Sabona Drje:
Sa'atiin OnePlus hiriirsa IMDA kessa seene dhihootti gadi lakkifamaa
🌍 @OR01_tech_news
━━━━━✧❂✧━━━━━
Waadaa Samsung
━━━━━✧❂✧━━━━━
Ji'a August gara jalqabaa irratti Samsung akka beeksisetti yooxiqaate bilbilli Samsung gosi 40 update(olguddisa) Android OS waggaa 3 akka kennu waadaa seeneera
Isaan keessaa tarteen S fi tarteen Note kessatti hammatamaniiru.
💻 ✦Join➬ OR01_tech_news
😜 ✦Join➬ Qosaa fi Baacoo
ℹ️ ✦Join➬ LeqaaTimes
⚽ ✦Join➬ Oda Sport
━━━━━✧❂✧━━━━━
Oduu Ammee!
Jawar yeroo ammaa waa dhuguu dadhabee jira. Hedduu laaffatee sadarkaa lubbuu isaatiif sodaachisu irra jira. Beekaa galaafataa jiran. Oromoo dhaqqabi. Hatattamaan lubbuun isaa dhaqqabamuu qaba.see more
Oduu Gaddaa😢
Gootni Kenya Jawar Mohammed mana Hidha kessatti akka inni dhukkubsate jiru ni beekna.
Kalessa galgala yaali godhamenif dhukkuba Ethiopia kessatti namota bayye dararaa,ajjesaa jiru dhukkuba maqaan isaa.......see more
Oduu Ammee!
Jawar yeroo ammaa waa dhuguu dadhabee jira. Hedduu laaffatee sadarkaa lubbuu isaatiif sodaachisu irra jira. Beekaa galaafataa jiran. Oromoo dhaqqabi. Hatattamaan lubbuun isaa dhaqqabamuu qaba.see more
Oduu Ammee!
Jawar yeroo ammaa waa dhuguu dadhabee jira. Hedduu laaffatee sadarkaa lubbuu isaatiif sodaachisu irra jira. Beekaa galaafataa jiran. Oromoo dhaqqabi. Hatattamaan lubbuun isaa dhaqqabamuu qaba.see more
Dandeettii Waa haaromsuu
Sa'atii meshaalee gataman irraa haaromsaman Iraq hojjetamee bayyee Ija namaa kan hawwatu ta'eera
Oduu Gagababoo
👉🏾 Instagram
🖼 suraale fi ✉️ ergaa ballesaman ta'an wagga tokkoo oliif server yookan kuusaa odeeffaanoo isaanii irraa ka'aa turan.
👉🏾 Fortrnite
Fortnite ammayyuu fayyadamtoota Samsung ta'aniif jira.
👉🏾 App store
App store kessa Fortnite Apple basaan
👉🏾 Spotify
Abbaan qabeenyaa Spotify dhorka apple morman
👉🏾 Google
Kana booda angaa'ota Hong Kong Kansas ta'aniif aka deebiin hin deebusne beeksise
@OR01_tech_news
Kunoo Guyyaa har'a waggaa torba dura ture kan telegramin app store kan seene
Happy birthday jennee
@OR01_tech_news
Google lens Google leensiin amala haaraa hojimaane herregaa hojjechuu danda'u itti ida'ee baasuu isaa beeksisee.
@OR01_tech_news
ODUU AMMA NU GAHEE
MUMMIICHI MINISTERAA
DR ABIYYI AHMAD OBBOO LAMMA MAGARSAA MASARAA MOTUMMATTI WAAMMEE ...... OPEN TUQUN ILAALAA
████████████████████
██▓▒░░░ OPEN░░░▒▓████

Oduu Gaddaa😔😔
Oduu Covid 19
kan amma bahe
# Dr. Liyaa Taddasa
Qorannaa sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii 5932 gaggeeffameen namootni 210 yoo qabaman kanneen keessaa namoonni oromiyaa kessatti koronaan qabaman lakkoofsi isaanii................seemore
Faana nama kara google dhahuu dhiise
Google icciitii namoonni marsariitiirratti barbaadan haquu jalqabuufi
Asiin dura marsariitiiwwan fayyadamtoonni mil'atan bakkaa fi kompiitara akkamiirraa akka fayyadamaa jiran dabalatee sa'aatii fi biyyi osoo hin hafin hafteesaa ni galmeessa ture dhaabbatichi.
Madda :BBCAFAANOROMOO
@OR01_tech_news
@OR01_tech_news
Yuuniiversiitii kollejjii Landanitti qorattoonni ariitii addunyaa irratti isa gudda ta'uu kalaqaniiru
Ariitii(speed) 178 TbS ta'edha
Ajaaiba taeeraa
Breaking news....
Mootummaan ABIYOT KASAYE kan maqaa oromooo Abiy Ahimed jedhee of waamu ofii isaatiin Aangoo Gad dhisuuf beeksis...............see more
Oduu Ammee!
