onm_abo11 | Unsorted

Telegram-канал onm_abo11 - Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

35953

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, miidiyaa Agartuu Oromoo!

Subscribe to a channel

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

የብልፅግና ሰራዊት በምዕራብ ጉጂ ዞን አባያ ወረዳ አንድ ሰው ተኩሰው መግደላችው ተገለፀ።


ጥር 1 ፥ 2025 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

ከጊዜ ወደ ጊዜ ጦሩን አስታጥቆ የ በመላው ኦሮሚያ በሰላማዊ ሰዎች ቤት በማሰማራት እና የኦሮሞ ልጆችን አስከሬን በየቀኑ ለአውሬ እየመገበ በብልፅግና በሰው በላ አገዛዝ ዘመን የሰው ልጅ የመትረፍ ዕድሉ ከእንስሳት ያነሰ ነው።



ይህን በማስመልከት በታህሳስ 29 ቀን 2024 ዓ.ም በምዕራብ ጉጂ ዞን ውስጥ በአባያ ወረዳ በላዶ ዳዳ መንደር ሹጋዬ ሁጤሳ ኤዴማ የተባለ ንፅህ ሰው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ድጋፊ ነህ በሚል ስም በ3 ጥይት መገደሉን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።



በአገሩ የመኖር መብቱን የተነፈገው በግዛቱ ፈላጭ ቆራጭ አንጃዎች የኦሮሞ ህዝብ አሁንም የነፍጠኛ ልጆች አስተዳደግ በሆኑት በኮሎኔል አብይ አህመድ ተላላኪዎች እየጠፋ ነው።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Kaaba Shaggar keessatti murnoonni PP saamicha qabeenya uummataa irratti jabeessan

ONM-ABO Amajjii 1,2025 Maqaa mootummaatiin teessoo impaayerattii qabatee kan jiru Bilxiginnaan isiniifan dhaabbadhe jechaa duubaan ammoo afaan qawwee irra dhaabee goolessitoota Waraana isaa bobbaasuun uummata Oromoo rakkoo hamaaf saaxilaa kan jiru, ammas bakkeewwan Oromiyaa addaa addaa keessatti eegdota sirnichaan hawaasni dararaa hamtuu argaa jira.


Godina Kaaba Shaggar aanaa Warra Jaarsoo ganda Faajjii Ejersaa keessaa loon 200 hawaasa jalaa fudhachuun hawaasni akka hin dubbanneef afaan qawwee itti qabuun doorsisanii akka deeman maddeen ONM'tti himan.

Godinichuma aanaa Kuyyuu ganda Dhahee Willincoo jedhamu keessatti ammoo midhaan humnaan fidaa jechuun erga irraa fuudhanii booda harroota 80'n gara magaalaa kuyyuutti fe'atanii akka deeman jiraattoonni ni dubbatu.

Akkuma godinichaatti dararaa hamtuun murnoota PP'n irratti raawwachaa kan oolu ta'uu jiraattoonni Onichaa dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Kibba Lixa Shaggar Aanaa Ammayyaatti loltoonni maafiyaa PP jiraattota ajjeesuu fi saamuu cimsanii itti fufan

ONM-ABO Amajjii 1,2025 Murni bu'aa qabsoo wareegamtoota ilmaan Oromoon argame butuun gara aangootti dhufe Bilxiginnaan gaaffii fi fedhii Oromootti dugda gatuun umurii aangoo isaa dheereffachuuf jecha goleewwan Oromiyaa cufa keessatti waraana isaa naasuu fi kabaja namummaa tokkollee dhala namaaf hin qabne uummata nagaa irratti bobbasuun jiraattota nagaa ajjeessuuf saamuu jabeessee jira.

Godina Kibba Lixa Shaggar aanaa Ammayyaa ganda Jammoo Kuraa jedhamu keessatti Muddee 23,2024 loltoonni Biilxiginnaa maanguddoo ganna 65 kan ta'an Obbo Geetaachoo Xaafaa jalaa qabeenyaa isaan qaban hunda loon irraa hanga lukkuutti yoo saaman, Muddee 24,2024 ganama keessaa naannoo sa'atii 1:00'tti mana isaaniitti itti dhaqanii qabuun rasaasa itti roobsanii ajjeesanii jiraachuu maddeen ONM'tti himan.

