samirmurad | Unsorted

Telegram-канал samirmurad - Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

386

😍nudhihaadha ❤jaalalan nurra qabamtan 🤣heddu male kofaltan 🎧nashidan relax of gootan 👇👇yaada qabanan 👇👇 @samirsha2021

Subscribe to a channel

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Baga Nagaan dhuftani
Obboleewwan muslimaa
Kanneen wolitti Nuhidhe
Finyoon Obbolummaa

Hordoftoota Rasuulaa
Taatani kayiral Ummaa
kaadimee diinal Islaam
Hanga guyyaa qiyaamaa

Kan biyya hedduu jirtuuf
Hundi ilmaan muslimaa
Deeggaraa hojii kayirii
Balleessituu hiyyummaa

Gooftaan sihaa jaallatu
Male maaluman himaa
Baga Taatee Argamte
Atis kan kayiral ummaa

Yaarabbi Nuuf baayyisi
Hirmaataa Hojii kayirii
Hordoftoota sahaabaa
Fakkaataa Abaabakrii

Kan Miskiina Nyaachisu
Dhaaltuu hojii gaggaariii
Ati Nuuf heddummeessi
Shabaaba Akka umarii ......
👇👇👇👇👇👇JOIN
GODHAA👉👉 @obsasule
👇👇
@obsasule

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Yaa Rabbi Koo
Wlh wan ajaiba
@samirmurad
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Watch "New Nashed Hijaab Cooming Soon" on YouTube
https://youtu.be/A_66v8ilWL8

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Marata ajaiba 🤣🤣🤣🤣🤣
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

https://youtube.com/watch?v=LdfrEIx676Y&feature=share

Gad dhiifame like share subscribe godhuu hin dagatinaa jzk

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

قال رسول الله صلى الله عليه وسلم:
(الدين النصيحة...) رواه مسلم
Ergamaan rabbii (saw) akkana jedhan:
(Diin (Islaamaa kana) jechuun toltuu yaaduudha...)
👉 Obboleeyyan qaqqaalii toltuu waliif yaaduu fi toltuu waliif dhaamuu amala haa godhannuu!
@samirmurad
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Yaa Rabbii aaliima khenyaa nuf afiyyii
Hamtuu hunda jala nuf tiysii
Qaawa hin cufamnee nutti hin banin ya rabbii🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Watch "ALLAH | best new nashida video clip Trailer by SALAH MOHAMMED" on YouTube
https://youtu.be/yJt4kPegTHQ

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

❤محمد 👉
Sallallaahu alleeyhi wasallaam

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Anal muslim @samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

قال النبي ﷺ ((من صلَّى عليَّ واحدةً ، صلَّى اللهُ عليه عشرًا)) رواه مسلم

((Namni yeroo tokko narratti salawaata buuse, rabbi ammo yeroo 10 salawaata isarratti buusaa jedhan Ergamaan rabbii ﷺ

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

https://youtu.be/ezLBC7GBRDM

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

New nashida__by Aisha_Abdul_Basith
@samirmurad
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

@samirmurad
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Vedio isa
@samirmurad
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Watch "ILA SALAT best nasheed from ani muslima album by al ihsan inshad group" on YouTube
https://youtu.be/u3Kp-JpyR9g

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Reeffa obboloota Keenyaa Ilaalaa Kunoo bifa kanaan bakkatti Rashanaman.
Yaman sana'aa!
Uffee

Nama gaddisiisa!
Rabbiin rahmata isaanif ha godhu.
Ummata Oromoo hundaaf rabbiin Jajjabina haa kennuuf jenna
🥺🥺🥺😐🥺🥺🥺🥺🥺


JOIN👇👌

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

🌘Ramadaanni Seenuufi ..... 🌘


🌺 Ji'ini ramadaanaa Nuuf Seenuuf Guyyoota Muraasa Qubaan lakkaawamuutu Nuuf hafe !! 🌺🌺

🌼Ramadaana kana jalqabuu keenya Dura Qalbii teenya Haa qulqulleessinuu ... 🌼🌼

☝Yoon jechaan si balleesse Dhiifama 🌷
☝Yoon gochaan si balleesse Dhiifama 🍀
☝Yoon si boodatti si hamadhes Dhiifama 🌻
☝Yoon maqaa kee xureesses dhiifama 🌺

Anis Waanni natti balleessite yoo Jiraate 💯% dhiifama siif godheetin jira ...

