US fi UK'n murtii manni murtii waraanaa Paakistaan deeggartoota siiviilii Imraan Kaan irratti murteessite qeeqan
ONM-ABO Muddee 25,2024 Ameerikaa fi Yunaayitid Kingidam dhiheenya kana manneen murtii waraanaa Paakistaan deeggartoota siiviilii Muummicha Ministeeraa duraanii Imraan Kaan 25 irratti murtii balleessaa bara darbe jeequmsa keessatti hirmaatan jedhaman irratti murteessuu isaaniif yaaddoo guddaa qabaachuu isaanii ibsaniiru.
Murtiin kun kanaan duras Gamtaa Awurooppaa fi falmitoota mirga namoomaa biyya keessaatiin qeeqamaa ture.
“Ameerikaan lammiileen nagaa Paakistaan mormii Caamsaa 9, 2023 gaggeeffame keessatti hirmaachuu isaaniitiin mana murtii waraanaatiin murtiin itti murtaa’uun baay’ee yaaddessaa ta'uu ibsite. Manneen murtii waraanaa kun walabummaa abbaa seerummaa, iftoominaa fi wabii adeemsa sirrii hin qaban,” jedha ibsichi. Paakistaan mirga murtii haqa qabeessaa fi adeemsa sirrii akka kabajju gaafate.
Landanitti Waajjirri Dhimma Alaa akka jedhetti “U.K.n adeemsa seeraa mataa ishee irratti abbaa biyyummaa Paakistaan kan kabajju yoo ta’u, namoota nagaa mana murtii waraanaa keessatti murtii kennuun iftoomina, qorannoo walabaa kan hin qabnee fi mirga murtii haqa qabeessa ta’e argachuu kan miidhudha jette.
Mootummaan Paakistaan dirqama Waliigaltee Mirgoota Siivilii fi Siyaasaa Idil-addunyaa jalatti qabu akka kabaju gaafanna.” Ibsi kun kan eeruun hookkara Kaan Caamsaa bara 2023 Islaamaabaaditti hidhamee booda ka'eedha. Muummichi ministeeraa duraanii kun bara 2022 paarlaamaa keessatti sagalee amantaa dhabuutiin aangoo irraa kan kaafaman yoo ta'u, malaammaltummaan Hagayya 2023tti murtiin hidhaa itti murtaa'e.
Ergasii, Kaan mana hidhaa keessa jira. Paartiin mormituu beekamaan Kaan gadhiifamuu isaa mirkaneessuuf mootummaa waliin mari’achaa jira jechuun Asoosheetid Pirees wabeeffachuun Arab News gabaaseera.
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Sulula Finca'aa keessatti ergamtoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa saamuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 25,2024 Uummata Oromoo dararuu hojii idilee kan taasifate waraanni koloneel Abiy Ahimed, yeroo ammaa kana ammoo akkuma guutuu Oromiyaatti kan dur barameen olitti jiraattota irratti saamicha daangaa darbe raawwachuu jabeessanii itti fufanii kan jiran ta'uun ni beekama.
Aanaa Suluula Finca'aa ganda Hawwii Guddinaa jedhamu keessaa Muddee 22,2024 ergamtoonni sirnichaa badii tokko malee namoota maqaan isaanii:
- Akkawaaq Kabbadaa jalaa midhaan ardaba 10,
- Asmaraa Addunyaa jalaa ardaba 15,
- Abdii Zalaalem jalaa ardaba 25,
- Hundee Barsiisaa jalaas ardaba 30
- Maammush Biraanuu jalaa ammoo boqqolloo osoo hin calleeffamin Ooyiruu irra jiru guutummaa saamanii deemuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Akka maddeen himanitti, namoonni kunneen hirmaannaa siyaasa qaama kamiiyyuu kan hin qabne ta'uu himuun, isaan keessaa Hundee Barsiisaa nama jedhamu ammoo baatii tokko dura maqaa "hariiroo Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jedhuun hidhanii dararaa kan jiranii fi yeroo ammaas bakka inni hin jirretti qabeenya isaa saamuun jiruu gadadoof saaxiluu dubbatu.
Godina Arsii Aanaa Siraarootti ergamtoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa irratti saamicha raawwachuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 25,2024 Murni garboomfataan PP afaaniin nagaa labsaa uummata Oromoo irratti duula duguuggaa sanyii (genocide) labsuun loltoota isaa bobbaasee hawaasa nagaa rasaasaan tumsiisaa kan jiru kutaalee Oromiyaa cufa keessaa jiraattota adamsee ukkaamsuun hidhaatti guuraa, saamaa, ajjeesaa, qe'ee fi qabeenyaa irraa buqqisaa jiraachuun ibsamee jira.
Aanaa Siraaroo ganda Biixxannaa Kubiiraa jedhamu irraa torban darbe keessa ergamtoonni sirnichaa saamicha ulfaataa raawwachaa kan jiran yoo ta'u, jiraattonni horii tokkotti qarshii 65 akka kaffalaniif dirqisiifamaa jiraachuu jiraattonni gandichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Kana duras, gandoota aanichaa hunda irraa maqaa gosa kaffaltii adda addaa uummatatti dhahuun saamaa kan turanii fi yeroo ammaa kanas haaluma duraa sanaan itti fufuun horii akka: kotte duudaa fi loon hunda irratti qarshii 65 kaffalaa kan jiran yoo ta'u, jiraattonni kanneen qarshii jedhame kaffaluu didan immoo reebichaa fi hidhaan dararaa kan jiran ta'uu itti dabaluun ibsanii jiru.