Akka maddeen jedhanitti, "maqaa hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jedhuu fi "WBO'tu koree godhee si filate; ati WBO'f uummata gidduu deemtee wal quunnamsiista" jedhuun sobaan yakkanii gara laafina tokko malee haala suukkanneessaadhaan rasaasa itti roobsanii ajjeesanii gatuu himan.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Qophii Dilbii Dilbataa ONM-ABO Muddee 29-2024 itti dhiyaadhaa!
Guyyaa 6ffaaf Duulli Cichoomina Kaayyoo Itti Fufuu, Barbaachisummaa Qabsoo WBO fi Haala Impaayerattii Irratti Maree Jaal Niimoonaa Sabaa fi Jaal Daandii Elemoo Waliin Taasisan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

የሱዳኗ መዲና ካርቱም ጦርነቱ ከተቀሰቀሰ በኋላ የመጀመሪያውን እርዳታ አገኘች።

ታህሳስ 29 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

ጦርነቱ ከተቀሰቀሰ ከሁለት ዓመት ገደማ በኋላ ለመጀመሪያ ጊዜ የምግብ እርዳታ የጫኑ ተሽከርካሪዎች ወደ ሱዳኗ መዲና ካርቱም ገቡ።

በሱዳን ጦር እና በፈጣን ደጋፊ ኃይሎች መካከል እየተደረገ ባለው ደም አፋሳሽ ጦርነት ምክንያት ሱዳን በዓለማችን እጅግ የከፋ የረሃብ ቀውስ ውስጥ እንደምትገኝ የተባበሩት መንግሥታት ድርጅት አስታውቋል።

እርዳታ የጫኑ ተሽከርካሪዎች ሐሙስ፣ ታህሳስ 26/ 2024 ዓ.ም ወደ ደቡባዊ ካርቱም ሲገቡ በርካቶች "በሳቅ እና በደስታ እንባ ታጅበው ነበር" ሲሉ የረድዔት ሰራተኛ የሆኑት ዱኣ ታሪክ ገልጸዋል።

የእርዳታ ኤጀንሲዎች የጸጥታ ስጋቶች እንዲሁም ተፋላሚ ወገኖች በሚያደርጓቸው የመንገድ መዝጋቶች ጋር በተያያዘ ወሳኝ የሆኑ የእርዳታ አቅርቦቶችን እያስተጓጎሉ ነው በማለት ሲወቅሱ ቆይተዋል.

የሐሙሱ እርዳታ እንዲደርስ የተባበሩት መንግሥታት ድርጅት ኤጀንሲዎች እና የሱዳን ማህበረሰብ ቡድኖች ከሱዳን ጦር እና ከፈጥኖ ደራሽ ኃይሉ ጋር ድርድር አካሂደዋል።

"በእንባ ታጅበን ነበር፣ የደስታ እንባ፣ ይህንን ለማድረግ የደከምንበት እና የጥረታችን እንባ፤ አስገራሚ ክስተት ነበር" ሲሉ የሱዳን የሰብዓዊ የረድዔት ድርጅት ጋር የሚሰሩት ታሪክ ለቢቢሲ ኒውስ ደይ ፕሮግራም ተናግረዋል።


እርዳታው 28 የጭነት መኪኖች እንዳካተተ ተገልጿል። ከእርዳታው ውስጥ አምስቱን የጭነት መኪና የላከው ዩኒሴፍ "ህይወት አድን" የምግብ እና የጤና አቅርቦቶችን ለአልባሻየር ሆስፒታል እና በካርቱም ለሚገኙ ሌሎች የጤና ማዕከላት ማድረስ መቻሉን ገልጿል።


ካርቱም ውስጥ ይህ እርዳታ በጣም ያስፈልገናል። በከፍተኛ ሁኔታ ስንጠብቀው ነበር። ይህንንም ለማድረግ በርካታ መንገዶችን እና ዘዴዎችን ሞክረናል። በአገሪቱ ውስጥ ያለውን የረሃብ ተጽእኖ ለመቀነስ ብቸኛው መንገድ እንዲህ ያሉ እርዳታዎች ናቸው" ብለዋል።

ከቀናት በፊት አንድ ገለልተኛ የምግብ ዋስትና ባለሙያዎች ቡድን ሱዳን ወደ "ከፋ የረሃብ ቀውስ" እየገባች ነው ሲል አስጠንቅቆ ነበር።

ረሃብ ወደ አምስት አካባቢዎች የተዛመተ ሲሆን 24.6 ሚሊዮን ወይም ግማሽ ያህሉ ህዝብ አስቸኳይ የምግብ እርዳታ እንደሚያስፈልገው ቡድኑ ገልጿል።

ጦሩ እና ፈጥኖ ደራሽ ኃይሉ ከሶስት ዓመታት በፊት በጋራ መፈንቅለ መንግሥት ቢያደርጉም ነገር ግን በመሪዎቹ መካከል በተፈጠረ የስልጣን ሽኩቻ አገሪቱ የእርስ በርስ ጦርነት ውስጥ ከገባች 20 ወራትን አስቆጥሯል።

በሱዳን የአሜሪካ ልዩ መልዕክተኛ ቶም ፔሪየሎ በጦርነቱ እስከ 150 ሺህ ሰዎች ሳይገደሉ እንዳልቀሩ በግንቦት ወር ተናግረው ነበር።

