኃይሎች ተወካዮች ጋር ተገናኝታለች" ብለዋል።

ቢቢሲ ቬሪፋይ የፕላኔት የሳተላይት ምስሎችን በመጠቀም የህሜሚም የአየር ኃይል እንቅስቃሴን ሲከታተል ቆይቷል።


ወታደራዊ ማጓጓዣ አውሮፕላኖችን ያሳተፈ እና ያልተቋረጠ የእንቅስቃሴ ምልክቶች አሉ። ንብረቶችን ከሶሪያ ለማውጣት የሚያገለግሉ ሁለት ትላልቅ አንቶኖቭ ኤኤን-124 አውሮፕላኖች አርብ ዕለት በስፍራው ታይተዋል።

እስከ ማክሰኞ ድረስ ቢቆዩም ረቡዕ ጠዋት ላይ ሁለት ትላልቅ አውሮፕላኖች ወደ ጣቢያው ደርሰዋል።

በማክስር ቴክኖሎጅ የተነሱት ተጨማሪ ምስሎች እንዳሳዩት ደግሞ እሁድ ዕለት በአየር ኃይሉ በደርዘን የሚቆጠሩ ወታደራዊ ተሽከርካሪዎች ቆመው ከመታየታቸውም በላይ ሩሲያ ሠራሽ የሆነው ኢሊዩሺን አይኤል-76 ወታደራዊ ማመላለሻ አውሮፕላን በስፍራው ታይቷል።

ቢቢሲ ቬሪፋይ በአውሮፕላን መከታተያ ድረ-ገጽ በሆነው ፍላይትራዳር24 አማካኝነት አንዱን የሩሲያ አንቶኖቭ ኤኤን-124 ማክሰኞ ዕለት ተከታትሏል።


በይፋ የሚገኘው መከታተያው መረጃ እንደሚያሳየው አውሮፕላኑ በሩሲያ አየር ክልል አድርጎ በሶሪያ አቅጣጫ እየተጓዘ አሳይቷል።

ከዚያም ከሶሪያ የባሕር ጠረፍ በስተምዕራብ ከህሜሚም አየር ኃይል ሲደርስ የራዳር መከታተያው ጠፋ። በመቀጠልም ከስድስት ሰዓታት በኋላም ወደ ሰሜን ሲመለስ ይታያል።

የማኬንዚ ኢንተለጀንስ የስለላ ኃላፊ ዴቪድ ሄትኮት እንዳሉት ከሆነ የአሳድ መንግሥት በፍጥነት በመውደቁ ሩስያ ንብረቷን ለማውጣት የሚበቃ ዕቅድ ነበራት ተብሎ አይታሰብም።


በአየር ኃይሉ የሚደረገውን እንቅስቃሴ "ያልተለመደ" ሲሉ ገልጸው፤ ይህም ሩሲያ ጥቂት መሣሪያዎችን በጣብያው እያከማቸች እና አንዳንድ መሣሪያዎችን እና ወታደሮችን ከሶሪያ ለማስወጣት በዝግጅት ላይ እንደምትገኝ ጠቁመዋል።

የቀድሞ የባሕር ኃይል መኮንን እና የመከላከያ ተንታኝ የሆነው ታይፉን ኦዝበርክ በበኩሉ ምስሉ "ሩሲያ ከሶሪያ የምትወጣበትን የመጀመሪያ ምልክቶችን ያሳያል" በማለት ተስማምተዋል።


"የአይኤል-76 አውሮፕላኖች መገኘት፤ የሩሲያ መርከቦች በታርቱስ ውስጥ አለመኖራቸው እና የተደራጁ ተሽከርካሪዎች እና መሣሪያዎች ቅድመ ዝግጅት ይህንን መደምደሚያ ያጠናክራሉ" ብለዋል።


ቢቢሲ ቬሪፋይ ባለፈው ሳምንት የሩስያ የጦር መርከቦች ታርቱስ ወደብን እንዴት ጥለው እንደወጡ ዘግቧል። ለጊዜው በዓለም አቀፍ ውሃ ላይ እንደሚገኙ ተንታኞች ጠቁመዋል።


