Magaalaa Dirre Dhawaa keessatti hidhattoonni maafiyaa PP dargaggoo tokko ajjeesuun dhagaa'ame
ONM-ABO Amajjii 4,2025 Sirni badiif wal qindeesse impaayerri Itiyoophiyaa baroota hanga barootaatti dararaa addaa addaa uummata Oromoo irratti raawwachuu hojiilee idilee taasifachuun yeroo ammaa Bilxiginnaan gochoota qorqalbii uummatichaa cabsan raawwataa jira.
Godina Baha Harargee magaalaa Dirre Dhawaa keessatti Amajjii 1,2025 dargaggoo maqaan isaa Muraad Shamsaddiin jedhamu badii tokko malee rasaasa itti roobsuun ajjeesanii bakkee irratti gatuun beekameera.
Geggeessitoonni impaayerattii guyyuu qe'ee uummata Oromootti gaddaa fi bo'icha galchuun uummata nagaan jiraatu mirgoota namummaa sarbanii abjuu abboota isaanii milkeessuuf jabeessanii hojjechaa akka jiran gochoonni Oromiyaa keessatti raawwachaa jiru ni mul'isa.
Akka maddeen keenya bulchiinsa magaalaa Dirre Dhawaa irraa yaada isaanii nuuf qoodan himanitti, waraanni gara jabinaan guutame magaalaa keessatti bobba'uun sarbamiinsa adda addaas hawaasa irratti raawwachuu cimsuu itti dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf himaniiru.
Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gaa'oo Qeebbeetti waraanni maafiyaan PP ajjeechaa ogeessa fayyaa tokko irratti raawwatan
ONM-ABO Amajjii 4,2025 Sirni nama nyaataan jaarraa tokkoo ol Saba Oromoo qawweedhaan cabsee mirga abbaa biyyummaa isaa irraa mulqee biyya isaa irratti saamuu, reebuu, hidhuu fi ajjeesuu akka gootummaatti ittiin dhaadatu har'as ol adeemtoota biyyaaf gaaddisa ta'an kichuutti kutuu cimsee itti fufeera.
Waraanni garboomfataan PP godina Qellem Wallaggaa aanaa Gaa'oo Qeebbee mooraa waraanaa ganda Sichaa'oo irraa maqaa sakattaa WBO'n bobbaafaman tarkaanfii guggubduu gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo irratti fudhatee du'aa fi madoon adabe haaloo isaa uummatatti ba'uun Amajjii 1,2025 ganda Shimalaatti dargaggoo umurii 23 maqaan isaa Malkaamuu Qannaa jedhamu ajjeesanii gatuun ibsameera.
Akka jiraattonni gandichaa dubbatanitti, dargaggoo Malkaamuun ogeessa fayyaa mana yaalaa dhuunfaa kan qabu hawaasa murni Bilxiginnaa tajaajila irraa kuteef gargaarsa taasisaa jiruun lubbuu lammiilee hedduu baraaraa kan ture ogguu ta'u, maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo tumsitaanis akka ajjeesan itti dabaluun eeraniiru.
Qophii Eebba WBO ONM-ABO Amajjii 4-2024 itti dhiyaadhaa!
ABO-WBOn Miseensota Waraana Bilisummaa Oromoo Haarawaa Bara Haaraatti Zoonii Lixaatti Eebbisiise
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Amajjii 3-2025 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
ጥር 3-2025 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Godina Arsii Bahaa keessatti hidhaaf saamichi murnoota PP'n jiraattota irratti hammate
ONM-ABO Amajjii 3,2025 Hireen ilma namaa hiraarfamuu kan ta'e bara bulchiinsa bilxiginnaa keessa sabni Oromoo dararaa akkaan ulfaataa kan mootummoota abbaa irree impaayerattii duraanii caalaatti keessummeessaa jiraachuun kan beekamuudha.
Yakka tokko malee guyyaa dhufee darbuun miidhaa garaa garaa murnoota PP'n argaa kan oolu uummanni Oromoo ammas goolessitoota Waraana bilxiginnaan jiruu gadadoof saaxilamaa jira.
Muddee 30,2024 faashistoonni sirnichaa godina Arsii Bahaa aanaa Roobee Didaa ganda Saadiqa tokkummaa iddoo addaa Dirree Wacuu jedhamutti namoota maqaan isaanii Amiin Adam Waariyoo, Anuu Adam Kabirii, Jaboo Kadir fi Maammaa Abdoo Sheekoo jedhaman jalaa re'oota tokko tokko jalaa qalachuun shonkooraa fi muuza ooyiruu irraa barbadeessanii deeman.
Kana malees aanaa Muneessaa keessatti namoonni balleessaa tokko malee maqaa WBO deggertuu fi nyaachistuun jumlaan hidhaatti guuramaa jiraachuu maddeen eeran.
