Qarqara galaanaa Giriik irratti bidiruun walitti bu’uun yoo xiqqaate godaantonni saddeet bishaaniin liqimfaman
ONM-ABO Muddee 21,2024 Baqattoonni fi godaantonni saddeet qarqara galaanaa Giriik irraa bishaaniin liqimfamaniiru.
Doonii saffisaan kun doonii patrooliin Giriik irraa baqachuuf osoo yaaltuu naannoo odola Roodisitti garagaltee akka turte qondaaltonni Jimaata kaleessaa ibsuun namoonni 18 baraaramuu himaniiru. Ibsi eegdota qarqara galaanaa akka jedhutti konkolaachisaan bidiruu kana “to’annoo dhabee” imaltoonni hedduun galaana keessatti akka kufan taasiseera.
Doonii eegdota qarqara galaanaa helikooptarri humna qilleensaa Heeleenik irraa namoota lubbuun hafan barbaadaa osoo jiruu reeffa saddeet baasan. Namoonni meeqa doonii sana keessa akka turan ammallee ifa miti.
Aangawoonni Giriik akka jedhanitti, dooniin kun naannoo qarqara galaanaa Afanduu Biich, qarqara bahaa odola Giriik Roodisitti argamutti namoota buusuuf yaaltutti akka argan himaniiru.
Miidiyaan Giriik Katimerini akka gabaasetti bidiruun kun yeroo ari’anitti doonii eegdota qarqara galaanaa waliin walitti bu’uu ishee, konkolaachisaan bidiruu kanaa to’annoo jala ooluu ibseera.
Dhuma baatii Sadaasa keessa daa’imman umriin isaanii hin geenye 6 fi dubartoota lama dabalatee namoonni sagal naannoo odola Saamosii fi Leesboositti taateewwan adda addaa mudateen bidiruun lama erga liqimfamtee booda du’aniiru jechuun Aljeeriyaan gabaaseera.
Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Cawwaaqaa irraa ergamtoonni Bilxiginnaa "Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf odeessa laattu" jechuun bilbila hawaasaa guuraa jiraachuun ibsame
ONM-ABO Muddee 21,2024 Kutaalee Oromiyaa cufa keessaa ilmaan Oromoo tajaajila qunnamtii bilbilaa fi marsariitii hawaasaa fayyadaman hunda ofirraa sodaachuun maqaa adda addaan shakkee loltoota isaa bobbaasuun bakkeewwan adda addaatti sakattaasisaa jira. Murni garboomfataan impaayerattii dararaan hawaasa irra loltoota isaan gahu akka hin tamsaaneef bilbiloota sakatta'u kanas miidiyaalee quunnamtuu fi maqaa adda addaan maxxansitu jechuun irraa guuraa jira.
Aanaa Cawwaaqaa araddaa Daabanaa jedhamu irraa kaabineen PP maqaan isaa Eliyaas Jibiril jedhamu "Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf odeessa laattu" maqaa jedhuun Muddee 17,2024 halkan sa'atii 3:30 irraa eegaluun hanga gabaasni kun qindaa'etti bilbila hawaasaa funaanaa turuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.
"Aliyyii Dabalaa fi Musxafaa Bushraatti odeessa laattu, isaan immoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf kennu" jedhamuun kanneen shakkamanii hidhaman kan ammaaf maqaan nu ga'e:
- Mahaammad Huseenoo,
- Adamoo Yaasin,
- Murree Qassoo fi
- Baasixoo Hasan kanneen jedhaman yoo ta'an, dararaa fi dhiittaan mirga namoomaa qaamolee mootummaa garboomfataa impaayerattiin hawaasa nagaa irratti raawwatamu jabaatee itti fufee jiraachuunis ibsameera.
Sababa "miidiyaaleef odeessa laattu" jedhuun bilbilli jiraattotaa yeroo yeroon sakatta'amaa kan oolu ta'uu fi gocha qaamolee bilxiginnaaf jiraattonni aanichaa akka itti ba'anii galan dhabuun himamee jira.
Godina Baalee Bahaa magaalaa Gindhiir keessatti sarbamiinsi mirgoota namoomaa jabaachuu jiraattonni ONM'tti himan
ONM-ABO Muddee 21,2024 Doorsisaa fi hiraarfamni irratti jabaatee jiraachuu kan himan jiraattonni godina Baalee Bahaa magaalaa Gindhiir, tajaajila ibsaa dhabuun murni garboomfataan PP sa'a barbaadetti ibsaa tajaajila hawaasaaf oolu ni cufu, fedhanis kaffaltii guddaa nu gaafachuun nuuf deebisu jechuun dubbatu.
Haala kanaan jiraachuun ammoo rakkoo guddaa nutti ta'eeras kan jedhan uummanni midhaan daakkachuuf danqamuu, bishaan dhugaatii dhabuu fi yeroo ammaas bishaanni jaarkaniin tokko qarshii 30'maan bitamaa akka jirus himan.
