Baha Oromiyaa Godina Lixa Harargee keessatti murni faashistii PP namoota dhuunfaa hojii idilee isaanii irraa qabanii hidhanii turan yakka shororkeessummaan himachuun murtee dabaa irratti dabarse
ONM-ABO Muddee 22,2024 Lixa Harargee fi naannawaa ishee keessatti yakka shororkeessummaa raawwataniiru jechuun murni abbaa irree Bilxiginnaa ilmaan Oromoo miseensota ABO fi KFO ta'an namoota 27 irratti hidhaa cimaa waggaa 1 fi ji'a ja'aa hanga waggaa 23'tti itti murteessee jira.
Namootni hidhaan dabaa mana murtii abbaa irree PP'n itti murteeffames muraasni maqaan isaanii:
1. Himatamaan 1'ffaa Ahmed Mohaammed Godaa hidhaa cimaa waggaa 23
2. Himatamaan 4'ffaa Abdu Kaarim Ibraahim Andris hidhaa cimaa waggaa 13,
3. Himatamaa 5'ffaa Alii Kaasaa Abdellaa irratti adabbiin hidhaa cimaa waggaa 15,
4. Himatamaan 7'ffaa Caalaa Huseen Asaboot hidhaa cimaa waggaa 11,
5. Himatamaan 8'ffaa Abdii Muhammad Alii hidhaa cimaa waggaa 13 ,
6. Himatamaan 11'ffaa Mohaammad Kuramaa Ibraahim hidhaa cimaa waggaa 13,
7. Himatamaan 12'ffaa Mohaammad Abdullaah Sheekaa hidhaa waggaa 16 fi ji’a 6,
8. Himatamaa 14'ffaa Nureddiin Shemsheddiin Mohammed hidhaa cimaa waggaa 13,
9. Himatamaan 17'ffaa Alii Jamaa Huseen hidhaa cimaa waggaa 13,
10. Himatamaan 18'ffaa Guutoo Naasir Ahmad hidhaa waggaa 14,
11. Himatamaa 19'ffaa Abdul Qaadir Adam Abdul Qadir hidhaa cimaa waggaa 15
12. Himatamaan 24'ffaa Mesruu Abdellaa Amede hidhaa cimaa waggaa 13,
13. Himatamaan 28'ffaa Osaamaa Abbaa Hassanoo hidhaa waggaa 14,
14. Himatamaan 29'ffaa Saadiq Ammayyuu Muusaa hidhaa cimaa waggaa 13,
15. Himatamaan 30'ffaa Alii Ibraahim Abdallaah hidhaa cimaa waggaa 13,
16. Himatamaan 31'ffaa Abdii Hasan Alii hidhaa waggaa 1 fi ji’a 4,
17. Himatamaan 35'ffaa Hakeem Mohammad Amee hidhaa waggaa 9
18. Himatamaan 36'ffaa Ahmednejib Abdujabbaar Dade hidhaan waggaa 2 itti murtaa’uun manneen hidhaatti dharaan hiraarfamaa jiraachuun ibsameera.
Oduu Ganama ONM-ABO Muddee 22-2024 itti dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Abdii fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Madda Albuudaa Cibraa Soddom Booroo Godina Boorana Bahaa Aanaa Liiban keesatti tarkaanfi laalessa diina irratti fudhatee jira.
ONM-ABO Muddee 21,2024
Muddee 19/2024 gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Zoonii Madda Albuudaa godina Boorana Bahaa Aanaa Liiban ganda Algee Qarsaa ardaa Dhaddacha Goolaatti waraana faashistii Bilxiginnaa kan maqaa sakatta'iinsa jedhuun bobbaatee qabeenya uummata Oromoo barbadeessaa turte irratti tarkaanfii laalessa fudhachuun 5 ajjeesee 4 madeessee jira.
Ittuma fufuun Muddee 20/2024 arduma Dhaddacha Goolaatti weerartuu PP tumuun 8 oli ajjeesee 10 oli madeessuun of duuba deebiseera.
Erga tarkaanfiin WBO kun irratti taasifameen boodas ofuma isheetii wal rifachuun bakka lamatti baate wal hadhaa kan turte yoo ta’u lola walirratti taasifte kanaan 14 oli walirra ajjeesuun 20 oli walirra madeessitee hanga wal booji'uutti kan wal rukutte fi miidhama guddaa kan walirra geessifte tahuun himameera.
Tarkaanfii WBOn fudhatu jabaatee itti fufa
Bilisummaan dhiigaan ni dhufa
#Injifannoon Uummata Oromoof!