በሱዳኑ ጦርነት ምክንያት ከ11 ሚሊዮን በላይ ነዋሪዎች ከቤት ንብረታቸው ተፈናቅለዋል።

በጦሩ እና በፈጥኖ ደራሽ ኃይሉ መካከል እየተደረገ ያለውን ጦርነት ለማስቆም የተደረጉ የሽምግልና ጥረቶች ፍሬ ሳያፈሩ ቀርተዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ዞን ሀርጡማ ፉርሴ ወረዳ አራት ንፁሀን ዜጎች ከመኖሪያ ቤታቸው በአገዛዙ ታጣቂዎች መታፈናችው ተገለፀ።

ታህሳስ 29 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

በነፍጠኛው ኮሎኔል ዓብይ አህመድ የግዛት ዘመን ኦሮሞነት ብቻውን ወንጀል ሆኖ በኦሮሞ ልጆች ላይ ወጣት እና ጎልማሳ፣ አላዋቂ እና አስተዋይ በሆኑ ንፁሀን ላይ የአገዛዙ ታጣቂዎች ጥቃት እየተፈፀሙ ነው።

በዚህም መሰረት ታህሳስ 20 ቀን 2024 ዓ.ም ከምሽቱ 1፡00 ስዓት ላይ የአገዛዙ ታጣቂ ሃይሎች ሁሴን መሀመድ ኢብራሂም የሚባሉ 4 ሰላማዊ ሰዎችን ገድለዋል።

የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል:-


- አሊ መሀመድ አሊ

- አህመድ ኡመር አሊ እና
መሀመድ አደም ኢብራሂም ተኝትው በነበሩበት መኖሪያ ቤታቸው ተከበው በቤተሰቦቻቸው ፊት ተይዘው ከፍተኛ ድብደባ ደርሶባቸዋል።


የፒፒ የማፍያ ወኪሎች ከቀኑ 6፡00 ሰዓት ላይ መንደሩን ከበው የአገዛዙ ታጣቂዎች በሀርጡማ ፉርሴ ወረዳ በኦሮሞ ህዝብ ላይ እየፈፀሙት ያለውን ዘግናኝ ድርጊት ጨምሮ ለበርካታ አመታት ድርጊቱን ሲፈጽሙ ቆይተዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Yuunivarsiitiin Jimmaa rakkoo dinagdee isa mudateen barsiisota miindaa wayitii dabalataa dhowwachuun eerame

ONM-ABO Muddee 29,2024 Impaayerri bututtuun Itiyoophiyaa bakkeewwan garaa garaatti sababa rakkoo dinagdee ishee mudateen qileetti deemaa kan jirtu, dhaabbata ishee sobuun abjuu aangoo dheereffachuu kan qabdu Yuunivarsiitii Jimmaa keessaa barsiisota miindaa wayitii dabalataa dhowwachuun eeramee jira.

Akka maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanitti, Mooraan Yuunivarsiitii Jimmaa hojjettoota isaa hunda walitti qabuun "hanqinni baajata bara kana waan nu mudateef, barattootaaf nyaanni torbeetti yeroo afur kan qalamuuf amma torbeetti yeroo lama ykn sadiitti gadi hir'ifna" jennee barataa sodaanne. Suuta suuta hir'isaa deemna" jechuun hooggansi Yuunivarsiitii sanaa dubbatee jiraachuu dubbatu.

Kana malees, barsiisonni wayitii dabalataa (additional hours) achi keessatti waggaa tokkoof barsiisaa turan sababa baajata dhabuu moorichaan barsiisota miindaa wayitii dabalataa kan waggaa tokkoo dhowwatanii kan jiran ta'uu itti dabaluun ibsaniiru.

Rakkoo hamaa dinagdee Yuunivarsiitii sana mudateen barattootaaf nyaanni godhamaa jiru abbootii qabeenyaa irraa liqeeffatanii akka nyaachisaa jiran namoonni itti dhiheenyaan beekan Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Torbee darbe hoogganaan Ministeera Barnootaa Pr. Biraanuu Naggaa Yuuniversitii ga'umsa hin agarsiisne ni cufna jechuun yoo doorsisan, kanas namootni baay'een daandii itti hokkora isaan mudataa jiru cuqqaaluuf deemaniidha jechuun dubbachaa turan.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Baha Wallaggaa Aanaalee hedduu keessatti ergamtoonni Bilxiginnaa bifa adda ta'een uummata saamuu itti fufan

ONM-ABO Muddee 29,2024 Impaayerri kadhaa fi liqiin jiraattu Itiyoophiyaan dinagdee ishee qilee bu'een liqii biyyoota Addunyaa illee waan deebistu dhabuun, deebitee dandamachuuf jecha ergamtoonni ishee Koloneel Abiy Ahimed irraa ajaja fudhachuun goleewwan Oromiyaa cufa keessatti uummata Oromoo irratti saamicha hangana hin jedhamne raawwachaa jiru.