Murni garboomfataan PP dirree diimokiraasii babal'isuu fi fakkeenya biyyoota guddatanii waliin wal bira qabanii yeroo itti impaayerattiin dhaadachaa jiru kanatti, hawaasni daranuu kan duraarra saamamuu, hidhamuu, ajjeefamuu fi tajaajilli hawaasummaa irraa cituun jabaatee jiraachuun qonnaan bultoonni godinichaas lafa heektara 1'tti kaffaltii gibiraa qarshii 2000 dirqamaan saamamaa jiraachuu ibsaniiru.
Kana malees maqaa kooridaar baadiyyaa, miidhagina daandii fi kanneen biroo itti dhawuun hawaasa oomisharra jiru misooma irratti hirmaannaa taasisaa hin jirtan jechuun qarshii 1000 tokko tokkoo jiraattotaa irraa saamaa jiraachuun beekameera.
Namoota qarshii kaffalan dhaban ammoo hidhaatti guuraa kan jiran ogguu ta'u, keessattuu ganda Dooyyoo jedhamuu namoota lama kan maqaan isaanii; Umar Sheek Abduruuf fi Quufaa Shamsii jedhaman qabanii hidhuun hiraarsaa jiraachuun addeeffameera.
WBO'n Zoonii Kaabaa godina Walloo aanaa Dawwee Harawaa keessatti diina adabe
ONM-ABO Muddee 20,2024 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii laalessaa diinaa fi lukkeelee diinaa irratti fudhatu Oromiyaa bakkoota adda addaatti cimsee itti fufeera.
Akkuma kanaanis har'a Muddee 20,2024 Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Dawwee Harawaa iddoo addaa Dudubee jedhamutti Cibraan Hasan Gulee ganama barii barraaqa sa'a 1:00 irraa eegaluun tarkaanfii waraana faashistii PP irratti fudhateen battalatti loltoota sirnichaa 3 ajjeesuun gariin madoon adabee jira.
Tarkaanfii warqiileen Zoonii Kaabaa Cibraan Hasan Gulee hattoota Koloneel Abiy Ahimed irratti fudhate kanaan loltoonni Bilxiginnaa baaraguun qe'ee hawaasaa keessa naanna'anii namoota nagaa reebuu, qabeenyaa jalaa saamuu fi qe'eerraa buqqisaa turuun barameera.
Dararaan bifa kamiituu murna bilxiginnaan uummata Oromoo irratti raawwatamu qabsoo Bilisummaa Oromoo taakkuu tokkoof of booda deebisuu hin danda'u.❗️
Sabnis WBO qofaani bilisa kan ba'u❗️
Injifannoon Uummata Oromoof ‼️
አይድክሜው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በአብይ አህመድ በተሰማሩት የብልፅግና ጦር ላይ የማያዳግም እርምጃ መውሰዱን ቀጥሎል።
ትህሳስ 20 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በምዕራብ ጉጂ ዞን ውስጥ ለዝርፊያ በተሰማሩት የፋሽስቱ ጦር ላይ ጥቃት በመሰንዘር ጠላትን በሞት እና በማቁሰል ቀጥቶዋል።
በዚህም መሰረት ታህሳስ 17 ፥ 2024 ዓ.ም በምዕራብ ጉጂ ዞን በቡሌ ሆራ ወረዳ በዲቢሰ ኦጎ መንደር በመግባት በጥይቶች መዕበል ጠላትን በማስከር እንዳልነበረ አርጎታል።
በዚህ ጥቃት ላይ 2 የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ 3 ቆስሎል። እናም 1 የኤኬም ክላሽ ከጠላት ጀርባ ላይ ፈቶዋል።
በመቀጠልም ጀግናው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በታህሳስ 18 ፥ 2024 ዓ.ም በቀርጫ ወረዳ በጎሮ ሜቲ ቀበሌ ውስጥ ሰርጎ በመግባት የጠላት ሀይላትን አናውጦታል።
በዚህ ጥቃት ላይ 3 የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ 2 ቆስሎል። እናም 3 የኤኬም ክላሽ ከጠላት ጀርባ ላይ ፈቶዋል።
በተመሳሳይ በቡሌ ሆራ ወረዳ በኦዳ መዳ ቀበሌ ውስጥ የነፃነት ሞተር የሆነው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በጠላት ሀይላት ላይ በወሰደው እርምጃ በጥይቶች ውርጅብኝ ጠላትን ከአፈር ቀላቅሎታል። በዚህ ጥቃት ላይ 3 የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ 1 የኤኬም ክላሽ ከጠላት ጀርባ ላይ በመፍታት ለኦሮሞ ህዝብ ትግል ገቢ አርጎዋል።
በፊንፊኔ በቡራዩ ክፍለ ከተማ በነዋሪዎች ላይ የሚደርሰው እቤት የማፍረስ ተግባር ቀጥሏል።
ታህሳስ 20 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በኢትዮጵያ ኢምፓየር የመኖር መብቱ እየተጣሰ የኦሮሞ ህዝብ በአባት አገሩ በኢምፔሪያል አቀንቃኞች እየተሰቃየ ነው።
የብአዴን የፋሽስቱ ካድሬዎችና ሰራዊት በከተማና በገጠር ሳይለይ በሁሉም የኦሮሞ ህዝብ ቤት እንዲሰፍሩ ተደርጓል።
በዚህም መሰረት በቡራዩ ከተማ ውስጥ በነዋሪዎችን ቤት በማፍረስ ባለ ሀብቶች በማለት ካቢኔዎቹን በማስፈር ኢንዱስትሪ ሰፈር በማለት ሽመልስ አብዲሳ ማስመረቁን ምንጮቻችን ገልጸዋል።
ነገር ግን ቤቶቹ እየፈረሱና በኪራይ የሚኖሩ ምስኪኖች ኮሪደር በሚል ስም በየመንገዱ ሱቆችን ጨምሮ ቤቶችን እያወደሙ ነው።
በከተማዋ የፀጉር አስተካካዮችን እየሰበሰቡ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ስምምነቱን ፈርሞ ወደ ከተማዋ እየገባ ነው በማለት ህዝቡን ለማሳሳት ድራማቸውን እየሰሩ መሆኑን ምንጮቻችን አክለው ገልጸዋል።
በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ቶሌ ወረዳ እስሩ ተጠናክሮ ቀጥሏል።
ታህሳስ 20 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
አሁንም ከኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ጋር ግንኙነት አላችሁ በሚል ስም የተጠረጠሩትን የታጋዮች ቤተሰቦችን እየዘረፉ፣ እያሰሩ እና እየገደሉ ይገኛሉ.
