onm_abo11 | Unsorted

Telegram-канал onm_abo11 - Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

35953

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, miidiyaa Agartuu Oromoo!

Subscribe to a channel

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Baha Wallaggaa aanaa Guutoo Giddaa keessatti Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo lukkeelee diinaa du'aaf madoon adabuu beeksise.

#DuulaCichoominaKaayyoo

ONM-ABO Mudde 24, 2024 Irreefi gaachanni sabaa gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo kutaalee Oromiyaa cufa keessatti duula cichoomina kaayyoo milkeessuuf bobba'uun, loltoota faashistii bilxiginnaa ajaja Kolonel Abiyyi Ahimadiin hawaasa meesha maleessa dararuuf bobbaafaman wawwaachiisuun baruudaan macheessee harkaan qabuun, du'aaf madoon adabee kaanimmoo harkaan qabuun meeshaalee hedduu dugda ishee irraa hiikuun galii mooraa qabsoo Bilisummaa Oromoo gochaa jira.

Haaluma kanaan, godina Wallagga Bahaa aanaa Guutoo Giddaa ganda Jireenyaa jedhamu keessaa Korommiiwwan jajjabee Waraana Bilisummaa Oromoo lukkeelee diinaa ganamaan itti seenee wawwaachiisuun du'aaf madoon adabuu hooggansi WBO bakkichaa beeksisee jira.

Injifannoof boodarra kan walitti deebinu ta'a!

Injifannoon uummata Oromoof!

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Cibraan Hasan Ammee Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Harxummaa Furseetti ganama har'aa Muddee 24,2024 iddoo addaa Hadhoo jedhamuun beekamutti ari'ee tumaa jira.

#DuulaCichoominaKaayyoo


Gabaasa guutuun walitti deebina ❗️

Injifannoon Uummata Oromoof ‼️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

#DuulaCichoominaKaayyoo

Baha Shaggar Boosat

ONM-ABO Muddee 24,2024 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Harsadee Baha Shaggar aanaa Boosat magaalaa Doonii keessatti #Duula Cichoomina Kaayyoon lola waraana faashistii PP irratti taasiseen injifannoo boonsaa galmeessee jira.

Guutuu gabaasa kanaan walitti deebina ❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Duula Cichoomina Kaayyoo

ONM-ABO Muddee 24,2024 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo haaromsa siyaasaa fi waraanaa taasisuun har'a ganama irraa eegalee Duula Cichoomina Kaayyoo waraana faashistii PP geggeessaa jira.

Duula kanaanis ganama Lixa Wallaggaa mooraa waraana faashistii magaalaa Gullisoo, magaalaa Calliyaa fi Waayyuu Mannii irratti tarkaanfii laalessaa fudhachuun hurgufaa jira.

Guutuu gabaasa isaan walitti deebina.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Qophii Addaa ONM-ABO Mudde 23-2024 itti dhiyaadhaa!
Amajjii 1 Kabajaa guyyaa WBO fi simannaa bara haraa ilaalchisee hawaasni Oromoo Kanaadaa Edmenton fi naannoo ishee qophii qaban ilaalchisee turtii Jaal Biqilaa Dheeressaa fi Jaal Gammachiftu Jiloo waliin taasifna
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Galgala ONM-ANO Muddee 23-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ሩሲያ የምትገድላቸው የዩክሬን የጦር ምርኮኞች ቁጥር እየጨመረ ነው።


ታህሳስ 23 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM- ABO).

ዩክሬናዊው የዒላማ ተኳሽ ኦሌክሳንደር ማሪስቭስኪ በሩሲያ የተያዘው ጦርነቱ በተጀመረ ዓመት ነው።

የመጨረሻ ሲጋራውን ጫካ ውስጥ ሲያጨስ የሚያሳይ ቪድዮ ተለቋል። እዛው ቦታ መቃብሩን እንዲቆፍር ተደርጓል።


'ድል ለዩክሬን!' ካለ በኋላ በጥይት ሲመታ ይታያል።


ኦሌክሳንደር በሩስያ ከተገደሉ ብዙ የጦር ምርኮኞች አንዱ ነው።

ያለፈው ጥቅምት በኩርስክ ግዛት በሩሲያ የተያዙ ዘጠኝ የዩክሬን ወታደሮች መገደላቸው ተገልጿል። የዩክሬን ዐቃቤ ሕግ ምርመራ ከፍቷል።


መሬት ላይ ከፊል እርቃናቸውን የተኙ ወታደሮች ምሥልም ወጥቷል።

ከእነዚህ አንዱ የሰው አልባ አውሮፕላን ባለሙያው ሩስላን ሆልቤክኖ መሆኑን ቤተሰቦቹ ገልጸዋል።


እናቱ ሰስፒሊን ቺሪኒቭ "በውስጥ ሱሪው ነው እሱ መሆኑን ያወቅኩት። እኔ ነኝ የገዛሁለት። ትከሻው ላይ በጥይት የተመታበት ቦታም ይታያ ብላለች.