Aanaa Waayyuu Tuqaa magaalaa Jimaata jedhamu keessaa ergamtoonni Bilxiginnaa maqaa ijaarsa waajjira gandaa jedhuun qarshii miiliyoona lamaa fi kuma dhibba saddeetiif kuma ja'aatama dirqama buusuu qabdu jechuun, daldaaltota sadarkaa lamatti qooduun, sadarkaa A irraa qarshii 8000 fi sadarkaa B irraa ammoo 5000 guuraa kan jiranii fi hawaasa kanneen biroo irraas haaluma wal fakkaatuun maallaqa humnaa olii saamaa kan jiran ta'uu jiraattonni ONM'tti himanii jiru.

Ergamtoonni kunneen saamicha isaanii ittuma hammeessuun, godinuma kana aanaa Saasiggaa ganda Haroo Foolaa jedhamu keessaa ammoo maqaa kaffaltii gibiraa jedhuun sadarkaa gadaanaan qarshii 3,000 akkasumas olaanaan 14,000 afaan qawwee itti qabuun saamaa jiraachuu jiraattonni himan.

Kana malees gandicha keessatti maqaa kaffaltii Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa jedhuunis mana tokkotti qarshii 1,260 fudhachaa kan jiran ta'uu maddeen itti dabaluun ONM'f eeran.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gabaasa Tarkaanfii ONM-ABO Muddee 29-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Galgala ONM-ABO Muddee 29-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gaachanni saba Oromoo, WBOn Zoonii Harsadee Duula Cichoomina Kaayyoo milkeessuuf guyyaa guyyaan tarkaanfii jajjabduu waraana faashistii PP irratti fudhachuu itti fufuun injifannoo cululuqaa galmeessaa jira.

Kaleessa Muddee 28,2024 Baha Shaggar aanaa Boosat mooraa waraana faashistii PP ganda Siifaa keessa kan argamtu baka Siifaa Raasaa jedhamtu keessatti haleeluun injifannoo boonsaa gonfatee jira.

Tarkaanfii guggubduu waraana diinaa irratti fudhatame kanaan barudaan macheessee olii fi gad ari'uun mooraa keessaa buqqisee gondaansiisuun looltota 35 ol irraa ajjeessuun 25 madoon adabee jiraachuu ajajaan WBO Zooniichaa beeksisee jira.


Tarkaanfii WBOn waraana weerartuu PP irratti fudhatu cimee itti fufa.

Injifannoon Uummata Oromoof❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Daandii Guddicha Itiyoo-Jibuutii

Tarkaanfii Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Duula Cichoomina Kaayyoon banee jiruun guyyaa har'aa marsaa 2ffaaf Daandiin Itiyoo-Jibuutii adda citee jira.


Impaayerattii raasuun itti fufa ❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Guduruutti saamichi ulfaataan ergamtoota sirnichaan lammiilee nagaa irratti raawwatu cimee itti fufe

ONM-ABO Muddee 29,2024 Murni faashistii Abiy Ahimed loltoota isaa goleewwan Oromiyaa hundatti bobbaasuun maqaa "Waraana Bilisummaa Oromoo gargaartu" jedhu itti maxxansuun kan durii caalaa hawaasa nagaa saamuu, reebuu fi hidhaatti guuruu jabeessanii itti fufanii jiru.

Muddee 25,2024 aanaa Guduruu ganda Biqiltuu Fayyinee bakka addaa Qorkee jedhamu keessaa namoota maqaan isaanii:
- Wayyeessaa Mirkanaa jalaa hoolaa 1,
- Addaamuu Hambisaa jalaa re'oota 2,
- Xiiqii Guuttataa jalaa hoolaa 1 fi
- Yaadataa Moosisaa jalaa hoolota 2 qaanii tokko malee saamanii deemuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaa ifoomsanii jiru.

Akka maddeen himanitti, namoonni saamichi irratti raawwate kunneen siyaasa kam irraa bilisa ta'anis, loltoonni sirnichaa garuu maqaa "deggertoota Waraana Bilisummaa Orom

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Begiitti ergamtoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa hidhuu cimsanii itti fufan

ONM-ABO Muddee 29,2024 Dhiiga qaqqaalii ilmaan Oromoo kumaatamaan barcuma aangoo siyaasa impaayerattii qabatee, aangoo isaatti dhimma bahuun uummatuma Oromoo irratti duula duguuggaa sanyii geggeessaa kan jiru murni koloneel Abiy Ahimediin durfamu Bilxiginnaan, goleewwan Oromiyaa mara keessatti Oromummaa isaanii qofaan yakkuun sabboontota ilmaan Oromoo akka bineensaatti adamsee rasaasaan ajjeesuu, hidhuu, saamuu fi dararuu kan durii caalaatti hammeessee itti fufee jira.