Namoota maqaan isaanii Obbo Reedonee Huseen, Dammituu Mohaammad, Huseen, Gammadii Mohaammad, Obbo Amaan Tasfaa dabalatee namoonni hedduun waajjira poolisii aanichaa keessatti dararamaa jiraachuu jiraattoonni Onichaa dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeraniiru.
Godina Baha Shaggar Aanaa Dugdaa keessatti ergamtoonni Bilxiginnaa maanguddoo tokko hidhanii dararaa jiraachuun himame
ONM-ABO Amajjii 3,2025 Maanguddoota Oromoo silaa kabajni maluuf, ergamtoonni Bilxiginnaa safuu fi safeeffannaa hawaasichaa hin beekne ammoo qooda kabajaa kennaniif salphisuun dararaa ulfaataa irraan gahuu jabeessanii itti fufanii jiru.
Jiraataa aanaa Dugdaa ganda Bayimoo Guusaa kan ta'e maanguddoo Obbo Lammii Leenjisoo jedhamu ergamtoonni sirnichaa torban darbe keessa qabuun hidhaatti darbatanii garmalee hiraarsaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.
Akka maddeen himanitti, Obbo Lammiin maanguddoo jaarsa biyyaa abbaa daa'imman 14 ta'uu himuun, innis badii kan hin qabnee fi kanaan duras qe'ee fi qabeenya isaa irraa buqqisuun dararaa ulfaataa irraan gahaa turuu dubbatu.
Oduu Galgala ONM-ABO Amajjii 3-2025 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Kabaja Amajjii 1 ONM-ABO Amajjii2-2025 itti dhiyaadhaa!
WBO Zoonii Lixaa Birgeedii Odaa Kaarraa Cibraa Afaan Qawwee fi
Cibraa Gumaa Guddaa Kabaja Amajjii 1 Guyyaa WBO Haala Kanaan Dabarsan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Gabaasa Tarkaanfii ONM-ABO Amajjii 2-2025 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Oduu Galgala ONM-ABO Amajjii 2-2025 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
ጀግናው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት የአላማ ፅናት ዘመቻን ለማሳካት በመደ አልቡዳ ዞን በጠላት ላይ ጥቃት መፈጸሙን አስታወቀ።
ጥር 2 ፥ 2025 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO)
ይህን በማስመልከት የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በምስራቅ ጉጂ ዞን በሰባ ቦሩ ወረዳ በሰጰንሳ ቦሮ መንደር ውስጥ ቢፍቱ በሪ ብርጌድ በጥር 1 ፥ 2025 ዓ.ም በጠላት ካምፕ ሰርጎ በመግባት በጥይቶች ውርጅብኝ ጠላትን ድባቅ አርጎታል።
በዚህ ጥቃት ላይ ከ40 በላይ የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ ከ36 በላይ ቆስሎል። እናም 8 የጠላት ሀይላት ተማርኮዋል።
በመሳራያ በኩል 25 የኤኬም ክላሽ ፥ 1500 የኤኬም ጥይቶች ፥ 2500 የብሬን ጥይቶች ፥12 የብሬን ጆሮሮ ፥ 2400 የዲሽቃ ጥይቶች እና የተለያዩ የጦር መሣሪያዎችን ከጠላት ጀርባ ላይ በመፍታት ለኦሮሞ ህዝብ ትግል ገቢ አርጎዋል።
የኢሉ አባ ቦራ ዞን አልጌ ወረዳ የአብይ አህመድ ወታደሮች የወጣቶችን እስራት አባብሰዋል።