አንገታቸው የተቀላ፣ እጃቸው የኋሊት ታስሮ በሰይፍ የተገደሉና ሌሎችም ዩክሬናውያን ወታደሮችን በተመለከተ የዩክሬን ዐቃቤ ሕግ ምርመራ እያደረገ ነው።

አንድ ቪድዮ 16 ዩክሬናውያን ወታደሮችን ከጫካ እጃቸውን ከፍ አድርገው ከወጡ በኋላ ተደርድረው በአውቶማቲክ ጥይት ሲገደሉ ያሳያል።

አንዳንዶቹን ግድያዎች የቀረጹት የሩሲያ ወታደሮች ናቸው። ሌሎች በዩክሬን ሰው አልባ አውሮፕላን የተቀረጹ ናቸው።

ግድያዎቹ የሚፈጸሙት ጫካ ውስጥ ወይም የት መሆኑ በማይታወቅ ቦታ ነው።

የዩክሬን ዐቃቤ ሕግ እንደሚለው ቢያንስ 147 ዩክሬናውያን የጦር ምርኮኞች በሩሲያ ወታደሮች ተገድለዋል።
127 የሚሆኑት ዘንድሮ ነው የተገደሉት።

ከአምና ጀምሮ ስልታዊ ግድያ እየተካሄደ ነው። የሚያሳዝነው ቁጥሩ አየጨመረ መምጣቱ ነው። በብዙ አካባቢዎች እየተፈጸመ መሆኑን ያሳየናል። በፖሊሲና በትዕዛዝ የሚፈጸም እንደሆነ ማስረጃ አለ" ሲሉ የዩክሬን ዐቃቤ ሕግ የጦርነት ክፍል መሪ ዩሪ ቤሎስቭ ይናገራሉ።

ሦስተኛው የጄኔቫ ስምምነትና ሌሎችም ዓለም አቀፍ ሕግጋት ለጦር ምርኮኞች ጥበቃ እንዲደረግላቸው ያሳስባሉ።

የሩስያ ቺቺኒያ መሪ ሮማን ካድየቭ ወታደሮቻቸው የዩክሬን ወታደሮችን "የጦር ምርኮኛ" አድርገው እንዳይዙ አዘዋል።

የሂውማን ራይትስ ዋች የአውሮፓና መካከለኛው እስያ ምክትል ዳይሬክተር ሬቸል ዴንበር እንደሚሉት፣ የዩክሬን የጦር ምርኮኞች እየተገደሉ እንደሆነ ብዙ ማስረጃዎች አሉ።

በሩስያ ወታደሮች ዘንድ ተጠያቂነት አለመኖሩ ዋነኛው ምክንያት ነው ይላሉ።

"ምን ዓይነት ትዕዛዝ ነው እየተላለፈላቸው ያለው? ኮማንደሮቹ የጄኔቫ ስምምነትን ይገልጹላቸዋል? ስለ ጦር ምርኮኞች ይነግሯቸዋል? የሩስያ ኮማንደሮች ስለወታደሮቻቸው ድርጊት ምን ምላሽ ይሰጣሉ? ምርመራ ለማድረግ ምን ያህል ርቀት ሄደዋል? ወይስ ምርመራ ሳይደረግ ይታለፋል? ከፍተኛ አመራሮችም በወንጀል ድርጊት ተጠያቂ እንደሆኑ ያውቃሉ?" ሲሉም ይጠይቃሉ።

ሩሲያ ጉዳዩን እየመረመረች እንደሆነ የሚጠቁም ይፋዊ መረጃ የለም።


ሩሲያ ውስጥ ጉዳዩን ማንሳት ረዥም ዓመታት በእስር ያስቀጣል።

የሩሲያው ፕሬዝዳንት ቭላድሚር ፑቲን የጦር ምርኮኞች "በዓለም አቀፍ መርህ መሠረት" ተይዘዋል ይላሉ።


የዩክሬን ወታደሮች የሩስያን የጦር ምርኮኞች በመግደል ቢከሰሱም፣ ቁጥሩ ከሩሲያ ጋር አይመጣጠንም።


ሂውማን ራይትስ ዋች እንዳለው፣ ጦርነቱ ከተጀመረ ወዲህ "በጦር ወንጀልና ሰብአዊነት ላይ በተፈጸመ ወንጀል ሥር መመርመር ያለባቸው" ግድያዎች ተፈጽመዋል።


የዩክሬን ወታደሮች በሩሲያ ወታደሮች ከሚደርስባቸው ስቃይ ሞትን የሚመርጡበት ሁኔታ አለ።

"መቼም ቢሆን እጄን አልሰጥም ብሎኝ ነበር። ልጄ እንዲመለስልኝ የማላደርገው ነገር አይኖርም። ሞቷል ብዬ ማመን አልፈልግም" ስትል የዩክሬን ወታደሩ ሩስላን ሆልቤክኖ እናት ተናግራለች።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

የፒፒ ወኪሎች በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ውስጥ በሁሉም የወንጪ ወረዳ መንደሮች ሰዎችን እየደበደቡ ነው።
ታህሳስ 23 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM -ABO).


