oromicbookstore | Unsorted

Telegram-канал oromicbookstore - Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

-

Kitaaboota Afaan oromootiin barreeffaman PDF'n argachuudhaaf mana kana qunnamaa! Gaafii fii Yaada qabdan 👉 https://t.me/gactu irratti nuuf ergaa!

Subscribe to a channel

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Gaachana Media
✅Daaw'adhaa
✅Subscribe godhaa
✅Jajjabeessaa
✅Midiyaa keessaniin

https://youtu.be/m6LC3NEdrKw

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

NAMOOTA "INSULIN" FAYYADAMANIIF!
Insuliiniin Qiricha namota dhibee sukkaraa qabaniif akkaan barbaachisaa tahee fi lubbuu baraaruudha. Sababa kanaafis Akkaataa itti fayyadamaa fi qabinsa qoricha kanaa keessatti of eeggannoo guddaa taasisuun dirqama. Akkasumaas Qorichi kun mataan isaa kunuunsa ol aanaa kan nurraa barbaaduudha. Sababni isaas qoricha kana haala barbaachisuun yoo kunuunsin eek an hin qabne tahe hamma sukkara qaama keenyaa keessa jiruu bifa gahaa taheen gad hir’isuu keessatti bu’aan inni qabu xiqqaachaa dhufa waan taheef. Har’a qabxiilee muraasa haala qabiinsa, kunuunsaa fi itti fayyadama qoricha kanaatiin wal qabatee namoota baay’ee biratti mul’atan waliin ilaalla.
Dogoggora – 1ffaa
Waraqaa guyyaa qorichi tajaajila isaa itti xumuru (Expiry date) ofirraa qabu kan qaama bilqaaxa qorichaa irratti argamu irraa kaasuu. Qorichi kun yoo yeroon isaa darbe(Expired) faayidaan inni qaama keenyaaf kennu hir’achaa adeema waan taheef yeroo yerotti guyyaa tajaajila isaa ilaaluun hordofuun barbaachisaadha. Waraqaa yeroon tajaajilaa (Expiry date) irratti barreeffame sana yoo irraa gatne immoo kana hordofuun ni ulfaata. Kanaafuu waraqaa sana irraa gatuun dogoggora.
Dogoggora – 2ffaa
Qoricha yeroo ol keenyu balbala firijii irra kaayuu.
Kuniis yeroo tajaajila garagaraatiif jecha balbala firijii bannuufi cufnu qorichi hanga walitti raafamuu qabuu ol walitti raafamuudhaan qabiyyeen qorichichaa qaama bilqaaticha qoricha of keessa qabuu irratti maxxanee akka hafu carraan itti taasisu jira. Kanaafuu dogoggora kana hanbisuudhaaf qorichicha kana yeroo firijii keessa ol keenyu qaama firijii dhaabbataa hin sochoose irra kaayuutu filatama.
Dogoggora – 3ffaa
Insuliini haalluun isaa jijjiirame fayyadamuu.
Insuliinii gosa "NPH insulin” jedhamu kan haalluu gara aannaniitti dhiyaatu qabu irraa kan hafe insuliiniin kanneen biroo bifti isaanii xaliila bishaan qulqulluu fakkaatuudha. Qorichoonni kunniin haalluuwwan baraman kanaa ala gara haalluu biraatti jijjiiramuu yoo hubanne isa dhiifnee gara mana qorichaatti deebisuudhaan isa nagayaatti jijjiirrachuutu barbaachisa.

Dogoggora – 4ffaa
Lilmee takkatti irra daddeebiidhaan fayyadamuu!
Akkumaan barreeffama kana duraa keessatti isiniif barreesse lilmeen takka yeroodhuma takka itti fayyadamuudhaaf tolfamte. Garuu faallaa kanaatiin lilmee takka yeroo baay’eedhaaf irra daddeebiidhaan itti fayyadamuun dogoggora. Akkasumaas dhibee garagaraatiif nu saaxila.
---
Kanaafuu Dogoggoroota akkanaa kan xixiqqaa fakkaatan garuu kaaraa kallattiinis tahee alkallattiin fayyaa keenya kana irraa of eeguun barbaachisaadha. Kana hir’isuudhaafis itti dhiheenyaan waa’ee fayyaa keessaniifi qoricha keessanii ogeessan keessan wajjiin mari’adhaa.
---
Qoricha keenya haa kunuunsinu! Qoricha kunuunsuun fayyaa keenya kunuunsuudha!
---
Odeeffannoo dabalataatiif uuda armaan gadii kanneen irratti na hordofaa!
Telegram: /channel/pharmacistelias
Facebook: www.fb.com/Pharmacistelias
Youtube: www.youtube.com/Pharmacistelias
TikTok: @PharmacistElias
Instagram:https://www.instagram.com/pharmacistelias