Oduu Ganama ONM-ABO Muddee 25-2024 itti dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa
Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Muddee 24-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
በምስራቅ ሐረርጌ ዞን የብልፅግና ጦር በግብር ስም ዘረፋውን አጠናክሮ ቀጥሏል ።
ታህሳስ 24 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በኮሎኔል አብይ አህመድ የሚመራው የብልፅግና ፋሽስታዊ አምባገነን መንግስት በህዝቡ ላይ ከመጠን ያለፈ ግብር በመጣል ሰላማዊ ዜጎችን ማሸበሩን ቀጥሏል።
ይህን በማስመልከት በኮምቦልቻ ወረዳ የቡርቃ ዲን መንደር ነዋሪዎች ስቃዩ ተባብሷል ብለዋል። የፒፒ ማፍያ ሰራዊት ከነዋሪው ላይ በግዳጅ ከመጠን በላይ ግብር እየጠየቀ ሲሆን የተጠየቀውን ገንዘብ መክፈል ያልቻሉትን እያሰረና ቤት እያፈረሰ ነው።
በንብረታቸው ላይ ጉዳት ከደረሰባቸው ሰዎች መካከል;
- ኑሬ መሀመድ ሼዳ ከቤተሰቦቹ እና ልጆቹ ጋር ይኖር የነበረ የአእምሮ በሽተኛ ሲሆን። በሩን ከቤቱ በማንሳት መውሰዳችውን ገልፅዋል።
በተጨማሪም የቤት በሮች ከተወሰዱባችው መካከል:-
- ሻምሰዲን መሀመድ ጁንዲ
- መሐመድ አብዱረሀማን ርዕሰ መምህር
- መሀመድ ዩያ ጎዲ የአእምሮ በሽተኛ ።
- አብዱራማን ዩሱፍ ኢዲሪስ ይህ ሰው ዓይነ ስውር ነው እና
- እንዲሁም የልጆቹ እናት በሆነችው ከጠይባ ዩዮ ስር አንድ በሬ መውሰዳችው ተገልፆዋል።
በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ዞን በሀርጡማ ፉርሴ ወረዳ የአማራ ፋኖ ታጣቂዎች በህብረተሰቡ ላይ ተኩስ በመክፈት አንድ ሰው ሲገደል ሌላኛው ደግሞ መቁሰሉ ታውቆዋል።
ታህሳስ 24 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የአሮጌው ስርአት ደጋፊዎች በኦሮሞ ህዝብ ላይ የዘር ማጥፋት ዘመቻ ለማካሄድ የተለያዩ መሳሪያዎችን ታጥቀዋል።
በዚህም መሰረት በወሎ ዞን በጨፋ ጋርቦታ ሃርጡማ ፉርሴ ወረዳ ታህሳስ 23 ቀን 2024 ዓ.ም አመሻሽ 9 ስዓት ላይ መሀመድ ዳዌ የተባለውን ገድለው ፥ መሀመድ ኡስማን አሊሻን ማቁሰላችው ተገልፆዋል።
በጋርቦታ መንደር የሚገኘው ምንጮቻችን እንደገለፁት በአማራ አማፂ ሃይሎች የተገደለው የመሀመድ ዳዌ አስከሬን እስካሁን ድረስ ያልተገኘ ሲሆን የቆሰለው ደግሞ ማምለጡ ተገልፆዋል።
የሃርጡማ ፉርሴ ወረዳ ነዋሪዎች በሰጡት አስተያየት የአማራ አማፂ ሃይሎች ከ5-10 በቡድን ተደራጅተው በመንገድ ላይ እየዘረፉ፣የሰዎች እርሻና የከብት እገዳ ስፍራ በመሄድ ሰላማዊ ዜጎችን መግደል ፥ ምስል እና መዝረፋችው ተገልፆዋል።
በምዕራብ ሸገር ዞን በባኮ ቲቤ ወረዳ የአብይ አህመድ ወታደሮች አንድ ሰው በእሳት ማቃጠላችው ተገለፀ።
ታህሳስ 24 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የፒፒ ማፍያ ጨካኝ ወኪሎች ህብረተሰቡን እንደ እሾህ በማቃጠል ለማስፈራራት እየሰሩ ነው።
በባኮ ቲቤ ወረዳ በሰደን ቂጤ መንደር ባለፉት ሁለት ሳምንታት ውስጥ የአብይ አህመድ የፋሽስት ወታደሮች ተመስጌን ቀጫ ቀጨ የተባለውን ሰው ያለ ምንም ጥፋት ልብሱን ሙሉ በሙሉ ገፈው ራቁቱን አስቀምጠው በላስቲክ አቃጥለው የሰውንቱን ቆዳ በመግፈፍ በሰውነቱ ላይ ከባድ የአካል ጉዳት አድርሰዋል። .
ይህ ግለሰብ በአሁኑ ሰአት በናቀምቴ ሪፈራል ሆስፒታል ህክምና እየተደረገለት ይገኛል።
ግለሰቡ ከፖለቲካ ወገንተኝነት የጸዳ መሆኑን የገለጹት ምንጮቻችን የስርዓቱ ተላላኪዎች ወንጀሉን የፈፀሙት “የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት የቆሰሉ አባለት ቤታችው ውስጥ እየታከሙ ነው” በሚል ስም ነው።
Godina Booranaa Aanaa Yaaballootti saamichi lafaa murna gabroomsaa PP'n raawwatame
ONM-ABO Muddee 24,2024 Murni Bilxiginnaa akkuma kanaan dura lafa hawaasaa saamaa ture bifa adda ta'een kan duraanii caalaa of qindeessuun Oromiyaa bakkeewwan adda addaatti saamicha cimsee itti fufee jiraachuu ONM odeeffateera.