ያለ ምንም የህግ ጥያቄ የሉዓላዊነት መብቱ እየተገፈፈ ያለው እና በብአዴን የሴራ መንግስት ተላላኪዎች እየተሰቃየ ያለው የኦሮሞ ህዝብ አሁንም ከመቼውም ጊዜ በላይ የከፋ ሰቆቃ እያስተናገደ ይገኛል።


በኦሮሞ ህዝብ ላይ የዘር ማጥፋት አዋጅ የከፈተው የነፍጠኛው ኮሎኔል አብይ አህመድ የዙፋን ዘበኞች በተለያዩ የኦሮሚያ አካባቢዎች በማሰማራት እስር፣ ግድያ፣ ዘረፋና መፈናቀልን በማባባስ የመላው ኦሮሞ ህዝብ ህይወትን እያጠፋ ነው።


በዚህም መሰረት በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ወንጪ አውራጃ በዱሌ ኢሌ ቆሪይ፣ አዜሪይ ቄረንሳ፣ ዳሙ ደገሌ ፣ ሸጋጊ ጋፋሬ እና Dha'e ዋን ዲምቱ መንደሮች ህዝቡን በጅምላ በማፈን በተሽከርካሪ በፒ.ፒ ጦር ዱለሌ በሚባልበት በማስገባት እያሰቃይዋችው እንደሚገኝ ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምስራቅ ወለጋ ዞን የጉቶ ጊዳ ወረዳ ነዋሪዎች በፋሽስቱ ወታደሮች ተመልምለው መታሰራችው ቀጥሎል።

ታህሳስ 23 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM -ABO).


የኮሎኔል ዓብይ አህመድ ሽንፈት የማይቀር ይመስል፣ ወኪሎቻቸው እንደ ቀደሙት አምባገነን መንግስታት በፆታ እና በእድሜ ሳይለዩ ሰላማዊ ዜጎችን ከኦሮሚያ አቅጣጫ ሁሉ እየመለመሉ ነው።

በታህሳስ 19,2024 ዓ.ም  ሰዎች በጉቶ ጊዳ ወረዳ ቀጄላ መንደር ደበሴ በሚባለበት ልዩ ስፍራ 30 የሚሆኑ ንፁሀን ከስራ ገበታችው ተይዘው ወደ ጦር ማሰልጠኛ እየተወሰዱ ይገኛል ።


የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል:-  - ዋቅቶሌ ተርፋሳ   - አዱኛ ተርፋሳ   - ጨመዳ ተርፋሳ   - ሃይሉ Dhaabaa  - ተሬሳ ቡልች   - ታከለ ሂካ   - አስፋው ፍቃዱ  - ገመቺስ ሙላቱ  -ኦልቃ ኤባ እና ሌሎች ከ30 በላይ የሚሆኑ የአገዛዙ ወታደሮች ያለፈቃዳቸው ከቤታቸውና ከስራ ቦታችው ተይዘው ወደ ወታደራዊ ስልጠና መወሰዳቸውን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።

እንደ እስሩ ዜና፣ በታህሳስ 21፣ 2024 ዓ. ም  አቶ ሞኮንን ገናቲ የተባለ ሰው በዚያው መንደር አስቦሮ አካባቢ ያለ ምንም ጥፋት በቁጥጥር ስር ውሏል።

ከዚህም በላይ የገዥው አካል ወኪሎች በጅሬንያ መንደር ከደቻ dhukkii መንደር የመጣውን Hindhiibuu የተባለውን ሰው ያለ ምንም ምክንያት በማሰር ወደ እስር ቤት እንደወረወሩት ምንጮቻችን አክለዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Begii keessatti lukkeeleen bilxiginnaa dargaggoo tokko mana hidhaatii baasuun ajjeesanii gatan

ONM-ABO Muddee 23,2024 Duula duguuggaa sanyii uummata Oromoo irratti geggeessaa kan jiru, murni gabroomfataan PP golee Oromiyaa mara keessatti maqaa "sakatta'a Waraana Bilisummaa Oromoo'' jedhuun waraana isaa bobbaasee sabboontota ilmaan Oromoo akka bineensaatti adamsee, haala suukkanneessaan ajjeesee gatuu cimsee itti fufee jira.