እነዚያ መርከቦች በቦታቸው ባይመለሱም ግን ባለፉት ጥቂት ቀናት ከ 100 በላይ ወታደራዊ ተሽከርካሪዎች ወደ ጣቢያው መግባታቸውን የሳተላይት ምስሎች ያሳያሉ።


ሄትኮት እንደተናገሩት ከሆነ ተሽከርካሪዎቹ ለመልቀቅ እየተዘጋጁ ያሉ ሊሆን ቢችልም የመጫኛ ክሬኖች ባለመኖራቸው ይህ በፍጥነት ሊሆን የማይችል ነገር ነው።

የቅርብ ጊዜ ምስሎች በእንቅስቃሴ ላይ ያሉ ግዙፍ የሩሲያ ተሽከርካሪዎች ሰልፍ ይዘው አሳይተዋል። በዚህም በመላ አገሪቱ ካሉ ሌሎች የሩሲያ ማዕከሎች እንዲዘዋወሩ ስለመደረጉ ፍንች ሰጥቷል።

ቢቢሲ ቬሪፋይ ቪዲዮዎቹን በመርመር ወደ ሰሜን አቅጣጫ ወደሚገኙት የጦር ሰፈሮች እየሄዱ እንደሆነ ለመለየት ችሏል።

በኤክስ ላይ የታተመው የ80 ሰከንድ ቪዲዮ ከሆምስ በስተደቡብ 30 ኪሎ ሜትር ርቀት ላይ የሚገኙትን የሩሲያ ተሽከርካሪዎች ረዥም ሰልፍ ይዘው ያሳያል።


በሌላ ቪዲዮ ደግሞ ከደማስቆ 70 ኪሜ ርቀት ላይ በሚገኘው በተመሳሳይ አውራ ጎዳና ላይ የሩሲያ ተሽከርካሪዎችን ሰልፍ አሳይቷል።

"ሩሲያ አሁን ደማስቆ ከመውደቋ በፊት በመላ አገሪቱ ወደ መቶ የሚጠጉ ጣብያዎች ላይ ተሰማርተው የነበሩትን የጦር ክፍሎችን እና ወታደራዊ ቁሳቁሶችን እያስወጣች ነው" ሲሉ በመካከለኛው ምሥራቅ የሶሪያ ፕሮግራም ተመራማሪው አንቶን ማርዳሶቭ ተናግረዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በፊንፊኔ በተለያዩ ክፍለ ከተማ ውስጥ የብልፅግና ጦር ሰዎችን ማፈናችውን አጠናክረው ቀጥለዋል።


ታህሳስ 19 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

ሰላማዊ ዜጋን ማሰቃየት ጀግንነት ነው ብለው የሚያስቡ የፒፒ ወኪሎች ሥልጣናቸውን ተጠቅመው በፈለጉት ጊዜ በጠመንጃ አፍ ሙዝ በኦሮሞ ሕዝብ ላይ የተለያዩ ግፍ እየፈጸሙ ነው።

በተለያዩ የኦሮሚያ አካባቢዎች በኦሮሞ ህዝብ ላይ የዘር ማጥፋት ወንጀል እየፈፀሙ ያሉት የስርዓቱ ተላላኪዎች በአለቆቻቸው ትእዛዝ መሰረት በየቀኑ የንፁሀን ደም ማፍሰስ ፥ መግደልና ማሰርን አጠናክረው ቀጥለዋል።

በታህሳስ 16 ቀን 2024 ዓ.ም መርጋ ተመስጌን የተባለ ግለሰብ በአስኮ ከተማ ያለ ምንም ክስ እና የህግ ጥያቄ ታፍኖ በቡራዩ ፖሊስ ዋና መስሪያ ቤት እየተሰቃየ መሆኑን ምንጮቻችን አክለው ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