Muddee 26,2024 waraanni maafiyaan sirnichaa aanaa Begii ganda Qacoo Waabaraa jedhamu keessaa namoota maqaan isaanii:
- Muusaa Lissaanaa,
- Osumaan Ahimadii fi
- Umar Xahaa jedhaman badii tokko malee mana hidhaatti darbachuun hiraarsaa jiraachuu jiraattonni gandichaa ONM'tti himan.

Jiraattonni namoonni kunneen siyaasa kam keessa kan hin jirre ta'uu himuun, loltoonni faashistii Abiy Ahimed ammoo maqaa "hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabdu" jedhu itti maxxansuun hidhaatti darbachuun ibsameera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Boojjii Birmajjii

#DuulaCichoominaKaayyoo Guyyaa 6ffaa

ONM-ABO Muddee 29,2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti Duula Cichoomina Kaayyoo guyyaa 6ffaan fudhachaa jiruun WBOn Zoonii Lixaa Birgeediin Odaa Kaarraa aanaa Boojjii Birmajjii mooraa ganda Diddibbee irratti fudhateen qawwee AKM hiikuu dabalatee hedduu ajjeesuun gariin madeessuun barameera.


Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምዕራብ ሸገር ዞን አቡነ ግንዳባራት ወረዳ የአገዛዙ ታጣቂዎች ቤት አቃጥለው መዘርፋችው ተገለፀ።

ጥር 1 ፥ 2025 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

በሁሉ ነገር የበለፀገው የኦሮሞ ሀገር ለድህነት እየተጋለጠ በየእለቱ በሚካሄደው የብልፅግና ቡድን ዘረፋ ልጆቹም ለችግር እየተዳረጉ ነው።


በታህሳስ 31፣ 2024 ዓ.ም በምዕራብ ሸገር ዞን በአቡነ ግንዳባራት ወረዳ በጋጎ ኦሶሌ መንደር የአገዛዙ ተዋጊዎች የማህበረሰብ ቤቶችን አቃጥለው የህብረተሰቡን የቀንድ ከብቶች እና እህል መዝረፋችውን ምንጮቻችን ገልጸዋል።

ቤታቸው የተቃጠለባቸው እና ከተዘረፉ ሰዎች መካከል:-
- የአቶ ተሾመ Badhaasaa እና የአቶ Badhaasaa ገቢሳ አባትና ልጅን ቤት አቃጥለው 20 የቀንድ ከብቶችና 8 አህዮችን ወሰዱ ሲዘርፉ።
- ከአቶ Dhugummaa አዱንኛ ስር ሁለት ቤቶችን አቃጥለው ፣ 14 የቀንድ ከብቶች ፥ 25 ፍየሎች እና 3 አህያ ሲዘርፉ።
- ከአቶ ዳቡ ሌሎ ስር ቤት አቃጥለው ፣ 4 የቀንድ ከብቶችን ወስደዋል። እናም
- ከአቶ ኦብሱ ቶለሳ ስር 4 የቀንድ ከብቶችን ወስደዋል ሲሉ ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Gannatiitti loltoonni Bilxiginnaa qonnaan bultoota hedduu humnaan qabanii milishaa gochuu itti fufanii jiru.

ONM-ABO Amajjii 1,2025 Murni garboomfataan impaayerattii hawaasa nagaa roga isaaf mijate hundaan humnaan afaan qawwee itti qabee abbaa irrummaa isaa ifatti labsuun yeroo adda addaatti xiqqaa fi guddaa osoo hin jenne humnaan ukkaamsuun gara leenjii waraanaatti guuraa jira.

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Jimmaa Gannatii ganda Guddattuu Jimmaa irraa ergamtoonni Bilxiginnaa fedhii isaanii malee humnaan qonnaan bultoota maqaan isaanii:
- Geetaachoo Dheeressaa,
- Abiyoot Mangashaa,
- Kuusaa Margaa,
- Namee Gurmeessaa fi qonnaan bultoota maqaan isaanii adda hin baane hedduu ukkaamsuun gara leenjii milishummaatti dirqamaan geessaa jiraachuu maddeen itti dhiheenyaan hordofan Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.