ጥር 2 ፥ 2025 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ባለፈው ሳምንት በኢሉ አባ ቦራ ዞን አልጌ ወረዳ ኮቆርሳፍ ዶዩ መንደር ወጣቶች ታጁ አራቡ እና ሙዛሚል አራቡ የተባሉ ወጣቶች በአገዛዙ ተላላኪዎች ተይዘው ለእንግልት መዳረጋቸውን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
እንደ ምንጮቻችን ገለጻ ወጣቶቹ ምንም አይነት ፖለቲካ ውስጥ እንዳልገቡና የአገዛዙ ተላላኪዎች እዚያው መንደር Dhiiphaa በተባለ ልዩ ቦታ እያሰሩ ያለምንም የህግ ጥያቄ እያሰቃዩዋቸው ነው።
በወረዳው የአገዛዙ ተላላኪዎች በሰላማዊ ሰዎች ላይ የሚፈጽሟቸው ፀረ-ሰብአዊ ወንጀሎች እየተጠናከሩ ሲሆን በየቀኑ በርካታ ነዋሪዎች ለውትድርና ስልጠና እየተመለመሉ ይገኛሉ።
በሰንዳፋ ከተማ የባጃጅ አሽከርካሪዎች "አስገዳጅ የሚሊሻ ስልጠና" እንዲወስዱ እይታ ይገኛል።
በመመሪያው መሰረት ሁሉም የባጃጅ እና የፈረስ ጋሪ አሽከርካሪዎች ከጠዋቱ 12፡30 እስከ 3፡00 ሰዓት ድረስ “የደህንነት ጥበቃ ስልጠና” እንዲወስዱ ታዘዋል። መመሪያው የትራንስፖርት አገልግሎት ላይ ተጽእኖ ማሳደሩን የሰንዳፋ ከተማ ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
እንደ ነዋሪዎቹ ገለጻ የባጃጅ እና የፈረስ ጋሪ አሽከርካሪዎች በስልጠናው ምክንያት ከታህሳስ 27 ቀን 2024 እስከ ጥር 09 ቀን 2025 ዓ.ም ድረስ የትራንስፖርት አገልግሎት መስጠት አቁመዋል።
Leellisaa Maaruu (ስሙ ለደህንነት ሲባል ተቀይሯል) በከተማው የባጃጅ ሹፌር ትዕዛዙ የቀን ገቢውን እንደጎዳው ተናግሯል። "ተማሪዎችን በማጓጓዝ ነው የማገኘው። ከ14 ተማሪዎች ጋር ውል እንዳለው ገልፆ ሆኖም ሚሊሻዎች ስልጠና እንድወስድ በማስገደዳችው አላማዬን ማሳካት አልቻልኩም። እነዚህን ደንበኞች እንዳላጣ እሰጋለሁ ”ሲል ተናግሯል።
ሥልጠናው በሰንዳፋ የፀሐይ ኃይል ፋብሪካ ቅጥር ግቢ ውስጥ እንደሚካሄድና የሥራ ፈቃድ ማግኘት ወሳኝ እንደሆነ መነገሩን አቶ ሌንሳ ተናግረዋል። ሆኖም ሹፌሩ “ለደህንነት ሲባል” ካልሆነ የስልጠናው ዓላማ ምን እንደሆነ በግልፅ እንደማያውቅ ተናግሯል።
ስማቸው እንዳይጠቀስ የፈለገ ሌላ አሽከርካሪ፣ ‹‹ስልጠናውን ከመውሰድ ውጪ ሌላ አማራጭ የለኝም። ካልወሰድኩ፣ ባጃጅ በመንዳት ቤተሰቤን ማስተዳደር አልችልም። የስልጠናው ምክንያት እንዳልተነገራቸው እና በቀጣይ ምን እንደሚፈጠር እንደማያውቁ አክሎል።
የሰንዳፋ ነዋሪዎች በእገዳው መደናገጣቸውን ተናግረዋል። እገዳው ሕይወታቸውን እንደጎዳው ይናገራሉ። ተማሪዎቻቸውን ወደ ትምህርት ቤት 3 ኪሎ ሜትር ርቀት ለማጓጓዝ ባጃጆች አጥተዋል።
“የዘጠኝ አመት ልጄን ወደ ኦፊ ሞን ትምህርት ቤት እንድወስድ ተገደድኩ ምክንያቱም ኮንትራት የገባንበት ባጃጅ ስራ በማቆሙ ነው። ባጃጅ ልጄን በ12 ስዓት እንድወስድ ጠይቆኝ ነበር። ይሁን እንጂ ይህ ሰዓትም በጣም ማለዳ ነው ባለቤቴ አራስ ነች። ሰራተኛ መቅጠር አንችልም ”ሲል ተናግሯል።
በከተማው ውስጥ ያሉ የፈረስ ጋሪ አሽከርካሪዎች ስልጠናውን እንዲወስዱ ታዘው ከአገልግሎት ውጪ ሆነዋል። "ያለዚህ ስልጠና እና ማረጋገጫ መስራት አንችልም። ስልጠናው ከጠዋቱ 12፡30 እስከ 4፡00 ይሰጣል” ይላል የፈረስ ጋሪው ሹፌር።
ከስልጠናው በኋላ አሽከርካሪዎች የጥበቃ ሰራተኛ ሆነው ያገለግላሉ ብለዋል የመኪናው ባለቤት።
በኦሮሚያ ክልል እንዲህ ዓይነት የግዴታ ስልጠና ሲሰጥ ይህ የመጀመሪያው አይደለም። በተመሳሳይ በኦሮሚያ አንዳንድ አካባቢዎች አርሶ አደሮች በግዴታ ሚሊሻነት በመሰልጠን ላይ ናቸው።
አርሶ አደሮቹ የ"ስርዓት ጋሻ" ስልጠና ካልወሰዱ እንደ ማዳበሪያ እና የተመረጡ ዘርን የመሳሰሉ የግብርና አቅርቦቶች እንዳይከለከሉ ማስፈራሪያ እየደረሰባቸው ነው።
የኢትዮጵያ ሰብአዊ መብት ኮሚሽን በታህሳስ 2024 ዓ.ም ባወጣው ሪፖርት፣ የግዳጅ ወታደራዊ ስልጠና ክስተቶች መኖራቸውን ገልጿል። የ11 አመት ህጻን ጨምሮ የጅምላ እስር እና መፈናቀልም እንዳለ ተነግሯል። ልጆቻቸው የታሰሩባቸው ሰዎች እንዲፈቱ ከ20,000 እስከ 100,000 ብር ይጠየቃሉ ብለዋል።
እንደዚሁም በምዕራብ ሸገር ዞን ጫሊያ አውራጃ ውስጥ ከ10 አመት በታች የሆኑ ህጻናት በብልፅግና ወኪሎች እየተያዙ እና እየተሰቃዩ እንደሆነ ምንጮቻችን ገልጸዋል።