የብልፅግና ጦር በምስራቅ አርሲ ዞን በሙኔሳ እና በሲርካ ወረዳዎች በሰላማዊ ዜጎች ላይ የሚያደርሰውን ስቃይ አጠናክሮ ቀጥሏል።

ታህሳስ 20 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

አምባገነኑ ንፁሀን ዜጎችን እያሰረ፣ እየገደለ፣ ቤትና ንብረት እያወደመ የኦሮሞ ህዝብን ክብርና ባህል እየነጠቀ እያሰረ ንብረቱን እየዘረፈ ነው ሲሉ ነዋሪዎች ተናገሩ።

ታህሳስ 17 ቀን 2024 ዓ.ም ምሽት በሙኔሳ ወረዳ ከጉጂቻ መንደር ከቀኑ 5፡40 ላይ ሰራዊቱ የበርካታ ሰዎችን ቤት ሰብሮ መግባቱ ተገለፀ።

የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል:-

1 ካሊል ጂሎ
2 ሙዲን ጂሎ
3 ከድር ጂሎ
4 አቶ ጂሎ ገልገሉ እና
5 አቶ ገዳ ኮጂ እንደሆኑ ተገልፆዋል።

እናም በሂባን ላቂቻ መንደር ብዙ ሰዎችን ደበደቡ እና አቁስለዋል። ከእነዚህም መካከል:-
1 ሹፌር አቶ ሁሴን Badhaasoo.
2 ሁሴን Badhaasoo
3 ወዬሶ ጃርሶ እና
4 ተሹ የተባሉትን ክፉኝ ድብደባ ከፈፀሙባችው ብኋላ ህክምና እንዳያገኙ በመከልከል በመኖሪያ ቤታቸው በከባድ ጉዳት ላይ እንደሚገኙ ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።

በተመሳሳይ በሲርካ አውራጃ በገለቤ አመጃ መንደር በታህሳስ 14 ቀን 2024 ዓ.ም ፒ.ፒ. ወታደሮችን በማሰማራት በህዝቡ ላይ በመደቀን የተወሰኑ የቀንድ ከብቶቻችውን አርዶ ሌሎችንም ወደ ከተማ አስተዳደር መውሰዳችው ተገልፆዋል። የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት ሰዎች መካከል አደም ካቢር መሀመድ እና ሱራ ሁሴን እንደሚገኙበት ተገልፆዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Baha Shaggar Aanaa Dugdaa keessatti jaleewwan Bilxiginnaa jiraattota leenjii waraanaatti guuruu, reebuu fi saamuu cimsanii itti fufan

ONM-ABO Muddee 20,2024 Dhumni bara aangoo isaa kan mootummaa Dargiin kan walfakkaatu Bilxiginnaan, tibba kana loltoonni isaa akkuma guutuu Oromiyaatti hawaasa nagaa leenjii waraanaatti guuruu, reebuu, saamuu fi dararaa garaa garaa raawwachaa jiru.

Aanaa Dugdaa ganda Guusaa Dongorootaa jedhamu keessaa Muddee 17,2024 namoota maqaan isaanii:
- Obbo Yaamii Miidhagsoo,
- Obbo Dambal Bobbaa,
- Obbo Battee Miidhagsoo,
- Obbo Daadhii Guutamaa,
- Obbo Dagaagaa Jiloo maanguddoo ganna 80 olii kan ta'anii fi kanneen biroo hedduu ta'an loltoonni sirnichaa maqaa "gaachana sirnaa leenjitu" jedhuun badii tokko malee reebicha hamaa irraan gahuun gara leenjii waraanaatti geessanii jiraachuu maddeen ONM'tti himan.

Jiraattota leenjii waraanaaf ukkaamsuun jabaatee ittuma fufuun, aanichuma ganda Birbirsa Guddaa Saabolee keessaas guyyaadhuma kana namoota maqaan isaanii:
- Obbo Lammii Abarraa,
- Obbo Roobaa Goobanaa,
- Obbo Wayyatoo Araarsoo fi kanneen biroo hedduu ta'anis leenjii waraanaaf ukkaamfamanii jiraachuu maddeen himan.