ማሌዥያ ከ10 ዓመት በፊት ደብዛው የጠፋባትን የመንገደኞች አውሮፕላን እንደ አዲስ ልትፈልግ ነው።
ታህሳስ 21 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በአቪዬሽን ኢንዱስትሪው ሚስጥራዊ በተባለ ሁኔታ ከአስር ዓመት በፊት ደብዛው የጠፋውን የመንገደኞች አውሮፕላን ፍለጋ እንደገና ለማስጀመር መስማማቱን የማሌዥያ መንግሥት አስታወቀ።
ንብረትነቱ የማሌዥያ አየር መንገድ የሆነው የበረራ ቁጥር ኤምኤች370፣ 239 ሰዎችን አሳፍሮ በአውሮፓውያኑ መጋቢት 2014 ከኩዋላላምፑር ወደ ቤጂንግ ሲጓዝ ነው ደብዛው የጠፋው።
ድንገት የገባበት ያልታወቀው ቦይንግ 777 አውሮፕላን ስብርባሪዎችን ለማግኘት ለዓመታት የተደረገው ውጤት አልተሳካም።
መጨረሻቸውን ያላወቁ በመቶዎች የሚቆጠሩ ቤተሰቦች እርማቸውን ማውጣት ሳይችሉ በሰቀቀን እና በመከራ ኑሯቸውን ቀጥለዋል።
አርብ ዕለት የማሌዥያ ትራንስፖርት ሚኒስትር አንቶኒ ሎክ አውሮፕላኑን ለመፈለግ መቀመጫውን አሜሪካ ካደረገው ኦሺን ኢንፊኒቲ ከተሰኘ የባህር አሳሽ ድርጅት ጋር የ70 ሚሊዮን ዶላር ስምምነት በመርህ ደረጃ ምክር ቤቱ አጽድቋል ብለዋል።
ክፍያው ቅድመ ሁኔታ እንዳለው የተናገሩት ሚኒስትሩ ክፍያው የሚፈጸመው ድርጅቱ የአውሮፕላኑን ስብርባሪ ማግኘት ከቻለ ብቻ ነው ብለዋል። በዚህም "ካልተገኘ ክፍያ የለም" ሲሉ አጽንኦት ሰጥተዋል።
ይሄው ኦሺን ኢንፊኒቲ የተሰኘው ድርጅት በአውሮፓውያኑ 2018 በተመሳሳይ ስምምነት ፍለጋ ቢያደርግም ከሶስት ወራት በኋላ ሳይሳካ ቀርቷል።
ከዚያ ቀደምም 150 ሚሊዮን ዶላር የፈጀ ሰፋፊ ውሃዎች ላይ አሰሳ የሚያደርግ ሁለገብ ጥረት ለሁለት ዓመት ያህል ተካሂዶ በአውሮፓውያኑ 2017 ተጠናቋል።
የማሌዥያ መንግሥት የኦሺን ኢንፊኒቲ ስምምነትን በመርህ ደረጃ ቢቀበልም ሚኒስትሩ በተወሰኑ የስምምነቱ ውሎች ላይ ድርድር አሁንም እንደቀጠለ እና በመጪው የአውሮፓውያኑ ዓመት መጀመሪያ ላይ ይጠናቀቃል ብለዋል።
አዲሱ ፍለጋ በደቡባዊ ህንድ ውቅያኖስ ላይ 15 ሺህ ካሬ ኪሎሜትርን የሚሸፍን ይሆናል።
"የአሁኑ ዙር ፍለጋ አዎንታዊ ውጤት እንደሚኖረው ተስፋ እናደርጋለን" ያሉት ሚኒስትሩ የአውሮፕላኑ ስብርባሪዎች መገኘት ቤተሰቦቻቸውን እየፈለጉ ላሉ እርማቸውን እንዲያወጡ ያደርጋቸዋል ብለዋል።
የበረራ ቁጥር ኤምኤች370 መነሻውን ከማሌዥያ መዲና ኩዋላላምፑር አድርጎ የካቲት 29/ 2006 ዓ.ም ተነሳ።
አውሮፕላኑ ወደ ቻይና ቤጂንግ ለማቅናት በተነሳ ከአንድ ሰዓት ባነሰ ወቅት ከአየር ትራፊክ ቁጥጥር ጋር ያለው ግንኙነት ተቋረጠ። አውሮፕላኑ ከታቀደለት የበረራ መንገድ ማፈንገጡን የራዳር መረጃዎች አሳይተዋል።
መርማሪዎች አውሮፕላኑ በደቡባዊ ህንድ ውቅያኖስ ተከስክሶ እንደሆነ ይስማማሉ፤ ለምን ተከሰከሰሰ ለሚለው ግን ምላሽ የለም።
የአውሮፕላኑ እንደሆኑ የሚታመኑ ስብርባሪዎች ደብዛው ከጠፋ ከዓመታት በኋላ በህንድ ውቅያኖስ ዳርቻ ተጠርጎ ተገኝቷል።
አውሮፕላኑ በውጭ ጦር ተመትቷል፣ ራሱ ፓይለቱ ነው የከሰከሰው የሚሉ እና በርካታ የሴራ መላምቶች በአውሮፕላኑ መጥፋት ዙሪያ ተሰምተዋል።
በአውሮፕላኑ ደብዛ መጥፋት ዙሪያ በአውሮፓውያኑ 2018 የተደረገ ምርመራ እንዳረጋገጠው የአውሮፕላኑ መቆጣጠሪያዎች ሆን ተብሎ የጉዞውን አቅጣጫውን እንዲስት ተደርገዋል ቢባልም ከጀርባው ማን እንዳለ ድምዳሜ ላይ አልተደረሰም። መርማሪዎች በወቅቱ እንደተናገሩት ምላሹ ሊገኝ የሚችለው ስብርባሪው ከተገኘ ብቻ ነው ብለዋል።
በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ዞን ሀርጡማ ፉርሴ ወረዳ የአገዛዙ ታጣቂዎች እርስ በርስ ተኩስ በመክፈት እርስ በርስ መገዳደልና መጎዳዳት ጀመሩ።
ታህሳስ 21 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የዘር ጥላቻና ህገወጥነት ያዳበረው የብልፅግና ቡድን ካምፕ በየእለቱ እርስ በርስ መገዳደልና መጎዳዳትን ቀጥሏል።
በዚህም መሰረት በታህሳስ 16፣ 2024 ዓ.ም የአገዛዙ ታጣቂዎች በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ዞን ሃርጡማ ፉርሴ ወረዳ በጭረ ከተማ ቦርቃና/ሙሉቅቄ ከወደሚገኘው የፒፒ ወታደራዊ ካምፕ ወደ ጪረ ከተማ ቦርከና ካምፕ በማቅናት ከጠዋቱ 4፡00 ላይ አንዱ በሌላው ላይ እስከ ቀኑ 6 ስዓት ድረስ ተኩስ ከፍተው የበርካታ ሰዎች ህይወት ሲያልፍ ሌሎች ደግሞ ቆስለዋል።