የአብይ አህመድ ፋሽስታዊ ወታደር ለሰብአዊነት ምንም አይነት ፍርሃት የሌላቸው በኦሮሞ ህዝብ ላይ አለም አቀፍ ህግንና ኢምፓየርን በመጣስ የተለያዩ ሰም አጥፊ ወንጀሎችን እየፈጸሙ ነው።
በታህሳስ 29፣ 2024 ዓ.ም የ9 አመት እና የ2 አመት ወንድ ልጆች በጫሊያ ወረዳ በቱሉ ኮሶሩ መንደር በጥይት ቆስሎል። የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል
- ራዊ ጊፍቲ ታሱ እና
- ሂሬ ወዳጆ በኢትዮጵያ ኢምፓየር ጦር ታስረው ከፍተኛ ስቃይ እየደረሰባችው መሆኑን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
እንደ ምንጮቻችን ገለጻ ህፃናቱ የተያዙት አባቶቻቸው ጫካ ውስጥ ነው ያሉት በሚል ስም ነው በቁጥጥር ስር ያዋልዋችው። በተመሳሳይ ከሳምንት በፊት እናቶቻችውን አስረው ባሎቻቸው እስኪገቡ ድረስ አንለቃችሁም ብለው ማስፈራራታችውን ምንጮቻችን አክለው ገልፀዋል።
Godina Walloo Aanaa Harxummaa Fursee keessatti hidhattoota sirnichaan namoonni nagaan lama ajjeefamuun, shamarreen takkos yoo madooftu, saamichis jiraattota irratti raawwate
ONM-ABO Amajjii 2,2025 Aliyyii Siraaj kan jedhamu jiraataa aanaa Harxummaa Fursee ganda Wadaddari Muddee 28,2024 hidhattootni sirnichaa maqaa sakattaa waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun gandoota garaa garaa keessatti bobbaafaman mana isaa keessaa gadi baasuun badii tokko malee haala suukkaneessaa ta'een ajjeesanii gatan, guyyuma kana aanichuma ganda Dheeraatti shamarree dubaraa maqaan ishee Hayaatuu Huseen Muhee jedhamtus ofitti waamanii rasaasa itti roobsuun madeessanii biraa deemaniiru.
Muddee 29,2024 aanichuma ganda Wadaddaritti itti gaafatamaa milishoota sirnichaa kan ta'e namni Adam Wadaddar jedhamu milishoota waliin ta'uun nama maqaan isaa Sayid Ibraahim jedhamu baabura midhaan daaku jalaa caccabsuun qarshii fi meeshaalee manneen keessatti argaman mara jalaa saamuun deemaniiru.
Ergamaan Bilxiginnaa kun ganda Wadaddar dhufee yeroo baabura midhaanii Sayid Ibraahim caccabsu, baaburri midhaanii koo caccabee kan namoota biroo ammoo goonkumaa hin hojjetu jechuun jalaa caccabsuu fi guyyuma sana osooma gandicha keessaa hin ba'in obboleessa Sayid karaa haadhaa kan ta'e nama maqaan isaa Aliyyii Siraaj jedhamu gaaffii seeraa tokko malee rasaasa itti roobsuun ajjeesanii deemuu jiraattotni gandichaa ONM'tti himaniiru.
Kibba Lixa Shaggar Aanaa Walisoo fi Wancii keessatti Bilxiginnaan uummataan qamadii qofa qotuu qabdu jechuun oomisha isaanii jalaa balleessaa jiraachuun himame
ONM-ABO Amajjii 4,2025 Karoorri bulchiinsa isaa nageenya uummataa kabachiisuu dhiisee guyyuu nageenya sabichaa booressuu kan ta'e bulchiinsi abbaa irree impaayerattii yeroo irraa gara yerootti akka uummataaf ta'utti osoo hin taane akka isaaf ta'u qofatti bulchuuf dararaa geessisu jabeessee jira.