Namoonni leenjii waraanaaf ukkaamfamaa jiran kunneen hundi isaanii maanguddoota diina jalaa dheessanii ba'uu hin dandeenye ta'uun himamee jira.

Kana malees aanicha keessatti sababa tokko malee oomisha dabalatee jiraattota saamaa kan jiranii fi dhiittaa fi sarbamiinsi mirgoota namoomaas daran hammaachuun, hawaasni ba'ee galuuf iyyuu yaaddoo hamaa keessa kan jiru ta'uu itti dabaluun ibsaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Kibba Lixa Shaggar Aanaalee hedduu keessatti murnoota PP'n jiraattota irratti saamichaa fi qabanii leenjiitti guuruun cimee itti fufe

ONM-ABO Muddee 20,2024 Jiruu fi jireenya uummataa balleessuun of ijaaruutti kan jiran tiksitoonni impaayerattii Oromiyaa goleewwan hedduu keessatti Uummanni ba'ee hojjetatee galuuf murna Bilxiginnaan wabii dhabaa jiraachuun barameera.


Maqaalee garaa garaa itti maxxansuun hidhuu, saamuu fi ajjeesuu kan adeeffate murni Bilxiginnaa ammas kan yeroo kamiyyuu caalaatti afaan qawween doorsisee saamuu irra darbee maqaa gibiraan saamicha daangaa darbe geggeessaa jira.

Kibba Lixa Shaggar aanaa Walisoo keessatti nama tokko irraa qarshii 15,000 fuunanuun kan hin qabnu jedhan immoo hidhaatti darbachaa jiru.

Keessumaa godinichuma aanaa Wancii gandoota akka, Dhaadhee fi Waandiimtuu keessatti torbanoota lamaaf namoota humnaan leenjii milishummaatti kan guuran oggaa ta'u, sababa kanaaf uummanni mana baqatee bakkeetti rakkachaa jiraachuu maddeen dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeraniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Galgala ONM-ABO Muddee 20-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Qophii Haaromsaa WBO Zoonii Lixaa ONM-ABO Muddee 20-2024 itti dhiyaadhaa!
Haaromsaa WBO Zoonii Lixaa Odaa Kaarraa Haala Yeroo Irratti
''WBOn Waamichaan Ba'ee Waamichaan Galu Hin Jiru Kaayyootu Baase Bilisummaatu Galcha" Jaal Gamtaa
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oromo Liberation Army has conducted operations in the Eastern Arsi zone Sirka district inflicting casualties on enemy forces.

ONM-ABO December 20, 2024, the heroic Oromo Liberation Army, the Nadhi Gamada Brigade, has taken decisive action against enemy forces deployed on reconnaissance missions and engaged in terrorizing civilians in the region.

On December 18, 2024, in the district of Sirka, a town called Soji Sade OLA, it took punitive measures against enemy forces while they actively engaged in criminal activities against the civilians. In this engagement, OLA has neutralized 7 enemy combatants while 5 others sustained injuries.

The remaining soldiers were retreated in disarray into towns where they were attacked and killed two innocent civilians for revenge. They have also looted several private properties and finally headed toward a town called Mayibsa Gado.

In a separate news, in the Eastern Shagar zone, the regime forces have brutally killed two head of families and dumped their bodies in the forest.

The criminal forces of the Ethiopian regime that for a long time have engaged in committing atrocities against innocent Oromo civilians across Oromia have continued their terror activities unabated.

On November 16, 2024, in the district of Dugda in a town called Baqale Girisa, the regime forces have gunned down two innocent civilians whose names are Ararso Salbana and Benya Fole without any apparent wrongdoing. After killing the two men, the Ethiopian regime forces have prevented the families from collecting the dead bodies of the two men, leaving it for wild animals to devour it.