Aanaa Begii ganda Maaruu Daallasii bakka addaa Kuuroo jedhamutti loltoonni gara jabeeyyii Bilxiginnaa nama maqaan isaa Bariisoo Tolasaa jedhamu guyyaa torba dura bakka addaa Kuuroo jedhamu keessaa erga qabanii booda Muddee 19,2024 mana hidhaatii baasanii aanaadhuma kana ganda Loophii naannoo bosona Shuuraa jedhamu keessatti badii tokko malee rasaasa itti roobsanii ajjeesanii bakkeetti gatuun reeffii isaa halkan tokko bakkee bulee Mudde 20,2024 namni daandii irra deemu ijaan argee maatii fi firroota isaa itti waamuun akka awwaalan maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.

Akka maddeen jedhanitti, dargaggoon kun siyaasa kam keessaayyuu qooda kan hin qabnee fi badii tokko malee maqaa "hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jedhuun yakkanii hidhaatti erga darbatanii booda mana hidhaa keessaa baasuun gara jabina hamaan ajjeesanii gatuu himu.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti hidhattoonni faashistii PP dararaa hammeessuun dhagaa'ame

ONM-ABO Muddee 23,2024 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Sulula Fincaa'aa ganda Hawwii Guddinaa keessatti nama Obbo Dassaalee Kumaa jedhamu jalaa Muddee 20,2024 boqqolloo ardaba 300 ol maqaa "hariiroo Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jechuun gochaa isaanii malee itti maxxaansuun saamanii jiraachuu fi akkuma aanichaatti yakkoonni gara jabinaa tilmaama hin qabne ilmaan Oromoo irratti gama saamichaan raawwatamu cimee itti fufee jiraachuun ibsame.

Haaluma wal fakkaatuun Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ona Guduruu ganda Biqiltuu Fayyinee keessatti hidhattoonni PP namoota jiruuf jireenya isaanii geggeffachaa jiran,qabata siyaasaa kam irraayyuu walaba kan ta'an, Muddee 15,2024 maqaa deggartoota Waraana Bilisummaa Oromooti jedhuun manneen hidhaatti guuruun dararaa jiru. Namootni badii isaanii malee hidhaman kunneen maqaan isaanii:
1. Taarikee Hambisaa
2. Masqalee Itichaa
3. Daarragaa Jabeessaa fi
4. Addunyaa Baqqalaa kanneen jedhaman yoo ta'an, namoonni kunneen tika impaayeerichaatiin qabamanii mana dukkanaatti hiraarfamaa jiraachuun barameera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Kibba Lixa Shaggar Aanaa Ammayyaatti jiraattota saamuu fi hidhuun cimee itti fufe

ONM-ABO Muddee 23,2024 Dantaa dhuunfaa isaa tikfachuuf jecha ilmaan Oromoo dachee Oromiyaa irraa balleessuuf kan rakkatu murni nama nyaataan Bilxiginnaa, dinagdee uummata Oromoo quucarsuun beelaaf saaxilaa duula duguuggaa sanyii fi saamichaanis uummata dararaa jira.

Godina Kibba Lixa Shaggar aanaa Ammayyaa ganda Jammoo Kuraa jedhamu keessatti waraanni goolessituun PP Muddee 20,2024 nama maqaan isaa Obbo Maammush Tarreessaa jedhamu jalaa harrootta lamaa fi hoolota shan saamanii gaagura 8 keessaa damma jiru baafachuun qabeenya mana sana keessa jiru guutummaa guutuutti fudhatanii deemuu jiraataan gandichaa yaaddoo nageenya isaaf akka maqaan isaa dhahamu hin feene tokko ONM'f eeree jira.

Saamicha ulfaataa gandicha keessatti raawwatan garmalee kan hammeessan lukkeeleen bilxiginnaa kunneen ganduma kana keessaa guyaadhuma kana Muddee 20,2024 nama Obbo Taaddalaa Kabaddaa jedhamu jalaa loon sagal saamuun baramee jira.

Akkuma aanichaatti yakkoonni gara jabinaa tilmaama hin qabne uummata irratti raawwachaa kan jiru yoo ta'u, jiraattonni hedduun ukkaamfamuun achi buutee dhabamsiifamaa jiraachuu fi garmalee saamamaa kan jiran ta'uu itti dabaluun ibsaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

WBO'n Zoonii Kaabaa godina Walloo aanaa Dawwee Harawaa keessatti diina du'aa fi madoon adabuu beeksise

ONM-ABO Muddee 23,2024 Abdiin saba cunqurfamaa gootichi waraana Bilisummaa Oromoo ergamtoota murna bilxiginnaa koloneel Abiyi Ahimediin durfamtu Oromiyaa bakkoota adda addaatti tarkaanfii irratti fudhachuun akka baala mukaatti harcaasaa jira.