Hidhuu, ajjeesuu, saamuu fi qe'ee irraa godaansisuu kan adeeffatan saamtonni murna PP gochoota diinummaa isaanii uummata irratti jabeessuun oomisha qonnaan bultoonni baatii dheeraaf itti dhama'anii hojjetachaa turan konkolaataa qonnaan jalaa balleessaa jiru.
Kibba Lixa Shaggar aanaa Walisoo ganda Dambalii Kattaa fi aanaa Wancii keessatti lafa qonnaan bultootaa jalaa saamuun qamadii qotaa jechuun jalaa balleessaa jiraachuu maddeen ONM'tti himan.
Godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti Lukkeeleen PP jiraattota saamuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Amajjii 4,2025 Ergamtoonni Bilxiginnaa kufaatii gama maraan impaayerattii mudatee jiru sababeeffachuun, yeroo hundaa qe'ee uummata Oromootti bobba'uun saamicha ulfaataan dinagdee isaa quucarsaa jiru.
Aanaa Saqqaa Coqorsaa gandoota akka Ushaanee Qoocee, Gibee Boosoo fi Meexxii Abbayyii keessatti Muddee 30,2024 irraa eegaluun maqaa "Koomaandoo ittiin leenjisnee nageenya keessan eegsisna" jedhuun milishoonni fi kaabinoonni sirnichaa wal ta'anii gandoota kanneeniitti bobba'uun nama tokko irraa gadaanaan qarshii 500, olaanaan ammoo 3,000 fi isaa ol saamaa kan jiran ta'uu jiraattonni Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Aanicha keessatti yeroo adda addaatti maqaa gosa kaffaltii garaa garaa naga'ee hin qabneen hawaasni hedduun dararamaa kan jiru ta'uu itti dabaluun ibsaniiru.
Oduu Ganama ONM-ABO Amajjii 4-2025 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
WBO'n Zoonii Lixaa godina Qellem Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaan keessatti waraana faashistii PP du'aa fi madoon adabe
ONM-ABO Amajjii 3,2025 Irree fi abdiin sabaa gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixaa godina Qellem Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaanitti tarkaanfii guggubduu fudhateen diina du'aafi madoon adabuu beeksise.
Amajjii 3,2025 gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo godina Qellem Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaan bulchiinsa magaalaa Mojoo bakka addaa Gaara- Citaa jedhamutti lola yeroo dheeraaf ganama irraa 1: 40 irraa eegaluun hanga sa'a 4:00tti humnoota diinaa mooraa gadhiisuun gaara qabattee eegde, garaatti itt ol yaabuun haleellaa taasiseen humnoota diinaa 20 ol ajjeesuun 25 ol madoon adabuun ifoomeera
Imalli Duula Cichoomina Kaayyoo ittuma fufa❗
Injifannoon Uummata Oromoof❗
Hidhattoota sirnichaan Godina Walloo Aanaa Dawwee Harawaa fi Harxummaa Fursee irraa konkolaataan naannoo Affaar deemu dhorkamuu fi saamichi jabaate
ONM-ABO Amajjii 3,2025 Daldaltootni godina Walloo aanaalee garaa garaa irraa jimaa, qullubbii, barbaree, shiroo, buna, burtukaanaa fi wantoota adda addaa naannoo Affaar magaalaa Daalifaagee fi magaalaa Wadaraagee geessuun gurguratanii, re'ee fi hoolota naannoo Affaarii bituun ittiin daldalatan loltoota murna bilxiginnaan saamamaa jiraachuu fi akka deemanii hin daldalanneefis daandii konkolaataa jalaa cufuun daldaltootni garmalee rakkachuu dubbatan.
Akka daldaltootni kun dabaluun dubbatanitti, gabaan naannoo Affaar magaalaa Wadaraagee jedhamuu guyyaa Sanbataa fi kan Daalifaagee ammoo guyyaa kibxataa ta'uu himuun isaanis guyyaa Sanbataa fi Wiixata galgala karaa aanaa Dawwee Harawaa Haroo Kookkoo jedhamuun naannicha Affaaritti akka imalan dubbachuun, hidhattootni sirnichaa ammoo wayita isaan konkolaataan deeman daandii irratti ba'anii wantoota daldaltootni of harkaa qaban mara jalaa saamuun daandii isin ittiin galtan argina jechuun doorsisuu dubbatu.
Sababa kanaanis daldaltootni aanaa Dawwee Harawaa fi aanaa Harxummaa Fursee irraa naannoo Affaar gabaa deemanii karaatti hidhattoota Koloneel Abiy Ahimediin saamaman karaa qe'ee isaaniitti galan dhabuun rakkachaa kan turanii fi Amajjii 1,2025 maallaqa guddaa kaffaluun naannoo Affaar kanneen keessaa karaa aanaa Baatee kan galan ta'uu fi dararaa fi saamicha shiftoota murna bilxiginnaan irratti raawwatamuufis hojii daldala isaanii dhaabuuf dirqamanii jiraachuu dabaluun addeessaniiru.