According to the locals, the two men were innocent, hard-working individuals who were totally focused on taking care of their families and had no political affiliations with any groups. The Ethiopian regime forces have falsely accused them of providing food for the Oromo Liberation Army, army which is simply a pretext to commit extrajudicial killings.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Baha Wallaggaa Aanaa Guutoo Giddaa keessatti loltoonni sirnichaa hawaasa nagaa hidhaatti guuruu cimsanii itti fufan

ONM-ABO Muddee 20,2024 Murni aangoo irra bubbuluuf carraaqu Bilxiginnaan, goleewwan Oromiyaa keessatti loltoota isaa naamusa waraanummaa hin qabne bobbaasee hawaasa nagaa maqaa garaa garaa itti maxxansuun dararaa ulfaataa irraan gahaa kan jiru ta'uun ni beekama.

Muddee 17,2024 waraanni maafiyaan PP aanaa Guutoo Giddaa ganda Jireenyaa keessaa namoota maqaan isaanii:
- Lalisaa Mulaatuu,
- Sanbatoo Tasammaa,
- Chuuchaa Beekumaa,
- Dastaa Yaadasaa,
- Abboonee Inkoosaa fi
- Kumashii Sanbatoo jedhaman badii tokko malee mana jireenyaa isaaniitii qabuun hidhanii hiraarsaa jiraachuu maddeen ONM'tti himan.

Akka maddeen himanitti namoonni kunneen siyaasa kam irraayyuu bilisa ta'uu himuun, ergamtoonni sirna nama nyaataan PP ammoo ilmaan Oromoo Oromummaa isaanii qofaan yakkuun gochoota farra namoomaa garaa garaa irratti raawwachaa jiraachuu itti dabaluun dubbataniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Arsii Bahaa Aanaa Sirkaa keessatti waraanni maafiyaan PP uummata nagaa ajjeesuu fi hidhuu akkasumas saamicha qabeenyaa irraan ga'uun dhagaa'ame

ONM-ABO Muddee 20,2024 Waraanni akka feeteen faashistii PP jiruu fi jireenyi isaanii kabaja aangoo murna tokkoo eeguu qofa ta'e hawaasa qulqulluu homaa hirmaannaa siyaasaa kam irraa walaba ta'an ajjeesuu, hidhuu fi saamuu daran jabeessanii itti fufaniiru.

Jaarsa biyyaa ilaalcha gaarii hawaasa isaa keessatti qabu, kan tuttuqaa hirmaannaa siyaasaa kamii keessatti qooda hin fudhannee fi abbaa ilmaan ja'aa kan ta'e Obbo Wayyeessoo Jaarsoo fi dargaggoo maqaan isaa Amiin Abdullee jedhamu Muddee 18,2024 yakka tokko malee rasaasa itti roobsuun ajjeesanii gatuun ibsameera.

Kana malees namoota maqaan isaanii Gannishuu Kadiir Amiinoo fi Ramaan Gannishuu Kadiir jedhaman jalaa horii ooffachuun, namoota hedduus qabanii gara mooraa waraanaatti geessanii hidhuun beekameera.


Namoonni hidhaman kunneenis murasni maqaan nu ga'e; Ashruu Gannishuu Kadir, Ashaa Huseen Maammaa, Hawwii Huseen Sheek Usmaan, Daadiyaa Toree Ismaa'eel, Kubaa Kamuu Indiris, Shurruu Jiloo, Madiinaa Hajii Tusaa, Saaliyaa Kabiir Huseen, Naasir Gannishuu Hajii, Arab Gannishuu Hajii, Yuusuf Jamaalaa Abdii, Muddiin Jamaalaa Abdii kanneen jedhaman irraan reebicha hamaa gahuun hidhanii hiraarsaa jiraachuun ifoomeera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Daawaa Caffaa keessatti diina du'aa fi madoon adabe

ONM-ABO Muddee 20,2024 abdii fi gaaddisni uummata Oromoo Waraanni Bilisummaa Oromoo ergamtoota maafiyaa PP uummata Oromoo ajjeesuu,saamuu fi dararuuf bobbaafaman tarkaanfii keessa deebii hin qabne irratti raawwachuun du'aa fi madoon adabaa jiru.

