oromicquran | Unsorted

Telegram-канал oromicquran - Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

-

Subscribe to a channel

Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

@OromicQuran
Mala Gabaaba kana itti fayyadamaa

Akkaataa QUR'AANA ji'a ramadaanaa keessa karaa salphaan itti xumurru.
📚📖📚📖📚📖📚
《 شهر رمضان الذي أنزل فيه القرأن 》

▶️ Marsaa tokko xumuruuf.
Subhii: fuula 4
Zuhrii: fuula 4
Asrii: fuula 4
Maghriba: fuula 4
Ishaa'ii: fuula 4

▶️ Marsaa lama xumuruuf.
Subhii: fuula 8
Zuhrii: fuula 8
Asrii: fuula 8
Maghriba: fuula 8
Ishaa'ii: fuula 8

▶️ Marsaa sadi xumuruuf.
Subhii: fuula 12
Zuhrii: fuula 12
Asrii: fuula 12
Maghriba: fuula 12
Ishaa'ii: fuula 12

▶️ Marsaa Afur xumuruuf.
Subhii: fuula 16
Zuhrii: fuula 16
Asrii: fuula 16
Maghriba: fuula 16
Ishaa'ii: fuula 16

▶️ Marsaa Shan xumuruuf.
Subhii: fuula 20
Zuhrii: fuula 20
Asrii: fuula 20
Maghriba: fuula 20
Ishaa'ii: fuula 20

▶️ Marsaa kudhan xumuruuf.
Subhii: fuula 40
Zuhrii: fuula 40
Asrii: fuula 40
Maghriba: fuula 40
Ishaa'ii: fuula 40


Rabbiin nama haqa qur'aanaa tiiysii qara'u nu haa godhu.

Share godhi namni hedduun irraa fayyadamu danda'a.



Chaaynaalii keenna join godhaatii nu hordofaa.


@OromicQuran

Читать полностью…

Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.greentech.quran

Читать полностью…

Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

✋Osoo Hin Rafin Dura Yoo Dandeesse Waan Armaan Gadii Kana Dalagi‼👍

1.🔹Wadda'adhu...
2.🔸Salaata Witrii salaati..
3.🔹Aayatul Khursiyyii Qara'i.....
4.🔸Zikriiwwan Hirribaa qara'iii....
5.🔹Suuratul Mulki ... ﺗﺒﺎﺭﻙ ﺍﻟﺬﻱ ﺑﻴﺪﻩ ﺍﻟﻤﻠﻚ . qara'i ....
6.🔸Nama si miidheef irra dabriif...
7.🔹Toowbaa hin dagatin..Du'utu malaa...
8.🔸Salaata Subhiitiif Alarmii hin dagatin⏱... ...

💌💌 Messege kana nama jaalattu hundaaf ergii...jzkl 💌

@Abdunasirjamalofficepage

Читать полностью…

Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

mucaan kun aawwadaayi najjaash nagarsiisaa jaee dhufeeti akka nama gudda...
https://youtube.com/watch?v=E4yBkzl-YJw&feature=share

Читать полностью…

Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

بِسْمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ

ذٰلِكَ الْكِتٰبُ لَا رَيْبَ ۛ فِيْهِ ۛ ھُدًى لِّلْمُتَّقِيْنَ

-----Word by Word-----

ذَٰلِكَ : That
ٱلْكِتَٰبُ : (is) the book
لَا : no
رَيْبَۛ : doubt
فِيهِۛ : in it,
هُدًى : a Guidance
لِّلْمُتَّقِينَ : for the God-conscious.

-----Abdul Majid Daryabadi-----

This Book whereof there is no doubt, is a guidance unto the God-fearing.

-----Yusuf Ali-----

This is the Book; in it is guidance sure, without doubt, to those who fear Allah;

Al-Quran - Surah 2 - Al-Baqara - Ayah 2

Читать полностью…

Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

King Machine Water line production Manufacture co.ltd in ethiopia
https://t.me/joinchat/WEi4IxbgKq1lYjU0

Читать полностью…

Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.greentech.quran

Читать полностью…

Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

App Quraana Gutuu isa Waan hunda irraa bilisa tahe argachuuf Sagalee namoota barbaadaniitiin linking kana jala seenaa Downloads godhadhaa

Читать полностью…

Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

/channel/OromicQuran/15

Читать полностью…

Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

Watch "ለማጥመድ በሄድኩበት እዛው ቀረሁ! || የኔ_መንገድ" on YouTube
https://youtu.be/_SvHH-b0I-w

Читать полностью…

Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

بِسْمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ

الٓمّٓۚ

-----Word by Word-----

الٓمٓ : Alif Laam Meem

-----Abdul Majid Daryabadi-----

Alif. Lam Mim

-----Yusuf Ali-----

A. L. M.

Al-Quran - Surah 2 - Al-Baqara - Ayah 1

Читать полностью…

Hiika 𝐐𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨..

Du'aa'ii bareedduu tana Aamiin jachuun naaf deebisaa SHARE godhuun waliif dabarsaa Jzk..

- Jiruu teeysan keeysatti guddinaa fi ulfina malee, Xiqqeenyaa fi salphina RABBIIN isinirraa haa qabu.

- Akka guyyaa 6 qofa keeysatti dachii fi samii uumetti daqiiqaa jaha qofa keeysatti haajaa teeysan mara RABBIIN isiniif haa baasu.

- akka dachii fi samii addaan fageeysetti isinii fi rakkoo, salphina, gadda, cinqii fi balaa adda addaa jidduu haa fageeysu.

- balaa isin firraa quba hin qabne, dhukkuba dawaa hin qabne, dhibdee afaan hin beeyne, Rakkina furmaata hin qabne hunda RABBIIN isinirraa haa qabu.

- Rizqiin teeysan yoo samii keeysa jiraatte RABBIIN isiniif haa buusu.

- Yoo dachii keeysa jiraatte RABBIIN isiniif haa baasu.

- Yoo fagoo jiraatte RABBIIN isiniif haa dhiheeysu.

- Yoo dhiyoo jiraatte RABBIIN harka keeysan keeysa haa naqu.

- Yoo waa xiqqo taate RABBIIN haa heddummeeysu.

- Yoo hedduu taate RABBIIN haa barakeeysu.

- Rakkina keeysan hudaaf furmaata isiniif fidee, garaa keeysan RABBIIN isin haa fayyisu.

Читать полностью…
Subscribe to a channel