Godina Kibba Lixa Shaggar Aanaa Wanciitti waraanni faashistii PP hojjettoota isaanii jumlaan hidhaatti darbachuun himame
ONM-ABO Amajjii 3,2025 Impaayerri Itiyoophiyaa sabaa fi sab -lammoota hacuucuun olaantummaa nam-tokkee leellisaa jiraachuun beekamaadha. Kana irraa kan ka'es lolli keessaa fi alaa irratti banamuun kufaatii dinagdee fi gaaga'ama siyaasaa hamtuu seenee kan jiru hawaasa harka duwwaa irratti duula duguuggaa sanyii labsuun, dinagdee sabichaas laamshessuu irratti xiyyeeffachuun daba hamaa taasisaa jira.
Godina Kibba Lixa Shaggar aanaa Wanciitti Amajjii 2,2025 Waraanni fi kaadiroonni PP waliin ta'uun hojjettoota isaanii gibira qarshii 7,000 fidaa jechuun namoota kaffaluu hanqatan hidhaatti guuruu cimsanii itti fufaniiru jechuun dubbatu.
Kanarraa kan ka'e yeroo ammaa walitti bu'iinsi jabaan kaadiroota PP fi hojjettoota sirnichaa waliin haalaan uumamee akka jirus ONM maddeen irraa addeesseera.
Godina Lixa Wallaggaa Aanaalee hedduu keessatti waraanni Bilxiginnaa hawaasa nagaa irratti yakkoota gara jabinaa tilmaama hin qabne raawwachuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Amajjii 3,2025 Godina Lixa Wallaggaa aanaa Lataa Sibuu ganda Ilimaayii Somboo jedhamu keessaa torban darbe keessa ergamtoonni sirnichaa nama maqaan isaa Ittaanaa Carraaqaa jedhamu qabeenya inni qabu hunda saamanii mana isaatti ammoo ibidda shidanii barbadeessuun, boodarra ammoo miseensota maatii isaa cufa reebicha ulfaataa qaama laalessu reebuun miidhaa ulfaataaf saaxilanii kan deeman ta'uu maddeen ONM'tti himan.
Ergamtoonni Bilxiginnaa kunneen dararaa isaanii ittuma fufuun, godinuma kana aanaa Baabboo Gambeel ganda Malkaa Eebichaa jedhamu keessatti Amajjii 1,2025 dargaggoo Hasan Addisuu jedhamu badii tokko malee afaan qawween miillaa fi dugda isaa keessa waraanuun miidhaa qaamaa ulfaataaf yoo saaxilan, dargaggoo kan biroo Jaafar Oliiqaa jedhamus nyaara isaa keessa afaan qawween tumachuun isas miidhaa qaamaa ulfaataaf saaxilanii jiraachuu maddeen itti dabaluun ONM'f eeraniiru.
Akka maddeen himanitti, dargaggoonni kunneen siyaasa kam irraa walaba ta'uu himuun, isaan keessaas dargaggoo Hasaniin ajjeesuuf wayita jedhan loltoonni PP kunneen waliif galuu dadhabuun wal dhibdee keessoo isaaniitti uumameen dhiisanii bakkeetti gatanii deemuu dubbataniiru.
Qophii Walaloo ONM-ABO Amajjii 2-2025 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Amajjii 2-2025 itti dhiyaadhaa!
Kabaja Ayyaana Amajjii 1 Guyyaa WBO fi Haasaa Dhaamsa Hoggantootaa, Tarkaanfii WBO fi Haala Impaayerattii Irratti Maree Jaal Niimoonaa Sabaa fi Jaal Daandii Elemoo waliin taasisan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
ጥር 2-2025 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
በአሜሪካ ሕዝብ በተሰበሰበበት መኪና የነዳው ግለሰብ 10 ሰዎች ገደለ።
ጥር 2 ፥ 2025 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በአሜሪካ፣ ኒው ኦርሊያንስ ከተማ በሚገኘው ፍሬንች ኳርተር በሚባለው አካባቢ አንድ አሽከርካሪ ሰዎች በተሰበሰቡበት በመኪና በመግጨት አሥር ሰዎችን ሲገድል ቢያንስ 35 የሚጠጉ ሰዎችን ደግሞ ማቁሰሉ ተገለጸ።
በርበን በተባለ ጎዳና በከፍተኛ ፍጥነት መኪናውን እየነዳ የሄደው አሽከርካሪ ከመኪናው ወጥቶ ጥይት መተኮስ መጀመሩንና ፖሊሶችም መልሰው እንደተኮሱበት ተገልጿል።
የዓይን እማኞች እንዳሉት ብዙ ሰዎች ተጎድተው መንገድ ላይ ወድቀው ታይተዋል።
የኒው ኦርሊያንስ ፖሊስ ቃል አቀባይ ለቢቢሲ የአሜሪካ አጋር ሲቢኤስ "መጀመሪያ ላይ በደረሰን ሪፖርት መኪናው የተሰበሰቡ ሰዎች ላይ ወጥቷል" ብለዋል።
አካባቢው በጎብኚዎች የሚዘወተር እንደሆነ ተገልጿል። ክስተቱም የተፈጠረው በአገሬው አቆጣጠር ለሊት 9:15 አካባቢ ነው።
የአሜሪካ የምርመራ ተቋም ኤፍቢአይ ጉዳዩን እየመረመረ ይገኛል።
የከተማው የአደጋ ጊዜ ክፍል 'ኖላ ሬዲ' እንዳለው ነዋሪዎች ከአካባቢው እንዲርቁ ማስጠንቀቂያ ተሰጥቷል።
የአደጋ ጊዜ ክፍሉ በኤክስ ገጹ "በካናልና በርበን ጎዳናዎች ሰዎች ተገድለዋል፤ ከአካባቢው ራቁ" ብሏል.