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Watch "Dhugaa Iyyaafadhu - Seensa" on YouTube
https://youtu.be/CStMJoEsDEo

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Gaachana Media: Follow us on:
Youtube: www.youtube.com/c/GaachanaMedia
Telegram: /channel/gaachanaMedia
Tiktok: @Gaachanamedia

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Baasa Qarshii 50 kan Israel Dansaa Saaxile.
https://youtu.be/SRxLp4fIXoU

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Watch "Gaachana Media||Raajoonni Sobduun Akkamitti Waa'ee Namaa Raaju? Iccitii Saaxilame!" on YouTube
https://youtu.be/n5S-Fc3yOeI

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Watch "Gaachana Media|"በመጨረሻም እስልምናን ተቀበሉ"" on YouTube
https://youtu.be/4uSzYz_45f4

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA!
---
Chaanaaliin keenya "Gaachana Tube" jedhu waan nu jalaa cufameef, Chaanaalii keenya "Gaachana Media" jedhu kana "Subscribe" gochuudhaan akka nu hordoftan kabajaan isin Afeerra!
https://youtube.com/channel/UCYYgQRCtONe8GX0qFufjq3g

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

https://youtu.be/L-6rPSqFNa0

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

🔔ALERT!🔔

````````````

This channel provide Drug 💊 information for good adherance and other health 💉 related important education for my people!
Follow us on:
Telegram: @Pharmacistelias
Facebook: www.fb.com/Pharmacistelias
Youtube: www.youtube.com/Pharmacistelias

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

YOO SIRRITTI YAALAMUU BARBAADDE!
---
Mana yaalaa deemtee wal'aansa sirrii ta'e argachuuf wantoota armaan gadii kanneen gonkumayyuu dhooksuu hin qabdu :-

1. Umrii Sirrii ta'e
2. Dubartii yoo taate Ulfa qabaachuu fi Hoosisaa jiraachuu ishee
3. Qorichoota dura fudhanne kan Aadaas haa ta'u kan ammayyaa.
4. Dhukkuba dura qabdu.
5. Dhukkuba maatii kee keessa jiru
6. Haala dhukkuba keetii hundumaa fi
6. Odeeffannoo Ogeessi wal'aansaaf na gargaara jedhee si gaafatu kamiyyuu osoo hin sobin ogeessatti himuu qabda.
.
.
.
Pharmacist Elias
Ogummaa keenya Hawaasa keenyaaf!

Waliif qoodaa ykn ''Share'' godhaa!

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

https://youtu.be/9ybHlCTWdH4

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Kitaaba Oromummaafi Islaamummaa. Gali Ababor

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

https://youtube.com/c/GaachanaIntegratedBroadcasting

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Subscribe Gaachana Tube: http://www.youtube.com/c/GaachanaIntegratedBroadcasting

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

AKKAATAA QABIINSA INSULIINIITII WAJJIIN WAL QABATEE WAAN BEEKUU QABDAN!
---
Akkaataa Ol-kaahinsa Insuliinii wajjiin wal qabatee qabxiiwwan barbaachisoo tokko tokko!
---
1. Bakka Ho’aa hin kaayinaa
Owwii qabiyyee insuliinii keessa jiru akka caccabuu guudhaan qoricha faaydaaa ala taasisa. Kana hir’isuudhaafis owwa digrii 86°F (30 °C) caala keessa ykn cinaa kaahuu hinqabnu.

2. Bakka akkaan qabbanaawu keessaas hin kaayinaa.
Akkuma oowwi daangaa darbe qoricha insulinii kana faayidaa ala taasisu qorri daangaa darbees qoricha kana faayidaa ala taasisa. Daangaan qorraa kan qorichi kun keessa kaahamuu qabus digrii 36°F (2 °C) gad tahuu hin qabu. Yoo teempireecha daangaa kanaa gad dabre keessa kaahamee fi cabbii kan uumu tahe faayidaan ykn qorichummaan isaa waan hir’isuuf yoo itti fayyadamuu dhiifne filatama.

3. Bakka ifni Aduu dhaqqabu hin kaa’inaa
Insuliinin qorichoota ifa Aduutiin laaftumatti miidhaman keessaa isa dureedha. Qorichi kun ifa aduutif kan saaxilamu yootahe qorichummaan isaa hir’isaa/badaa deema waan taheef bu’aa silaa irraa barbaadnu irraa argachuu hin dandeenyu. Kanaafuu qoricha kana iddoo ifni Aduu hin dhaqqabne olkaahuun dirqama.

4. Insuliinii yeroon itti Dabarte hin fayyadaminaa.