በቦርከና አካባቢ የሚኖሩ ነዋሪዎች እንደገለፁት ከከተማው በመጡ የአገዛዙ ታጣቂዎች እና በቀድሞው ቦርከና መካከል በተፈጠረው ግጭት ምክንያት ለ2፡00 ሰአታት ያህል በመካከላቸው በተከፈተው ተኩስ በርካታ ሰዎች መሞታቸውንና መቁሰላቸው ተገልፆዋል።
የብልፅግና ተላላኪዎች በምዕራብ ወለጋ ዞን በቂልጡ ካራ ወረዳ ውስጥ በምሽት ወደ ሰርግ ቤት በመግባት 27 ሰዎችን በማፈን 5 ሰዎችን በአሰቃቂ ሁኔታ መግደላችው ተገለፀ።
ኮሎኔል አብይ አህመድ ወደ ስልጣን ከመጡ በኋላ ኦሮሙማን በጠላትነት ፈርጀው የያዙት ወሮበላ ጦር በሁሉም የኦሮሚያ ማዕዘናት በማሰማራት በኦሮሞ ህዝብ ላይ ዘግናኝ ድርጊቶችን ሲፈጽም ቆይቷል።
ብልፅግና ያለማቋረጥ በኦሮሞ ህዝብ ላይ የዘር ማጥፋት ወንጀል እየፈፀመ ሲሆን ዘራፊዎቹንና ተላላኪዎቹን በሁሉም የኦሮሞ ህዝብ ቤት በማሰማራት ህዝቡን ለከፋ ህይወት እያጋለጠ ይገኛል።
በዚህም መሰረት የግዛቱ እረኞች ታህሣሥ 19 ቀን 2024 ዓ.ም ከቀኑ 8፡00 ሰዓት ላይ ከፋሺስት ፒ ፒ ካምፕ ጋዮ ዳሌ መንደር ወደ ለተ ሲቡ አውራጃ በማሰማራታቸው 27 ሰዎችን የአቶ ለሊሳ ዋቅጋሪ ሰርግ ቤት በጊዳ ቡንዲ መንደር በቁጥጥር ስር ውሎዋል። እናም በቂልጡ ካራ በታህሳስ 20 ቀን 2024 ዓ.ም በለገ ዳሌ አካባቢ በጉዮ ዳሌ መንደር 5 ሰዎችን በአሰቃቂ ሁኔታ ገድለዋል፣ ሌሎች 22 ሰዎች ደግሞ በእስር ቤት በማሰቃየት ላይ መሆናቸውን ምንጮቻችን ለኦኤንኤም ተናግረዋል።
የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል:-
1. መላኩ ፋቃዲ፣ በቂልጡ ካራ አውራጃ የጉዮ ዳሌ መንደር ተወላጅ።
2.ገመዳ መላኰ ከለተ ሲቡ አውራጃ ከጊዳ ቡንዲ መንደር
3. ያቆብ ከበደ ከለተ ሲቡ አውራጃ ጊዳ ቡንዲ መንደር
4. ደሴ ኢንዳሉ ከለተ ሲቡ አውራጃ ከአጎ መንደር
5. ፊሮምሳ ኢብራሂም ከለተ ሲቡ አውራጃ ከጊዳ ቡንዲ መንደር ተይዘው መገደላችው ተገለፀ።
በቡኖ በደሌ ዞን በጨዋቃ ወረዳ የብልፅግና አንጃ ህብረተሰቡን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ መረጃ ተሰጣላችሁ በሚል ምክንያት ስልካችውን እየሰበሰቡ ይገኛል።
ታህሳስ 21 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የቴሌፎን ኮሙኒኬሽን አገልግሎት እና የማህበራዊ ትስስር ገፆችን የሚጠቀሙ የኦሮሞ ተወላጆችን በሙሉ ለመፈተሽ ወታደሮቹን በተለያየ ስም እያሰማራ ይገኛል።
የንጉሠ ነገሥቱ አምባገነን መንግሥትም ወታደሮቹ ማኅበረሰቡን በስልካችው መረጃዎችን በብዙሀን ዘንድ እየለጠፋችው ነው በማለት ስልካችውን ተቀብለው እየፈተሹ ይገኛል ።
በጨዋቃ አውራጃ ከዳበና መንደር የመጣው የፒፒ ካቢኔ አባል ኤሊያስ ጅቢሪል ከታህሳስ 17 ቀን 2024 ዓ.ም ከምሽቱ 3፡30 ጀምሮ “ለአራታ ቢዮሌስ ኦሮሚያ መረጃ ተሰጣላችሁ በሚል የማህበረሰብን ስልክ እየሰበሰበ መሆኑን ምንጮቻችን ገልጸዋል።
"ለአሊ ደበላ እና ለሙስጠፋ ቡሽራ መረጃ ትሰጣላችሁ እነሱም ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ይሰጣሉ በሚል የሚከተሉ ሰዎችን በቁጥጥር ስር አውሎል።
- መሐመድ ሁሴን
- አደም ያሲን
- ሙሬ ቀሶ እና
-ባሲጦ ሀሰን በአምባገነኑ የኢምፓየር መንግስት ባለስልጣናት እየተሰቃዩ ይገኛል።
ስልካችው በየጊዜው በብልፅግና ቡድን እየተፈተሸ ሲሆን በሰላም ወጥተው መግባት እንዳልቻሉም አክለዋል።
Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Begii keessatti loltoonni PP dargaggoota ajjeesuu, achi buutee dhabamsiisuu fi manneen hawaasaa irratti gubaatii raawwatan
ONM-ABO Muddee 21,2024 Aanaa Beegii ganda Lalistuu Loophii keessatti Muddee 16,2024 dargaggoota lama kanneen maqaan isaanii Siraaj Warqinaa fi Salaam Ibraahim jedhaman waraanni sirna nama nyaataan Bilxiginnaa badii tokko malee mana maatii isaaniitii qabuun reebicha ulfaataa fi dararaa hamaa irratti raawwatanii haala suukkanneessaa ta'een rasaasa itti roobsuun ajjeesanii gatuu jiraattonni gandichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.