ማኅበራዊ ሚዲያ ላይ የወጡ ተንቀሳቃሽ ምሥሎች እንደሚያሳዩት ብዙ ሰዎች ተጎድተዋል። ከጀርባ የሚመጣ የተኩስ ድምጽም ይሰማል።
አንድ የዓይን እማኝ ለሲቢኤስ እንዳሉት አሽከርካሪው መኪናውን ሰው በተሰበሰበበት ከነዳ በኋላ ከመኪናው ወጥቶ ተኩስ ከፍቷል።
የሉዊዝያና አገረ ገዢ ጄፍ ላንድሪ በኤክስ ገጻቸው "ለተጎዱትና ድጋፍ እየሰጡ ላሉትም እፀልያለሁ። ይህ የጭካኔ ድርጊት ነው" ብለዋል።
አንድ የዓይን እማኝ እንዳሉት መኪናው ሰዎቹ በተሰበሰቡበት አካባቢ በቀጥታ ተነድቷል። አካባቢው የጎርጎሮሳውያኑን አዲስ ዓመት በሚያከብሩ ሰዎች የተሞላ ነበር።
የሉዊዝያና ነዋሪ ለቢቢሲ "መጠጥ ቤት ሳለን ነው ተኩስ የሰማነው። ሙዚቃው ይጮህ ነበር። ሰዎች ጠረጴዛ ሥር መደበቅ ጀመሩ። ፖሊስ ከአካባቢው እንድንወጣ ሲያደርግ የተገደሉ ሰዎች በየመንገዱ አየን" ብለዋል።
የኒው ኦርሊያንስ ከንቲባ ላቶያ ካንትሪል ምርመራ እየተደረገ እንደሆነና ከዋይት ሀውስ ጋር እንደተነጋገሩ ገልጸዋል።
አንድ ግለሰብ መኪናውን "በፍጥነት በቦታው እንደነዳና" ይህም "ብዙ ሰዎችን ለመጉዳት ሆነ ተብሎ የተረደገ" እንደሆነ የፖሊስ ባልደረባ አን ክሪክፓትሪክ ገልጸዋል።
ከተጎዱት መካከል ምን ያህሉ የከተማው ነዋሪዎችና ምን ያህሉ ቱሪስቶች እንደሆኑ በግልጽ አልታወቀም።
የፖሊስ ባልደረባዋ እንዳሉት በአካባቢው ከ300 በላይ ፖሊሶች ቢኖሩም ግለሰቡ "ሆነ ብሎ" ጥቃቱን ፈጽሟል።
"የተቻለውን ያህል ጉዳት ለማድረስ ቆርጦ እንደተነሳ ማወቅ ይቻላል" ብለዋል። አያይዘውም "የሽብር ጥቃት አይደለም" ሲሉ ተናግረዋል።
በአካባቢው ሦስት ተቀጣጣይ ፈንጂዎች እንደተገኙና ጉዳዩ እስከሚጣራ ነዋሪዎች ከቦታው እንዲርቁ አሳስበዋል።
በምዕራብ ሸገር ዞን ጫሊያ አውራጃ ውስጥ ከ10 አመት በታች የሆኑ ህጻናት በብልፅግና ወኪሎች እየተያዙ እና እየተሰቃዩ እንደሆነ ምንጮቻችን ገልጸዋል።
ጥር 2 ፥ 2025 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የአብይ አህመድ ፋሽስታዊ ወታደር ለሰብአዊነት ምንም አይነት ፍርሃት የሌላቸው በኦሮሞ ህዝብ ላይ አለም አቀፍ ህግንና ኢምፓየርን በመጣስ የተለያዩ ሰም አጥፊ ወንጀሎችን እየፈጸሙ ነው።
በታህሳስ 29፣ 2024 ዓ.ም የ9 አመት እና የ2 አመት ወንድ ልጆች በጫሊያ ወረዳ በቱሉ ኮሶሩ መንደር በጥይት ቆስሎል። የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል
- ራዊ ጊፍቲ ታሱ እና
- ሂሬ ወዳጆ በኢትዮጵያ ኢምፓየር ጦር ታስረው ከፍተኛ ስቃይ እየደረሰባችው መሆኑን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
እንደ ምንጮቻችን ገለጻ ህፃናቱ የተያዙት አባቶቻቸው ጫካ ውስጥ ነው ያሉት በሚል ስም ነው በቁጥጥር ስር ያዋልዋችው። በተመሳሳይ ከሳምንት በፊት እናቶቻችውን አስረው ባሎቻቸው እስኪገቡ ድረስ አንለቃችሁም ብለው ማስፈራራታችውን ምንጮቻችን አክለው ገልፀዋል።
የብልፅግና ተላላኪዎች በምዕራብ ባሌ ዞን በዲሾ ወረዳ ውስጥ ሰላማዊ ሰዎችን እርስ በርስ እንዲጋጩ እያደረጉ ይገኛል ።
ጥር 2 ፥ 2025 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የፋሽስቱ ጦር ስልጣናቸውን ከሀገር ጥቅም ይልቅ የራሳቸውን ጥቅም ለማስጠበቅ እየተጠቀሙበት ነው።
