Hin boonin! Hoggaa dogongorte dogongora kee fudhadhu! Lubbuu tiyyaan baana! Atiis yoo sitti tole lubbuu tee itti himi!!!
👇👇👇👇👇👇👇
@samirmurad
@samirmurad
Dargaggeessi🏃dafee deemuu danda'a, manguddoon👴garuu karaa beeyti.
👇👇👇👇👇👇
@samirmurad
@samirmurad
"Irra Caalaan keessan Nama Namaaf gaari tahe."
"ከሰዎች በላጩ ለሰዎች ጥሩ የሆነው ነው።" የአላህ መልዕክተኛ ﷺ
Nabi muhammed ﷺ
@samirmurad
@samirmurad
Haajaa tee tan yeroo hunda si yaachistu san, Rabbiin ammumatti bakkaan siif gahee si haa gammachiisu!!!
@samirmurad
@samirmurad
Jaalalli khee hin dhumuu yoomuu nuuf haarayaa! Shittoo fi miskii caalaa Nabii kootu urgaawaa!
❤صلوات ربي وسلامه عليه❤
Join and share
👇👇
@samirmurad
@samirmurad
Yaa Lubbuu Tiyyaa Hin Boonin
Hanga fedhee haa Dheratuu Zamannii
Haa Gabaabatuu Guyyaa tokkoo Ceekuu
Ummataa irrattii Badhatamtee Mana Rammmoo
Dukkanaa qabrii San Ziyaaruuf teysaa
Biyyee Jalattii Awwalamuuf teysaa
Yaa Rabbii Khatimaa teenyaa Hunda khenyaaf nuuf bareechii
Osoo Asirraa Jiruu Warraa Sinqefatuu nutaasisii
Sinqii nuttii goodhii Kheyrii nudaleysisii Yaa Allah
Yoo Erra fayyadamtee sher godhii Ajrii Qoodadhuu Rabbiin sihaa milkeeysuu
👇👇👇👇👇
@samirmurad
Yaa Mucaa Khiya Mi'aawa Hin Ta'in Ni Liqimfamtaa, Hadhawaas Hin Ta'in Ni Tufatamta
👇👇👇👇join
@samirmurad
Nama yoo sodaatte isarraa baqatta, Rabbi yoo sodaatte garuu gamasaa baqatta!
👇👇👇👇👇👇
@samirmurad
@samirmurad
Galgala yeroo hunda osoo hin rafne:
1. Karoora wantoota guyyaa boruutiif hojjachuu qabduu waraqaa xiqqoorratti list godhachuu,
2. Suuraa Mulkii qara'uu,
3. Aayatoota lameen xumura suuraa baqaraa qara'uu,
4. Haala guyyaa kee irra oolte madaaluu, (gamaaggamuu) yokiin of qorachuu,
5. Subhii kaatee salaatuuf niyyaa dhugaa, niyyachuu fi Rabbiin akka si kaasu kadhachuu,
6. Salaata subhiitiif Alaarmii guuttachuu,
6. Zikriilee fi sunnaalee yeroo hirriibaatirraa hanga siif laaffate hojiirra oolchuu,
HIN DAGATIN!
✍️✍️tuji mussa
Maxxansaa kana yoo argaa jiraatte, arra lubbuun jirta. Garuu gaafa tokko anaa fii atis ni duuna. Anis hin maxxansu, atis hin dubbiftu.
😔 😟 🙁 😥 😞 😔 😟 🙁 😥
jaalalti namaa abadan tan rabbii hin dursitu sababnis khan si fayyaduus si miidhuus dandayu allaaha qofa waan taheef.
Join and share
👇👇👇👇👇👇👇
@samirmurad
@samirmurad
Jiruu tana keessaa odoo Du_e jechurra waan yeroo Duutu si fayyadu Qopheefadhu. #Khalaas
@samirmurad
Itti haa fayyadamnuu...!
"Namni suuraa (Qul huwallaahu ahad) yeroo 10 qara’e Rabbiin jannata keessatti mana isaaf jaara..."
Rasuul (Saw)!
@samirmurad
اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى سَيِّدِنَا مُحَمَّد وَعَلَى آلِهِ وَصَحْبِهِ أَجْمَعِينَﷺ❤
@samirmurad