Ganduma kana keessaa nama maqaan isaa Abdullaah Bookaa jedhamu immoo guyyuma kana ukkaamsuun hanga gabaasni kun qindaa'etti achi buutee faana isaa yoo dhabamsiisan, nama Obbo Bashir Lammaa jedhamu jalaa ammoo qabeenya inni qabu guutuu waliin mana isaa ibiddaan gubanii barbadeessaniiru.
Kana malees Muddee 19,2024 aanaa Begii ganda Laaloo Nooraa bakka addaa Abbaa Carii jedhamutti nama maqaan isaa Assaanii Abdullaayii jedhamu balleessaa tokko malee rasaasa itti roobsuun ajjeesanii gatuu maddeen keenya Onichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Godina Baha Wallaggaa Aanaalee adda addaatti loltoonni Bilxiginnaa qonnaan bultoota 3 irratti ajjeechaa raawwatan.
ONM-ABO Muddee 21,2024 Murni garboomfataan impaayerattii loltoota isaa hunda bobbaasuun uummata Oromoo irratti yakkoota gara jabinaa tilmaama hin qabne raawwachaa kan jiru yoo ta'u, bakkoota hedduutti badii tokko malee yakkanii ajjeesuun ilmaan Oromoo soora allaattii taasisaa jiru.
Aanaa Diggaa ganda Bareeda Soorumaa irraa loltoonni bilxiginnaa lolaan Waraana Bilisummaa Oromoo injifachuu hoggaa dadhaban hawaasa nagaatti haaloo ba'achaa kan jiran yoo ta'u, Muddee 18,2024 maqaa "Waraana Bilisummaa Oromoo waliin hidhata qabdu" jedhuun namoota maqaan isaanii:
- Maatiwoos Moosisaa,
- Lammaa Fufaa fi
- Taakkalee Olumaa jedhaman badii tokko malee rasaasa itti roobsanii ajjeesuun reeffa isaa bakkeetti gatanii deemuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Godinuma kana aanaa Saasiggaa ganda Loomicaa jedhamu keessatti badii tokko malee namoota maqaan isaanii Dajanee Roobaa fi Boonaa Dabalaa jedhaman maqaa "hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabdu" jedhu itti maxxansuun loltoonni tasuma sammuu ilma namaaf yaadu hin qabne rasaasa itti roobsuun ajjeesanii gatuu jiraattonni gandichaa ONM'tti himanii jiru.
Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Daaboo Haannaatti waraanni faashistii Bilxiginnaa hawaasa nagaa jumlaan hidhaatti darbachuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 21,2024 Waraanni maafiyaan impaayerattii faayidaa dhuunfaa isaa qofa dursiifachuun hawaasa meesha maleessa irratti bobbaafamee rakkoo dinagdee, qaamaa fi qalbii geggeessaa kan jiru yoo ta'u, ilmaan Oromoo kutaalee Oromiyaa cufa keessatti argaman irratti hiraarsaa ulfaataa qaqqabsiisaa jira.
Aanaa Daaboo Haannaa ganda Ifa Baas Cooree jedhamu irraa Muddee 15,2024 irraa eegaluun lukkeeleen faashisticha Abiy Ahimediin bobbaafaman uummata dararaa kan jiran yoo ta'u, Sadaasa 7,2024 immoo namoota maqaan isaanii:
- Obbo Adam Muummee,
- Obbo Ahimad Aalaa,
- Obbo Abdoosh Adam,
- Obbo Abraahimii fi namoota baay'inaan 30 ol ta'an gandicha keessaa ukkaamsuun waajjira poolisii aanichaatti hidhanii garmalee dararaa jiraachuu jiraattonni gandichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.
Akka jiraattonni gandichaa himanitti, kanneen hidhaman kunneen maatii qabsaa'otaa ta'uun, maqaa ''ilmaan keessantu Waraana Bilisummaa Oromoo keessa jira; Waamaa galchaa" jechuun kan hidhan ta'uu dubbatan.
Gabaasa tarkaanfii ONM-ABO Muddee 21-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Oduu Galgala ONM-ABO Muddee 21-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Qophii Sagalee Bosonaa ONM-ABO Muddee 21-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Peentaagoon loltoonni Ameerikaa 2,000 Siiriyaa keessa akka jiran kan ibse yoo ta’u, kanaan dura dachaa ol ta’uun beekamtii argateera
ONM-ABO Muddee 21,2024 Peentaagoon akka ibsetti loltoonni Ameerikaa 2,000 Siiriyaa keessa akka jiran yoo ta’u, kunis lakkoofsa kanaan dura beekee ture dachaa ol ta’a.
Dubbi himaan Meejar Jeneraal Paat Raayidar akka jedhanitti, loltoonni 900 yeroo dheeraaf gara Siiriyaatti bobbaafamanii hojii farra Daa’ish/ISIS irratti gargaaran dabalatee, kanneen biroo 1,100 ammoo "yeroodhaaf" ergamuun akka gargaaran dubbataniiru.
"Kana keessaa qaamni murtaa'e tokkos naannichaan walqabatee yaaddoo nageenya dippilomaasii fi hojii keessas seena.
Garuu ammas garaagarummaa lakkoofsa nuti dhiyeessaa turre ilaalcha keessa galchuun, gara fuulduraatti deemee lakkoofsa sana isiniif kennuuf murteesse, " jechuun gaazexeessitootaaf ibsaniiru.
Loltoonni kunneen baay’inaan humnoota hojii idilee fi addaa Waraana Ameerikaa irraa dhufan of keessaa qabu.