Qonnaan bultoonni ukkaamfamuun dirqamaan milishaa leenjifamaa jiran kunneen kanneen umuriin isaanii yoo xiqqaate 50 ol ta'anii fi kanneen dhukkuba adda addaa qaban illee osoo hin hafin qabamanii humnaan leenji'aa kan jiran yoo ta'u, kanneen umuriin isaanii waggaa 20 gadi ta'e immoo, gara leenjii Raayyaa Ittisa Impaayerattiitti guuramaa kan jiran ta'uu maddeen itti dabaluun ibsanii jiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

WBOn Lixa Wallaggaa Aanaa Baabboo Gambeel keessatti tarkaanfii fudhateen injifannoo boonsaa galmeesse

#DuulaCichoominaKaayyoo

ONM-ABO Muddee 29,2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Lixaa Duula Cichoomina Kaayyoon tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu jabeessee jira.

Akka kanaanis tarkaanfii har'a Muddee 29,2024 ganama bariin WBOn Birgeedii Odaa Kaarraa godina Lixa Wallaggaa aanaa Baabboo Gambeel buufata waraana faashistii PP ganda Ambaalloo irratti fudhateen loltoota 23 ajjeesuun 42 madeessee jira.

Loltoota PP ajjeefaman 13 magaalaa Baabboo keessatti yoo awwaalan madoo 42 keessaa 11 kanneen madoo ulfaataa qaban gara Hospitaala Najjootti yaalii olaanaaf erguun 31 ammoo achuma magaalaa Baabbootti yaalaa jiraachuun barameera jira.

Lola guyyaa har'aa Lixuma Wallaggaa aanaa Boojjii Birmajjii ganda Dibbisaa keessatti geggeeffameenis hedduu du'aa fi madoon adabee qawwee AKM 5 irraa hiikuun mooraa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira.


Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ፍርጣማው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በአላማ ጽናት ዘመቻ ስም የጠላት ሀይላት ላይ ጥቃት መሰንዘሩን አጠናክሮ ቀጥሏል።

ታህሳስ 29 ፥ 2024ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

ይህን በማስመልከት ጀግናው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በምዕራብ ሸገር ዞን በአዳ በርጋ ወረዳ ውስጥ በታህሳስ 28 ፥ 2024 ዓ.ም በጠላት ካምፖች ላይ በወሰደው እርምጃ በጥይቶች ወላፍን ጠላትን እንደልነበረ አርጎታል።


በዚህ ጥቃት ላይ ከ250 በላይ የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ ከ62 በላይ ቆስሎል። እናም 50 የጠላት ሀይላት ተማርኮዋል።

በመሳሪያ በኩል 220 የኤኬም ክላሽ ፥ 1 ዲሽቃ ፥ 3 ብሬን ፥ 2 እስናይፐር ፥ 10,000 የኤኬም እና የብሬን ጥይቶች ፥ 100 ቦንብ ፥ 6 የብሬን ጆሮሮና የተለያዩ የጦር መሣሪያዎችን ከጠላት ጀርባ ላይ በመፍታት ለኦሮሞ ህዝብ ትግል ገቢ አርጎዋል።

እንድዚሁም የኦሮሞ ጋሻ እና ጥላ የሆነው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በምስራቅ ሸገር ዞን በፈንታሌ ወረዳ በሀሮ ሁባ ቀበሌ ውስጥ በአብይ አህመድ አይላት ላይ በወሰደው እርምጃ ጠላትን አናውጦታል


በዚህ ጥቃት ላይ 42 የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ 52 ቆስሎል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምዕራብ ሸገር ዞን ጀልዱ ወረዳ የፋሺስቱ ጦር የአንድ ቤተሰብ ቤትን ማቃጠላችው ተሰማ።

ታህሳስ 29 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የፋሺስቱ አምባገነን ኮሎኔል አብይ አህመድ በሁሉም የኦሮሚያ ማዕዘናት ላይ የሰራዊት አባላትን እያሰማራ በኦሮሞ ህዝብ ላይ ግድያ፥ ዘረፋ ፥ እስራት እና ቤት ማውደማችውን አጠናክረው ቀጥሎል።

በብአዴን ዘመን በአባት ሃገሩ ውስጥ ተወልዶ ያደገው የኦሮሞ ህዝብ ቤቱን እና ንብረቱን እንዲሁም የልጆቻቸውን ህይወት በብልፅግና አንጃ እየወደመ ነው።

ይህን በማስመልከት በታህሳስ 28፣ 2024 ዓ.ም በምዕራብ ሸገር ዞን በጀልዱ ወረዳ በጀዌ ቦኒ መንደር ውስጥ ዘራፊዎች የወ/ሮ ሎሚ ቱጁባን ቤት አቃጥለዋል።

ከዚህ ቀደም ከጥቂት ወራት በፊት ባለቤቷ ሂርጳ ኢዴሳን ያለ ምንም ምክንያት ከእርሻ ስፍራው ይዘው መግደላችው ይታወሳል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

በምስራቅ ሸገር ዞን በዱግዳ ወረዳ ውስጥ የብልፅግና ጦር በአንዲት እንስት ላይ የአስገድዶ መድፈር ወንጀል በመፈፀም ለጉዳት መዳረጋችው ተገለፀ።

ታህሳስ 29 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).