Haaluma kanaanis Muddee 23,2024 Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Dawwee Harawaa iddoo addaa Haroo jedhamuun beekamutti Humni Furgaatuun Biiftuu Barii Bilisummaa fi Cibraan Hasan Gulee waliin ta'uun ganama har'aa sa'atii 4:00 irraa eegaluun lola jajjabduu ergamtoota maafiyaa PP waliin taasiseen humna diinaa irraa 9 ol ajjeesuun 16 madoo cimaan adabeera.

Tarkaanfii rifaasisaa diinaaf yaaddoo, firaaf ammoo abdii korommiiwwan sanyii Warqituu Humni Furgaatuun Biiftuu Barii Bilisummaa fi Cibraan Hasan Gulee waloon fudhatan kanaanis humni faashistii PP madoo ishee ambulaansii 2'n hospitaala magaalaa Kamiseetti dabarsuun barameera.

Tarkaanfii WBO'n fudhatu jabaatee itti fufa ❗️

Bilisummaan dhiigaan ni dhufa ❗️

Injifannoon Uummata Oromoof ❗❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ONM-ABO Muddee 23,2024


WBO'n Birgeedii Soonsaa godina Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Siree ganda Baabboo Ku'ee jedhamu keessatti har'a Muddee 23,2024 waaree kana waraana Bilxiginnaa maqaa sakatta'a dawoo godhachuun Uummata Oromoo hiraarsuuf bobbaate irratti kallattii adda addaan tarkaanfii laalessaa fudhachaa jira.


Guutuu gabaasa kana jala buunee hordofnee kan isin biraan geenyu ta'a.


Injifannoon Uummata Oromoof!

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Caasaaleen Bilxiginnaa Godina Wallootti lafa horsiisee bulaan loon itti bobbaafatan konkolaataa qonnaan qotachuun qamadii facaafatan

ONM-ABO Muddee 23,2024 Uummanni Oromoo Walloo akkuma beekamu horsiisa looniin kan jiraataniidha. Magaalaa Kamisee cinatti kan argamtu iddoon addaa Caffaa jedhamtu lafa akkaan magariisaa fi dheeda/marga loonii qabdu yoo taatu sababa kanaanis yeroo roobni didee lafti bonaa'uun hongeen baay'atu jiraattotni godinichaa aanota garaa garaa kanneen akka Dawwee Harawaa, Harxummaa Fursee, Jiillee Dhummuuggaa fi Daawaa Caffaa loon isaanii hongeen akka jalaa hin miidhamneef Caffaatti godaansisuun kan jiraataniidha.

Haa ta'u malee lukkeeleen Bilxiginnaa tibba kana Muddee 17,2024 irraa eegaluun qajeelfama qaama olii irraa itti kennameen lafa jiraattotni loon itti bobbaafatan kanneen heektaara 36-36 konkolaataa qonnaan qotuun qamadii mootummaadhaaf facaasuu qabdu ittiin jedhanii Muddee 17,2024 gara galgalaa irraa kaasuun hanga kaleessa Muddee 22,2024 kanaatti lafa horsiisee bulaa kanneen konkolaataa qonna qottuun qamadii qotachaa akka jiran jiraattotni dabaluun dubbataniiru.

Akka jiraattotni godina Walloo aanaalee garaa garaa irraa ONM dubbise jedhanitti, nuti hanga ammaatti loon keenya Caffaatti jiraachifachaa jirra, lafa sana ammoo waggaa tokkoo fi lama qofa irra jiraanne osoo hin taane, akaakayyuuf abaabayyuu keenya irraa dhaalle isaantu nuun eege, nuti ammoo lafti horsiisa keenyaa maaliif qotama? jennee caasaalee bilxiginnaa kanneen yoo gaafanne deebiin keenya ajjeefamuu fi hidhamuu qofa waan ta'eef, akkaataa itti dubbannuu fi qaama itti himannu dhabnee jirra jechuun gadda guddaa xiiqiin guutameen dubbataniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Birgeedii Soonsaa

Duula Cichoomina Kaayyoo

#Sibuu Siree

ONM-ABO Muddee 24,2024 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo haaromsa siyaasaa fi waraanaa taasisuun har'a ganama irraa eegalee Duula Cichoomina Kaayyoo waraana faashistii PP geggeessaa jira.

Duula kanaanis ganama kana Wallagga bahaa aanaa sibuu siree ganda jaalallee keessa birgeediin soonsaa harri'ee keessa baasee jira

Guutuu gabaasa isaan walitti deebina.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

#DuulaCichoominaKaayyoo

Gujii Lixaa aanaa Surroo Barguddaa mooraa waraana faashistii PP ganda Sorooroo Malkaa Jawweetti wawwachiisaa jira.