“Yeroo muraasaaf ture, akkasitti ifatti osoo mootummaan Asaad hin kufin dura,” jechuun ji’a kana keessa bulchiinsa maatii Asaad Siiriyaa keessatti kufaatii eeruun dubbataniiru jechuun Arabs news gabaaseera.
Ergamtoonni Bilxiginnaa Lixa Wallaggaa Aanaa Qilxuu Kaarraa keessatti halkan mana cidhaatti seenuun namoota 27 ukkaamsanii namoota 5 bakka tokkotti haala suukkanneessaan ajjeesan
ONM-ABO Muddee 21,2024 Bara gara aangoo impaayerrattiitti dhufee kaasee Oromummaadhaan kan diinomfate guddisi ilmaan nafxanyootaa koloneel Abiy Ahimed goolessitoota waraana isaa goleewwan Oromiyaa cufa keessatti bobbaasuun gochoota suukkaneessoo dhageettiif gurra namaatti hin tolle ilmaan Oromoo irratti raawwachiisaa jira.
Duguugiinsa sanyii wal irraa hin cinne Oromoo irratti raawwachiisaa kan jiru bilxiginnaan saamtota ergamtoota isaa qe'ee Oromoo mara keessatti bobbaasuun saamicha, hidhaa, ajjeechaa jumlaa fi gubaatii manneen uummataa irratti hammeessuun jireenya gadadoof sabicha saaxilaa jira.
Haaluma kanaan tiksitoonni impaayerrattii Muddee 19,2024 halkan keessaa toora 8:00'tti aanaa Qilxuu Kaarraa mooraa faashistii PP ganda Guyyoo Daallee irraa gara aanaa Lataa Sibuutti bobba'uun ganda Giddaa Buundii jedhamu keessatti mana cidhaa Obbo Lalisaa Waaqgaarii jedhamu keessaa namoota hirmaannaa cidhaarra jiran namoota 27 ukkaamsuun gara aannaa Qilxuu Kaarraa ganda Guyyoo Daallee iddoo addaa Laga Daallee jedhamutti namoota 5 guyyaa kaleessa Muddee 20,2024 ganama bakka tokkotti haala suukkanneessaan yoo ajjeessan namoota 22 ammoo hidhaatti galchanii dararaa jiraachuu maddeen ONM'tti himan.
Namoonni ajjeefaman kunneenis maqaan isaanii;
1.Malaakuu Faqqadee dhalataa aanaa Qilxuu Kaarraa ganda Guyyoo Daallee 2.Gammadaa Malaakuu aanaa Lataa Sibuu ganda Giddaa Buundii
3. Yaa'iqoob kabbadaa aanaa Lataa Sibuu ganda Giddaa Buundii
4. Dassee Indaaluu aanaa Lataa Sibuu ganda Aggoo
5. Firoomsaa Ibraahim aanaa Lataa Sibuu ganda Giddaa Buundii irraa qabamuun akka ajjeefamanis ifoomeera.
Milishoonni sirnichaa Godina Walloo Aanaa Harxummaa Fursee keessatti dhukaasa walii isaanii irratti bananiin ajjeechaa fi miidhaa qaamaa wal irratti raawwachuun dhagaa'ame
ONM-ABO Muddee 21,2024 Mooraan murna Bilxiginnaa jibbiinsi sanyummaa fi seerdhablummaan keessatti dagaage yeroo adda addaatti walii isaaniif illee naasuu tokko dhabuun akka saree maraatteetti qarriffaan wal nyaachuun guyyuu wal ajjeesuu fi wal madeessuu itti fufaniiru.
Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee magaalaa Cirrattii cinatti kan argamtu mooraa waraana faashistii PP iddoo addaa Boorkanna/ Muluqqee jedhamuun beekamutti Muddee 16,2024 milishoonni sirnichaa magaalaa Cirrattii irraa gara buufata waraana PP Boorkanna deemanii fi milishoonni duraan Boorkanna iddoo jedhamu turan ganama sa'a 4:00 irraa eegaluun dhukaasa walii isaanii irratti hanga sa'a 6:00'tti bananiin namoota hedduu wal irraa ajjeesanii gariin ammoo madeessuun himameera.
Akka jiraattotni naannaa Boorkanna sana jiran jedhanitti, sababa milishoonni sirnichaa magaalaa irraa dhufanii fi dur Boorkanna turan kun wal lolaniif rakkoo isaan gidduu jiru ta'uu fi sababa kanaanis dhukaasa walii isaanii giddutti sa'a 2:00'f geggeeffameen namootni hedduun du'uu fi madaa'uun barameera.
Murni Bilxiginnaa maqaa gibira jedhuun Arsii Bahaa Aanaa Martii keessatti qabeenya hawaasaa guutuutti gurgursiisaa jiraachuun himame
ONM-ABO Muddee 22,2024 Maqaa bulchiinsaan teessoo impaayerattii qabatee kan jiru murni bilxiginnaa yeroo irraa gara yerootti jireenya hawaasichaa balleessuuf karoora baasaa kan oolu Oromiyaa bakkoota addaa addaa keessatti shiftoota waraana isaa uummatatti bobboosuun jireenya ilmaan Oromoo golgoleessaa jira.
Muddee 20,2024 abbaan irree impaayera Itiyoophiyaan bulchaa jiraan dhaadatu Koloneel Abiy Ahimed kufaatii isa mudate dandammachuu dadhabuun uummata nagaa kallattii hundaan dadhabsiisuuf jecha qabeenya inni qabu guutuutti maqaa gibira kaffalchiisuun namoota adamsee hidhuu, ajjeesuu fi saamuun akka inni jireenya hin geggeeffanne godhaa kan jiru aanaa Martii ganda Moolamee Arjoo irratti qabeenya uummataa kanneen akka lukkuu, re’oota, loowwan, mukeenii fi lafa irratti maallaqa ji'a sadii sadii qofa tursaa guuruun ummanni waan kennu dhabee mana isaa cufee baqachaa jiraachuu jiraattoonni onichaa ONM'f eeran.