Haaluma kanaanis, Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Daawaa Caffaa iddoo addaa Dugda Giraanyi jedhamutti kaleessa Muddee 19,2024 ganama barii barraaqa sa,a 12:00 irraa eegaluun lola jajjabeen WBO Cibraan Hasan Ammee loltoota PP waliin taasisaniin humna irraa 6 du'aan adabee biyyeetti yoo maku 3 ammoo madoo dandammii hin qabneen geggeesseera.


Tarkaanfii laalessaa WBO'n Zoonii Kaabaa Cibraan Hasan Ammee loltoota murna bilxiginnaa irratti fudhatee du'aa fi madoon adabuun of booda deebise kanaanis, loltootni sirnichaa reeffa namoota 2 bakkeetti gatuun deemanii bineensaan nyaatamuun barameera.


Tarkaanfii WBO'n fudhatu hanga Bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaatti itti fufa.❗️

Injifannoon Uummata Oromoof ‼️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gidaamiitti dararaan maatii qabsaa'otaa irratti loltoota sirnichaan raawwatu jabaatee itti fufe


ONM-ABO Muddee 20,2024 Waraanni Bilxiginnaa Waraana Bilisummaa Oromoo lolanii injifachuu yeroo dadhaban, gara hawaasa nagaatti deebi'uun maqaa "ilmaan keessantu bosona jira" jedhuun miidhaa garaa garaa irratti raawwatan hammeessanii itti fufanii jiru.

Aanaa Gidaamii ganda Soyii jedhamu keessaa jiraattota maqaan isaanii:
- Aadde Waganee Tasfaayee,
- Aadde Dungushee Goobanaa,
- Obbo Fiqaaduu Jarafuu,
- Obbo Fiqiruu Taaddasaa,
- Obbo Qana'aa Sinoo,
- Obbo Olaanaa Hundeessaa,
- Obbo Gabiruu Raagaa fi kanneen biroo hedduu ta'an badii tokko malee maqaa ilmaan keessantu bosona jira jedhuun ergamtoonni sirnichaa torbee darbe irraa eegaluun hanga guyyaa gabaasni kun qindaa'etti guyyaa guyyaan waamanii dararaa kan jiran ta'uu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Akka maddeen eeranitti, namoonni kunneen siyaasa kam irraa bilisa ta'uu himuun, waraanni sirnichaa ammoo maqaa ilmaan keessan bosonaa galchaa jedhuun waqtii hawaasni oomisha guurrachaa jirutti guyyuun hojii isaanii irraa waamuun dararaa ulfaataa irraan gahaa kan jiran ta'uu dubbatu.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Begiitti ergamtoonni Bilxiginnaa jiraattota hidhuu cimsanii itti fufan.


ONM-ABO Muddee 20,2024 Goleewwan Oromiyaa cufa keessaa ergamtoonni Bilxiginnaa sabboontota ilmaan Oromoo abdii biyyaa ta'an adamsuun tarkaanfii hidhaatii hanga ajjeechaatti irratti raawwachaa jiru.

Aanaa Begii ganda Foongoo Waabaraa keessaa Muddee 17,2024 ergamtoonni sirnichaa badii tokko malee nama maqaan isaa Milkii Adimaasuu jedhamu hidhanii dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Akka maddeen eeranitti, namni kun mana amantaa Ortodooksiitti Daaqonii ta'uun tajaajilaa kan ture ta'uu himuun, innis mana amantichaa keessatti wangeelli afaan Oromoon malee afaan Amaaraan lallabamuu hin qabu jedhee sababa mormeef kan hidhame ta'uu fi isa waliin kanneen morman hedduus ergamtoonni sirnichaa hidhaatti darbachuuf adamsaa kan jiran ta'uu ibsaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Ganama ONM-ABO Muddee 20-2024 itti dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Muddee 19-2024 itti dhiyaadhaa!
Haleellaa diroonii fi meeshaalee gurguddaa, Tarkaanfii WBO, Marii Biyyaalessaa, Kufaatii dinagdee, funaannii maallaqaa, baankiilee, Impaayerattii fi gaanfa Afrikaa Ilaalchisuun maree Jaal Niimoonaa Sabaa fi Daandii Elemoo waliin taasisan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምስራቅ ወለጋ ዞን በቢሎ ቦሼ ወረዳ የብልፅግና ጦር አንድ ሰውን በአሰቃቂ ሁኔታ መግደላችው ተገለፀ።