Guutuu gabaasaan walitti deebina ❗
Injifannoon Uummata Oromoof!

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Ganama ONM-ABO Muddee 24-2024 itti dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oromo Liberation Army Conducts Successful Operations in Eastern Arsi and Western Shagar Zones

ONM-ONM-ABO December 24, 2024

Eastern Arsi Zone
On December 22, 2024, the Oromo Liberation Army's (OLA) South Eastern Zone, Nadhi Gamada Brigade, executed a series of successful operations in the Eastern Arsi Zone, targeting enemy forces in Sirka District.

Sirka District (Sole Digalu):
OLA forces neutralized 8 enemy combatants and injured 15 others during an assault on an enemy encampment in the town of Sole Digalu. Following the operation, enemy forces abandoned their camp and fled the area.

Honqolo Wabe District (Macitu):
Another engagement occurred in the town of Macitu, where OLA neutralized 10 enemy combatants and wounded 7 others. This confrontation forced the remaining enemy forces to evacuate their encampment and withdraw from the town.


Western Shagar Zone
On December 21, 2024, OLA brigades Risa Laga Mogor and Murti Guto launched a coordinated offensive in the Western Shagar Zone's Abuna Gindabarat District.

Abuna Gindabarat District (Mana Bansa):
In a fierce battle at an enemy encampment in the town of Mana Bansa, OLA neutralized 21 enemy combatants and inflicted serious injuries on 12 others. During the operation, OLA forces seized significant weaponry, including 1 sniper rifle, 8 automatic rifles, 3 heavy machine guns, and additional ammunition.


The Oromo Liberation Army continues its strategic operations against enemy forces to reclaim and defend the Oromia region.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Muddee 23-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee keessatti diina adabe

ONM-ABO Muddee 23,2024 Abdii fi gaaddisni uummata Oromoo Waraanni Bilisummaa Oromoo Oromiyaa zooniilee garaagaraatti diina du'aa fi madoon adabuun injifannoo boonsaa galmeessaa jira.

Akkuma kanaanis Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee keessatti Muddee 23,2024 iddoo addaa Tarree Awwaaraa jedhamutti Cibraan Hasan Ammee ganama sa'a 5:00tti lola waraana weerartuu PP waliin taasiseen battalatti humna diinaa 3 ajjeesuun 2 madooo dandammii hin qabneen geggeesseera.

Tarkaanfii laalessaa Cibraan Hasan Ammee ergamtoota maafiyaa PP irratti fudhate kanaanis humni faashistii Bilxiginnaa reeffaa fi madoo ishee harcaasuun magaalaa Qiciicootti deebi'uun ifoomeera.

Lolli WBO'n taasisu hanga hiree murteeffannaa uummata Oromootti jabaatee itti fufa❗️

Oromiyaan dhiiga ilmaan isheen ni Bilisoomti ❗️

Injifannoon Uummata Oromoof ‼️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

የብልፅግና ፋሽስት ጦር በምዕራብ ሸገር ዞን ግንደበረት ወረዳ ሶስት ሰዎችን በጥይት ገደለ።


ታህሳስ 23 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM -ABO).

የጠፋው የብልፅግና ቡድን የኦሮሞን ህዝብ ሬሳ እየመገበ በየእለቱ እረኞቹን ወደ ህዝብ በማሰማራት ህዝብን እየገደለ ስልጣኑን ለማስጠበቅ እየሞረ ነው ።


በአንድ በኩል ህዝቡን ከመደበኛው ኑሯቸው እያሰረ ወደ ጦር ሜዳ እየላካቸው ሙሰኛ አስተዳደሩን የሚጠሉትን እያደነ እየገደለ አስክሬናችውን ለአውሬ መመገባችውን ቀጥሎል።


ይህን በማስመልከት በምዕራብ ሽገር ዞን በግንደበረት አውራጃ በቀሬ ዶቢ መንደር ለገ ቦፋ በሚባልበት ልዩ ስፍራ ታህሳስ 20 ቀን 2024 ዓ.ም ከዚህ ቀደም ለዚህ ኃጢያተኛ አገዛዝ መሳሪያ አንይዝም ብለው ወደ ቤታቸው የተመለሱ እና በግል በግል ንግድ ስራ ላይ የተሰማሩ ሶስት ሰዎች በአገዛዙ ዘራፊዎች ተይዘው በአሰቃቂ ሁኔታ ተገድሎል።


ሟቾቹ ጫላ ደረጄ በኔ ፥ ኢንዳሉ ጎሹ ገላሄ እና ለሜሳ Dhaabaa ጎንፌ ይባላሉ ሲሉ ምንጮቻችን ለኦኤንኤም ተናግረዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በቡኖ በደሌ ዞን በጨዋቃ እና በዳቦ ሀና ወረዳዎች በንጉሠ ነገሥቱ ጦር የሚፈጸመው ሰቆቃ፣ ዘረፋ እና እስራት ተባብሷል።



ታህሳስ 23 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM -ABO).

