suheybaadam | Unsorted

Telegram-канал suheybaadam - Suheyba Adam(su)

-

Jechoota adda adda vidio fi barnota diin islaama fi odeeffanno adda adda arkachuf chanala kana join godhun nu hordofa jzk @suheybaAdam

Subscribe to a channel

Suheyba Adam(su)

Yo itti if laalte numa dandeysa yaali 😊

JOIN 👇👇
@Suhye_bi
@Suhye_bi

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

https://youtu.be/yQd-854mlgE

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Aaya yoo yadatte si gammachistu☺☺☺ siif sodaachistu 😟😟😟

By suheyba Adam
join 👇👇
@suheybaAdam
@suheybaAdam

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Mi'aa khabajaa😋
@sif_ye_baba
@sif_ye_baba

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Tan namaa laaftu laali 😊
Kayyo te galman gahuuf tattafadhu☺️

JOIN 👇👇
@Suhye_bi
@Suhye_bi

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Artaghrool Kutaa 1ffaa

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Du,a,ii tana rabbi kee kadhannaan niyyaan tee qulqullu taanaan rabbi siif qabeelu harka qulla sin dhiisu

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

"Osoo dhugaa fuudhanii iddoo madaawe irra kaayanii silaa madaan ni fayya ture"
Imaamu Ahmad Ibnu Hanbal

" لو وضع الصِّدق على جُرْحٍ لبَرِئ "

أحمد بن حنبل
👉 /channel/Onnadhu

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

(Haala kam keessatti wal gargaaru?)
***
Yeroo tokko qote bulaan umuriidhaan fagaate wayii ilma isaa mana hidhaa jiruuf xalayaa cuunfaan isaa akkana jedhu barreessefi.

"Mucaa koo bara kana humni koo gatii dadhabeef Moosee qotee dhaabachuu hin danda'u. Nin beeka, utuu as jiraattee na gargaarta ture" kan jedhu.

Mucaan isaa ammoo xalayaa yoo cunfame akkana jedhu deebisee barreessefi.

"Abbaa koo, dirree sana gonkuma qotuu hin yaalini. Qarshii baay'ee hateen naannawa sana qotee awwaalee jiraati."

Poolisoonni xalayaa sana gara abbaa isaa fidanii yeroo deeman bananii gatii dubbisaniif, guyyaa itti aanu dirree xalayicharratti xuqame guutummaa isaa qotanii qarshii homaatuu dhaban.

Mucaan guyyaa biroo deebisee,

"Abbaa koo amma Moosee kee dhaabachuu dandeessa. Gochaan kuni wantan ani iddoo rakkisaa kana keessa taa'ee ittiin si gargaaruu danda'u qofaadha." jedhee barreesseefi.

*
Maal irraa barattu laata?

@smartattitude
@smartattitude

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Guyyaa gaari ka keyri ka baraka inshallah
Join 👇👇
@suheybaAdam
@suhebaAdam

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Sababa ati hin hojjatiniif hojii gaarii hamaa hin godhin🙏 ati hojjachu battus gaariin gaaruma😊

JOIN_👇👇
@Suhye_bi
@Suhye_bi

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Jachi khiyya hariifaf Malee
Badawaaf hin galu hariifa tahi

#JOIN_Sher
👇 👇
@Suhye_bi
@Suhye_bi

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Lᵢfₑ ᵢₛ a, ⱼₒᵤᵣₙₑy fᵣₒₘ Aₗₗaₕ ₜₒ ALLAH❣
👉 /channel/Onnadhu

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

❤️obboleyyan kheenya qaqqaali Iratti nuf hirmaadha galatooma🙏

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Way nama 🤔🤔ajaiba bar

Join 👇👇👇
@sif_ye_baba
@sif_ye_baba

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

🚸"Hanqina kee namoota birootiif ibsuu hin jaalatin garuu namoonni yoo siif ibsan fudhachuu jaaladhu."

👉 /channel/Onnadhu

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Senna ajiba zoohaa fi muhsin itti dhihadha share walifi godha ❤🙏
Join👎
@qadee143
@qadee143
@qadee143

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Koflaa jechumaafi 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
👆👆Join & share 👆

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji'uun!!!

Daa'iin beekamaa biyya Filippinsi qaama hin beekamnee ajjeefamuun isaa dhagahame...

Daa'ii beekamaa fi jaallatamaa biyya Filippinsi kan ta'e Daa'ii Nuuh Kaabiriyano osoo salaata irra jiruu humna hin beekamneen ajjeefamuun isaa beekamee jira.

Daa'iin Nuuh nama amantaa biroo irraa gara Islaamummaa dhufee ergaa amantaa Islaamaa saba isaa biraan gahaa jiru yoo tahu imala da'awaa isaatiin namoota dhibbaan lakkaa'aman dukkana kufrii irraa gara ifa Islaamummaatti fiduu danda'ee jira.

Rabbi qubsuma isaa jannatul firdawsiin haa taasisu😢😢😢

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

الهم صل وسلم عل محمد ❤❤❤💕
Salawaatu rabbi wa salaamuhu aleyka yaa habiballah ❤❤❤💕💕

Join 👇👇
@suheybaAdam
@suheybaAdam

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

As wr wb Odayfannoo gammachiisaa

Hawwiin isin filmii Arthoghrol/Usmaaniyyaaf qabdan hedduu bareedaadha. Galatoomaa.
Baaylamni kheenya Khan filmii Arthoghrol/Usmaaniyyaa gad lakkisurratti isiniif seenne san insha Allah guyyaa boru Dec.6. 2020 ganamarraa sa'aa 2:00 am waan isiniif gad lakkisnuuf akka nu hordoftan kabajaa fi jaalalaan isin beeksifna

Facebook page:Nuru Al Shams
Telegram:Nuru Al Shams Official
Youtube:Nuru Al Shams
Like
Share
Subscribe

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Salaatni kee tollaan ni milkoofta!