ታህሳስ 17፣ 2024 ዓ.ም ፖሊስ በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ቶሌ ወረዳ ከአርሙፉ ሶሊ መንደር
ግርማ ደቻሳ እና አልማዝ ሀይሉ ባል እና ሚስት ፥ ቀነኒ ሲማ ፥ ደንቦባ እና ቶለሳ ኡርጋ ተይዘው በቁጥጥር ስር መዋላችው ተገለፀ።
ነዋሪዎቹ ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ እንደገለፁት የፒፒ ፋሽስት ጦር ከኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ጋር ግንኙነት አላችሁ በሚል ስም ብዙ ሰዎችን እያሰሩ ፥ እየደበድቡ መሆኑን የባንቱ ከተማ ነዋሪዎች ገልፆዋል።
Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Muddee 20-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
በምስራቅ ሀረርጌ የአዳሬ ከተማ ነዋሪዎች ምርታቸውን በመንገድ ላይ እንዳይሸጡ መከልከላችው ተገለፀ።
ታህሳስ 20 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የንጉሠ ነገሥቱ አምባገነን አገዛዝ ሕዝቡ በምስራቅ ኦሮሚያ ዙሪያ ጫት እና ምርቶቹን በሙሉ እንዳይሸጥ በማድረግ ኢኮኖሚው እንዲጎዳ እያደረገ ነው።
በዚህም መሰረት በምስራቅ ሀረርጌ የአዳሬ ከተማ ነዋሪዎች ምርታቸውን በመንገድ ላይ እንዳይሸጡ በመደረጉ ለከፍተኛ ችግር እየዳረጋቸው መሆኑን ምንጮቻችን ገልጸዋል።
በከተማው መንገዶች ሁሉ እንደ ጫት፣ ብርቱካን፣ ሎሚ እና ሌሎችም ምርቶች የሚሸጥበት ቦታ ባለመኖሩ ቡናና ሻይ ቤቶች እየፈረሱ ነው።
በከተማዋ ያለው የብሄረሰብ ክፍፍልም ጠንከር ያለ ሲሆን በሺዎች እንኳን የማይቆጠሩ ቡድኖች በኦሮሚያ በብልፅግና አካላት ታግዘው የበላይነታቸውን ለማሳይት እያስቸገሩ መሆናቸውን ነዋሪዎች ለኦኤንኤም ተናግረዋል።
Finfinnee kutaa magaalaa Buraayyuu keessatti manneen jiraattotaa irratti diiguun cimee itti fufe
ONM-ABO Muddee 20,2024 Impaayera Itiyoophiyaa keessatti mirga lubbuun jiraachuu sarbamuun akka waan alaa dhufeetti biyya abbaa isaa irratti ilmaan habashootaan dararamaa kan jiru ummanni Oromoo yakka tokko malee lubbuuf qabeenya isaa goolessitoota murna Bilxiginnaan dhabaa jira.
Magaalaa fi baadiyyaa osoo hin jenne qe'ee uummata Oromoo mara keessatti kan bobbaafaman kaadiroonnii fi waraanni bilxiginnaa gochoota dabaa saba nagaa irratti hammeessuun jiraattotatti yaaddoo hamaa ta'ee jira.
Haaluma kanaan magaalaa Buraayyuu keessatti manneen jiraattotaa irratti diiguun abbootii qabeenyaa jechuun kaabinootuma isaa irratti ijaaree Induustir Safar jechuun Shiimallis Abdiisaa eebbisiisee jiraachuu maddeen eeran.
Haa ta'u malee waa'ee manni diigamee hiyyeessi mana kiraatti galuu osoo raajeffannuu amma immoo Kooriiderii jedhanii ammas cittoo irratti fanxoo akkuma jedhan kallattii hundumaan manni jireenyaa kan kaartaa qabus kan hin qabnes dukkaanota dabalatee diiganii balleessuun namni sochii danqamee dararamaa jiraachuu jiraattoonni magaalichaa ONM dubbise ifoomsaniiru.