ታህሳስ 19 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

ለሰው ልጅ የማይራሩ የብልፅግና አረመኔ ወታደሮች እጃቸውንና እግራቸውን በግፍ በማሰር በኦሮሞ ህዝብ ላይ ብዙ ጥፋት እያደረሱ ይገኛሉ።

በቢሎ ቦሼ ወረዳ የያዳ ሁንዳ መንደር ነዋሪ የሆነው ሸለመ ባዪሳ ባለፈው ሳምንት ያለምንም ጥፋት በአገዛዙ ተላላኪዎች በአሰቃቂ ሁኔታ ድብደባ ተፈጽሞበት በታልሳስ 16 ፥ 2024 ዓ.ም በሆስፒታል ውስጥ ህይወቱ ማለፉን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።


እንደ ምንጮቻችን ገለጻ ከሆነ ሰውዬው ከማንኛውም ፖለቲካ የጸዳ ቢሆንም የስርአቱ ተላላኪዎች በኦሮሙማ ሰበብ ብቻ ጉዳት እንዳደረሱበት ገልጸዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በቡኖ በደሌ ዞን በዳቦ ሀና ወረዳ የአማራ ህዝብ ለፋኖ ድጋፍ ገንዘብ እያሰባሰቡ ነው።


ታህሳስ 19 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የአማራ ታጣቂዎች በኦሮሚያ ፋኖ የሚል ስም በመሰየም አንዳንድ ክፍሎች የሚኖሩ ልጆቻቸውን ከሁሉም የብልፅግና ቡድኖች ጋር በመሆን እስከ አፍንጫችው ድረስ ታጥቀው ታይቶ የማይታወቅ የጭካኔ ተግባር በቤታቸው በሰላም በሚኖሩት ሰዎች ላይ እየፈጸሙ ነው።

በዳቦ ሀና ወረዳ የDheedheessaa መንደር ነዋሪዎች ለብሄራዊ ኦሮሚያ ክልል መንግስት የአማራ ታጣቂዎች ሰላማዊ ሰዎች መስለው ወደ አማራ ተወላጆች ስፍራ ተደብቀው እየሄዱ ገንዘብ እየሰበሰቡ የጦር መሳሪያ እየገዙ መሆናቸውን ተናግረዋል።


በመንደሩ የሚገኙ አማሮች የኦሮሞን ህዝብ ለማፈናቀል ጥረት ሲያደርጉ ቆይተዋል። ሥሮቻቸውን ለማጠናከር ከእያንዳንዱ የአማራ ተወላጅ 500 ብር እያሰባሰቡ ነው ተብሏል።


ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ቅርብ የሆኑ ምንጮቻችን እንዳሉት ኃይሉ በየነ የተባለ ሰው የፋኖ ተልእኮ ወስዶ ታህሳስ 14 ቀን 2024 ዓ.ም ከአንጋር ጉቴ ከተማ ወደ ዳቦ ሀና አውራጃ ሄደው ገንዘብ መሰብሰባችውን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።


ከላይ የተጠቀሰው ሰው ከሳምንት በፊት ሙሉቀን ምትኩን ለመግደል ከፒፒ ጦር ጋር በመስማማት ከምሽቱ 4፡00 ሰአት ላይ እቤቱ ብሄዱም ሳይሳካላችው ቀርቶዋል።

Читать полностью…
Subscribe to a channel