Muddee 23,2024 godina Booranaa aanaa Yaaballoo ganda Ardaa Yaa'aatti kaabinoonni murna garboomfataa PP lafa mana gandaa kan hawaasni tuutaan itti tajaajilamu nama dhuunfaatti gurguruun qabeenya hawaasaa galii dhuunfaa isaaniif oolfachuu jiraattonni saaxilaniiru.
Namoonni qabeenyaa hawaasaa adda durummaadhaan jalaa gurguratan maqaan isaanii:
- Hoogganaa waajjira lafaa magaalaa Yaaballoo Jaarsoo Shamee
- itti aanaa Biiroo lafaa magaalaa Yaaballoo Dheengee Diimaa Kateeloo
- Ogeessa waajjira lafaa magaalaa Yaaballoo kan taate Maartaa Baqqalee fi
- kantiibaa magaalaa Yaaballoo Boruu Diidaa Obdaa kan jedhamuun dabarfamee gurguramuu jiraattonni itti dabaluun ONM'f ibsaniiru
Hidhattootni Finxaaleeyyii Amaaraa Faannoon Godina Walloo Aanaa Harxummaa Fursee keessatti dhukaasa tikfattoota irratti bananiin nama tokko ajjeesuun tokko ammoo madeessaniiru
ONM-ABO Muddee 24,2024 Leellistoonni sirna moofaa durii uummata Oromoo irratti duula duguuggaa sanyii akka raawwataniif murna bilxiginnaan meeshaalee garaa garaa hidhachiifaman ilmaan Oromoo irratti ajjeechaa suukkanneessaa, madoo fi saamicha qabeenyaa geggeessaa oolu.
Godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee iddoo addaa Caffaa Garboota jedhamutti Muddee 23,2024 gara galgalaa toora sa'a 9:00'tti dhukaasa hidhattootni Finxaaleeyyii Amaaraa Faannoon namoota loon tikfachaa jiran irratti banteen nama maqaan isaa Mahaammad Dawwee jedhamu haala suukkaneessaan ajjeesanii yoo gatan, dargaggoo maqaan isaa Mahaammad Usmaan Aliishaa jedhamu ammoo madeessanii loon namoota hedduus saamuun deemaniiru.
Akka maddeen keenya ganda Garbootaa nuuf eeranitti, hanga gabaasni kun qindaa'etti reeffi isaa kan hin kaane ta'uu fi erga ajjeesaniis reeffa isaa kan dhoksan yoo ta'u, dargaggoon madaa'e ammoo achumaa fiigee harkaa ba'uu ifoomsaniiru.
Humnoonni Finxaaleeyyii Amaaraa Faannoo jechuun of waaman kun namoota 5-10 ta'uun wal gurmeessanii riphanii daandiitti ba'uu, ooyruu namootaa seenuu fi iddoo namoonni loon tikfatan dhaquun namoota nagaa ajjeesuu, madeessuu fi loon namootaa saamanii ooffachuun deemaa jiru jechuun dabaluun dubbataniiru.
Qophii Addaa ONM-ABO Muddee 24-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
ታህሳስ 24-2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Qophii Addaa ONM-ABO Muddee 24-2024 itti dhiyaadhaa!
Ka'umsii fi Ga'umsi Qabsoo Bilisummaa Oromoo Maali, Amajjii 1 Guyyaan WBO Uummata Oromoo Biratti Akkamiin Kabajamaa fi Kan Bara 2025 Akkamiin Kabajuuf Qophooftan Kan Jedhu Irratti Turtii Jaal Cichaa Goobaa fi Feeyizaa Ahimed Waliin Taasisne!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Injifannoon Gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo Birgeedii #Odaa Kaarraa suuraan! Viidiyoos nu eegaa!
#DuulaCichoominaKaayyoo
Irraa hiikanii hidhachuun itti fufa!👇
#DuulaCichoominaKaayyoo
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii Duula Cichoomina Kaayyoo milkeessuuf Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Dawwee Harawaa keessatti fudhateen diina du'aa fi madoon adabuu beeksise
ONM-ABO Muddee 24,2024 Irree fi gaachanni saba Oromoo Waraanni Bilisummaa Oromoo guyyaa har'aa Duula Cichoomina Kaayyoo milkeessuuf Oromiyaa bakkoota garaagaraatti diina du'aa fi madoon adabuun injifannoo boonsaa galmeessaa jira.
Akkuma kanaanis Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Dawwee Harawaa iddoo Sanqallee jedhamutti guyyaa har'aa Muddee 24 Humni Furgaatuun Biiftuu Barii Bilisummaa fi Cibraan Hasan Gulee waloon lola ganama sa'a 3:00 irraa eegaluun ergamtoota murna bilxiginnaa waliin hanga waaree booda sa,atii 8:00 taasisaa ooleen tiksitoota Impaayera Itiyoophiyaa 17 ol du'aan adabee biyyeetti yoo maku, hedduu ishee ammoo madoo dandammii hin qabneen geggeessee jiraachuu hoggansi WBO bakkichaa ONM'tti himaniiru.
Haleellaa jajjabduu humni Furgaatuun Biiftuu Barii Bilisummaa fi Cibraan Hasan Gulee waliin ta'uun Duula Cichoomina Kaayyoo milkeessuuf taasisaa oolaniin waraanni faashistii PP akka baala mukaatti kan harcaate yoo ta'u, madoo ishee ambulaansii 2 fi Isuzu tokkoon hospitaala magaalaa Kamiseetti geeffachuun barameera.