Kana malees magaalicha keessatti namoota rifeensa guddifatan walitti qabuun Waraanni Bilisummaa Oromoo walii galtee mallatteessee galaa jira jechuun uummata burjaajessuuf diraamaa isaanii hojjechaa akka jiranis maddeen dabaluun ONM'tti himan.
Godina Walloo Aanaa Baatee keessatti bulchitoonni sirnichaa tokko tokkoo gandootaa irraa namoota 70, leenjiif fidaa jechuun jiraattota doorsisuu hammeessan
ONM-ABO Muddee 20,2024 Lukkeeleen Bilxiginnaa gam-tokkoon sabboontota ilmaan Oromoo maqaalee adda addaa isaan hin qabne itti maxxansuun ajjeesaa, hidhaa fi qe'ee irraa buqqisaa osoo jiranii, kallattii biraan ammoo fedhii isaanii malee dirqiin butuun Impaayera Itiyoophiyaa akka utubaniif dirree waraanaatti guuruun qoraan ibiddaaf qophaa'e gochaa jiru.
Bu'uuruma kanaan, Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Baatee keessatti caasaaleen Bilxiginnaa Muddee 17,2024 as bifa adda ta'een bulchitoota sirnichaa gandoota garaa garaa keessa jiranitti qajeelfama kennuun ganda tokko irraa namoota 70, leenjii milishaa fi waraanummaaf qabdanii fiduu qabdu ittiin jechuun, bulchitoonni bilxiginnaa kunneenis qe'ee hawaasaa keessa deemanii namoota dirqiin ukkaamsanii dirree waraanaatti guuraa jiraachuu jiraattotni aanaa Baatee gandoota adda addaa irraa ONM dubbise ifoomsaniiru.
Akka jiraattotni kun dabaluun dubbatanitti, bulchitoonni sirnichaa kun gandoota irra deemanii namoota ukkaamsuun mooraa leenjiitti fe'aa waan jiraniif abbootiin warraa hedduun maatii isaanii qabachuun ooyiruu qarqaratti galanii jiraachuu fi dargaggoonni danuunis nuti Itiyoophiyaaf hin duullu, osoo dhumaatii ilmaan Oromoo yeroo TPLF Abiyyiin loltuu sana arginee jirruu jechuun biyyaa ba'aa akka jiran barameera.
ታህሳስ 20-2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
ONM-ABO Muddee 20,2024
Godina Lixa Shaggar aanaa Meettaa Roobii bakka adda Hara'a Surree jedhamutti gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Zoonii Giddu Galeessaa Birgeedii Tufaa Munaa fi Birgeedii Magarsaa Barii waliin ta'uun tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhataniin loltoota 15 irraa ajjeesanii 12 madeessuun injifannoo boonsaa galmeessanii jiru.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
Gareen badiif of ijaare Finxaaleeyyiin Amaaraa Faannoon Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti miidhaa qaqqabsiisan jabeessanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 21,2024 Finxaaleeyyiin Amaaraa maqaa "Faannoo" jedhu moggaafachuun ilmaan isaanii kutaalee Oromiyaa keessa jiraatanii fi murnoota bilxiginnaa hunda firoomfachuun hanga funyaaniitti hidhatanii uummata meesha maleessa nagaan qe'ee isaanii irra jiraatan irratti gochoota gara jabinaa tilmaama hin qabne raawwachaa jiru.
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Abee Dongorootti finxaaleeyyiin Amaaraa maqaa Faannoo jedhuun of waaman qonnaan bultoota Oromoo haala suukkaneessaa ta'een ajjeesanii gatuu, saamuu fi madeessuu jiraattonni Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Ganda Tulluu Mootii bakka addaa Laga Cawoo jedhamu keessaa finxaaleeyyiin Amaaraa gara jabina hamaan Muddee 13,2024 qotee bulaa Oromoo maqaan isaa Obbo Abdiisaa Nagawoo jedhamu rasaasa itti roobsuun qabeenya inni qabu hunda saamuu jiraattonni gandichaa himan.
Akka jiraattonni gandichaa himanitti, yakkoonni gara jabinaa guddaan finxaaleeyyii Amaaraan aanichatti raawwatamu cimee itti fufee kan jiru ta'uu himuun, Obbo Abdiisaan horii bishaan obaasuuf kan manaa ba'ee fi gara jabeeyyiin finxaaleeyyii Amaaraa erga ajjeesanii booda horii isaa: saawwan 21, re'oota 9, harroota 2, gaangee 1 fi qabeenya hunda fudhatanii jiraachuu dubbatu.
Lixa Wallaggaa Aanaalee Aayiraa fi Gullisootti hidhaa fi saamichi waraana maafi'aa PP'n jabaachuun dhaga'ame
ONM-ABO Muddee 21,2024 Godinaalee Lixa Wallaggaa aanaalee garaa garaatti hidhamuu, saamamuu fi ajjeefamuun cimee itti fufuun qonnaan bultoonni hirmaannaa siyaasaa irraa qooda hin fudhanne, rasaasa garboomfataa PP'n waadamuun dhiigni isaanii dhangala'uu fi qabeenyi isaanii manca'uun jabaateera.