በምዕራብ ባሌ ዞን በዲንሾ ወረዳ ሚኦ መንደር የሚገኘው የወረዳው ፍርድ ቤት በአንድነትና በፍቅር አብረው ይኖሩ የነበሩትን ዜጎች መሬት በመሸጥ ሀዘኑንና ደስታውን በመካፈል ከብዙ ችግሮች ጋር ለጥቅም መውጣታቸው ተቃውሞ ቀርቦበታል። ህዝቡ ከዚህ በፊት የሸጠውን መሬት ማስመለስ ይችላል በሚል ፕሮፖጋንዳ ህብረተሰቡን እርስ በርስ እንዲጋጭ እያደረገ ይገኛል ሲሉ ነዋሪዎች ተናግረዋል።
የፋሽስቱ ጦር በጅማ ዞን በሰቃ ጮቆርሳ ወረዳ ነዋሪዎች ላይ ዘረፋና ስቃይን አጠናክረው ቀጥለዋል።
ጥር 2 ፥ 2025 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በጅማ ዞን የሳቃ ኮቆርሳ ወረዳ ነዋሪዎች የቤት ግብር ክፍያ" በሚል ስም ከእያንዳንዱ ሰው 3600 ብር በግዳጅ እየሰበሰቡ ይገኛሉ።
ይህን በማስመልከት በዚሁ ወረዳ ጊቤ ቦሶ መንደር ዝቅተኛው 7,000 እና ከፍተኛው 8,000 ብር ከእያንዳንዱ እየሰበሰቡ ነው ሲሉ ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ገልፆዋል።
እንደ ምንጮቻችን ገለጻ አንድ ሰው ሁለት እና ከዚያ በላይ ቤት ቢኖረውም በእጥፍ እየከፈሉ ቢሆንም የፋሽስቱ አንጃ በቁጥጥር ስር በማዋል በእስር ቤት ህብረተሰቡን በማስፈራራት እየዘረፉ ነው።
በተጨማሪም የብልፅግና ካቢኔ አባል የሆነች ኤቢሴ ቶቶኦባ የተባለች ሴት የማህበረሰቡን ስነ ምግባርና ወግ የሚፃረሩ ተግባራትን በመፈጸም ነዋሪውን እያሰቃየች ነው።
Godina Baha Wallaggaa Aanaa Nuunnuu Qumbaatti ergamtoota sirnichaan hidhaan hawaasa nagaa irratti raawwatu jabaatee itti fufe.
ONM-ABO Amajjii 2,2024 Qurxummii balleessuuf galaana gogsuu qabna jechuun yeroo hunda kan dhaadatan ergamtoonni murna maafiyaa PP, kutaalee impaayerattii cufa keessaa sabboontota ilmaan Oromoo sababa Oromumummaa isaanii qofaaf yakkuun akka bineensaatti adamsanii mana hiraarsaatti guuruu cimsanii itti fufanii jiru.
Muddee 29,2025 aanaa Nuunnuu Qumbaa ganda Waamaa Lalisaa bakka addaa Furdisaa jedhamuun beekamu keessaa namoota maqaan isaanii:
- Gurmuu Waakkennee fi
- Mootii Yaadasaa jedhaman loltoonni Bilxiginnaa badii tokko malee ukkaamsuun hidhanii dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Namoonni kunneen siyaasa kam keessa kan hin jirre yoo ta'an, akkuma aanichaatti hidhaa fi dararaan maatii qabsaa'otaa irratti raawwatu daran hammaatee jiraachuun dabalataan ibsameera.