Lolli WBO'n taasisu hanga Bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaatti finiinee itti fufa❗️
Injifannoon Uummata Oromoof ‼️
Godina Baha Wallaggaa Aanaa Guutoo Giddaa keessaa loltoonni PP ammas jiraattota ukkaamsuun gara leenjii waraanaatti guuruu jabeessanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 25,2024 Ergamtoonni Bilxiginnaa impaayera Itiyoophiyaa kufaatii irraa oolchuuf, tibba kana goleewwan Oromiyaa cufa keessaa akkuma mootummoota abbootii irree darbaniitti hawaasa nagaa saalaa fi umuriin osoo adda hin qoodin gara leenjii waraanaatti guuruu jabeessanii itti fufanii jiru.
Aanaa Guutoo Giddaa ganda Qixxeessaa jedhamu keessaa Muddee 23,2024 namoota maqaan isaanii:
- Mul'ataa Mitikkuu,
- Gammachuu Badhaasaa,
- Nagarii Leencoo,
- Abdii Eebbaa,
- Taabotee Leencoo,
- Caaltuu Geetahuunii fi kanneen biroo hedduu ta'an milishoonni sirnichaa fedhii isaanii malee leenjii waraanaaf ukkaamsanii jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Cawwaaqaatti hidhaa jumlaan loltoota Abiy Ahimediin jiraattota irratti raawwatamu cimee itti fufe
ONM-ABO Muddee 25,2024 Gara jabeeyyiin loltoota faashistii Abiy Ahimed lolaan Waraana Bilisummaa Oromoo injifachuu hoggaa dadhaban hawaasa nagaatti deebi'uun dararaa suukkaneessaa ta'e raawwachaa kan jiran ammallee haala duraan barameen olitti ilmaan Oromoo kutaalee Oromiyaa cufa irraa dararuu cimsanii itti fufanii jiru.
Aanaa Cawwaaqaa araddaa Caffee Magartuu jedhamu irraa loltoonni naamusa waraanummaa hin kabajne Muddee 21,2024 badii tokko malee namoota maqaan isaanii:
- Alishuu Mahaammad,
- Ahimad Muhaammadee,
- Siraajoo Muusee,
- Abraahim Mahaammadee,
- Muummee Huseen,
- Ibraahim Dahaa,
- Nuuree Mahaammad,
- Abdishuu Qaashiraa fi kanneen biroo lakkoofsaan hedduu ta'an ukkaamsanii hidhaatti darbachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.
Akka maddeen himanitti, jiraattonni lakkoofsaan hedduu ta'an kunneen badii tokko malee hidhaatti darbatamanii dararaa hamaa argaa kan jiraniif maqaa "Waraana Bilisummaa Oromoo galchuu diddan" jedhuun yakkamanii kan hidhaman ta'uu dubbatu.
Ammee
#DuulaCichoominaKaayyoo
WBOn Gujii Lixaa Aanaa Galaanaa Keessatti PKM fi Isnaayippera waraana faashistii PP Irraa Hiike
ONM-ABO Muddee 25,2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo bilisummaa fi walabummaan Oromiyaa afaan qawwee jiraachuu hubatee hubachiisuun falmaan jiru WBOn kaleessa Muddee 24,2024 irraa eegalee #Duula Cichoomina Kaayyoo jedhuun tarkaanfii waraana faashistii PP irratti fudhachaa jiruun injifannoo boonsaa galmeessaa jira.
Tarkaanfii guyyaa lammaaffaaf har'a Muddee 25 itti fufuun WBOn Zoonii Kibbaa godina Gujii Lixaa aanaa Galaanaa keessatti barii barraaqaan mooraa waraana faashistii Bilxiginnaatti seenuun wawwachiisee du'aa fi madoon adabuun hanga gabaasni kun qindaa'etti meeshaa waraanaa PKM 2 fi isnaayippera 1 irraa hiikuun injifannoo cululuqaa galmeessee jira.
Godinuma Gujii Lixaa aanaa Qarcaa keessattis tarkaanfii ganama kana jajjabeen WBO fudhateen humna diinaa irraa 2 ajjeesee 1 madeessee jira.
#DuulaCichoominaKaayyoo
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
ONM-ABO Muddee 24-2024 itti dhiyaadhaa!
Injifannoo Gootichi Waraana Bilisummaa Zoonii Lixaa Birgeedii Odaa Kaarraa Duula Cichoomina Kaayyootiin Aanaa Gullisoo Keessatti Waraana Faashistii PP Irratti Galmeesse! Muddee 24,2024
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
ግብፅ ወታደሮቿ በሶማሊያ ሰላም ለማስከበር እንደሚሰማሩ አስታወቀች።
ታህሳስ 24 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ( ONM - ABO).
