Sheikh Muhammad Arrooylee
Guyyaa arraa masjiida keenya guddaa masjiida malkaa milkii deemtanii khuxbaa godhuu keessanitti baayyee gammannee jirra
Yaroo teessan nuuf kennitanii nu kabajjanii maasjiida keenya keessatti argamuu keessaniif maqaa malkaa milkiitiin isin galatoomfachuu barbaanna
RABBIIN ammallee dabalee sadarkaa teessan ol haa kaasuu
GALATOOMAA.
Boru (Halkan amma keessa jirru) akka lakkoofsa hijraatti 1-1-1445 taha!
Bara milkii fi jijjiiramaa nuuf haa godhu!!!
"Bara Ilmi Namaa Bineensa Tahe Keessatti Bineeyyiin Garaa Akkanatti Jaalalaan ❣ Si Simatanii Sitti Maraman.
Mee Osoo Isin taate Miira akkamtu Isinitti dhagahama 🙆🤦♂️
Hundaafuu Harar Malee Kan akkanatti Waraabeysi Si Waliin Jiraatu Hin Jiru
#Harar 🤍❤🤍
@samirmurad
@samirmurad
Yoo Rabbiin si wajji jiraate, addunyaan guutuun faallaa kee deemuun sirraa irrisuu hin danda'u! Yoo Rabbiin sirraa gara gale ammoo addunyaan guutuun si deeggaruun humaa sin fayyadu!
👉 Warra Rabbiif ajajamee Rabbiin isaan wajji jiraatu nu haa godhu!!!
@samirmurad
@samirmurad
Waan yeroo dheeraa hawwaa turte Arafaa tana duratti si badhaasee si haa gammachiisu!!!
👇👇👇join 👇👇
@samirmurad
@samirmurad
Jumu'aa Edanu jumu'aa rakkoon tee hundi furamtu, Jumu'aa maddi rizqii halaal siif banamu, Jumu'aa jiruun tee tartiiba qabattu Rabbiin siif haa godhu!!!
Читать полностью…Wanti isa dhibu maaltu jira?!
Rabbiin samii balloo tana utubaa tokko malee diriirsee dhaabe, rakkoo tee xixiqqoo tana si furuuf sakandii takka itti hin fudhatu! Abshir! Rabbiin ammumatti si haa furu!!!
@samirmurad
@samirmurad
Waan boru ganama tahu hin beektu! Haala amma keessa jirtu laaltee abdii hin murin! Rabbii hanga liphsuu ijaatti haala hunda jijjiiruu dandahu qabda! Isa jabeeffadhu! Abdii bareedduun jiraadhu!!!
@samirmurad
Namni tokko tokko kijibaan honga gahuu isaanitirraa osoo #jahannam keessatti garte " Namaan barbaaduf dhufe malee an warra jannataati." Siin jachuurraa hin deebi'an.
@samirmurad
@samirmurad
" Imala jiruu keessatti carraayxee hanga barbaachisuu ol itti dhiphattee hojjatte jachuun ; ni milkooyta jachuu miti. Osuma laffaatuu du'uunis ni mala." Hayyicha.
@samirmurad
Hoggu takka ergamaa rahmataa nabi muhammad irratti salawaata haa buusnu ﷺ
👉👉 @samirmurad
@samirmurad
Saahibni baranaa hedduun hanguma lubbuun jirtu male gaafa biraa deemte du'aa'iifillee si dagatee khoflaaf nama biraa saahiba
👇👇👇👇👇👇
👉👉 @samirmurad 👈👈
👆👆👆👆👆
Yaa Allaah...Nama amriin duraa faffacaate hundaaf amrii hunda tartiibatti deebisiif!!!
👇👇👇👇👇👇
👉👉 @samirmurad 👈👈
👆👆👆👆👆
Yaa ahbaabii...Dhukkubni keenya hedduudha!
~ Waliif hinaafuurra waliif quudhuu,
~ Wal kuffisuurra wal guddisuu,
~ Wal jibbuurra Wal jaalachuu,
Amala Rabbiin nutti haa godhu!!!
👉👉👉 @samirmurad
👉👉 @samirmurad
Eega islaamummaatii nagayaa fi fayyaa wanni caalu hin jiru! Rabbiin lameenuu nurratti haa tiiysu!!!
Ammiiiiin🤲🤲🤲
@samirmurad
Yeruma hundaahuu guuyyaan, torban, ji'aa fi barriniis jijjiiramuu hin dhiisu! Garuu nutii bakka takka taa'ee mugu nurratti jijjiiramuu osoon taane wajji jijjiiramuu qabna!