Aanaa Aayiraa waajjiraa Poolisii aanichaatti hawwan hedduu, dargaggoota, shamarranii fi maanguddoonni waraana faashistii PP'n ukkaamfamuun baatiiwwan dheeraaf gaaffiilee seeraa tokko malee hidhamuun dararamuu fi gariin ammoo dhoksaan mana hidha irraa baafamuun ajjeefamaa akka jiran maddeen keenya onicha irraa Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Waraanni faashistii PP gandoota baadiyyaa keessattis maqaa sakattaa WBO'n bobba'an hawwan dirqiin gudeeduu fi saamichas jabeessuu dabaluun eeraniiru.
Kana malees Lixuma Wallaggaa aanaa Gullisoo ganda Haroo Baataa jedhamuu torbee darbe waraanni sirna moofaa Bilxiginnaa aangoo isaanii dahoo godhachuun horii 5 ooffatanii gara bulchiinsa magaalaa Gullisootti akka geeffatan ibsameera.
Oduu Ganama ONM-ABO Muddee 21-2024 itti dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Qophii Addaa ONM- ABO Muddee 21 -2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Qophii Walaloo ONM-ABO Muddee 20-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
የሶሪያ አማፂያን መሪ ፀጉሯን ካልሸፈነች ሴት ጋር ፎቶ አልነሳም ማለታቸው አወዛገበ።
ታህሳስ 20፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የሶሪያ አማፂያን መሪ አሕመድ አል-ሻራ ፀጉሯን ካልሸፈነች ሴት ጋር ፎቶ አልነሳም የሚል ምልክት ማሳየቱ አወዛጋቢ ሆኗል።
አል-ሻራ ባለፈው ሳምንት ከአንዲት ወጣት ሴት ጋር ፎቶ ከመነሳቱ በፊት ፀጉሯን እንድትሸፍን ሲጠቁም የሚያሳይ ቪድዮ በማኅበራዊ ሚድያ ተሰራጭቷል።
የማኅበራዊ ሚድያ ተጠቃሚዎች በሁለት ጎራ ተከፍለው ሲወዛገቡ ተስተውለዋል።
ሊበራሎች እና ወግ አጥባቂዎች የአል-ሻራን ድርጊት ተከትሎ ሶሪያ ወደፊት ምን አይነት አቅጣጫ ልትከተል ትችላለች የሚል ክርክር አንስተዋል።
የሱኒ ኢስላማዊው ሀያት ታሕሪር አል-ሻም (ኤችቲኤስ) ቡድን መሪ ይህን ማድረጉ ወደፊት ኢስላማዊ ሥርዓት ተግባራዊ እንዲደረግ ሊያስገድድ ይችላል ሲሉ ሊበራሎች ወቅሰዋል።
ወግ አጥባቂዎች ደግሞ መጀመሪያውን ከሴት ጋር ፎቶ መነሳት አልነበረበትም ሲሉ አል-ሻራን ተችተዋል።
"እኔ አላስገደድኳትም። ነገር ግን ይህ ግላዊ ነፃነቴ ነው። ፎቶ ስነሳ እኔ በምፈልገው መንገድ መሆን አለበት" ሲል ከቢቢሲው ዠረሚ ቦዌን ጋር ባደረገው ቃለ-ምልልስ ተናግሯል።
ሊያ ኼራላሕ የተባለችው ቪድዮው ላይ የምትታየው ሴት ፀጉሯን እንድትሸፍን በመጠየቋ ቅር እንዳልተሰኘች ትናገራለች።
እሷ እንደምትለው አል-ሻራ "ትሁት እና አባታዊ በሆነ መንገድ ነው" የጠየቃት፤ አልፎም መሪው "ራሱን እንዴት ማቅረብ እንዳለበት የመወሰን መብት አለው።"
ነገር ግን ሁኔታው በኃይማኖታዊ ጉዳይ እጅግ የተከፋፈለችውን ሶሪያ ማስተዳደር ወደፊት ለሚመጡ መሪዎች እጅግ ከባድ ሊሆን እንደሚችል ያሳየ ነው።
ከሶሪያ ሕዝብ አብዛኛው የሱኒ ሙስሊሞች ናቸው። የተቀሩት ደግሞ ክርስቲያኖች፣ አላዋይት እና ኢስማይሊ ናቸው።