የግብፅ ወታደሮች በሶማሊያ በሚሰማራው የአፍሪካ ሕብረት የሰላም ሚሽን ልዑካን ውስጥ እንደሚካተቱ የግብፅ ውጭ ጉዳይ ሚኒስትር መናገራቸውን ሮይተርስ ዘግቧል።
"ከሶማሊያ መንግሥት በቀረበ ጥያቄ መሠረት ግብፅ በሰላም አስከባሪ ሚሽን ውስጥ ለመካተት ወስናለች" ሲሉ የውጭ ገዳይ ሚኒስትሩ ባድር አብድላቲ በጋዜጣዊ መግለጫ ተናግረዋል ይላል የሮይተርስ ዘገባ።
የሶማሊያው ውጭ ጉዳይ ሚኒስትር በግብፅ ጉብኝት ካደረጉ በኋላ በጋራ በሰጡት ጋዜጣዊ መግለጫ ነው ይህ የተጠቀሰው።
የአፍሪካ ሕብረት ስታቢላይዜሽን ኤንድ ሰፖርት ሚሽን (አውሶም) የተባለው የሰላም አስከባሪ ኃይል በሚመጣው የአውሮፓውያኑ አዲስ ዓመት በሶማሊያ ይሰማራል ተብሎ ይጠበቃል።
"በሶማሊያ ስላለው ጉዳይ ውይይት አድርገናል። ሶማሊያ የግዛት አንድነቷን እና ሉዓላዊነቷን ለማስከበር የምታደርገውን ጥረት ግብፅ ትደግፋለች" ሲሉ የግብፁ ውጭ ጉዳይ ሚኒስትር ተናግረዋል።
ባለፈው ዓመት ታኅሣሥ የኢትዮጵያው ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ እና የራስ ገዟ ሶማሊላንድ የቀድሞ ፕሬዝደንት ሙሴ ቢሂ የመግባቢያ ሰነድ መፈረማቸው አይዘነጋም። ስምምነቱ ኢትዮጵያ ለሶማሊላንድ ዕውቅና እንደምትሰጥ በምትኩ ሶማሊላንድ ለኢትዮጵያ የባሕር በር እንደምትከፍት ያትታል።
ይህን ሰነድ ተከትሎ በኢትዮጵያ እና በሶማሊያ መካከል ያለው ውጥረት የከረረ ሆኖ ቆይቷል። የሶማሊያው ፕሬዝደንት ሐሰን ሼኽ ሞሐመድ ከግብፁ አቻቸው አል ሲሲ እና ከኤርትራው መሪ ኢሳያስ አፈወርቂ ጋር ያላቸውን ግንኙነት አጠናክረዋል።
በኢትዮጵያ እና በሶማሊያ መካከል ያለው ውጥረት አሳስቦኛል ያለችው ቱርክ ሁለቱን ሀገራት ስታደራድር ቆይታ ታኅሣሥ 11/2024 ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድና እና የሶማሊያው ፕሬዝደንት ሐሰን ሼኽ ሞሐመድ በተገኙበት የአንካራ ስምምነት ተፈርሟል።
ፕሬዝዳንት ረሲፕ ታይብ ኤርዶጋን ስምምነቱን "ታሪካዊ" በማለት በሁለቱ አገራት መካከል "ሰላም እና ትብብር ለማምጣት የመጀመሪያ እርምጃ" እንደሚሆን ተስፋቸውን ገልፀዋል።
የኢትዮጵያ ወታደሮች አውሶም በተሰኘው በአዲሱ የአውሮፓውያኑ ዓመት በሶማሊያ ይሰማራል ተብሎ በሚጠበቀው ሰላም አስከባሪ ሚሽን ውስጥ ስለመካተታቸው የተባለ ነገር የለም።
በተያያዘ ዜና በሶማሊያ የውጭ ጉዳይና ዓለም አቀፍ ትብብር ሚኒስትር ዓሊ ኦማር የሚመራ የልዑካን ቡድን ለይፋዊ የሥራ ጉብኝት ሰኞ ታኅሣሥ 23/ 2024 ዓ. ም. ወደ ፊንፊኔ ማቅናቱ ተገልጿል።
የሶማሊያ የውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር በኤክስ ገጹ ባወጣው መግለጫ፣ ልዑካኑ ወደ ፊንፊኔ ያቀኑት "በአንካራ ስምምነት የተገባውን ቃል ለማጠናከር" ነው ብሏል።
"በአንካራ በሁለቱም አገራት መሪዎች አማካይነት የተደረሰውን ስምምነት መሠረት በማድረግ ጉብኝቱ ሶማሊያ ከኢትዮጵያ ጋር ያላትን የሁለትዮሽ ግንኙነት ለማጠናከር ያላትን ቁርጠኛነት ያጠናክራል" ይላል መግለጫው።
አክሎ "የልዑካን ቡድኑ ጉብኝት፣ በመከባበርና በጋራ ፍላጎት ላይ የተመሠረተ ትብብር የሚጎለብትባቸውን ዕድሎች" ትኩረት ያደርጋል ብሏል።
"የሶማሊያ ፌደራል መንግሥት በሉዓላዊነትና የግዛት አንድነትን ላይ ተመርኩዞ ከአጎራባች አገራት ጋር ያለውን ትስስር ለማጠናከር ቁርጠኛ ነው።"
የኢትዮጵያው ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ እና የሶማሊያው ፕሬዝዳንት ሐሰን ሼክ ሞሐመድ አንካራ ላይ ተገኝተው ውይይት ካደረጉ በኋላ ነው ከስምምነት የደረሱት።
የአገራቱ መሪዎች ከስምምነት ላይ ከደረሱ በኋላ በጋራ በሰጡት ጋዜጣዊ መግለጫ ላይ የቱርኩ ፕሬዝዳንት ስምምነቱ ለወደብ አልባዋ ኢትዮጵያ የባሕር መተላላፊ በር እንድታገኝ የሚያደርግ ነው ማለታቸው ይታወሳል።
ከሁለት ቀናት በፊት የፈረንሳዩ ፕሬዝደንት ኢማኑዔል ማክሮን በኢትዮጵያ የአንድ ቀን ይፋዊ ጉብኝት ባደረጉበት ወቅትም፣ ኢትዮጵያ ከጎረቤት አገራት ጋር በውይይት እና ዓለም አቀፍ ሕግን ባከበረ መልኩ የባሕር በር ለማግኘት የምታደርገውን ጥረት እንደሚደግፉ መናገራቸው አይዘነጋም።
በሆሮ ጉዱሩ ወለጋ ዞን የፋኖ ታጣቂዎች ማህበረሰቡን መዝረፋቸውን ቀጥለዋል እና የብልፅግና ወታደሮች የጉዳ ኮኮርን ደኖች ማቃጠላችው ተገልፀ።