ለኦሮሞ ህዝብ ምንም ደንታ የሌለው የኢትዮጵያ ኢምፓየር የማፍያ ሰራዊት በኦሮሚያ ውስጥ በየቦታው የታጋዮቹን ቤተሰቦች እያሰቃየ ነው።


በቡኖ በደሌ ዞን በዳቦ ሀና ወረዳ ኢፋባስ ጮሬ መንደር ታህሳስ 21 ቀን 2024 ዓ.ም ጫልቱ አደም ፣ ፈቲያ አደም እና እናታቸውን ሀሊማ አሊ የ65 አመቷን አስረው በፖሊስ ጣቢያ እያሰቃይዋችው ይገኛል።


በተመሳሳይ በጨዋቃ አውራጃ ቡርቃ በረካ መንደር ወይዘሮ ፎዚያ ያያ ከሁለት ልጆቿ ጋር ተይዛ እየተሰቃየች መሆኑን ምንጮቻችን አክለው ገልጸዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

የአብይ አህመድ ወታደሮች በምዕራብ ሸገር ዞን በባኮ ቲቤ ወረዳ በአንድ አዛውንት ላይ አሰቃቂ ግድያ ፈጽመዋል።

ታህሳስ 23 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM -ABO).

የብልጽግና ቡድን ለኦሮሞ ህዝብ  ቡችላዎች ያህል ክብር ስለሌላቸው በሁሉም የኦሮሚያ ማዕዘናት የኦሮሞን ህዝብ ደም በየቀኑ እያፈሰሱ ለአውሬ እየመገቡ ይገኛል።

በታህሳስ 20 ቀን 2024 ዓ.ም የፒፒ ወታደሮች በባኮ ቲቤ ወረዳ በወልቂጡማ ባከሬሬ መንደር አቶ ጫሊ ሚሬሳ ሻንቆ ከሚኖሩበት መኖሪያ ቤታቸው አግተው በአሰቃቂ ሁኔታ እንደገደሏቸው ምንጮቻችን ለኦኤንኤም ተናግረዋል።

አቶ ጫሊ በአካባቢው ማህበረሰብ ዘንድ ተወዳጅ እና የተከበሩ የሀገር ሽማግሌ እንደነበሩ እና ስለ ማህበረሰቡ ስነ ምግባር እና ጨዋነት ምንም የማያውቁ ወኪሎች ከቤታቸው አውጥተው ወስደው ገድለውታል ብለዋል ።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Waraanni bilxiginnaa Lixa Shaggar Aanaa Gindabarat keessatti namoota sadii rasaasa itti roobsuun ajjeesan

ONM-ABO Muddee 23,2024 Murni badee balleessaan Bilxiginnaa akka waan namoota ajjeesuun yeroo bulchiinsa isaa achi butuufitti tiksitoota barcuma isaa uummatatti bobbaasuun guyyuu reeffa ilmaan Oromoo bineensa sooraa oola.

Gama tokkoon namoota jiruu idilee isaanii irraa ukkaamsuun dirree waraanaatti ergee ficcisiisuun alatti kanneen bulchiinsa balfamaa isaa harkatti jibbanii maatii isaaniitti deebi'uun of jiraachisanis maaliif akkan jedhetti bobbaatee saba kee hin darartuu jechuun adamsee ajjeesaa jira.

Bifuma kanaan Lixa Shaggar aanaa Gindabarat ganda Qarree Doobbii bakka addaa Laga Bofaa jedhamutti Muddee 20,2024 namoota sadii kanneen kanaan dura sirna cubbamaa kanaaf qawwee baannee saba keenyatti hin dhukaasnu jechuun mana isaaniitti deebi'anii hojii dhuunfaa irratti bobba'uun jiraachaa jiran goolessitoonni sirnichaa itti marsuun dhukaasa itti bananii ajjeesan.