የሰው መልክ ለብሰው በተግባር ከእንስሳት በላይ ህጻናትን በማጥፋት ላይ ተሰማርተው የኦሮሞን ህዝብ ለራሳቸው ሲሉ በደም የተቀላቀለበት እንባ እያስለቀሱ ነው።

የህዝብን ባህልና ስነ ምግባር ይዘው ያላደጉ የፒፒ ሰራዊት ከዳተኞች የጠመንጃ አፍን በመጠቀም በሴት ልጅ እና እናቶች ላይ የህዝብን ስነ ምግባር የሚጻረር ተግባር እየፈጸሙ ነው።

በታህሳስ 20 ቀን 2024 ዓ.ም የአምባገነኑ መንግስት ጦር የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት አሰሳ በሚል ስም መጥተው ንፁሃን ዜጎችን ዘርፈው በማሰቃየት ከረፋዱ 4 ስዓት አከባቢ እንስት አዩራ ዳሌ የምተባለውን በጋራ መድፈራችውን የአከባቢው ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።


የመንደሩ ነዋሪዎች ለኦኤንኤም እንደተናገሩት በደረሰባት ከባድ ጉዳት በመቂ ሆስፒታል ህክምና ስታደርግ የነበረች ሲሆን የደረሰባትን ጉዳት መቋቋም ባለመቻልዋ በሂውት እና በሞት መካከል እንደምትገኝ አክሎል።

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Faashistoonni murni Bilxiginnaa Lixa Shaggar Aanaa Jalduu keessatti maatii tokko jalaa mana isaanii gubuun barbadeessan

ONM-ABO Muddee 29,2024 Saba guddaa gaanfa Afirkaa abbaa aadaa fi safuu akkasumas madda qaroomina biyyoota addunyaa kanaa kan ta'e Uummata Oromoo kolonii ilmaan habashootaa jalatti deebisee sarbamiinsa mirga namoomaa irratti raawwachaa kan jiru faashistichi abbaa irree impaayerattii koloneel Abiy Ahimed goolessitoota waraana isaa goleewwan Oromiyaa cufa keessatti bobbaasuun guyyuu dararaa hamtuu dhandhamsiisaa jira.

Bara bulchiinsa bilxiginnaa keessa mirga abbaa biyyummaa isaa sarbamuun biyya irratti dhalatee guddate Oromiyaa irratti murnoota alagaan rakkoo garaa garaa keessummeessaa kan oolu sabni Oromoo ammas kan yeroo kamuu caalaatti qe'ee fi qabeenya isaa akkasumas lubbuu ilmaan isaa rasaasa bilxiginnaan dhabaa jira.

Mudde 28,2024 Lixa Shaggar aanaa Jalduu ganda Jawwee Bonii iddoo addaa Maaqadee jedhamu keessatti saamtonni murna PP mana Aaddee Loomii Tuujubaa qorqorroo lama mi'a mana keessaa dabalatee jalaa gubanii barbaadeessuu maddeen ONM'tti himan.

Kanaan duras baatii muraasa dura abbaa manaa ishee Hirphaa Iddeessaa kan jedhamus sababa tokko malee osoo qonnaa qotachaa jiruu qabanii ajjeesuun maatii isaanii cufa godaansaaf saaxilanii jiraachuu maddeen dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Naannoo Oromiyaa keessaa Hojjettoonni Mootummaa Seektaroota garaa garaa irra jiran hedduu dararamaa jiraachuu ONM'tti himan

ONM-ABO Muddee 29,2024 Murni Bilxiginnaa ofiin jedhu kun kufaatii siyaas-dinagdee roga maraan isa mudatee jiruun wal qabatee deebisee of haaromsuuf yaalii taasisaa jiruun, yeroo adda addaatti tarsiimoo garaa garaa bocuun ergamtoonni caasaa adda addaa irra jiran ajaja humnaa olii walitti kennuun dararaa ulfaataa hojjettoota irraan gahaa jiru.

Bifuma kanaan, yeroo ammaa kanas akkuma guutuu Oromiyaatti hojjetaan mootummaa Seektaroota akka: misoomaa, fayyaa, barsiisummaa fi kanneen biroo irra jiran bakkuma hojiif ramadaman ta'anii akka hojjetaniif dirqamni gadi itti bu'ee dararaa hamaa keessa kan jiranii fi sababa kanaan hojjettoonni hedduunis hojii dhiisuuf murteessaa kan jiran ta'uu hojjetaan mootummaa dubbisne tokko yaada isaa miira aariin Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf kennee jira.