Ummanni nuti mallaqa fixannee jirra maaliif yeroo yeroon mallaaqa maqaa gibiraan nurraa funaantu jedhee oggaa gaafatu aanaan kun ganda muraasa malee gibira hin kaffalu to'annoo Waraana Bilisummaa Oromoo jala jira waan ta'eef jechuun bakka gandoota to'annoo Bilxiginnaa jala hin jirres isintu kaffala jechuun uummata rakkisaa jiraachuu jiraattotni dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.
Qophii Walaloo ONM-ABO Muddee 22-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
WBOn Zoonii Harsadee godina Kibba Lixa Shaggar aanaa Bachoo fi aanaa Tolee keessatti waraana faashistii PP irratti tarkaanfii fudhachuun injifannoo boonsaa galmeesse
ONM-ABO Muddee 21,2024
Irree fi Gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii Harsadee Birgeediin Caffee Tumaa godina Kibba Lixa Shaggar aanaa Bachoo ganda Sooddoo Liiban jedhamu keessatti Kamisa Muddee 19,2024 waraana tiksitoota impaayeera Itoophiyaa irratti tarkaanfii laaleessa fudhachuun loltoota 25 irraa ajjeesee 35 madoon adabuun 4 jiraatti harkaan qabee jira.
Tarkaanfii kanaan gama meeshaatiin AKM Turkii 16, isnaayipeerii 1 fi meeshalee waraana adda addaa dugda diina irraa hiikuun moona qabsoo bilisummaa Oromotiif galii godhee jira.
Haleellaan leencicha abdii sabaa WBOn waraana maafiyaa Abiy Ahimed irratti fudhatu itti fufuun godinuma kibba lixa Shaggar aanaa Tolee ganda Xabalaa Tajii jedhamu keessatti Muddee 20, waraana faashisti PP kanneen haleellaa irratti ta'e haaloo baafachuuf deemtu irratti tarkaanfii fudhachuun loltoota 6 irraa ajjeessuun 4 madeessee jira. Warreen madaa'an afran keessaa ajajaan 100 tokko galgala hospitala irraa du'aan bafaame jiraachuu maddeen keessoo waraana Bilxiginnaa aanichaa himaniiru.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
በምዕራብ አርሲ ዞን ሻላ ወረዳ የብልፅግና ወኪሎች በተለያዩ ስሞች ዘረፋ መፈጸማቸውን ቀጥለዋል።
ታህሳስ 21 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
እራሳቸውን ለኦሮሞ ህዝብ እየሰሩ በማስመሰል በተቃራኒው ባልታወቀ ምክንያት ወንጀል እየሰሩ ጠላትነታቸውንና ጥላቻቸውን በግልፅ አሳይተው ሰውም እንስሣትም አይተውት የማያውቅ ከፍተኛ ስቃይ እየፈጸሙ ይገኛሉ።
በሻላ ወረዳ የሻኮ አርሲ መንደር ነዋሪዎች ለኦኤንኤም እንደተናገሩት የብልፅግና ወኪሎች በዚህ ሳምንት በጤና መድህን ስም ከ2,200 እስከ 2,400 ብር ህብረተሰቡን በግዳጅ እየዘረፉ ነው።
ከዚህም በላይ በተለያዩ ሥም ከህዝቡ ብዙ ገንዘብ ሲመዘብሩ የነበሩት የብልፅግና ተኩላዎች በዚህ መንደር ውስጥ ከሚገኙ ሁሉም ማህበረሰቦች 7 ኩንታል እህል እየሰበሰቡ ለግል ጥቅማቸው ብቻ እያዋሉት መሆናቸው ታውቋል።
ምንጮቻችን አክለውም የብልፅግና ወኪሎች "የመንደር ቢሮ ለመገንባት" በሚል ስም 2,000 ብር በግዳጅ እየሰበሰቡ ነው ብለዋል ።
የአብይ አህመድ የፋሽስቱ ጦር በምስራቅ ሸገር ዞን ዱግዳ አውራጃ አንድ አርሷ አደርን በአሰቃቂ ሁኔታ ገደሉ።
ታህሳስ 21 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የብልፅግና ቡድን ለፖለቲካ ሠላምና ለግል መቀመጫው ሲል የህዝቡን ህይወት ለማባባስና ስለነሱ ለመጨነቅ ያለውን የጥላቻ እቅድ በማውጣት አምባገነናዊ ኃይሉን እያሳየ ነው።
የብልፅግና አምባገነን መንግስት በሁሉም የኦሮሚያ ማዕዘናት በታሪክም ሆነ በህግ የማይታለፉ በርካታ ተግባራትን እየፈፀመ ነው።
ይህን በማስመልከት በምስራቅ ሸገር ዞን ዱግዳ አውራጃ በሹቢ ጋሞ መንደር ታህሣሥ 19 ቀን 2024 ዓ.ም አማፂያኑ ጦር ገመቹ ቲክሴ የተባለ አርሶ አደርን ተኩሰው መግደላችውን የመንደሩ ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
እንደ ነዋሪዎቹ ገለጻ አቶ ገመቹ የ5 ልጆች አባት ሲሆኑ በምንም አይነት የፖለቲካ ጉዳይ ላይ ተሳትፎ የላቸውም።
በወረዳው ወራቦ ተብሎ በሚጠራው ቦታ የአቶ ፈይሳ ዳሉ የተባሉ ግለሰብን ቤት ከነ ሙሉ እቃዎቹ ጋር አውድሞዋል ሲሉ አክሎል።
በምስራቅ ባሌ ዞን በGiindhirii ከተማ የሰብዓዊ መብት ጥሰቱ ተባብሶ መቀጠሉን ነዋሪዎች ለኦኤንኤም ተናግረዋል።
ታህሳስ 21 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በምስራቅ ባሌ ዞን የGiindhirii ከተማ ነዋሪዎች እንደተናገሩት የአምባገነኑ መንግስት ለህዝብ አገልግሎት የሚውለውን መብራት በማጥፋት ሲያሻችው ደግሞ ከፍተኛ ገንዘብ በመጠየቅ መብራት እንደሚለቁ ገልፆዋል።
በዚህ ሁኔታ ውስጥ መኖራችን ትልቅ ችግር ሆኖብናል ያሉት ህዝቡ በእህል መፈጨት ችግር ውስጥ እንገኛለን ፣ የመጠጥ ውሃ እጥረት እና ውሃ አሁንም አንድ ጀሪካን በ30 ብር እየገዛን ነው ሲሉ አክሎል።
የፒ.ፒ. አምባገነንነት የዲሞክራሲን መስክ በማስፋት እና ኢምፓየርን ከአደጉት ሀገራት አርአያ ጋር እያነጻጸረ የሚፎክር ሲሆን ማህበረሰቡ እየተዘረፈ፣ እየታሰረ፣ እየተገደለ እና ከማህበራዊ አገልግሎት እየራቀ ነው ብሏል።