የቀድሞው የሶሪያ ፕሬዝደንት ባሽር አል-አሳድን ከሚቃወሙ ሰዎች መካከል ግማሹ ኃይማኖታዊ ያልሆነ ዲሞክራሲያዊ መንግሥት እንዲቋቋም የሚፈልጉ ሲሆን ግማሹ ደግሞ ሀገሪቱ በኢስላማዊ መንገድ እንድትመራ ይሻሉ።
ኤችቲኤስ የተባለው ቡድን በቀደመው ጊዜ ከአል-ቃኢዳ ጋር ግንኙነት የነበረው ሲሆን በአውሮፓውያኑ 2017 ኢድሊብን ሲቆጣጠር ጠንከር ያለ የሥነ-ምግባር እና የአለባበስ ሕግ አውጥቶ ነበር።
ነገር ግን በተለይ በቅርብ ዓመታት ከሕዝቡ የሚቀርበውን ትችት ተከትሎ እኒህ ሕግጋት እየላሉ መጥተዋል።
በትግል ስሙ አቡ ሞሐመድ አል-ጆላኒ እየተባለ ይጠራ የነበረው አል-ሻራ ባለፈው ሳምንት ደማስቆ አካባቢ ሲዘዋወር ነው ሊያን ያገኛት።
ፎቶ ከመነሳታቸው በፊት ፀጉሯን እንድትሸፍን የሚጠቁም ምልክት ሲያሳያት እሷምት ስትስማማ ይታያል። ቀጥላ የለበሰችው ሹራብን ቆብ አጥልቃ ፎቶ ትነሳለች።
ይህ በማኅበራዊ ሚድያ የተሰራጨው ቪድዮ እና ፎቶ ብዙ ውዝግብ ፈጥሯል።
ወግ አጥባቂ ያልሆኑ ሊበራሎች የአል-ሻራ አገዛዝ ወደፊት ሴቶች ሂጃብ አሊያም ፀጉር የሚሸፍን ስካርፍ እንዲያደደርጉ ሊያስገድድ ይችላል የሚል ትችት ያሰማሉ።
የፍራንስ24 የአረብኛ ጣቢያ ጉዳዩን በተለመከተ ባዘጋጀው ውይይት ላይ "ሶሪያ ወደ ኢስላሚክ አገዛዝ እያመራች ነው ወይ?" ሲል ጠይቋል።
አንድ ሶሪያዊ ጋዜጠኛ "አንድ አምባገነን አባረን ሌላ አምባገነን አመጣን" ሲል ተሰምቷል።
ወግ አጥባቂዎች ደግሞ በቴሌግራም እና በሌሎች ማኅበራዊ ሚድያዎች አል-ሻራ ከአንዲት ሴት አጠገብ ቆሞ ፎቶ ለመነሳት ፈቃደኛ መሆን አልነበረትም ሲሉ ተችተዋል።
በምስራቅ ወለጋ ዞን ጉቱ ጊዳ ወረዳ የአገዛዙ ወታደሮች ሰላማዊ ዜጎችን ማሰሩን አጠናክረው ቀጥለዋል።
ታህሳስ 20 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በስልጣን ላይ ለመቆየት እየሞከረ ያለው አንጃ፣ ስነ ምግባር የጎደላቸው ወታደሮቹን በመላው ኦሮሚያ በማሰማራት ሰላማዊ ማህበረሰብን በተለያየ ስም እያሰቃየ ይገኛል።
በታህሳስ 17፣ 2024 ዓ.ም የፒፒ የማፊያ ወታደሮች በGutoo Giddaa ወረዳ Jireenyaa መንደር በርካታ ሰዎች በቁጥጥር ስር ወሎዋል።
የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል:-
- ለሊሳ ሙላቱ
- ሰንባቶ ተሰማ ፣
- ቹቻ ቤኩማ
- ደስታ ያደሳ
- አባነ ኢንኮስ እና
- ኩመሺ ሰንበቶ ከመኖሪያ ቤታቸው ያለምንም ጥፋት ተይዘው እየተሰቃዩ እንደሆነ ምንጮቻችን ለኦኤንኤም ተናግረዋል።
እንደ ምንጮቻችን ገለፃ እነዚህ ሰዎች ከማንኛውም ፖለቲካ የፀዱ ሲሆኑ የብልፅግና የሰው በላ አገዛዝ ተላላኪዎች ደግሞ በኦሮሞ ብሄር ተወላጆች ላይ ኦሮሙማን ብቻ በመክሰስ የተለያዩ ኢሰብአዊ ድርጊቶችን እየፈጸሙ ነው።
በኢሉአባ ቦራ ዞን በዳሪሙ ወረዳ የብልፅግና አንጃ ከባድ ዘረፋ እየፈፀመ ይገኛል።
ታህሳስ 20 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ኮሎኔል አብይ አህመድ ወኪሎቻቸውን ከላይ እስከታች አሰልፍለው ስለ ሰላም በቃልም ሆነ በግልፅ እየሰበኩ በተቃራኒው ግን አምባገነኑ ፒ.ፒ. አስከፊ ባህሪውን እያሳየ ነው።
ካለፈው ሳምንት ጀምሮ በሁሉም የዳሪሙ ወረዳዎች የአገዛዙ ወታደሮች የሚሊሻ ዩኒፎርም፣ የአገዛዙ ጋሻ፣ የመንደር ጽሕፈት ቤት ግንባታ እና ሌሎችም በርካታ ምክንያቶች በመደርደር ገንዘብ እየዘረፉ ይገኛል። የኑሮ ውድነት ከከበደው ህብረተሰብ ከእያንዳንዱ ስር 2000 ብር እና ከፍ ያለ ደረጃ ላይ ካሉትሕደግሞ ከ3000 ብር እስከ 5000 ብር በግዳጅ እያሰባሰቡ እንደሆነ እናከ80 እስከ 150 ኩምታል ቦቆሎም መዝረፋችውን ምንጮቻችን አክለዋል።
ቀደም ሲል በሁሉም የወረዳው መንደሮች በተለያዩ ክፍያዎች ስም እየዘረፉ እንደነበርና በአሁኑ ወቅትም በተመሳሳይ ሁኔታ እየቀጠሉ ሲሆን ገንዘቡን ለመክፈል ፍቃደኛ ያልሆኑትም እየተደበደቡና እያታሰሩ መሆኑንም አክልው ገልፀዋል።
