❤ Rasuulli Rabbii (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) ni jedhan, "Namni ji'a #Ramadaanaa soomane haala Rabbiitti #Amanaa tahen, ammas haala Rabbiirratti #Lakkaawwataa tahen soomane #Diliin isaa wanni dabre isaaf #Araaramamaa." Jedhan.
@samirmurad
@samirmurad
Watch "New oromoo nasheed HIJAABA ba by Al Ansar Inshad Gruop From #DAMMAQI Albam" on YouTube
https://youtu.be/moY1keVEjkI
As wr wb Jaalawwan insha allah wan harayan isiniif qabadhe dhufe KESUMMAN NUF EENYU jatti haala addaatin video dhan kan dalagame wan taheef insha allah boru guyya alhadaa oole halkanirra sa'a 1:00
Читать полностью…Walaloo nashiidaa yatiim tan jattu
Mu'aaz &Hamzaa
Yaa akhii yaa ukhti yatim haa yaadannu
Waan qabnu hundan cina haa dhaabbannu
Duniyaaf aakhiraa akka milkooynuu
Rabbii keenya bira mindaa haa kaayannu
Yoonifi barbaadde milkii ganda lamaa
Gargaarii fiqabi me olmaan yatiimaa
Tahuu feenaan ollaa nabiyyi aalamaa
M.M amiin caalaa ilmaan namaa
Yatiim kan gargaare laalee rakkoo saatii
Milkiidha arkata duniyaa tanattii
Ammaas ollaa kooti bar jannatattii
Je'eeti dubbata ergaman rabbiitii
Yaa harmee yaa abbaa rakkame yatiimni
Garaan saani beela qullaadha qaamnini
Mana hin qaban ammaas ala jiraatanii
Waan qabduun laali baasi rakkoo saanii
Akka carraa taate isaan kan rakkate
Teetis tahuu malte yoo dubbin siif galte
Ilaalu hin feetu ilmaan ke rakkatee
Mee ufirra qabii laali waan isaan mudatee
Barreessaan :Hamdi Andujabar
🎁🎀🎁🎀🎁🎀🎁🎀🎁🎀🎁
Kuni kennaa(Gift) an siif kennuudha
Assalaamuu aleeykum
Nama ati👈🏼dhiifama gooteef keessaa kan jal qabaa tahuu barbaada osoo 🌙 ramadaanni hin seenin.
Dhiifama 🤝🏼 yoo an guyyama tokkollee qalbii tee naasise.
Dhiifama 🤝🏼 yoo sababa kiyya bootte😭😭
Dhiifama 🤝🏼 yoo jette jetteedhaanis namni waa sitti himee dhageette👂🏼👂🏼
Dhiifama 🤝🏼 walumaa galatti osoo beekuu ykn osoo hin beekin yoo si miidhe.
Ramadaanni 🌙 nu hundaafuu carraa dha itti haa fayyadamnuu 🙌🏼 🙌🏼
🤷🏻♂🤷🏻♂🤷🏻♂Dhiifama wanti si gaafadhuuf ani waan si jaaladhuufi 😍😍 of qulqulleessinee ramadaana yoo simanne soomni keennas nurraa ol fuudhama.
Insha allah akka ati dhiifama naaf gootu Abdiin qaba galatoomii👍🏽👍🏽👍🏽
⊙⊙⊙⊙⊙⊙⊙⊙⊙⊙⊙⊙⊙⊙⊙⊙
*Nama jaalattuu ❤ ykn nama sitti mufatee 😣😣 ergaa kana ergiif yoo anis nama ati jaalattu ❤ keessa tahe deebisii naaf ergi*
🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙
👇👇👉join👈👇👇
@samirmurad
@samirmurad
Duniya new nasheed video clip in shaa Allah guyyaa jimmataa YouTube channel kiyyatti akka nu eegattan isiniin janna
https://youtube.com/c/EidAbdusalam
😔😔 ይቅርታ😔😔
እኔ ረመዳን ከመድረሱ በፊት ይቅርታ ለመጠየቅ 1ኛ መሆን እፈልጋለሁ
፡
፡
ይቅርታ በማወቅም ሆነ ባለማወቅ ያስቀየምኩአችሁ
ይቅርታ በማወቅም ሆነ ባለማወቅ ያማሁአችሁ
ይቅርታ በኔ ምክንያት ትንሽም ብቶን ያናደድኩአቹ
የምታቁኝንም የማታቁኝንም ሁላችሁንም ይሄን ፅሁፋ ያነበባችሁ በሙሉ ከዚ በፊት ያረኩትን ደግሜ ላላደርገዉ ከልቤ ይቅር Awfu እንድትሉኝ እጠይቃችሁአለሁ ሁላችሁን በልባቹ ይቅር ሳትሉ እንዳታልፉ
@samirmurad
Assalamu Aleykum wa Rahmatullahi wa barakatu
@Sagnta_Guyyaa_Arra_siiraa
Hayyuu beekamaa qara'aa qur'anaa uqbaa ibni Aamiir
_____________________
Yeroo qur'aana qara'u sagalee daraan bareeda fi miidhagaa qaba ture.