Namoonni ajjeefaman kunneenis maqaan isaanii Caalaa Darajjee Banee, Indaaluu Goshuu Galaahee fi Lammeessaa Dhaabaa Gonfee kanneen jedhaman ta'uu maddeen ONM'tti himaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Baha Wallaggaa Aanaalee adda addaa irraa hidhattoonni Amaaraa harka bilxiginnaan meeshaa hidhatan hiikkachuu diduun himame

ONM-ABO Muddee 23,2024 "Kan firaaf eelee hin dhaabne, ormaaf eegee dhaabdi" jedhee akkuma Oromoon mammaaku, ergamtoonni bilxiginnaa ilmaan Oromoo fagootti diinomfachaa ifatti immoo finxaaleeyyii Amaaraa daangaa ce'anii dhufan kanneen Faannoo jechuun of waaman gargaaruun meeshaa waraanaa hanga funyaaniitti itti hidhuun caasaa isaanii kutaalee Oromiyaa adda addaa keessatti ijaaraafii kan turanii fi itti jiran yoo ta'u, yeroo ammaa kana immoo godina Baha Wallaggaa aanaalee adda addaa irraa hidhattoonni Amaaraa harka bilxiginnaan meeshaa waraanaa hidhatan yeroo ammaa kana immoo bilxiginnaan "hiikkadhaa!" jennaan hin hiikkannu jedhanii diduun barame.

Finxaaleeyyiin Amaaraa kun "waa'ee meeshaa waraanaa hin qoosnu" jechuun deebisanii bilxiginnaatti qoosaa kan jiran yoo ta'u, namoota isaan keessaa Bilxiginnaa waliin ta'uun irraa hiikuuf meeshaa akka hiikkataniif irratti hojjechaa jiran irrattis tarkaanfii fudhachaa jiraachuun barameera.

Akka maddeen himanitti, hidhattoonni kunneen aanaa Kiiramuu irraa diddaa isaanii bilxiginnaa irratti raawwachuun hiikkachuu ejjennoon didaa kan jiran yoo ta'u, aanicha keessaa bakka Baaginii fi Cabbii jedhamu irraa hiikkachuu diduu fi dhaadannoo adda addaa dhageessisaa akka turan maddeen dabaluun himaniiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Qophii Qorqortii Siyaasaa ONM-ABO Muddee 23-2024 itti dhiyaadhaa!
Safartuu fi hiikoo guddina biyyootaa, guddina Itoophiyaan himattuu fi dhugummaa isaa, haala jireenya hawaasaa, murtiileen dinagdeen wal qabatanii ba'an bu'aan isaa eenyuuf akkasumas sarbamiinsa mirgoota namoomaan wal qabatee jiru ilaalchisuun maree Pr. Mohaammad Abbaa Jabal Xaahiroo waliin maree taasisne!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gabaasa Tarkaanfii ONM-ABO Muddee 23-2024 itti dhiyaadhaa!
WBOn Lixa Shaggar aanaa Abuunaa Gindabarat Kaaba Shaggar aanaa Yaayyaa Guullallee, Hidhabuu Abootee, Dagam godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee fi Dawwe Harawaa Keessatti Diina Adabuun Isnaayippera irraa hiike!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Pr. Mahaammad Abbaa Jabal Xaahiroo waliin turtii taasifne! Galgala kana sa'a 12:00tti

Guddinni Itoophiyaan jettu soba, impaayera hiyyummaan keessatti dagaagaa jiru keessatti lakkoofsi isaan jedhan goyomsaa dha" Hayyuu Dinagdee Pr Mahaammad Abbaa Jabal Xaahiroo

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Baha Wallaggaa Aanaa Guutoo Giddaa fi Waamaa Hagalootti hidhaa fi saamichi jiraattota irratti jabaatee itti fufe

ONM-ABO Muddee 23,2024 Godina Baha Wallaggaa aanaa Guutoo Giddaa ganda Jireenyaa bakka addaa Boolloo jedhamu keessaa waraanni sirna nama nyaataan PP Koloneel Abiy Ahimediin uummata nagaa irratti bobbaafamanii jiran Muddee 20,2024 namoota nagaa kanneen maqaan isaanii Ciisaa'uu Tolasaa fi obboleessa isaa Milkiyaas Tolasaa akkasumas Maatiwoos Baqqalaa kan jedhaman badii tokko malee maqaa sobaatiin yakkanii mana hidhaatti darbachuu isaanii jiraattonni gandichaa ONM'tti himan.

Oduu saamichaan ammoo aanaa Waamaa Hagalootti gandoota hundarraa "labsii hatattamaa" Muddee 14,2024 labsanii doorsisa irratti raawwachuun nama tokko irraa maallaqa qarshii 30,000-35,000 guuraa jiru. Qonnaan bulaan tokko lafa hektaara tokkotti qarshii 4,000 akka kaffaluuf dirqamsiifamaa kan jiruu fi sababa kanaan uummata dararaa jiraachuu maddeen ONM'tti himan.

Loltoonni bilxiginnaa dararaa uummata nagaa meesha maleessa irratti afaan qawween geessisan jabeessuun torbee darbe keessa ganda Iluu Haagaloo jedhamu keessaa dargaggoo Tafarii Dabalaa jedhamu badii tokko malee qabuun reebicha humnaa olii irraan gahuun mana hidhaatti galchanii dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.

Читать полностью…
Subscribe to a channel