በሰሜን ሸገር ዞን ኩዩ ወረዳ የአገዛዙ እረኞች የህዝብ መኖሪያ ቤቶችን አቃጥለው ነዋሪዎችን ዘርፈዋል።
ታህሳስ 20 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የኢትዮጵያ ኢምፓየር ፋሽስት ኮሎኔል አብይ አህመድ ሰራዊቱን ምንም አይነት ወታደራዊ ስነ-ምግባር ወደሌለው ህዝብ በማሰማራት በኦሮሞ ህዝብ ላይ የሰብአዊ መብት ጥሰት እየፈጸመ ነው።
የኦሮሞ ህዝብ በየቤቱ የመኖር መብቱ እየተነፈገ በየዕለቱ ደም እያፈሰሰ፣ እየዘረፈ እና እየተቃጠለ ነው።
በዚህም መሰረት በሰሜን ሽገር ዞን ኩዩ ወረዳ የዳሮ ሊባኖስ መንደር የነዋሪዎች ቤት በብዛት መቃጠላቸውን ምንጮቻችን ለኦኤንኤም ተናግረዋል።
ቤቶቻቸው ከተቃጠሉት መካከል ከቶልቻ ነጋሳ 1 ቤት ከነሙሉ ንብረት፣ ከሙሉ ነጋሳ ሙሉ ንብረት ፣ከተመስጌን አየለ ከነሙሉ ንብረቱ፣ ከአበራ ሮባ 2 ቤት ከነ ሙሉ ንብረት ፣ ከባዩ አበበ ስር 3 የቀንድ ከብቶች ፥እና ከአያና ምትኩ ስር 1 የቀንድ ከብት አርደው መመገባችው ሲነገር ፥ ከደበሌ ሞቲ ስር 5 ፍየሎች ፥ ፤ ከሽብሩ አየለ ስር 29 የቀንድ ከብቶች , ከሙሉ ነጋሳ ስር 14 የቀንድ ከብቶች ፥ ከደበሌ ነጋሳ ስር 4 ፍየሎች መዝረፋችውን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
የብልፅግና ጦር በምስራቅ አርሲ ዞን በሙኔሳ እና በሲርካ ወረዳዎች በሰላማዊ ዜጎች ላይ የሚያደርሰውን ስቃይ አጠናክሮ ቀጥሏል።
ታህሳስ 20 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
አምባገነኑ ንፁሀን ዜጎችን እያሰረ፣ እየገደለ፣ ቤትና ንብረት እያወደመ የኦሮሞ ህዝብን ክብርና ባህል እየነጠቀ እያሰረ ንብረቱን እየዘረፈ ነው ሲሉ ነዋሪዎች ተናገሩ።
ታህሳስ 17 ቀን 2024 ዓ.ም ምሽት በሙኔሳ ወረዳ ከጉጂቻ መንደር ከቀኑ 5፡40 ላይ ሰራዊቱ የበርካታ ሰዎችን ቤት ሰብሮ መግባቱ ተገለፀ።
የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል:-
1 ካሊል ጂሎ
2 ሙዲን ጂሎ
3 ከድር ጂሎ
4 አቶ ጂሎ ገልገሉ እና
5 አቶ ገዳ ኮጂ እንደሆኑ ተገልፆዋል።
እናም በሂባን ላቂቻ መንደር ብዙ ሰዎችን ደበደቡ እና አቁስለዋል። ከእነዚህም መካከል:-
1 ሹፌር አቶ ሁሴን Badhaasoo.
2 ሁሴን Badhaasoo
3 ወዬሶ ጃርሶ እና
4 ተሹ የተባሉትን ክፉኝ ድብደባ ከፈፀሙባችው ብኋላ ህክምና እንዳያገኙ በመከልከል በመኖሪያ ቤታቸው በከባድ ጉዳት ላይ እንደሚገኙ ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
በተመሳሳይ በሲርካ አውራጃ በገለቤ አመጃ መንደር በታህሳስ 14 ቀን 2024 ዓ.ም ፒ.ፒ. ወታደሮችን በማሰማራት በህዝቡ ላይ በመደቀን የተወሰኑ የቀንድ ከብቶቻችውን አርዶ ሌሎችንም ወደ ከተማ አስተዳደር መውሰዳችው ተገልፆዋል። የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት ሰዎች መካከል አደም ካቢር መሀመድ እና ሱራ ሁሴን እንደሚገኙበት ተገልፆዋል።
Godina Baha Shaggar Aanaa Dugdaa keessatti jaleewwan Bilxiginnaa jiraattota leenjii waraanaatti guuruu, reebuu fi saamuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 20,2024 Dhumni bara aangoo isaa kan mootummaa Dargiin kan walfakkaatu Bilxiginnaan, tibba kana loltoonni isaa akkuma guutuu Oromiyaatti hawaasa nagaa leenjii waraanaatti guuruu, reebuu, saamuu fi dararaa garaa garaa raawwachaa jiru.