أحبكم في الله ❤❤❤
Rabbiif jechan isin jaaladha ❤❤

👉 Ergaa tana nama jaalattu cufaafuu Ergi 🌿🌿

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

😂Feta😁belubat😄wedoche😍

Sew nesh wey gerami yeslk prank 😂😂🤣🤣🤣🤣🤣 twedutalachihu 😍😍

JOIN👇👌

🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Ya rabbii
—Ana male
—Anaan haa taatu fi
—Ana Ana nukhessa haqii
@samirmurad
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Asalamualeykum warahmatullah wabarakatu
Hubadhaa!!!
↓↓↓↓↓↓↓↓↓

◆ Kitaabni #Gadaa jedhamu kun gosoota kitaaba barnootaa keessaa tokko tahee Biiroo Barnoota Oromiyaatin maxxanfame barsiifamaa jira. Qabiyyeen kitaabichaa maal akka tahe Uffata (cover) gubbaatirra suuraa jiru ilaaluudhan qofa hubachuun ni danda'ama. Waa'ee #WAAQEFFANNAA kan sabbakuudha.

◆ Zamana Siyaasni fi Hafuurri "Oromummaa" Ummata Kaabatiin cabe kana keessa dhuguma Amantii Waaqeffannaaf cinqamanii kana godhu jechuun nama hin amansiisu. Maarree yeroo tanatti maalif kitaaba amantii kana maxxansanii M/B taaf dhiheessun barbaachise kan jedhu yoo ilaallu,
1ffaa Ummata mufachiisan kana ittiin sossobuuf tahuu danda'a.
2ffaa fi inni jabaan immoo Duula Al-Kallattiidhan amantii biroo babal'isuuti. Keessattuu yeroo ammaa amantii #Pheenxee akkaan babal'ifamaa jira. Ummata akka muslimaa kallattiidhan amantii gadi dhiisisuun dadhabame immoo karaa 'Sabumma'fi 'Sabboonummaa' tin itti dhufan. Erga gara Waaqeffannaa fidanii miila jalaa dhahan booda gara Pheenxummaa fiduun salphaadha. Tooftaa isaan ittiin beekamaniidha. Fkn. Biyya keenyatti Ob. Dinquu Dayyaas amantiidhan pheenxeedha. Garuu Waaqeffattoota gargaaree Muslimootarratti duulchisaa ture. Al-Kallattiidhan gara amantii ofii waamaa ture jechuudha.

◆ Biyya ati amantii tee (namarratti fe'uuf osoon hin taane) ofuma keetif gaggeeffachuufillee hin dandeenye tti (fkn M/B keessatti Hijaaba uffachuu, iddoo salaataa argachuu fi kkf argachuu hin dandeenyetti), Mootummaan kitaaba amantii biroo maxxansee baradhaa jechuun kun foormulaa akkami?!

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Watch "ALLAH best cover nasheeds by Salah Mohammed" on YouTube
https://youtu.be/X0mq2jj8Y28

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Fuulakhe dirirsii hogga qunamturra
Sesequu bay'iisi jazankhe rabbira
Arrabakhe tisii nama didirurraa
Miskinaa gargaari wan ofi qabdurra
Gaaromina jechun khanani mul'ata
Haala khenya tolchii nu galchii janataa
Shekh jamal egu wajjin me masha allah nuf ja'a
@samirmurad
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Allahu akbar
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Yaa Rabbi nu dhaqqabsiisii
Kheetrii kessatti nu hojjachiisi
@samirmurad
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

@samirmurad
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

As wr wb insha Allaah yeroo gabaabduu booda gareen al ansaar ishaad group nashiidaa ajaa'ibaa tan mata dureen isii DAMMAQI jattu isin biraan gahuuf qophii xumuree jira insha Allaah channel kenya kan YouTube subscribe godhuun nu eeggadhaa jzk akkasumas share godhuun hiriyyoota keessan biraan gaha ws wr wb


@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
👆👆Join & share 👆

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Wa hunda khesatti selfie wajji wal qabsisun malifi???
Hattaa sadaqalle mo???
Ajab! Ajab!
@samirmurad
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Yaa Rahmaan rahmata keetiin yaada kho mee naaf guuti
Habiibii nabii yoon arke an qalbiin too dheebuu baati
Dhaqee ziyaaruu dadhaabuus nagarsisii manaamatti
An khadhaatoo waahindhiisu hammaan nabiyyii arkuttii.

Nagayaa Rahmata
nabiyyii irratti buusaa.
Rabbiin rahmata isinirrati buusaa
اللهم صل على محمدوسلم.

JUMMAA GAARII
@samirmurad
@samirmurad

Читать полностью…

Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł

Ganamaa fi galgala yeroo 3:
"بسم الله الذي لا يضر مع اسمه شيء في الأرض ولا في السماء وهو السميع العليم"
"Bismillaahillazii Laa yadurru ma3a Ismihii sheey'un fil ardi walaa fissamaa'i wahuwassamii'ul aliim"

Namni je'e wanti takka isa miidhuu hin dandeessu!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@samirmurad
@samirmurad

Читать полностью…
Subscribe to a channel