ታህሳስ 24 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በሆሮ ወረዳ በሪፈንቲ ገበር መንደር ከታ ቁጤ በሚባልበት ልዩ ስፍራ የአማራ ፋኖ የሚባሉት የኦሮሞን ልጆች ከምድረ ገፅ ለማጥፋት ተልኮ በመውሰድ እና በዚህ ሳምንት ውስጥ ደግሞ የኦሮሞን ህዝብ ለማሰቃየት መግለጫ በማውጣት በታህሳስ 17 ፥ 2024 ዓ.ም ከጂራ ሁሉቃ ስር ሶስት የቀንድ ከብቶች መዝረፋችውን ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
በሆሮ ቡሉቅ ወረዳ አሻያ ዳዱ መንደር ድሬ ኮከር በሚባልበት አከባቢ የአርበኛው አቢሼ ገርባ ታሪካዊ ቦታ ማቃጠልችውን ነዋሪዎች አክሎል።
እንደ ነዋሪዎቹ ገለጻ "ኮኮር ጎዳና ብዙ እንስሳት እንዳሉት እና እነዚህ እንስሳት በጫካው ቃጠሎ ምክንያት ወደ ሌላ ቦታ እየሸሹ ነው።
በተጨማሪም በታህሳስ 17 ቀን 2024 ዓ.ም የአገዛዙ ወኪሎች 480 ኩንታል ድንች ፣ 20 ኩንታል ሳሊክስ እና 8 ኩንታል አኩሪ አተር ከአቶ ፊቃዱ ሀምቢሳ እና 1 ኩንታል አኩሪ አተር ከአቶ መዝገቡ አበራ 200 ኩምታል ቦቆሎ እና 300 ኩንታል ድንች ከአቶ መገርሳ ቦሬ ስር ዘርፎዋል።
በተጨማሪም ባለፈው ወር አቶ ዮሴፍ ቀኖ የተባለውን ግለሰብ ያለምንም ጥፋት ተኩሰው ገድለውታል አሁን ወደ ቤተሰቡ ቤት በመሄድ 350 ኩንታል ድንች ዘርፈዋል።
በአባቦ ጉዱሩ አውራጃ የኮቲቻ ማሎሌ መንደር ሸንበቆ በሚባልበት ልዩ ስፍራ ነዋሪዎች ለኦኤንኤም እንደተናገሩት በታህሳስ 16 ቀን 2024 ዓ.ም አቶ ሺሜ አማንቴ የተባለ ሰው ያለ ምንም ጥፋት ሙሉ በሙሉ ቤት ንብረቱን አቃጥሎል።
በምስራቅ አርሲ ዞን ጀጁ ወረዳ አንድ ወጣት በፒፒ ወኪሎች በጥይት ተመትቶ ሲገደል አንድ ደግሞ መቁሰሉ ተገልፆዋል።
ታህሳስ 24 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በቤቱ የሚኖረውን ሰላማዊ ህዝብ መግደል ጀግንነት ነው ብሎ የሚያስብ አምባገነናዊ አገዛዝ በየቦታው ጦሩን በሰላማዊው ህዝብ ላይ በማሰማራት ጊዜ እና ሀይሉን እየተጠቀመ ይገኛል።
ይህ ቆሻሻ ቡድን በሕዝብ ላይ እየፈጸመ ያለው እኩይ ተግባር አሁንም እንደቀጠለ ሲሆን በመላው ኦሮሚያ በየብልፅግና ፋሽስቶች በኦሮሞ ሕዝብ ላይ ኢሰብዓዊ ሰቆቃ እየተፈጸመ ነው።
በታህሳስ 22 ቀን 2024 ዓ.ም በጀጁ ወረዳ በቀጤ መንደር የሚኖረው ወጣት ሀሰን ኑሬን የብልፅግና ወኪሎች ስብሰባ ውጣ እና ተሳተፍ ሲሉት እርሱ የሆነ ነገር ለመውሰድ ወደ ቤቱ ሲገባ ዘጠኝ ጊዜ በጥይት ተኩሰው ሲገድሉት እና ስማቸው ለጊዜው የማናውቃቸው ደግሞ በጥይት ተመተው ቆስለዋል። እና ህክምና በመከልከላችው እየተሰቃዩ እንደሆነ የወረዳው ነዋሪ ለኦኤንኤም ተናግረዋል።
በዚያው በአቦምሳ ከተማ ህዝቡን ከፍላጎታቸው ውጪ ሰልፍ እንዲወጡ በማስፈራራት ማሰቃየታቸውን ቀጥለውበታል ። በዚህም ምክንያት ህዝቡ ወደ ቤታቸው እንዳይገቡ እያደረጉ መሆኑን የከተማዋ ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ አክለዋል።
የኦሮሞ ጋሻ እና ጥላ የሆነው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በምስራቅ አርሲ ዞን ጠላት ላይ ጥቃት መሰንዘሩን አጠናክሮ ቀጥሏል።
ታህሳስ 24 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የኦሮሞ ተስፋ የሆነው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በደቡብ ምስራቅ ዞን ጭብራ ጃል Nadhii ገመዳ በታህሳስ 22 ፥ 2024 ዓ.ም በምስራቅ አርሲ ዞን በሲርካ ወረዳ በሶሌ ዲጋሉ ቀበሌ ውስጥ በጠላት ካምፕ ውስጥ ሰርጎ በመግባት በጥይቶች እሩምታ ጠላትን አናውጦታል።
በዚህ ጥቃት ላይ 8 የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ 15 ቆስሎል።
በተመሳሳይ በታህሳስ 22 ፥ 2024 ዓ.ም አይድክሜው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ጭብራ ጃል Nadhii ገመዳ በሆንቆሎ ዋቤ ወረዳ በመጪቱ ከተማ ውስጥ የአብይ አህመድ ወታደሮችን በመክበብ በጥይቶች መዕበል ጠላትን እንዳልነበረ አርጎታል።
በዚህ ጥቃት ላይ 10 የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ 7 ቆስሎል። እናም የተለያዩ የጦር መሣሪያዎችን ከጠላት ጀርባ ላይ በመፍታት ለኦሮሞ ህዝብ ትግል ገቢ አርጎዋል።
Godina Gujii Lixaa Aanaa Dugda Daawwaa keessatti lukkeeleen Bilxiginnaa hidhaa hammeessan.