Halkan tasgabbaayaa yeroo irra hedduun uumama Rabbii hirribaan moo'atamu inni gara kitaaba Rabbii deebi'uun aayatoota isaa kan mimmiidhagaa ta'an qara'uu jalqaba.
Sahaabonni kabajamoon heddu akkaataa qaraatii isaatin onneen isaanii ni harkifama ture.
Guutun qaama isaanii jijjiirameetin sodaa Rabbii kan tooftaa qaraatii isaatin uumameen imimmaan isaanii gadii jiguu jalqaba.
Umar ibni Al-khaxxaab (RA) yeroo tokko isa afeeraniitin "Uqbaa! mee qur'aana Rabbii irraa kutaa murtaa'e naaf qara'i" jedhaniin.
"Tole ani ajajamaadha.
Yaa Amiiral-mu'iminiin!" Jechuun qara'uufii jalqabe. Umar bareeduma sagalee kiyyaa yoo dhagayan hanga areedni isaanii imimmaanin jiidhutti hiqqifatanii booyan.
Uqbaan qur'aana harka isaatin barreeffames qaba ture.
Hanga yeroo dhiyootti qur'aanni uqbaa kun masjida beekamaa Gibxi (masri) keessatti argamuu fi maqaa uqbaa ibni Aamiriin (RA) moggaaffame keessatti argamaa ture.
Barreeffamni kitaabichii akka harka Uqbaatin barreeffame ibsu dhuma kitaaba qulqulluu (qur'aana) kana irratti katabamee jira.
Qur'aanni kun hodhawwaan qur'aana kan duriiti fi hanga yeroo dhiyoo turan keessaa tokko ta'us galmeewwan daran qaalii ta'an kan biraa wajjiin sababaa dantaa dhabiinsa muslimootatiin badeera.
Ga'ee inni gama jihaadatiin godhe ilaalchisee ammoo Uqbaan (RA) nabiyyii (SAW) maddii ta'ee waraana uhud irraatti hirmaatun isaati fi sochiiwwan loltummaa kan sana booda turan irrattis isaan irraa akka hin bahin bekun qofti gahaadhaa.
Eeyyen! Goota beekamaa keessattuu qabsoo Damaasqoo bilisa baasuf godhame irratti homaa adda durummaan enyummaa isaanii mul'isan keessaa tokko ture.
Tajaajila guddaa inni godhe xiyyeefannaa keessa galchuun yero sana ajajaa waraana muslimaa kan turan Abuu Ubeeydaah ibni Al-Jarraah (RA) oduu bilisa bahuu Damaasqoo umar ibni Al-Khaxxaabif (RA) akka geessu gara madiinaa isa ergee jira.
Uqbaan deemsa rakkisaa guyyoota sagalii fi halkan torba fixe booda oduu kana umariif (RA) geesse jira.
Uqbaan (RA) jihaadaf jaalala guddaa kan qabuu waan ta'eef hadiisota waa'ee jihaada nabiyyiin (SAW) dubbatan qomatti qabachuuni fi isaan muslimootaf dabarsuun ogeessa addaa ta'uu danda'eera.
Leenjiin uqbaan (RA) caalatti jaalatus waraana darbachuu ture.
Uqbaan (RA) dhibamee kan dadhabe Gibxii keessatti ture.
Ijoollee isaa walitti qabeetin "yaa ilmaan tiyya! Waa sadi irraa uf eegaa:
Madda amanamaa irraa yoo hin ta'in, Uqbaan nabiyyiin akkana naan jedhan jedhe jedhamee waan isinitti himamu hin fudhatinaa; iddoo itti gaafatamaa irraa yoo teessan idaa hin baay'isinaa liqii hin fudhatinaa;
Shi'irii bu'aa hin qabne hin katabinaa; akka onneen keessaan qur'aana irraa gara shi'irichaa hin jallanne uf eegaa" jechuun gorsa isaa kan dhumaa dhaamef.