Jijjiiramni waliif lama;
1. Ciminarraa gara dadhabinaa yokiin fooyyeerraa gama gad aanaa jijjiiramuu,
2. Dadhabinarraa gama ciminaa yokiin masluufummaarraa gama kutannaa jijjiiramuudha!
3. Bakkuma dhaabbatanii jiranitti hawwii fi abjuu hojiin dhugoomsuurraa duwwaa taheen deemuuniis namoota hedduu biratti akka jijjiiramaatti fudhatamee baayyinaan ni mullata!
Qooda nuti keessatti argamnuutu hayyama Rabbiitiin galma keenyaaf murteessaadha!
👉 Bara haariya kanaa wajji qooda lammaffaa san qabatee imala haariya jalqabee warra imalu akka taanu Rabbirraahiin kajeela!
RABBIIN WAAN JAALATU HUNDARRATTUU NU HAA GARGAARU!!!
✍️ U TUJI MUSSA
@samirmurad
@samirmurad
Xalila xurii qabne
Riqicha amantii
Fooleen jannatatuu
Si jalaan argamtii.
Kan fakkatti qabne
Amala qabeessa
Yaa rasuula rabbii
Firran si jabeessa.
Karaa kee hordofuun
Matuma kiyyaafi
Ifa addunyaadha
Si tahe biyyaafi.
Jechaaf gochi kee
Jireenyaaf furtuudha
Seenaa kee moofa'u
Yoomiyyuu turtuudha.
Dandeettif dhageettin
Sin gahu tokkichi
Karuma kan keeti
Ni beeyna qorichi.
Yaa rasuula rabbii
Jaalatamaa keenya
Faana kee yoo dhooyne
Jannata ni teenya.
Sallallahu alhi wassallam❤
OF AMANSIISI!
┃Yoo Shɑkkite Ni Kuftɑ!
┃Yoo Amɑnte Milkooftɑ!
▬▬▬▬▬▬▬▬
⁃ Milkɑɑ’inɑ Gonfɑchuuf
Durɑ of ɑmɑnsiisi!
⁃ Wɑntɑ Guddɑɑ Yɑɑdi
Wɑɑn Gɑɑrii ɑrgɑmsiisi!
""
⁃ Hojii Irrɑ Oolchi
Hɑwwiif Yɑɑdɑ Kee
⁃ Imɑlɑ Eegɑli
Hin Gubin Yeroo kee
""
⁃ Bɑkkɑ Guddɑɑ Gɑ’uu
Atis Ni Dɑndeessɑ
Gɑruu…….
⁃ Dɑɑndiin Milkɑɑ’inɑɑ
Obsɑ Bɑrbɑɑchisɑ
""
⁃ Amɑnsiisi Sɑmmuu kee
Hin Shɑkkin Dɑndeettii kee
⁃ Wɑɑn Xiqqoo Hin Yɑɑdin
Guddisi Hɑwwii kee
""
Yoo Shɑkkite Ni Kuftɑ
Yoo Amɑnte Milkooftɑ.
@samirmurad
@samirmurad
OF QABI!┃OF EEGI!┃OF KUNUUNSI!
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Of qaban malee wanta yaadan hin qaban. Of eegan malee egere hin gahan! Of kunuunsanii ofiif ta'an malee nama hin ta'an.
Waa qabachuuf of qabuun ni dursa!
➋. Wantoota hanga ammaatti jireenya kee keessatti ta'an ilaalchisee hin gaabbiin irraa baradhu malee!
➌. Amala gadhee hin kunuunsin!
➍. Yeroo hundumaa abdii kutannaa hin dubbatin!
➎. Akka waan sanyiin abbaa keetii maqaan isaa obbo kufaatii jedhamuutti yeroo hundumaa kufaatii hin tarreessin!
➏. ɪɴᴊɪꜰᴀɴɴᴏᴏɴ ᴀᴛɪ ʜᴀɴɢᴀ ʜᴀʀ'ᴀᴀᴛᴛɪ ᴀʀɢᴀᴛᴛᴇ sɪ ɢᴀ'ᴀᴀ? ɪᴅᴅᴏᴏɴ ᴀᴛɪ ɢᴇᴇssᴇ ɪsᴀ ᴅʜᴜᴍᴀᴀᴛɪɪ? ᴇᴇʏʏᴇᴇ ᴅᴇᴇʙɪɪ ᴊᴇᴅʜᴀᴍᴜ ǫᴀʙᴅᴀ ᴛᴀᴀɴᴀᴀɴ ʟᴀᴋᴋᴏᴏꜰsᴀɴ ᴡᴀʀʀᴀ ʟᴜʙʙᴜᴜɴ ᴊɪʀᴀɴ ᴋᴇᴇssᴀ ᴊɪʀᴛᴀ ᴍᴀʟᴇᴇ sᴀᴍᴍᴜᴜɴ ᴋᴇᴇ ᴡᴀʀʀᴀ ᴅᴜ'ᴀɴ ᴋᴇᴇssᴀᴛᴛɪ ʀᴀᴍᴀᴅᴀᴍᴀ!