Jawar yeroo ammaa waa dhuguu dadhabee jira. Hedduu laaffatee sadarkaa lubbuu isaatiif sodaachisu irra jira. Beekaa galaafataa jiran. Oromoo dhaqqabi. Hatattamaan lubbuun isaa dhaqqabamuu qaba.see more
Oduu Ammee!
Jawar yeroo ammaa waa dhuguu dadhabee jira. Hedduu laaffatee sadarkaa lubbuu isaatiif sodaachisu irra jira. Beekaa galaafataa jiran. Oromoo dhaqqabi. Hatattamaan lubbuun isaa dhaqqabamuu qaba.see more
Oduu Ammee!
Jawar yeroo ammaa waa dhuguu dadhabee jira. Hedduu laaffatee sadarkaa lubbuu isaatiif sodaachisu irra jira. Beekaa galaafataa jiran. Oromoo dhaqqabi. Hatattamaan lubbuun isaa dhaqqabamuu qaba.see more
━━━━━✧❂✧━━━━━
Oduu gagabaaboo
💻 iOS 14 beta 5 amma developerotaaf gad lakkifameera
🗺 Google maps odeeffaanoo gadfagoo hedduu qabatee dhihaatera.
🔥 Internet explorer amma company isaan hojii ala ta'aa jira.
🍸 Google motumma eyyama waa'ee WiFi 6GHz yaalii gochuuf gaafate
💻 ✦Join➬ OR01_tech_news
😜 ✦Join➬ Qosaa fi Baacoo
ℹ️ ✦Join➬ LeqaaTimes
⚽ ✦Join➬ Oda Sport
━━━━━✧❂✧━━━━━
ODUU AMMA NU GAHEE
MUMMIICHI MINISTERAA
DR ABIYYI AHMAD OBBOO LAMMA MAGARSAA MASARAA MOTUMMATTI WAAMMEE ...... OPEN TUQUN ILAALAA
████████████████████
██▓▒░░░ OPEN░░░▒▓████
██▓▒░░░ OPEN░░░▒▓████
████████████████████
ODUU AMMA NU GAHEE
MUMMIICHI MINISTERAA
DR ABIYYI AHMAD OBBOO LAMMA MAGARSAA MASARAA MOTUMMATTI WAAMMEE ...... OPEN TUQUN ILAALAA
████████████████████
██▓▒░░░ OPEN░░░▒▓████
██▓▒░░░ OPEN░░░▒▓████
████████████████████
Oduu Amme
Namoonni Hacaaluu Hundeessa Ajjesan qabamani Eynuu akka ta'an......see more
Sa'aatii Qallinaaan Beekamtii argate.
Furdina miliimeetira 3.9mm fi ulfaatina giraama 12g qofa kan qabu yoo ta'u industiricha kessattis miliiyonotaan nagadamuun isa jalqabaa ta'eera. Moodelli isaas PELA FS-10 jedhamuun beekamaa.
Casio Pela Watch (1985)
virtually unhackable quantum
Ameerikaan kompiitera ku'antam(quantum computing) jedhamuun beekamu yaada akka hattuxeen seenuu yookaan cabsuu hin dandeenye godheen hojjedha jedhuun ka'uu ishee beeksiste.
Waagoota kudhanan(10) dhufan keessattis yaalii jalqabaa(prototype) akka xumurtu karorsuu ishee Qorattaota Damee Aniisaa(Department ot Energy) beeksiisee jiraa.
Rawwi isaa kanaafis qo'atoota, qorattoota, universiitoota, Injiinerootaa gurguddo waliin hojii eegaluubisaa beeksiisee jira.
😍Oduu Gammachisaa😍
Hordooftota kenya hara waan adda isiinif fidne jirra.
⭐️Mana kessan ta'un suraa yokin vedio MB 10 gadii nu ergaa.
⭐️Suraa bareda yokiin vedio bareedaa kan nu erge Kardii Abba 💰50 nu biraa Argata Dabalataanis Chaneelii keyna irratti ni dabarsamafi.
⭐️Hubachisa Vedio isiin ittin dorgomtan kan spoorti yokan kolfisisa ta'u qaba
⭐️Suraan immo kan kan ke ta'u qaba
Liinki kanan nu ergaa @joe_nip
Chanelii kanan immo isiini dabarsina @oroprince
🤩Carra gaari🤩
Mootummaan Itoophiyaa seektara teeleekomunikeeshinii gartokkoon dhaabbilee dhuunfaaf gurguruu akka barbaadu ibsuu hordofee, dhaabbileen teleekoomii idil-addunyaa 12 fedhii qaban beeksisaniiru.
Dhaabni haala heeyyama kennuu mijeessuuf biyyattiitti hundaa'e, Abbaan Taayitaa Komunikeeshinii Itoophiyaa, heeyyama tajaajila teleekomunikeeshinii dhaabbilee lamaf kennuuf warri fedhii qaban akka galmaa'an ji'a dabre keessa beeksisee ture.
Abbaan taayitichaa ibsa guyyaa hardhaa (Jimaata) baaseen, waamicha dhiyaate hordofuun dhaabbilee 12 fedhiisaanii galfachuu ibseera.
Madda :BBCAFAANOROMOO
@OR01_tech_news