ONM-ABO Muddee 24,2024 Haalli jiruu fi jireenyaa kan itti hadhaayee fi waan qabee gadi dhiisu kan wallaale murni Bilxiginnaa Muddee 21,2024 irraa kaasee hanga Muddee 23,2024'tti godina Gujii Lixaa keessatti uummata Oromoo sababaa fi badii tokko malee maqaa WBO deeggartu jedhuu fi maatii waraana bilisummaa Oromooti jedhuun Uummata burjaajjessee jumlaan hidhaatti Oofaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan.
Akka maddeen jedhanitti godina Gujii Lixaa aanaa Dugda Daawwaa ganda Cabbittii Magaadaa keessatti waraanni maafiyaan PP kan hiikkaan namoomaa isaaf hin galle, maatii abbaa tokkoo nama shan walitti qabee hidhuun Uummata jiruu itti hadheessaa jiraachuu Uummanni gandichaa dubbatu.
Akka Uummanni jedhanitti namoota ammaaf maqaan nu dhaqqabe 14'n kana keessaa gariin deessuu ta'uu namoonni keessa beekan ni dubbatu.
Namoonni hidhaman kunneenis maqaan isaanii:-Odaa Elemaa, Badhaanee Odaa, Buttullee Odaa,Warquu Odaa, Galchuu Elemaa, Bujjuree Elemaa, Hoxxeessaa Dambii, Yuuboo Arbaa, Nigaatuu Magaadaa, Shibbiruu Odaa, Lancaa Guyyee, Fedheshii Guyyee, Duubee Magaadaa fi Deshaa Soraa kan jedhaman ta'uun beekameera.
Murni Bilxiginnaa muddama Keessa Jiraachuun yeroo dhaga'amaa Jirutti, hojjettoota qabachuuf xalayaan daballii miindaa guyyoota 2 gidduutti hojjettoota Akka qaqqabu qajeelchan
ONM-ABO Muddee 24,2024 Murni faashistii PP karoora lolaan aangoo isaa dheereffachuuf baafatee hojiitti ega seenee qe'een hawaasaa manca'ee namootni wabii jireenyaa dhabuu fi hawaasdinagdeen miidhamanii akka jiraatan taasisee jira.
Uummatni impaayerattii rakkoo murna Bilxiginnaan afaan qawween irratti diriiree gubannaa keessa isa galchee jiru kallattiin hiriira ba'uun falmachuun yakka ta'us karaa korommii ilmaan isaa qabsootti jira.
Qabsoo murna Bilxiginnaa irratti afaan qawween geggeeffamaa jiru kan dadhabe Bilxiginnaan loltoota heddummeessee lola irra aanuuf daa'imman osoo hin hafne humnaan qabaa fi kasaaraa dinagdee lolaan dhabe guuttachuuf ammoo maqaa gibiraa fi deggersa kaffalaa jedhuun uummata quucarsaa jira.
Nuffii fi jibbiinsi uummatni gocha isaa kana irraa qabu jabaachuun yeroo ammoo diddaan uummataa nu irratti dho'uu mala sodaa jedhuuun Bilxiginnaan yaaddoo keessa galee jira.
Waltajjii aanaalee, godinaalee fi sadarkaa Oromiyaa akkasumas federaalaatti ta'amuun haalli uummataa yaaddessaa ta'uu kaasuun, keessumaa qaamoleen adda addaa uummata kana daran nu irratti finccilsiisuu danda'u waan ta'eef dursinee hojii itti uumuu qabna jechuun karoora uummataa kana maqaa nageenya manaa mana irra deemnee uummata dubbisuu qabna jechuun baafatanii jiraachuun barameera.
Hojiin Bilxiginnaa uummata Oromoo ajjeesuu, hidhuu, saamuu fi tokkummaa isaa diiguu ta'uu kan hubatan hojjettootni mootummaas ija jabaatanii miseensummaa of irraa kaasaa jiru.
Guyyaa kaleessaa Muddee 23,2024 qofa hojjettootni mootummaa biiroolee Oromiyaa adda addaa keessaa hojjetan 40 ol waraaqaan miseensummaa Bilxiginnaa nu hin barbaachisu jechuun galchanii jiraachuu odeessi biiroolee Oromiyaa irraa nu qaqqabe ni addeessa.