በተጨማሪም በገጠር ኮሪደር ስም፣ በመንገድ ውበትና በሌሎችም ስም ከእያንዳንዱ 1000 ብር እየዘረፉ ነው።
ገንዘብ መክፈል ያቃታችውን ደግሞ ወደ እስር ቤት እየወረወሩ ሲሆን ፥ በተለይ በዶዮ ቀበሌ ውስጥ ሁለት ሰዎች በቁጥጥር ስር ውሎል።
የጥቃቱ ሰለባ የሆኑት ኡመር ሼክ አብዱሩ እና ቁፋ ሸምሲ የሚባሉት በቁጥጥር ስር በማዋል እየተሰቃዩ ይገኛል።
Shaggar Siitii kutaalee magaalattii garaa garaa keessatti manneen uummataa irratti diiguu fi saamichi murna Bilxiginnaan jiraattoota irratti hammaate
ONM-ABO Muddee 21,2024 Gaaffii uummataatti deebii gahaa kennee biyya tasgabbiin bulchuu irra tooftaalee ittiin sabicha saamee hiyyoomsu baafachaa kan oolu bulchiinsi badee balleessaan impaayerattii tiksitoota paartii isaa qe'ee Oromoota maraa keessa facaasuun dararaa hammeessaa jira.
Sadoo dhuunfaaf jecha jiruu fi jireenya ilmaan Oromoo goolaa kan oolan goolessitoonni sirnichaa bakkeewwan Oromiyaa addaa addaa keessatti qawwee baatanii deeman uummatatti gala galchuun ajjeechaa, hidhaa, saamichaa fi dararaa garaa garaa uummata irratti jabeessuun uummanni akka itti jiraatu dhabee yaaddoo hamaa keessa jiraachuu maddeen ONM'tti himan.
Haaluma kanaan torbanoota kana keessa Shaggar Siitii kutaalee magaalattii garaa garaa kanneen akka Buraayyuu, Sabbataa, Laga Xaafoo, Laga Dhaadhii, fi Shaggar keessatti maqaa qulqullina magaalaa jedhuun manneen jiraattotaa irratti diiguun hiraarsaa kan jiran oggaa ta'u, yeroo ammaa kana immoo magaalaa Shaggar keessatti mana namootaa irra deemuun warreen manneen isaanii hin diigamin gatii kaartaa manaa jechuun qarshii 6,000 tokkoon tokkoon namaa irraa funaanaa jiru.
Kana malees gatii mana barumsaa, inshuraansii fayyaa fi gatii ispoortii jechuun dirqiin uummata irraa maallaqa gosa garaa garaa guuruun qaali'insa jireenyaa hawaasa irratti hammeessanii jiraachuu jiraattoonni magaalichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeraniiru.
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Horroo Bulluqitti loltoonni mootummaa garboomfataa PP nama tokko ajjeesuun tokko madeessan.
ONM-ABO Muddee 21,2024 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Horroo Bulluqitti loltoonni mootummaa gabroomfataa PP qonnaan bulaa tokko haala suukkaneessaa ta'een ajjeesanii gatuu fi dubartii tokko immoo rasaasaan dhahanii madeessuu jiraattonni Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.
Ganda Haroo Aagaa jedhamu keessaa qotee bulaa Oromoo tokko nama maqaan isaa Obbo Dassaalee Alamuu jedhamu badii tokko malee Muddee 19,2024 mana isaatii gadi baasuun rasaasa itti roobsanii ajjeesanii gatan.
Qonnaan bulaan kun jiraataa aanaa Jaardagaa Jaartee ganda Diimaa Jokkee bakka addaa Funyaan Bokkuu yoo ta'u, aanaa Horroo Bulluq magaalaa Saqalaatii fira dubbisee osoo galaa jiruu ganda Haroo Aagaa bakka adda Haroo Dagaagoo jedhamutti loltoonni faashistii bilxiginnaa ''ati fuula haaraadha; odeessa WBO'f funaanta" jechuun ajjeesuun daandii gubbaatti gatanii yeroo gabaasni kun qindaa'etti reeffi isaa daandii irra turuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.
Loltoonni naamusa waraanummaa hin qabne dhiiraa fi dubartii osoo hin jenne hawaasa hunda dararuu aadeffatan kunneen Muddee 17,2024 ganda Dachaa Caabir jedhamu irraa dubartii maqaan ishee Dirribee Baashaa jedhamtu badii tokko malee sababa Oromummaa ishee qofaaf rasaasaan cinaacha ishee irra rukkutuun yeroo ammaa kana magaalaa Shaambuutti yaalamaa kan jirtuu fi du'aa fi jireenya ishee illee baruun kan nama rakkisu ta'uu jiraattonni gandichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.
Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Muddee 21-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
ታህሳስ 21-2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Gabaasa tarkaanfii ONM-ABO Muddee 21-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Intensified Repression in Qellem Wallaga: Civilians Arrested, Youth Executed by Regime Forces
ONM-ABO, December 21, 2024
Reports from Oromia reveal an alarming escalation in repression by the Ethiopian regime, with widespread extrajudicial executions and arbitrary detentions targeting innocent Oromo civilians. The incidents, described by witnesses and local residents, reflect a systematic campaign of violence aimed at silencing dissent and punishing communities in the region.
In Qellem Wallaga, specifically the district of Sayo, regime forces have intensified operations against civilians. On November 21, 2024, two individuals, identified as Kadir Mohammad and Husen, were abducted from their homes in Anno Mikaeli town. Witnesses confirmed to ONM-ABO that both individuals had no political affiliations or involvement with any organization. The arrests, described as completely unjustified, highlight a recurring pattern of abuse, where detained individuals are subjected to torture and other forms of inhumane treatment.
Local sources, speaking anonymously, suggest these actions are retaliatory in nature. After suffering significant losses on the battlefield to the Oromo Liberation Army (OLA), regime forces reportedly returned to civilian areas and unleashed a wave of violence, including arbitrary arrests and summary executions.
In a separate incident on November 18, 2024, in the district of Qilxu Kara, an innocent Oromo youth was brutally executed. According to residents, the individual, whose identity remains unknown, was taken to a locality known as Mission before being killed. Witnesses described the victim as short and having a light caramel complexion. Tragically, his body has yet to be recovered.
Additionally, in Anfilo district, within the town of Mugi, regime forces previously targeted a coffee farmer, Faxana Bushura, shooting him without provocation. Faxana is currently receiving intensive care at Dambi Dollo Hospital after suffering severe injuries.
The situation across Oromia remains dire. ONM-ABO has documented numerous reports of civilians being subjected to indiscriminate violence by regime loyalists. These actions constitute clear violations of human rights and international law. Advocacy groups and observers are calling for immediate intervention to hold the perpetrators accountable and prevent further atrocities.
The Oromo community continues to endure extreme hardships under the current regime, as calls for justice and peace grow louder in the face of escalating oppression.
Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallaa keessaa ergamtoonni bilxiginnaa maqaa adda addaan saamicha raawwachuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 21,2024 Lukkeeleen bilxiginnaa ilmaan Oromoo afaaniin kukkuulanii akka waan Oromoof hojjechaa jiranitti of fakkeessuun faallaa isaa immoo sababa hin beekamneen yakkuun diinummaa fi jibbiinsa qaban ifatti mul'isuun dararaa ulfaataa dhalli namaa mitii bineensiyyuu argee hin beekne geessisaa jiru.
Aanaa Shaallaa ganda Shaakkoo Arsii jedhamu irraa ergamtoonni Bilxiginnaa maqaa adda addaan saamicha raawwachuu cimsanii itti fufuun, maqaa Inshuraansii fayyaan qarshii 2,200-2,400 dirqamaan hawaasa waan nyaatee bulu hin qabne irraa torbee kana keessa saamaa jiraachuu jiraattonni gandichaa ONM'tti himan.
Kana malees, maqaa adda addaa itti dhahuun uummata irraa qarshii hedduu saamaa kan oolan lukkeeleen bilxiginnaa faayidaa dhuunfaa isaanii qofaaf ganduma kana keessaa garee tokkotti hawaasa hunda irraa midhaan ardaba 7 funaanaa jiraachuun ifoomeera.
Saamicha ulfaataa raawwachaa kan jiran ergamtootni Bilxiginnaa kun maqaa "waajjira gandaa ijaarra" jedhuun qarshii 2,000-2,000 dirqamaan guuraa jiraachuu maddeen itti dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Godina Baha Shaggar Aanaa Dugdaa keessatti waraanni faashistii Abiy Ahimed qonnaan bulaa tokko haala suukkanneessaa ta'een ajjeesuun himame
ONM-ABO Muddee 21,2024 Murni garboomfataan Bilxiginnaa uummata nagaa irratti siyaasaa fi teessoo dhuunfaa isaanii miidhagfachuuf jecha afaaniin Oromummaa himachaa sadoo fedhii dhuunfaa isaaniif jecha karoora diinummaa Oromummaa balleessu diriirsuun ajjeechaa jabeessaniiru.
Godina Baha Shaggar aanaa Dugdaa ganda Shubii Gamoo jedhamutti Muddee 19,2024 waraanni goolessaan Bilxiginnaa qonnaan bulaa maqaan isaa Gammachuu Tiksee jedhamu yakka tokko malee rasaasa itti roobsuun ajjeesanii gatuu jiraattonni Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Akka jiraattonni kun jedhanitti Obbo Gammachuun abbaa ijoollee 5 fi jaarsa biyyaa ollaa fi hawaasa ganda isaa biratti kabajaa fi jaalala guddaa qabu akka ta'es kan himan jiraattonni, waraanni faashistii PP garuu Oromummaa isaa qofaan yakkuun ajjeechaa irratti raawwachuu himan.
Kana malees aanaadhuma Dugdaa iddoo addaa Waraaboo jedhamutti guyyuma kana jaarsa biyyaa maqaan isaa Obbo Fayyisaa Daluu jedhamu jalaa mana jireenyaa qabeenya keessa jiru waliin ibidda itti shiduun barbadeessanii deemuu jiraattonni dabaluun eeraniiru.
Oduu Waaree ONM-ABO Muddee 21-2024 itti dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️