Hadiisul Qudsi keeysatti Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan:- "Wanni gabrichi Rabbii guyyaa qiyaamaa dura irraa gaafatamu salaata; Yoo salaatni isaa tolte dhugumatti milkaawe; Yoo salaatni isaa badde hoongawee kasaara."

عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رَضِيَ اللهُ عَنْهُ قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ:
"إِنَّ أَوَّلَ مَا يُحَاسَبُ بِهِ الْعَبْدُ يَوْمَ الْقِيَامَةِ مِنْ عَمَلِهِ صَلَاتُهُ. فَإِنْ صَلُحَتْ فَقَدْ أَفْلَحَ وَأَنْجَحَ، وَإِنْ فَسَدَتْ فَقَدْ خَابَ وَخَسِرَ رواه الترمذي(1) وكذلك أبو داود والنسائي وابن ماجه وأحمد

Salaata keenna irratti haa jabaannuu! Rabbiin warra Salaatni irraa qeebalamtu nu haa godhu inshaa Allaah!


Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Join 👇👇
@mustaqbal11
@mustaqbal11

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Of barbaaddota!

Hunduu olii gadi fiigu. Gamaa gamanatti wal waamuun ijoollee badde wal gaafatu. "Maaliif nutti dhiistu nutti birmadhaa...maaloo yaa jamaa" jechaa, "Yaa Tokkummaa,...yaa Bilisummaa....maali ijoollee eessa nu jalaa dhokattani? 'Tokkummaa'....'Bilisummaa'!" jechuun maqaa ijoollee dhaban kanaa waamaa barbaachaaf hafuuraa citu. Haadhitti nama hin godhiin. Boossetu mararamti! Mar'imaanshee akka malee raafamu sabbataan 'shab' godhattee, harka ishee tokkoon ijashee imimmaan roobsee dhiisuu didu sana qabattee, "Yaa dhalee koo...maaltu manaa sin baase? Anoo siniif garaa hin qabuu, akkamiin garaa natti jabaattani? Moo dirqama anarraa adda sin baasutu si qabate? Anaa nyaatu!"

Dargaggeessi kufee ka'ee, bowwaa utaalee, gaara tarkaanfatee bahee, jaarsiifi jaartiin dhadhaabbata isaanii qabatanii, ollaafi firri dhiyoo osoo hin hafiin, kan halaala jiran waamamanii barbaacha ijoollee manaa baatee galli jalaa maqe, baddee argamuun fala ta'etti ajandaa aggammatani. Hammuma namni barbaadu baay'ee, yaadni furmaata ta'a jedhamee ka'us hedduudha. Kaan, "Ijoollee kana dhabaniis jiraachuun inuma dandaa'ama......yoo isaan badan faana bannamoo? Dhiisneetu qorra keessaa gara ho'a isa manaatti galla!" jechaa hamma abdii kutannaa isaanii ol kaasanii walitti agarsiisu. Gariin immoo, "Du'a keenya ta'a malee dhiisnee hin gallu! Ijoolleen kun naannoof bareedina, maatii isaaniif immoo madda gammachuufi waan hundumaa isaaniiti. Kanaafuu, hamma barbaaduu dandeenyuun haa barbaannu!" jechaa yaada abdiin keessa guuteen afaan saqqatani.

Dhuma irratti, ulfaataan jaarsaa tokko sagalee isaa qaratee, "Elaa yaa ijoollee koo mee wal dhagahaa. Akka amma wacaa barbaaddan kanatti ijoolleen kun akkuma sin jalaa dhokatanitti hafuu malu. 'Bilisummaa'n (mucaan inni quxisuun) yoo inni hangafni ('Tokkummaa'n) argame malee, of hin mul'isu. Kanaafuu dursaa 'Tokkummaa' argadhaatii, 'Bilisummaa'n ofiiyyuu dhufa. Sintu arguu dhabee waca malee, 'Tokkummaa'n immoo fagoo hin jiru. Sinuma bira! Ganama inni argame, mucaa isa quxisuu argachuun salphaadha," jedhee dubbii mataa hidhe. Sii galeera!

©Abdiisaa Ejjetaa U Bantii, 2020

@Orobook

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

https://youtu.be/wqahoeD_MSM

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

S.a.w ❤❤❤

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

😂
@oromia_tiya

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Abdii gaarii yoo hin qabaanne, sadarkaa daandii jireenyaarratti ifni jireenyaa baduu fi rakkoon hamtun si qunnamuu mala.
Kana jechuun Abdii gaarii jireenya keetiif qabaachuun amala bu'aqabeeysa.

Without optimism, life loses its lustre and hardships appear at every step of the way. This is an essential life habit.

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

As wr wb
Gaafiin tun dhugumaan na dhibdde mee isin na gargaaraa mee
Gafii = yammuu kobaa teessee ofiin haasoytu, ati ka dubbatu mo ka dhagefatu ??

Deebi tessan 👇👇
@Ham3udi 👇👇
@Ham3udi

@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
👆👆Join & share 👆

Читать полностью…

Suheyba Adam(su)

Dhagahi Akhii atis Ukhtii
#Muziqaan Yo Nama Jallattu si Yadachiise Akkasumatti beekhi #qur'aninis khan si uumefi Akkasuma Nama ati jallattu sanille khan Uume si yadachiisa ininis "#Allah

Читать полностью…
Subscribe to a channel