Akka namni kun himutti, qamni ani mootummaadha ofiin jedhu kun miilla tokkoon dhaabbatee lubbuun keessaa ba'uuf wargamaa jiraachuu himuun, dinagdeen illee kufuun miindaan ji'aa illee yeroo yeroon dhibbantaadhaan irraa muramaa jiraachuun wal qabatee qaala'iinsa jireenyaanis dararamaa jiraachuu dubbatu.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ታህሳስ 29-2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

ONM-ABO Muddee 29-2024 itti dhiyaadhaa!
Pilaaniin Misooma Kooriidara Magaalaa Bu’uura Seeraa Qaba Moo? Hin Qabu ?
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Qophii Walaloo ONM-ABO Muddee 29-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Walloo Aanaa Dawwee Harawaa keessatti loltoota Impaayera Itiyoophiyaan dhiittaan mirgoota namoomaa rawwatamu jabaatee itti fufe

ONM-ABO Muddee 29,2024 Biyya abbaa isaa irratti mirgi lubbuun jiraachuu irraa mulqamuun hanguma bineensota bosonaallee kabaja kan dhabe sabni Oromoo, hidhattoota Koloneel Abiy Ahimed sansakkaa waraanummaa tokkollee hin qabneen gochoonni farra namoomaa namoota nagaa irratti raawwatamaa jira.

Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Dawwee Harawaa ganda Rasaa keessatti Muddee 27,2024 maqaa sakattaa WBO jedhuun milishoonni sirnichaa fi waraanni faashistii PP gandichatti bobbaafaman dargaggoo maqaan isaa Adam Mahaammad Abduu jedhamuu fi obboloota lamaan kan ta'an dargaggoo Ibraahim Aliyyii fi dargaggoo Abduu Aliyyii kan jedhaman reebicha ulfaataa qaama laalessu irratti raawwachuun magaalaa Booraatti hidhanii jiru.

Dargaggoonni hidhattoota murna nama nyaataa PP'n reebichi suukkaneessoon irratti raawwatamuun hidhaman kun siyaasa paartii dhaaba kamiiyyuu kan hin hordofne ta'uu hiriyootni isaanii himuun, ergamtootni bilxiginnaa kun garuu sobaan yakkanii baarjaa dharaa itti maxxansuun maqaa deggartoota waraana Bilisummaa Oromootii fi hojii loojistikii WBO'f hojjettu jedhuun akka hidhan dabaluun addeessaniiru.

Dabalataan akkuma aanaa Dawwee Harawaatti maqaa maatii qabsaa'otaati jedhuun loltoota murna Bilxiginnaan hidhaa, reebicha, buqqaatii fi saamichi namoota nagaa irratti raawwatamu jabaachuun, jiraattotni onichaa shiftoota Koloneel Abiy Ahimediifuu akka itti ba'anii galan dhabanii rakkoo ulfaataa dhamdhamaa jiru.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Godina Lixa Shaggar Aanaa Baakkoo Tibbeetti loltoonni Bilxiginnaa jiraattota saamuu fi reebuu hammeessan

ONM-ABO Muddee 29,2024 Ergamtoonni kaayyoo fi akeeka jiraataniif hin qabne loltoonni Abiy Ahimed garaa isaanii qofa guuttachuuf jecha uummata Oromoo sobaan yakkuun miidhaa hangana hin jedhamne irratti raawwachaa jiru.

Muddee 25,2024 waraanni faashistii PP aanaa Baakkoo Tibbee ganda Odaa Gudayyaa jedhamu keessaa jiraattota maqaan isaanii:
- Gizaachoo Alamuu fi
- Zariihuun Filee jedhaman jalaa hoolota 22 fi harroota 2 badii tokko malee saamuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.

Kana malees ganduma kana keessaa guyyaadhuma kana:
- Amdee Alamuu,
- Geetaachoo Nagaraa fi obboleessa isaa,
- Balaachoo Nagaraa jedhaman yakka tokko malee reebicha hamaa irratti raawwachuun miidhaa qaamaa ulfaataaf saaxiluun, yeroo ammaa mana yaalaa keessatti du'aa fi jireenya gidduu jiraachuu maddeen itti dabaluun eeraniiru.

Jiraattonni kunneen balleessaa tokko malee sababa Oromummaa isaanii qofaaf yakkamuun dararamaa kan jiran ta'uun ibsameera.

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Oduu Waaree ONM-ABO Muddee 29-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Читать полностью…

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Gujii Lixaa #Galaanaa

ONM-ABO Muddee 29,2024 Duula Cichoomina Kaayyoo milkeessuuf irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa konyaa Gujii Lixaa aanaa Galaana ganda Ceekkataa fi Dangoo keessatti tarkaanfii keessa deebii hin qabne kaleessa Muddee 28 haxxee itti hidhuun waraana PP 12 ol du'aa yommu adabu 9 ammoo madoo dandammii hin qabneen adabe jira.



Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Читать полностью…
Subscribe to a channel