Xumurame fadhii Rabbiiti
Ngytii naaf jiradhaa obbaleyan koo
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
@obsasule
@obsasule
@obsasule
👆👆👆👆👆👆
Asssalamu aleykum warahmatullahi wabarakaatuhu Rabbin warraa Ramadaana kana haala bareedaadhan fuudhee akkasuma haala bareedaadhan keyrii isa keysa dalagatu nuhaa godhu Asumanu Ramadan kariim
@samirmurad
Iddoo #Ticket #Halal_Concert🎤 Irraa Argattan #Laga_Harree_Ziqeey_cafe O928767507 #Ashawaa fi iddoo birarraa argachuuf👇👇👇
O9369O141O
O973203081
O962423315
#Isiin_hin_dabrin_Halal_Concert🎤
JOIN👇👌
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Halal Concert
BaatiiRamadaanaa Sababeeffachuun Sagantaa Addaa taateeQophooytee isiinEegaa jirti Irraa hinhafiina Hundi kessan Afeerramtanii jirtan
Guyyaa Alhadaa 3/08/2013Sa.aa 2:30Iddoo Ethioxaliyan
Walgahii gumii dhimma islaamaa Akkuma dhorkametti jira.
Warra hayyoota keenya. Ulamoota Biyyattiin qabdu xiqqeessu Rabbiin firouna xiqqeesse Jara ha xiqqeessu.
MAHER ZAIN ☞ Official
JOIN👇👌
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته .. أصبحنا وأصبح الملك لله والحمد لله، يارب صبّح أحبتي بكل خير وبركة وسرور . اللهم آمين Baga Guyya Kabajamaf Jalatama Jumaa Gesse kan Gammachu Kan Milkii Siif Ha Tau Kan Dhukkuba Hundara Itti Fayyinu Kan Rakko Hundarra Itti Bilisomnu Siif Ha Tau Carra Garii Hiree Bareddun Siha Sif Hawwaa #amiinرب صلّ وسلم على سيدنا نبينا محمد، وعلى آله الطيبين، وأصحابه الغرّ المحجلين، واجمعنا بسيدنا وآل بيته وصحابته بالجنةيا من ترجون منه شفاعة صلوا عليه وسلموا تسليما
┊┊┊┊┊♥️ﷺﷺيا رب صبحهم جميعاً بالخير، والمغفرة، والتوفيق.. والله إني أُحِبُّ لكم الخير بالقدر الذي أحبه لنفسيﷺﷺﷺ
┊┊┊┊♥️ﷺﷺﷺﷺﷺ
┊┊┊♥️ﷺﷺﷺﷺﷺ
@obsasule
@obsasule
@obsasule
👆👆👆👆👆👆
🔥Arraba🔥
"Namooni fuulota isaanitin ibiddaa keessatti akka kufan kan isaan godhu bu'aa arraba isaanii male kan birootii?" (Hadiisa nabi Muhammad (SAW) tirmizitu gabaase)
Mu'uminni (namni amane) namaa hin arrabsu namalle hin abaaruu kashalabee salphataallee miti (Tirmizii)
Rasuul (SAW) "nama wantoota lama eegeef ani jannata wabii isaa ta'a" jedhan isaanis "Arraba isaati fi qaamaa saalaa isaati" jechuun dubbatani jiru
〰Namni Allahaa fi guyyaa dhumaatitti amanu hasawaa gaarii haa dubbatu ykn ammoo haa caldhisu" (nabi Muhammad (SAW) )
〰Imaam An-Nawaawiin yoo dubbatan " Namni dirqamoonni isaamummaa irratti mirkanaayu tokko haasawa akaaku hundaa irraa arraba isaa eeguu akka qabu beekuu fi wanti ifa ta'ee fi wanti faayidaa qabeessaa ta'e qofa yoo jiraate dubbachuu ykn ammoo hasawa isaa irraa of qusachuun karaa nabiyummaatii
Yaa ilaahi Arraba kenya tisii👇👇JOIN godhun Nuhordofaa
👇👇👇
@obsasule
@obsasule
@obsasule