Google Pixel 5 Gadi Dhiifame
-6” Full HD OLED
-4080mAh battery with 18W fast charging
-Snapdragon 765 5G
-12MP Primary Camera
-16MP Ultrawide
-8MP selfie
128GB/8GB
👉🏾Qaamni isaa Aluminum irraa kan hojjetame
👉🏾Humna wireless gutuu kan danda'amuu
👉🏾Bishaan kan hin seenne.
@OR01_tech_news
Torban dhufu kana keessaa mosaajonni(apps) lama store kessaa ban ta'u yookan dhorkamu.
Читать полностью…Mosajiin beekamaa addunyaa kana fi hordoftoota mill. 100 ol kan qabu TikTok; hasaa dheengadda Trump dubbateen booda sodaan Ameerikaa kessatti dhaabuu(ban) ta'uu jalaa bauuf jecha Microsoft diduudhaan Oracle waliin walii galuu idaa beeksisee jiraa.
Читать полностью…KAROORA HUAWEI
Huawei karoora wagga dhufu jechuunis 2021 tti OS (Operating System) Harmony jedhamu kan smartphone iratti hojjetu eegaluuf akka tae beeksisaniiru.
Hojettota isaanii waliin conference qaban irratti ture kan ifoomsani.
Labata Free Digital Magazine
3rd edition is now on line
👆👆👆👆👆👆
Barruu Dijitaalawaa Afaan Oromoo
/channel/labatamagazine
👆👆Join👆👆
Aktiivistii akkasumas Miseensi KFO Obboo Jawaar Mohammed guyyaa kalleessa Mana murtiiti dhiyaachuun jechaa isaa kennera.........
Читать полностью…Samsung Galaxy Z Fold2 gabaarra oolee jiraa
Gatiin isallee $1999 tauun isaa beekameera
@OR01_tech_news 📲
Sabona Drje:
Sa'atiin OnePlus hiriirsa IMDA kessa seene dhihootti gadi lakkifamaa
🌍 @OR01_tech_news
━━━━━✧❂✧━━━━━
Waadaa Samsung
━━━━━✧❂✧━━━━━
Ji'a August gara jalqabaa irratti Samsung akka beeksisetti yooxiqaate bilbilli Samsung gosi 40 update(olguddisa) Android OS waggaa 3 akka kennu waadaa seeneera
Isaan keessaa tarteen S fi tarteen Note kessatti hammatamaniiru.
💻 ✦Join➬ OR01_tech_news
😜 ✦Join➬ Qosaa fi Baacoo
ℹ️ ✦Join➬ LeqaaTimes
⚽ ✦Join➬ Oda Sport
━━━━━✧❂✧━━━━━
Oduu Ammee!
Jawar yeroo ammaa waa dhuguu dadhabee jira. Hedduu laaffatee sadarkaa lubbuu isaatiif sodaachisu irra jira. Beekaa galaafataa jiran. Oromoo dhaqqabi. Hatattamaan lubbuun isaa dhaqqabamuu qaba.see more
Oduu Gaddaa😢
Gootni Kenya Jawar Mohammed mana Hidha kessatti akka inni dhukkubsate jiru ni beekna.
Kalessa galgala yaali godhamenif dhukkuba Ethiopia kessatti namota bayye dararaa,ajjesaa jiru dhukkuba maqaan isaa.......see more
Oduu Ammee!
Jawar yeroo ammaa waa dhuguu dadhabee jira. Hedduu laaffatee sadarkaa lubbuu isaatiif sodaachisu irra jira. Beekaa galaafataa jiran. Oromoo dhaqqabi. Hatattamaan lubbuun isaa dhaqqabamuu qaba.see more
Oduu Ammee!
Jawar yeroo ammaa waa dhuguu dadhabee jira. Hedduu laaffatee sadarkaa lubbuu isaatiif sodaachisu irra jira. Beekaa galaafataa jiran. Oromoo dhaqqabi. Hatattamaan lubbuun isaa dhaqqabamuu qaba.see more
Teeknolojii fi dhukkuba baraa
Google Map bakka(iddoo) COVID-19 itti baay'atee argamu mul'isuu eegalee jira
Namoota 100,000 kessaa hammam akka dhykkubsatan bakka tokkotti codii-halluutiin agarsiisuu egaleera.
Roadmap IBM Kompiiteroota kuantamii ilaalichisee baase
IBM roadmap quantum(Kuantamii) Isaa maxxansiisee jira.
Akka ifoomsanitti yoo ta'e bara 2023(A.L.A) tti maashinoota qubit(quantumbit) dhaan hojjetan 1000 (kuma tokko) kan qabaatu ta'uu isaa ifoomseera.
Labata Free Digital Magazine
3rd edition is now on line
👆👆👆👆👆👆
Barruu Dijitaalawaa Afaan Oromoo
/channel/labatamagazine
👆👆Join👆👆
🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥
Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegram isiin
💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻
Bara Haaraa kanatti
LOOGOO ykn PP(PROFILE PICTURE) Channel keessaniif
PP Feesbuukii keessanif, Yutuba keessaniif Cover akkasumas fakkiiwwan adda addaa kan guyyaa dhaloota hiriyaa keessaniif hojjeechisifachuu barbaadu?
Channel keenya join gochuun nu haasofsiisuu dandeessu.
Akkasumas karaalee argaman gadii nu qunnama.
TG: @tesfusha
Bot: @tesfushabot
Phone: +251933664300
♥️maqaan jallalle keeyi ykn ke Qubee irraa jalqabu tuqun waan aja'ibaa ilaalaa!!
A ♥️ B ♥️ C 🌹
D ♥️ E ♥️ F 🌹
G ♥️ H ♥️ I 🌹
J ♥️ K ♥️ L 🌹
M ♥️ N ♥️ O 🌹
P ♥️ Q ♥️ R 🌹
T ♥️ U ♥️ V 🌹
W ♥️ X ♥️ Y 🌹
🌹Z 🌹
Yuuniiversiitii kollejjii Landanitti qorattoonni ariitii addunyaa irratti isa gudda ta'uu kalaqaniiru
Ariitii(speed) 178 TbS ta'edha
Ajaaiba taeeraa
Breaking news....
Mootummaan ABIYOT KASAYE kan maqaa oromooo Abiy Ahimed jedhee of waamu ofii isaatiin Aangoo Gad dhisuuf beeksis...............see more