Aanaa Dugdaa ganda Guusaa Dongorootaa jedhamu keessaa Muddee 17,2024 namoota maqaan isaanii:
- Obbo Yaamii Miidhagsoo,
- Obbo Dambal Bobbaa,
- Obbo Battee Miidhagsoo,
- Obbo Daadhii Guutamaa,
- Obbo Dagaagaa Jiloo maanguddoo ganna 80 olii kan ta'anii fi kanneen biroo hedduu ta'an loltoonni sirnichaa maqaa "gaachana sirnaa leenjitu" jedhuun badii tokko malee reebicha hamaa irraan gahuun gara leenjii waraanaatti geessanii jiraachuu maddeen ONM'tti himan.
Jiraattota leenjii waraanaaf ukkaamsuun jabaatee ittuma fufuun, aanichuma ganda Birbirsa Guddaa Saabolee keessaas guyyaadhuma kana namoota maqaan isaanii:
- Obbo Lammii Abarraa,
- Obbo Roobaa Goobanaa,
- Obbo Wayyatoo Araarsoo fi kanneen biroo hedduu ta'anis leenjii waraanaaf ukkaamfamanii jiraachuu maddeen himan.
Namoonni leenjii waraanaaf ukkaamfamaa jiran kunneen hundi isaanii maanguddoota diina jalaa dheessanii ba'uu hin dandeenye ta'uun himamee jira.
Kana malees aanicha keessatti sababa tokko malee oomisha dabalatee jiraattota saamaa kan jiranii fi dhiittaa fi sarbamiinsi mirgoota namoomaas daran hammaachuun, hawaasni ba'ee galuuf iyyuu yaaddoo hamaa keessa kan jiru ta'uu itti dabaluun ibsaniiru.
Kibba Lixa Shaggar Aanaalee hedduu keessatti murnoota PP'n jiraattota irratti saamichaa fi qabanii leenjiitti guuruun cimee itti fufe
ONM-ABO Muddee 20,2024 Jiruu fi jireenya uummataa balleessuun of ijaaruutti kan jiran tiksitoonni impaayerattii Oromiyaa goleewwan hedduu keessatti Uummanni ba'ee hojjetatee galuuf murna Bilxiginnaan wabii dhabaa jiraachuun barameera.
Maqaalee garaa garaa itti maxxansuun hidhuu, saamuu fi ajjeesuu kan adeeffate murni Bilxiginnaa ammas kan yeroo kamiyyuu caalaatti afaan qawween doorsisee saamuu irra darbee maqaa gibiraan saamicha daangaa darbe geggeessaa jira.
Kibba Lixa Shaggar aanaa Walisoo keessatti nama tokko irraa qarshii 15,000 fuunanuun kan hin qabnu jedhan immoo hidhaatti darbachaa jiru.
Keessumaa godinichuma aanaa Wancii gandoota akka, Dhaadhee fi Waandiimtuu keessatti torbanoota lamaaf namoota humnaan leenjii milishummaatti kan guuran oggaa ta'u, sababa kanaaf uummanni mana baqatee bakkeetti rakkachaa jiraachuu maddeen dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeraniiru.
Oduu Galgala ONM-ABO Muddee 20-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Qophii Haaromsaa WBO Zoonii Lixaa ONM-ABO Muddee 20-2024 itti dhiyaadhaa!
Haaromsaa WBO Zoonii Lixaa Odaa Kaarraa Haala Yeroo Irratti
''WBOn Waamichaan Ba'ee Waamichaan Galu Hin Jiru Kaayyootu Baase Bilisummaatu Galcha" Jaal Gamtaa
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Oromo Liberation Army has conducted operations in the Eastern Arsi zone Sirka district inflicting casualties on enemy forces.
ONM-ABO December 20, 2024, the heroic Oromo Liberation Army, the Nadhi Gamada Brigade, has taken decisive action against enemy forces deployed on reconnaissance missions and engaged in terrorizing civilians in the region.
On December 18, 2024, in the district of Sirka, a town called Soji Sade OLA, it took punitive measures against enemy forces while they actively engaged in criminal activities against the civilians. In this engagement, OLA has neutralized 7 enemy combatants while 5 others sustained injuries.
The remaining soldiers were retreated in disarray into towns where they were attacked and killed two innocent civilians for revenge. They have also looted several private properties and finally headed toward a town called Mayibsa Gado.
In a separate news, in the Eastern Shagar zone, the regime forces have brutally killed two head of families and dumped their bodies in the forest.
The criminal forces of the Ethiopian regime that for a long time have engaged in committing atrocities against innocent Oromo civilians across Oromia have continued their terror activities unabated.
On November 16, 2024, in the district of Dugda in a town called Baqale Girisa, the regime forces have gunned down two innocent civilians whose names are Ararso Salbana and Benya Fole without any apparent wrongdoing. After killing the two men, the Ethiopian regime forces have prevented the families from collecting the dead bodies of the two men, leaving it for wild animals to devour it.
According to the locals, the two men were innocent, hard-working individuals who were totally focused on taking care of their families and had no political affiliations with any groups. The Ethiopian regime forces have falsely accused them of providing food for the Oromo Liberation Army, army which is simply a pretext to commit extrajudicial killings.