Hiriirri mormii bakkoota tokko tokkotti sababa miindaan kaffalamuu dideen ba'amaa turee fi hojjettootni mootummaa akka waliigalatti Bilxiginnaa irraa abdii kutachuun kan ka'e jeequmsatu nu irratti ka'uu mala jechuun kan sodaatan Bilxiginnaan xalayaan daballii miindaa guyyoota lama gidduutti hojjettoota mootummaa akka qaqqabu Bilxiginnaan biiroolee beeksiseera.
Yeroo ammaa hojdhabdummaa, malaanmaltummaa, sirnadhablummaa fi waraanni hammachuun uummaticha gara diddaa jabeessuutti geessa jechuun raafama hamaan mooraa Bilxiginnaa keessatti dhalachuun barameera.
Godina Arsii Bahaa Aanaa Suudee keessatti ergamtoonni Bilxiginnaa jiraattota saamuu cimsanii itti fufan.
ONM-ABO Muddee 24,2024 Ergamtoonni Abiy Ahimed impaayera dinagdeen ishee gama maraan kufte deebisanii suphuuf jecha goleewwan Oromiyaa cufa keessaa Uummata Oromoo irratti saamicha daangaa darbe raawwachuu jabeessanii itti fufanii kan jiran ta'uun ni beekama.
Godina Arsii Bahaa aanaa Suudee gandoota cufa keessatti ergamtoonni Bilxiginnaa maqaa kaffaltii Inshuraansii Fayyaa jedhuun mana tokkotti qarshii 2,000-2,000 guuraa kan jiran ta'uu jiraattonni aanichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Akka jiraattonni jedhanitti, armaan duras maqaa kaffaltii gosa garaa garaa nagahee hin qabneen yeroo adda addaatti saamichi hamaa ta'e ergamtoota sirnichaan irratti raawwatamaa jiraachuu himuun, sababa kanaanis hawaasni ofiifuu qaala'iinsa jireenyaan waldhaansoo wal qabaa jiraatu waan kaffalu dhabuun gidiraa hamaa keessa kan jiru ta'uu dubbatu.
Kana malees aanicha keessatti maqaa ijaarsa waajjira gandaa jedhuun namni tokko dhuunfaatti muka ijaarsaaf oolu 8 bitees ta'uu kan ofii isaa muree akka dhiyeessu dirqamsiifamaa jiraachuu maddeen itti dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.
Oduu Galgala ONM-ABO Muddee 24-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
WBO'n Zoonii Kaabaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee fi aanaa Jiille Dhummuuggaa keessatti haleellaa Duula Cichoomina Kaayyoon diina du'aa fi madoon adabuu itti fufe
#DuulaCichoominaKaayyoo
Gootichi waraana Bilisummaa Oromoo haleellaa Duula Cichoomina Kaayyoon Oromiyaa Zooniilee adda addaatti harcaatota Koloneel Abiyi Ahimed akka dansaatti adabaa ooleera.
Haaluma kanaanis, Muddee 24,2024 Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee keessatti Cibraan Hasan Ammee bakkoota garaa garaa kanneen akka Hadhoo, Kaarra Booraa,Haraa fi Raasaa keessatti ganama har'aa sa,a 2:00 irraa eegaluun lola waraana weerartuu Abiyi Ahimed waliin hanga waaree booda sa,a taasiseen loltoota sirnichaa 14 ol ajjeesuun, madoo hangi isaa adda hin baane hedduun adabee of booda deebiseera.
Tarkaanfii Duula Cichoomina Kaayyoo milkeessuuf jajjabeen mataa daabee Cibraan Hasan Ammee ergamtoota maafiyaa PP irratti fudhate kanaan loltoonni sirnichaa madoo isaanii Ambulaansii tokkoo fi Ooraalii tokkoon hospitaala Caffaa Roobit fi hospitaala magaalaa Kamiseetti dabarsanii jiraachuun ifoomeera.
WBO'n Zoonii Kaabaa tarkaanfii isaa diinarratti fudhatu ittuma fufuun guyyuma har'aa Muddee 24,2024 aanaa Jiille Dhummuuggaatti Humni Furgaatuun Biiftuu Barii Bilisummaa bakka addaa Gaanga'aa fi Lallaba jedhamutti ganama sa,a 3:00 irraa eegaluun lola hanga waaree booda sa,a 9:30tti taasiseen humna diinaa hedduu ishee du'aa fi madoon adabuun injifannoo cululuqaa galmeesseera.
Tarkaanfii WBO'n fudhatu jabaatee itti fufa ❗️
Injifannoon Uummata Oromoof ‼️
Ammee
#DuulaCichoominaKaayyyoo
Waraanni Bilisummaa Oromoo Lixa Wallaggaa aanaa Gullisoo ganda Maaruu bakka addaa Laga Mannii jedhantutti waraana faashistii PP humma dabalataa dhufte haleelee dirree keessa ari'aa jira.
Hanga ammaatti loltoota Abiy Ahimed irraa qawwee AKM 12 irraa hiikee jira. Lolli itti fufee jira.
Walitti deebina.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
#DuulaCichoominaKaayyoo
Muddee 24,2024 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba Bahaa Cibraan Jaal Naadhii Gammadaa Arsii Bahaa Aanaa Zuwaay Dugdaa magaalaa Adaaree keessatti #Duula Cichoomina Kaayyoon milkeessuuf tarkaanfii WBOn waraana faashistii PP rasaasan waadee baarudaan macheessee fudhateen magaalichaa keessa gugsee jira.
Guutuu gabaasa kanaan walitti deebina!
Injifannoon Uummata Oromoof ❗