Yeroon tajaajilaa Isuliinii bilqaatii isaa irratti barreeffamaan maxxanfamee waan jiruuf isa hordofuudhaan qoricha yeroon itti dabarte fayyadamuu dhiisuun barbaachisaadha. Kuniis sababa qorichi erga yeroon isaa itti dabarte booda tajaajila silaa qaama keenyaaf kennu guutumatti kennuu hin dandeenyeefi.

5. Guyyaa Itti fayyadamuu jalqabdan irratti barreessaa
Insuliiniin bilqaaxiin tokko guyyaa banamee itti fayyadamuu jalqabne irraa kaasee faaydaa kan kennu guyyaa 28 qofaaf waan taheef lakkoofsi kun akka nu jalaa wal hin dhooyneef jecha guyyaa bannee itti fayyadamuu jalqabne irratti barreessun barbaachisaadha.

6. Itti fayyadamuu keetiin dura ilaali(inspect)
Insuliiniin tokko akkuma barreeffama ammaan duraa keessatti ilaalle haalluu barame kan ittiin beekamu qaba. Kanaafuu itti fayyadamuu keenyaan dura qulqullummaa fi haalluu isaa sirritti ilaaluu qabna. Yoo haalluu baratame irraa kan jijjiiramu tahe itti fayyadamuu dhiifnee kan biraa barbaadachuutu gaariidha.
-
Hanga odeeffannoo biraatiin walitti deebinutti fayyaa tahaa!
Qoricha keenya haa kunuunsinu! Qoricha kunuunsuun fayyaa keenya kunuunsuudha!
---
Odeeffannoo dabalataatiif uuda armaan gadii kanneen irratti na hordofaa!
Telegram: /channel/pharmacistelias
Facebook: www.fb.com/Pharmacistelias
Youtube: www.youtube.com/Pharmacistelias
TikTok: @PharmacistElias
Instagram:https://www.instagram.com/pharmacistelias

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Watch "Dhugaa Iyyaafadhu - Kutaa 2faa" on YouTube
https://youtu.be/GUufPPgqwsQ

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

https://youtu.be/1YnPfqy9Yuc

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

https://youtu.be/V2fFBOat6X8

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Watch "Gaachana Media||"Osumaan Nama Waaqayyoti jedhu Dirqisiisee na Gudeede...!"" on YouTube
https://youtu.be/xTwQ-y55390

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Watch "Aaktaroota Sadeen!" on YouTube
https://youtu.be/m6KrQFg47d4

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Watch "𝐆𝐚𝐚𝐜𝐡𝐚𝐧𝐚 𝐌𝐞𝐝𝐢𝐚" on YouTube
https://youtube.com/channel/UCYYgQRCtONe8GX0qFufjq3g

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Marsariitiilee faayda qabeessa nama kitaaboota baay’ee barbaaduuf.
1. https://core.ac.uk/
2. https://citationsy.com/
3. https://elephind.com/
4. https://archive.org/
5. https://www.pdfdrive.com/

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

🔔Beeksisa!🔔
``````
Fuulli miidiyaalee hawaasaa kunniin irratti odeeffannoo akkaataa itti fayyadama qorichaa sirrii tahee fi fayyaa hawaasa keenyaa ilaallatan irratti barnoota waan dabarsinuuf nu hordofaa. Odeeffannoo fi beekumsa argadhaa.
-
This channel provide Drug 💊 information for good adherance and other health 💉 related important education for my people!
Follow us on:
Telegram: /channel/pharmacistelias
Facebook: www.fb.com/Pharmacistelias
Youtube: www.youtube.com/Pharmacistelias

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Rakkoolee lama kan Kan sirna fayyaa biyya keenyaatti qormaata ta'an.
1. Hawaasni qorichaan walbaruufi
2. Qorichi dhukkubaan wal baruu.

Bal'ina isaa itti deebina!
@Pharmacistelias

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Sartifikeeta Chaarchiiti moo Libree Konkolaataati? Israel Dansaa maalif Ummata kana Soba Laata? https://youtu.be/hYrV5zmlda0

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Youtube Channali kenya "Gachana Tube" Subscribe godhaa!

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

https://www.youtube.com/channel/UCyeiV5xFIMjbGBam4-qxNmg?view_as=subscriber

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Dr Zakir Naik Afaan Oromootiin Waa'ee Mirga Dubartootaa Irratti. https://youtu.be/fdRD9WAqgCA

Читать полностью…

Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo

Diraamaa Iyyuu Cufaa kan Ajaa'ibaa https://youtu.be/v1PJRo-73aY

Читать полностью…
Subscribe to a channel