@samirmurad
@samirmurad
JIINI ZUL-HIJJAA HALKAN ARRAA KANA MUL'ATE JIRA
Biyya Saudi Arabia tti 🇸🇦 Halkan Arraa Kana jiini baatii Zulhijjaa waan mullatee jiruuf, Isniinni Boruu zulhijjaa 1 tokko Taha.
June 27/2023 Salaasaa ykn Kibxata Guyyaa Arafaa Kan Soomannuu fii Guyyaa Hujjaajni Dirree Arafaa dhaabbatu.
June 28/2023 Arbiaa Guyyaa iida Arafaati.
Namni Kurnan Zul-Hijjaa soomanuu Barbaadu Isiniina Boruu kanarraa eegalee haa somanu
Ergamaan rabbi صلى الله عليه وسلم akana ja'e (guyyaan tokkoleen hin tane kan dalagaan gaarii rabbi biratti jalatamtu guyaa kurna zulhijatirra sahabonis رضي الله عنهم akana je'aniin jahadarallee moo ergaman rabbii صلى الله عليه وسلم akana ja'en ee jihadaralle caalti yoo gurbaa qabenya isaatiifi lubbuu isaatinis jihadaaf bahe waan takaan osoo hin debi'in achumatti hafe malee )
✍️✍️ Ustaz Roba Bekri
@samirmurad
@samirmurad
Yaadachiisa...Osoo hin rafne:
1. Karoora wantoota guyyaa boruutiif hojjachuu qabduu waraqaa xiqqoorratti list godhachuu,
2. Suuraa Mulkii qara'uu,
3. Aayatoota lameen xumura suuraa baqaraa qara'uu,
4. Haala guyyaa kee irra oolte madaaluu, (gamaaggamuu) yokiin of qorachuu,
5. Subhii kaatee salaatuuf niyyaa dhugaa, niyyachuu fi Rabbiin akka si kaasu kadhachuu,
6. Salaata subhiitiif Alaarmii guuttachuu,
6. Zikriilee fi sunnaalee yeroo hirriibaatirraa hanga siif laaffate hojiirra oolchuu,
HIN DAGATIN!
👨💻 by Tuji Mussa.
👉👉 join @samirmurad
@samirmurad
Akhii/Ukhtii...Haala feete keessa jiraattullee Rabbii keetirraa abdii hin murin! Mokkoramuun amaluma jireenyaati!!!
👉👉 @samirmurad
@samirmurad
❤@MuAz_Mahamed
shear and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa
@MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya
#Motivational_Quotes_Mu Az
🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌛🌛🌛🌛🌛🌛
🌗🌗🌗🌗🌗🌗🌓🌓🌓🌓🌓🌓
Baga baatii kabajamtuu baatii ramadaanaa ittiin isin gahe hunda keessanuu isiniin jaaladha ❤️
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
👆👆👆👆👆👆👆👆
Join Join & share share
Rakkoo Si Cinqaa Jirtu Tan Rabbi kee Malee
ilmi Nama Siif hin Beeyne Rabbi Sirraa Haafuru.
👉👉👉 ammiiiin 🤲🤲🤲
@samirmurad
Gaafa rakkoon rakkoo tee hin tahin , cinqiin nama mudattee tee hin tahin ; obsarraa dubbachuun hedduu salphaadha !
👉👉 @samirmurd
@samirmurad
Yeroo Namaa wajji jiraattu...
Nama hunda gubbaa isaatiin wajji jiraadhu! Keessa isaa rabbiif dhiisi! Jala hin qoqqotin!
Hanga Rabbi qabdutti mataa ol qabadhuu jiraadhu! Jireenya kee itti gammadi! Wallaahi si gammachiisa! Rabbiin bakka yaaddeen si haa gahu!!!
👇👇👇👇👇👇
👉👉 @samirmurad 👈👈
👆👆👆👆👆
☞ 𝗬𝗮𝗮 𝗺𝘂𝗰𝗮𝗮 𝗸𝗵𝗶𝘆𝘆𝗮 𝗺𝗶'𝗮𝗮𝘄𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝘁𝗮'𝗶𝗻 𝗻𝗶 𝗹𝗶𝗾𝗶𝗺𝗳𝗮𝗺𝘁𝗮𝗮, 𝗵𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀 𝗵𝗶𝗻 𝘁𝗮'𝗶𝗻 𝗻𝗶 𝘁𝘂𝗳𝗮𝗺𝘁𝗮𝗮
جمعاكم سعيد ﷺ🥰
👉👉 @samirmurad
Dura lubbuu tiyyaafiin dhaame...!
"Yoo nagaya keessaa fi gubbaa barbaadde if tahii jiraadhu! Daangaa rabbii eeggadhu!Jaalala namaatiif hin rakkatin!"
👉 @samirmurad